uk
Feedback
Imala Jaalalaa

Imala Jaalalaa

Відкрити в Telegram

Chaanalii kana keeesatti :- 👉 Seenaa jaalalaa 👉 Asoosaamoota gaggabaaboo 👉 Walaloo jaalalaa ni argattu 👉👉👉👉👉 @Imala_Jaalalaaf join godhaa!

Показати більше
Країна не вказанаРелігія і духовність63 241
Buy Ad
798
Підписники
+224 години
+117 днів
+1930 днів

Триває завантаження даних...

Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
вересень '26
вересень '26
+17
в 0 каналах
серпень '26
+22
в 0 каналах
Get PRO
липень '26
+7
в 0 каналах
Get PRO
червень '26
+18
в 0 каналах
Get PRO
травень '26
+34
в 0 каналах
Get PRO
квітень '26
+54
в 7 каналах
Get PRO
березень '26
+73
в 0 каналах
Get PRO
лютий '26
+5
в 0 каналах
Get PRO
січень '26
+17
в 3 каналах
Get PRO
грудень '25
+433
в 0 каналах
Get PRO
листопад '250
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '250
в 0 каналах
Get PRO
вересень '250
в 0 каналах
Get PRO
серпень '250
в 0 каналах
Get PRO
липень '250
в 0 каналах
Get PRO
червень '250
в 0 каналах
Get PRO
травень '250
в 0 каналах
Get PRO
квітень '250
в 4 каналах
Get PRO
березень '250
в 0 каналах
Get PRO
лютий '250
в 0 каналах
Get PRO
січень '250
в 0 каналах
Get PRO
грудень '240
в 0 каналах
Get PRO
листопад '240
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '240
в 0 каналах
Get PRO
вересень '240
в 0 каналах
Get PRO
серпень '240
в 0 каналах
Get PRO
липень '240
в 0 каналах
Get PRO
червень '240
в 0 каналах
Get PRO
травень '240
в 0 каналах
Get PRO
квітень '240
в 0 каналах
Get PRO
березень '240
в 0 каналах
Get PRO
лютий '240
в 0 каналах
Get PRO
січень '240
в 0 каналах
Get PRO
грудень '23
+367
в 2 каналах
Дата
Залучення підписників
Згадування
Канали
06 вересня+2
05 вересня+3
04 вересня+2
03 вересня+3
02 вересня+6
01 вересня+1
Дописи каналу
Godaannisa Lubbuu Qabu Seenaa Jaalalaa Laphee Nama Caphsu...💔 Jireenyi yeroo hunda akka yaadne hin deemu. Yeroo tokko gammachuu guddaa siif kenna; yeroo biraa immoo yaadannoo hin dagatamne siif hambisa. Kun seenaa dargaggeessa tokkoo ti. Inni barnoota isaa damee Engineering keessatti milkaa'inaan xumuree, dargaggeessa egeree ifaa qaba jedhamee irraa eegamaa ture. Nama hojii isaatiin, naamusa isaatiin fi abdii guddaa qabu ture. Umurii dargaggummaa isaatti dubartii tokko waliin jaalala dhugaa jalqabe. Hariiroon isaanii jaalala, amanamummaa fi kabajaan ijaarame ture. Wal jaallachuun isaanii nama hunda dinqisiisa ture. Hawwiin isaanii inni guddaan guyyaa tokko gaa'elaan walitti hidhachuudha. Garuu jireenyi karaa biraa filate.🤷‍♀️ Dubartiin sun maatii sooressa irraa dhalatte. Yeroo muraasa booda maatiin ishee gara biyya Ameerikaa akka deemtuu murteessan. Murtiin sun jaallattoota lamaan keessaa isa kamiyyuu hin gammachiifne🙆🏻 Guyyaa tokko, osoo lamaan isaanii Finfinnee keessatti miilaan waliin deema turanii maatiin intalaa konkolaataadhaan dhufanii intala isaanii fudhatanii deeman. Dargaggeessi sun bakka sana dhaabbatee ilaala malee homaa gochuu hin dandeenye. Guyyaan sun guyyaa gadda qofa osoo hin taane, jireenya isaa guutuu jijjiire.😭 Erga guyyaa sanaa booda wal hin argine. Isheen gara biyya alaa deemte. Inni garuu yeroo hedduu bakka itti adda ba'an sana deema. Guyyaa tokko akka deebiitee dhuftee isa waamtu abdii qaba. Garuu abdii sun dhugoomuu hin dandeenye....🥲 Yeroon darbaa deeme. Gaddi fi yaadni cimaa sammuu isaa miidhan. Hojii isaa sirnaan itti fufuu hin dandeenye. Maatiin isaa fi hiriyoonni isaa isa gargaaruuf yaalanis, madaa keessa laphee isaa irra ga'e fayyisuu hin dandeenye.