cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Fazakkir

Chanala kanaratti sagantale adda adda argattan inshaallah seenaa rasula kenya (saw) ziikriwan adda adda ,fi Walaloo arkachuf @Fazakkir Join godha irra fayyadama ikwani warren yaada kessan nuf qoodu barbaddan kara kanan nuf qoda @yaarabbalhamdulillah

Більше
Рекламні дописи
1 274
Підписники
-124 години
-37 днів
-1430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from KENNAA
Kiristaana Hin ta'u ■■■■■■■■■■ Kutaa_1ffaa ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ ● “Sababoota salphaa Kudhan (10) kan Kiristaanummaatti deebi'uu hin dandeenyeef”. - Fatimah O Victoria Fatimah O. Victoria Giiftiin Kiristaana Naayijeeriyaa waggoota muraasa dura gara Islaamummaatti deebite, “maaliif gara amantaa Kiristaanummaatti deebi'uu akka hin dandeenyeef akkana jechuun barreessite.” 🛑 1. Kiristaanonni mataan isaanii amantaa isaanii guutummaatti akka hin hubanne himatu. iccitiidha. Burjaajiidha. Kanaaf itti deebi'uu hin danda'u! Keessattuu yeroo sadan tokkummaa barsiisuuf yaalan dhumarratti rakkoo keessa galu, hafuura qulqulluu si barbaachisa jedhu, yeroo isaan hafuura qulqulluu qabanis hin hubatan. 🛑 2. Kiristaanummaan uumamaan common-sense Nama tokkoo wajjin hin deemu. Sammuun keenya amantaa Kiristaanaa keessatti faayidaa hin qabu, kanarraa ka'uun warri dhihaa hedduun gara "atheists" garagala. Rabbiin sammuu dhimmoota hiikuu keessatti akka itti fayyadamnuuf nuu kenne, garuu Kiristaanonni sammuu qulqulluutti fayyadamuu dhiisaniiru. 𝗙𝗸𝗻:- Nama “barsiifni ani barsiisu kan koo miti, kan isa ana ergee ti malee. ” jedhe akkamitti, Waaqayyo jedhanii yaamu? [Yohaannis 7:16]. Yesus Nama waanan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himee dha jedhe. [Yohaannis 8:40]. Kun immoo miira uumamaa keenyaa wajjin wal qixa.Yesus Kiristos Nama Waaqayyoon ergame, ergamaa ta’uu isaati. Garuu Kiristaanonni isa kana amanuu ni didu. Yohannis 5:37 irratti Namni yeroo kam iyyuu Rabbiin argee hin beeku jedha. Kiristaanonni garuu Yesus Kiristosiin Waaqayyo isa mul'ate jedhanii yaamu. (kun faallaa sammuu keenya). Kanaaf gara Kiristaanummaatti deebi'uu hin danda'u. 🛑 3. Kiristaanummaan dubbii Yesus (s.a.w) faallaa hojjata. Jechoonni Yesus faayidaa kan hin qabne ta’u. Faayidaa yoo qabaatan, dubbii Yesus akka Phaawulos balleessu barbaadu. 𝗙𝗸𝗻:- Yesus Kiristos, seerri hordofamuu qaba jedheera. [Maatewos 5:19]. [Maatewos 23:3-4]. Kiristaanonni barumsa seera jecha ykn barsiisa Phaawulosin ni ganu. Kanaaf gara Kiristaanummaatti deebi'uu hin danda'u. 🛑 4. Barumsi Kiristaanummaa Yesus qofa irratti hin hojjatu, barsiisa raajotaa guutuu irratti hojjedhu jedha malee. Raajonni hundinuu Namni tokko cubbuu namaatiif du’uu akka hin dandeenye lallabu. Waaqayyo guutummaatti 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗱𝗵𝗮. Ta’us amantaan Kiristaanummaa faallaa barsiisa Macaafa Qulqulluuti. Kanaaf gara Kiristaanummaatti deebi'uu hin danda'u. 🛑 5. Yihudoonni Kiristaanotaan Waaqa tokko waaqeffanna Kiristaanummaa dhiisaa jedhan. Yihudoonni barumsa ykn hiika kiristaanaa kamiyyuu hin amanan. Yihudoonni amantii Kiristaanummaa caalaa Islaamummaa ni jaallatu. Yihudoonni Kiristaanummaan waaqeffannaa waaqa tolfamaa amantaa warra Waaqolii tolfamoo warra amantaa Yihudootaa kuffisuu barbaadanii dha jedhu. 🛑 6. Kiristaanonni hundinuu hafuura qulqulluun akka geggeeffamnu himatu, garuu waldoota keessatti baay'ee qoodamaniiru. hiikkaa macaafa qulqulluu tin wal qabatee, ammas qoodama dameelee amantaanis. Kanaaf kun Macaafa Qulqulluu keessatti cubbuu dhiifama hin qabnee dha. Hafuura qulqulluun taphatu, Kanaaf itti deebi'uu hin danda'u. 🛑 7. Kiristaanummaan seexanaa fi Namoota hamoo waliin hojjata. Kana jechuun kiristaanummaan fannifamuu Nama qulqulluu kabaja. Ta’us kan Yihudaa kakaase seexana dha. [Luqaas 22:3]. Yesus Kiristosiin ajjeesuuf kan karoorfates Namoota hamoo dha. [Maatewos 26:3-5]. Kana ta'ee osoo jiruu Macaafni Qulqulluun afaan Ibrootaatiin jiru, 𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀 𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝘀 kan fannifame osoo hin taane Waaqayyoon du'a jalaa isa baase jedha. Kutaa 2ffaa @Kennaapost seenaa ilaalaa!!! @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Показати все...
