cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

🏇🏾 Hinsoo

Більше
Фінляндія2 440Мова не вказанаМузика33 077
Рекламні дописи
1 455
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Haloo Daawwee al hora warra keessanii
Показати все...
Haloo Daawwee Wal hora warra keessanii.mp35.69 MB
4
Haloo Daawwee Fardaan Dabaale.mp34.67 MB
Haloo Daawwee Obboleessi Gaarii.mp35.82 MB
Haloo Daawwee Obsii Mee.mp35.34 MB
👍 1
Haloo Daawwee
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Artistii jaallatamtuun Haloo Daawwee addunyaa kanarraa du’aan boqotteetti. Artistii gameeyyii Oromoo adda durummaan eeraman keessaa tokko kan taate Haloon, aadaaf artii Oromoo guddisuu keessatti gumaacha taasifteen jaalala guddaa ummata Oromoo biraa horattee jirti. Gootittii onneen sibiilaa, qabsooftuu bara hundaa, qaanqee baha biiftuu! Nagaan boqodhu! Boollakee daadhiin haa guutu!😭
Показати все...
Namoonni haga yoona qabxii keessan ilaaluu hin dandeenye 'bot' @ETGrade12bot kana fayyadamuun ilaalu dandeessu
Показати все...
#Kutaa_12ffaa Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama? Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu. Link asii gadii kanaan seenat ilaala t.ly/36hDC
Показати все...
Bu'aa Qormaata Kutaa 12ffaa  akkamiin ilaallama? - Hinsoo Tech

Tajaajilli madaallii barnootaa fi qormaata, Barattoonni Bu’aa qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Kibxata 29/01/2016 ganama sa’aatii 1:00 irraa eegalee bu’aa isaanii ilaaluu ni danda’u jedheera. Kanumaan wal-qabate dorgomtoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 Adoolessa 29, 2016 bu’aa isaanii ilaaluu ni danda’u. Barattoonni bu’aa isaanii filannoowwan armaan gadii 3 #qofa fayyadamuun ilaaluu danda’u . Marsariitii armaan … Bu’aa Qormaata Kutaa 12ffaa  akkamiin ilaallama? Read More »

👍 4
Abdii hin kutin. Yeroo mara lolli cimaan loltoota ciccimoo ta'aniif kennama. Waadaa ofiif gali. Hammam ulfaataa ta'us abjuu kee irraa abdii akka hin kutanne. Hinsoo 🏇🏾 Hinsoo
Показати все...
Mulunaa Fufaa Mammagaallanii @HinseeneeH @HinseeneeH
Показати все...
y2mate.com - Mulunaa Fufaa Mammagaallanii OromoOromia.mp35.93 MB
🎼 Mulunaa Fufaa 👤 Mammagaallanii @HinseeneeH @HinseeneeH
Показати все...
🎼 Oduu Ammee 👤 Taddalaa Gammachuu New Music 🔥🔥 @HinseeneeH @HinseeneeH
Показати все...
SABBAR ZEENA ODUU AMMEE Tadele Gemechu 2023.mp36.12 MB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.