😭 Waggaa hedduu booda dubartiin sun gara biyyaatti deebi'uun isa barbaadde jechuun himama. Garuu yeroo sanatti inni akka durii deebi'ee jireenya isaa itti fufuu hin dandeenye ture hanga ammaallee bakkuma sana dhaabatee akka hafetti jira dargaggeessi kun....💔 📖 Barumsa Seenaa Kana Keessaa Jaalalli waan qaalii dha. Garuu jaalala qofaan jireenya guutuu ijaaruun hin danda'amu. Yeroo qabnu wal kabajuu, wal hubachuu fi waliif yeroo kennuun murteessaadha. Sababni isaas yeroo darbe deebifnee fiduu hin dandeenyu. Namni tokko yeroo si bira jiru gatii isaa beekuu wayya; yeroo isa dhabuun booda gaabbuun bu'aa hin qabu. «"Yeroon darbe hin deebi'u. Jaalalli dhugaan yaadatama; garuu yeroo isaaf kennamuu qabu yeroo isaatti kabajamuu qaba."» Join gochuun maatii keenya ta'aa Seenaa biraan walitti deebina👇🏿👇🏿👇🏿 https://t.me/Imala_Jaalalaaf

2
QABXIIN SEENSAA REMEDIAL GAD DHIIFAMERAA ✔️ MAARRE KANAAFIS BAKKA  CHECK RESULT JEDHU TUQUN START KAN JEDHU TUQAA ILAALAA. 👇👇👇👇👇👇
47
3
Немає тексту...
156
4
Dorgommii Guddaa Seeddoo Maarshaal fi Joonii Juu Juutisu: Eenyutu Injifata? Har'a halkan galmaa Muuziyemii Aduwaatti dorgommiin eegamaa fi hawwisiisaan kun ni gaggeeffam a. Dorgommiin kunis Ispoortesitoota lama—Seeddoo Maarshaal (Kaamil Nagaash) fi Joonii Juu Juutisu (Yohanniis Silashii) gidduutti gaggeeffama. Odeeffannoo Ijoo Dorgomichaa: • Hirmaattota Ijoo: Dorgommii kana irratti Seeddoo Maarshaal (Kaamil Nagaash) fi Joonii Juu Juutisu (Yohanniis Silashii) wal morkatu. • Dhaadata Morkattootaa: Seeddoo sirba qeenxee "Baqqaluu, Baqqaluu, Baqqaluu" jettu morkataa isaaf kan baase yeroo ta'u, Jooniin immoo miilla isaa cabseen soorama baasa jechuun dhaadateera. • Baasii Qophii (Prize): Dorgommii kanaaf baasiin birrii miliyoona shan qophaa'ee jira. • Qooddii Badhaasaa: Kan injifate birrii miliyoona afur yoo fudhatu, kan mo'ame immoo birrii miliyoona tokko fudhatee gala. Waliigalaan garuu badhaasichi kuma dhibba sadii (300,000) hanga birrii miliyoona shan (5,000,000) gaheera. Dorgommii halkan har'aa kana Seeddoo Maarshaal moo Joonii Juu Juutisuu injifata jettu? Yaada keessan nuuf qoodaa! https://t.me/olmaaguyyaa
178
5
International NGO kanneen armaan gadii beeksisa qaxarriif baasan waan maxxansinuuf telegram keenya yeroo yerootti hordofaa🙏 Action Against Hunger (ACF) ActionAid ADRA – Adventist Development and Relief Agency Alight Amref Health Africa CARE Ethiopia Catholic Relief Services (CRS) ChildFund Christian Aid Concern Worldwide COOPI – Cooperazione Internazionale Danish Refugee Council (DRC) FHI 360 GOAL Heifer International HELVETAS International Medical Corps (IMC) International Rescue Committee (IRC) Islamic Relief Worldwide Jhpiego Light for the World Mercy Corps Médecins Sans Frontières (MSF) Norwegian Refugee Council (NRC) Norwegian Church Aid (NCA) Oxfam Pact Plan International Population Services International (PSI) Save the Children Samaritan's Purse Self Help Africa SNV Netherlands Development Organisation SOS Children's Villages TechnoServe WaterAid Welthungerhilfe (WHH) World Vision Ethiopia ZOA CESVI CISP CEFA LVIA CUAMM CBM AIDOS CIAI CIFA WeWorld INTERSOS People in Need (PIN) Solidarités International VSF Germany VSF Switzerland Malteser International CARE International World Relief Food for the Hungry PATH Management Sciences for Health (MSH) Clinton Health Access Initiative (CHAI) GAIN – Global Alliance for Improved Nutrition International Food Policy Research Institute (IFPRI) International Fertilizer Development Center (IFDC) ACDI/VOCA Land O'Lakes Venture37 Farm Africa British Council WaterAid CAFOD 👇👇 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy
178
6
✅✅Bakka adda addaa deemtee beeksisa hojii dubbisuun si dadhabsiiseeraa? Kunoo nuti beeksisa hojii bakka adda addaati bahu hundumaa walitti qabnee bakka ati jirtutti siif dhiyeessineera👇 Kan qofaa miti: ABJUUN HOJII KEE KARAA KEENYA NI DHUGOOMA!" 🎯 ✅ Beeksisa Hojii Guyyaa Guyyaan ba’u (Latest Vacancy Announcements) ✅ Fresh Graduate Programs ✅ Hojii NGO fi Dhaabbilee Dhuunfaa (NGO & Government Jobs) ✅ Qophii qormaataafi gaaffii fi deebii (Career Tips & Interview Prep) ✅ CV Sadarkaa isaa eeggatee fi kanneen birootiin isin deggeruuf qophiidha Kan sirraa eegamu chaanaalii keenya join gochuu qofa 👇👇👇 Stop searching blindly and start applying effectively! 🎯 👇 Join the leading job portal on Telegram: 🔗 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy 🔗 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy
188
7
Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???
Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???
27
8
🗣 Ati isa kam? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise.
🗣 Ati isa kam? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise. 1. Qodaa jalqabaatti dinnicha. 2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu. 3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee . Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise: ➡️1. Dinnichi: Utuu hin seenin dura jabaa ture, garuu bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu, lallaafaa fi laafaa, dadhabaa ta'e. ➡️2. Hanqaaquun: Dadhabaa fi salphaatti kan caccabu yoo ta'u, bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu garuu keessi isaa jabaate. ➡️3. [Garuu bunni adda ture]: Bishaan bulluqaa sana (rakkina) jijjiire! Bishaan sun akka mi’aawaa fi urgaawu taasise. ✉️ Ergaan isaa kana: ✅Jireenyi yeroo hunda "bishaan bulluqaa" (qormaata, rakkoo, oduu, gantummaa) siif dhiheessa. Gaaffiin inni guddaan "Ati eenyu?" • Akkuma dinnichaa rakkina keessatti abdii kutattee harka kennitaa? • Akkuma hanqaaquu sababa rakkootiin onnee kee jabeessitee, kan yaaddoftu... • Moo akkuma bunaa naannoo kee jijjiirta? Rakkoo kana fayyadamtee
150
9
🥰🥰🥰
🥰🥰🥰
145
10
🔥 Nama 5 qofa afeeruun TON 3 argadhaa 🏦 https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015 ☑️Withdraw goone check goonerra Lin+1
🔥 Nama 5 qofa afeeruun TON 3 argadhaa 🏦 https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015 ☑️Withdraw goone check goonerra Link gadii jirun ammuma eegalaaa 🔗 Link: 👉 https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015 ✅Ammuma eegalaa xiqqoo turee jennan dhaabbachuu dandahaa
179
11
Addis Ababa City Corridor Project Namoota:60 barbaada Qaxarrii Koontiraata Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti. Galmeen hanga
Addis Ababa City Corridor Project Namoota:60 barbaada Qaxarrii Koontiraata Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti. Galmeen hanga 29/9/2018 tti Qulqullinaan Ilaaluuf akkasumas beeksisoota biroo argachuuf 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy
142
12