Repost from Al-Kawsar
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Hamster Kombat yeroo dhiyootti List akka ta'u eeggamaa jira; warri hin jalqabne jalqaba. Warri hojjataa jirtan profit per hour keessan dabaluu irratti xiyyeeffadhaa. Liinkiin kunooti👇👇👇 https://t.me/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId657544788
Показати все...
Repost from Al-Bayyinah
https://t.me/hamster_kombat_boT/start?startapp=kentId657544788 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Repost from KENNAA
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ibaadaan Qeebalamuuf Ulaagaa Qabdii ? ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Ee ulaagaa 3iin Ibaadaan Qeebalamti. 1. Rabbitti Amanuu 2. Rabbi Qofaaf Godhuu (Ikhlaasa) 3. Akka ergamaan Rabbii Muhammadﷺ dalaganitti godhuu qabna. Eegaa Rabbitti amanuun hunda dursiti. Kan Ibaadaa haqa godhatu Allaah qofa. Kan Ibaadaa(dalagaa gaarii) Qeebaluufi Jannataan galata namaaf galchu Rabbi. Rabbiin akkaataa Ibaadaa itti goonu Muhammad irraa akka barru, isa akka hordofnu nu ajaje. Hojiin ergamaa Rabbii Muhammadﷺ irraa nu hin gahin Ibaadaa hin taatu. Rabbitti amannee, dhaamsa ergamaa Rabbii hordofnee, yoo qulqulleessinee Rabbi qofaaf Ibaadaa goone Rabbiin nuuf Qeebala. Yaa Rabbi ibaadaa teenya Hunda nuuf Qeebali. @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Показати все...
Repost from KENNAA
N I Y Y A A ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Hojiin keenya kamuu yoo niyyaan tole qofa nu fayyada; yoo kana hin taane balaa guddaadha: Deeds are by intentions إنما الأعمال بالنيات Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee رضي الله عنه ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii صلى الله عليه وسلم akkana jedhanuun dhaga'e: إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى فَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ فَهِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ وَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيَا يُصِيبُهَا أَوِ امْرَأَةٍ يَنْكِحُهَا فَهِجْرَتُهُ إِلَى مَا هَاجَرَ إِلَيْهِ "Hojiin kamuu sirrii ta'ee kan argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira. Namni godaansi isaa (niyyaadhaan) gara Rabbiifi Ergamaa isaa ta'e, godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma Rabbiitiifi Ergamaa Isaati. Namni godaansi isaa gara addunyaa ishee argatuu yookiin dubartii ishee fuudhuu taate godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma waan itti godaaneeti." Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. Waan hadiisicha irraa fudhatamu 1. Dalagaan tokko fayyaa ta'ee argamuufi baduun isaa niyyaa irratti hundaa'a. 2. Dalagaan heeyyamamaa tae kamiyyuu niyyaa gaariidhaan yoo dalagame ibaadaa ni ta'a. 3. Namni Muslimaa dalagaa hunda keessatti niyyaa isaa sirreeffatee (jaalala Rabbii barbaachaaf) dalaguu barbaachisa. 4. Niyyaan dalagaa kamiifuu ulaagaa isa bu'uuraati. Garuu daangaa dabree ittiin shayxaanni nama seenuu hin qabu. 5. Niyyaan bakki ishee qalbiidha; kanaafuu afaaniin ishee jedhuun bida'aa dha. Kan imaam As-shaafi'iin salaata jalqaba irratti ni jedhama jedhaniiruun irraa odeeffamu kijiba malee isaan eessattuu hin jenne. 6. Nama argisiifachuufi dhageessisiifachuu irraa eeggachuun dirqama. Akkasumas hojii mindaan Rabbii ittiin barbaadamu addunyaaf jecha dalaguu irraa eeggachuun barbaachisaadha. Sababni isaas kun hundinuu badii guddaa ta'a. 7. Dalagaa qalbiitti bakka guddaa kennuu qabna. 