Bara durii mootiin tokko dhagaa ulfaataa ta'e daandii namni baay'ee irra deddeebi'u fi gara masaraa mootummaatti geessu irratti kaayee; eenyu akka kaasu arguuf bakka dhokataa ta'e ta'ee hordofuu jalqabe. 🏔👀 Ammas, namootni dhihoo mootichaa ta'an tokko tokko fi abbootiin qabeenyaa daldaltoota masaraa mootummaa naannoo sanaa hin dhabamne, dhagichi daandii irratti akkamitti akka kaayame fi mootichi maaliif akka hin kaasisne dinqisiifachaa; gungumaa osoo hin kaasin bira darban. 🚶‍♂️💭 Sana booda, qotee bulaan hiyyeessi tokko kuduraa fi fuduraa baatee yeroo darbu, dhagicha daandii irratti yoo argu ba'aa kuduraa fi fuduraa isaa lafa kaayee; dhagicha kaasuuf tattaafachuu jalqabe. Akkuma ta'etti dhagicha yeroo gangalchu, dhagicha jalaa warqee baay'ee fi waraqaa mallattoo mootichaa qabu kan "Nama dhagicha kaaseef, warqichi kan isaati!" jedhu argate. 💪💰✨ Daandii jireenya keenya irrattis gufuwwan baay'een ni jiru. Warra isaan dura dhaabbataniif gufuwwan carraa baay'ee qabatanii dha! Warra abdii hin kutanneef gufuwwan hundi akka nu jabeessanii fi gara sadarkaa ol'aanaatti akka nu ceesisaniif, kaayyof kan kaayaman gaarummaadha. 🌟⛰ Gufuwwan fuuldura keenyatti nu mudatan nama dhibaa'aa ta'e ni kuffisu; nama jabaa ta'e ammoo ni ceesisu. Filannoon kan keenya! 🤝🚀 Akka waan bara baraaf jiraattuutti bari (baradhu), akka waan bor duutuutti ammoo jiraadhu. 📚🌅  @kurulus_Orhan_Oromo  @kurulus_Orhan_Oromo https://t.me/kurulus_Orhan_Oromo
152
13
Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???
Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???
27
14
Yoo jidduu keessan jaalalli hin tasgabboofne kan cinqiifii wal dararuu heddummatu jiraate hedduu xiyyeeyfannaa siif hin kanna
Yoo jidduu keessan jaalalli hin tasgabboofne kan cinqiifii wal dararuu heddummatu jiraate hedduu xiyyeeyfannaa siif hin kannan, yoo jaalalli jidduu keessan jiru oowwaa tahe immoo sitti hinaafuu. Jaalala tee namoota biraatti hedduu hin dhadheessin, harka siif dhahuun isaanii humaa siif hin dabalu hinaaffaa isaaniitu caala !
198
15
•Harki haadhoosaa sooruuf Sangoota qaluuf qokkee, •Erga haadhootti deebee Waggoota danuu’ sokkee! •Erga kaayyoof akeekni Ilmaankoo gargar cabee, •Araarfachuun dadhabe Ilmaankoo gargar qabee, •Cinaachaan wal tumatu Dhokannaa na morkanii, •Na yaaddessu_na aarsu Boqonnaa na dhorkanii, •Firooma walii haalan Michuu dagalfatanii, •Dhagaa walitti guuru Gidduu na galfatanii, •Dha’anii dhiiksu dhagaan Madaa faana koo dhaalte, •Silas gammachuuf nagaan Gadaa faana godaante! •Nagaan bobbaasee galchuuf Isa qabeenyaaf maatiin Horadhee’ nafaa cabu, •Ilma kiyya angafaa Isan waa mara dura Godhadhee lafaa qabu, •Amallisaa dhaabbataa Isa dhaabbatee’n beekne Dhowwataa gama baraa, •Garraamii fi ogeessa Isa hunda sassaabu Hawwataa nama maraa, •Manaa baanaan bareechaan Ardiikoo waaqaa lafaa, •Immimmaaniin dhoqqeessee Maddiikoo laaqaan hafaa? •Manaa baanaan ilmikoo Hirkatni gaafa mugaa, •Manaa baanaan ilmikoo Hiyyatni gaafa dhugaa, •Manaa baanaan kormikoo Jabeessaan gaafa gaddaa, •Maal taateree mormikoo Dabeessaaf naa ragaddaa? •Maal galche naa’n dhiisanii Anaa taanaan dhimmikoo? •Qe’ee na dhaaluuf ormi Manaa baanaan ilmikoo! •Naaf hidha, naa fayyisa Madaakoo naa xeebisaa, •An nan yaade, nan hawwe Gadaakoo naa deebisaa! https://t.me/Imala_Jaalalaaf
194
16
ANNOUNCEMENT PAASPOORTII WAGGAA 10 TAJAAJILU! 📣Passport Haaraa Baasuu Akkasumas Haareffachuuf barbaadduu? Torbanoota gabaabaatti isin qaqqaba! Jabaadhaa utuu system 'n deebi'ee hin cufamin       Mana keessan Teessanii Isin Galmeessuu Dandeenya        Ashaaraa kennuu qofaaf Deemtu:- Isin Maal Barbaaddu Filadhaa! 👉Paaspoortii haaraa baasuuf Paaspoortii Ariifachiisaa (Urgent Servise) ❖ Haaraa baasuuf ❖ Haareessuuf ❖ Odeeffaannoo sirreessuuf ✤Waraqaa Eenyummaa haaromfame ✤ Kaardii guyyaa dhalootaa ✤Lakkoofsa bilbilaa 😀👉haaromsuuf ✤Suuraa Gurdii ✤ Koppii paaspoortii ✤Lakkoofsa bilbilaa 👉Kan Bade/hatame deebifachuuf ✤Waraqaa Eenyummaa ✤Suuraa Gurdii ✤Xalayaa ragaa poolisii ✤Lakkoofsa bilbilaa 👉Kan Ijoollee ykn Waggaa 18 gadiif ✤Waraqaa Eenyummaa Kan Maatii ✤Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa ✤Lakkoofsa bilbilaa 👉Umurii sirreessuuf ✤ Kaardii guyyaa dhalootaa ✤Suuraa Gurdii ✤Koppii paaspoortii ✤Lakkoofsa bilbilaa 👉Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf ✤Suuraa Gurdii ✤ Koppii paaspoortii ✤Waraqaa mana murtii ✤Lakkoofsa bilbilaa Bakka - Finfinnee - Adaamaa - Jimmaa - Naqamtee - Mattuu - Baalee Roobee - Miizan Amaan - Dassee - Dirre Daawwaa - Hawaasaa - Hosaanaa - Baahirdaar - Woldiyaa - Walayittaa Sooddoo - Debre Birhaan - Asoosaa - Gambeellaa - Gondar - Maqalee fi bakka dameen ICS jiru hundatti Odeeffannoo dabalataaf nu bilbilaa 📱📱📱📱📱 0717037630 0972629779 irratti bilbila @Daveyefira Telegram group : https://t.me/paaspoortii_online Telegram Channel: https://t.me/ETH_Online_Passport
156
17
"Beeloftu nyaachisee dheebottu obaasee kuftu kan si kaasu, Nama malee maalii? dadhabdullee - tirsee gaara kan si baasu Atoo hin amantuu... onneen kee eenyuurraa jajjabina feeti Dhiiro sittan hima.... nama hunda shakkuun dadhabina keeti Garaa sodaataadha, sammuu dadhabaatu nama hunda shakka Akkasitti fufnaan boris nama biraa hin argattu - bakka..." Jedhee kan na gorsuuf afaan lulluuqqatu mataan ha dhaabbatu Anaan seelotnikoo galaana shakkiirraa nagaa waraabbatu Rabbi - Uumaa qofa "na miidhinnaa?" jedhee kanan hin quuqamne Isaa gadittimmoo namni amanamaan #anaaf hin uumamne 🙏🏻 #Miidhamaa jaalalaa! https://t.me/Imala_Jaalalaaf
125
18
🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴 Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻 Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baa
🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴 Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻 Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baayyee hamaa ture bara kam mudate? ❓
33
19
Namoonni: 📝 ✅SEENAA JAALALAA 💕 ✅MIIDHAMA JAALALAA 💔 ✅XALAYYAA JAALALAA FI 🔍 ✅DHAAMSA 💪 Qabdan, keessumaa waan dargaggoonni irraa barachuu qabu jettanii yaaddan karaa telegram @Daveyefira yoo nuuf barreessitan, qindeessinee haala nama hawwatuuf ergaa keessan isiniif dabarsuun fuula kanarra isiniif oolchina ✨ @Imala_Jaalalaaf ❤️ @Imala_Jaalalaaf ❤️
181
20
EDAA....🥹 Anatu siif jira Anatu siif - fira Anatu siif joora Anatu siin koora Anatu si boonsuuf si bohaarsuuf kaata Malee dh
EDAA....🥹 Anatu siif jira Anatu siif - fira Anatu siif joora Anatu siin koora Anatu si boonsuuf si bohaarsuuf kaata Malee dhangaa keehoo kan biraatu nyaata. Koo taa'uu kee faarsee siin boonee - of dhaada Anatu waa'ee kee humna koon ol yaada Malee atoo - lakki kan ormaa taateetta Utuu mimmiliqxuu ana harkaa baateetta Edaa natun beekne sin seene - akeekee Atoo kan koo miti yooman kana beekee? Silaa utuun beekee kan ormaa ta'uu kee Abbaa qabeenyummaan anarkaa ba'uu kee Maafan hanga yoonaa si faana rarra'aa? Dhangaa naan sifoofne maalifan dharra'aa? Silaa.....😔 ✍️ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖
171