8. Godaansi dalagaa guddaa ta'uu hubanna. Hubannoo Walii galii galaa Hadiisni kun Islaama keessatti seera bu'uuraa guddaa ta'e of keessaa qaba. Innis niyyaa yoo ta'u, madaalli dalagaa isa irratti hundaa'a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda'ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda baasanuudha. Ikhlaasa jechuun waan dalaganuun mindaa Rabbiin biraa barbaadanii dalaguudha. Namni ikhlaasa qabu akka wanti Rabbiin biraa hunda irra caalu sirriitti beeka. Kanaafuu bu'aa addunyaa barbaachaaf jecha dalagaa khayrii hin dalagu. Wanti uumama biraa akka baduufi kan Rabbii hafaa akka ta'e ni beeka. Rabbiin ni jedhe: "Wanti isin biraa ni dhuma. Wanti Rabbiin biraa immoo hafaadha. Isaan obsaniif mindaa isaanii irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina" (An-nahl: 96). Namni kana beeke immoo hojiin isaa hundinuu kabajaa nama biraa barbaacha ta'uu bira tarti; akkasumas faayidaa duuniyaa duubatti dhiifti. Fedhii lubbuutiin deemuu irraas ni duroomti. Sawaabuma Rabbii barbaacha qofaaf jecha hojjata. Rabbiin ni jedhe: "Nama (duniyaa) jerjertuu taate kana fedhu, ishee keessatti nama feeneef waan feene jerjersina. Ergasii Ibidda jahannam arrabsamaa, darbamaa ta’ee kan seenu isaaf goona. Nama Aakhiraa fedhee haala dhugoomsee jiruun hojii ishee isiif hojjate, warra san hojiin isaanii galateeffatamaa ta’eera" (Al-israa'i:18-19). Yoo niyyaan inni kun bade hojichi guutummaan guutuutti ni bada. Walumaa galatti hanqinni ikhlaasaa hojii diinii hunda ni jeeqa. Kanaafuu Rabbiin sodaannee fuula isaa barbaachaaf qofa haa dalagnu. Niyyaan inni lammaffaa immoo gosa hojii adda baasuuf tajaajila. Fakkeenyaaf salaata sunnaafi waajiba adda baasuuf nu gargaara. Dhiqannaa aadaafi kan janaabaa adda foo'uuf tajaajila. Inni kun ammas mutaaba'aa yookiin Rasuula hordofuu keessattis ga'ee guddaa qaba. @Kennaapost. @Kennaapost https://t.me/Kennaapost
Показати все...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Repost from Al-Bayyinah
Guyyaa muraasatu hafe itti fayyadamaa! . Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Показати все...
Repost from N/a
Фото недоступнеДивитись в Telegram
In your eyes, we see your pain, and it's hard not to be there to comfort you. But know, Allah will never leave you. In either case, you're the victorious. ~~~ @Mhmd_San1
Показати все...
Repost from Al-Bayyinah
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🚨 TapSwap xumuramuuf guyyaa 4 qofatu hafee jira! Ammallee carraa kanatti fayyadamuun coin sassaabbadhaa. Amma yoo jalqabdanis guyyaa hafe kana keessatti COIN miiliyoona keessa galuu dandeessu. Warreen jalqabuu barbaaddan liinkii armaan gadiin eegalaa! Namoonni hedduun akkuma kana NOTCOIN osoo hin hojjetin darbeeraan Ammas carraa 2ffaa kanatti osoo isin hin darbin fayyadamaa. 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788
Показати все...
Repost from Al-Kawsar
Liinkii gadii seenuun step gubbaa/suuraan/ jiru hordofuun galmaahaa; hiriyyoota keessanis affeeraa: Wanti guddaan hiriyyoota keessan itti affeeruudha; nama 25 yoo affeertan gahaadha. 🔸️ Share referral link below with your friends to earn 300Birr for every invite you make. Referral link: https://t.me/KiraFxTradingBot?start=r0796536665
Показати все...
Repost from Al-Bayyinah
Guyyaa muraasatu hafe itti fayyadamaa! . Tapswap Kanas asumaan seenaa: 👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_657544788 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Показати все...