Imala Jaalalaa
前往频道在 Telegram
Chaanalii kana keeesatti :- 👉 Seenaa jaalalaa 👉 Asoosaamoota gaggabaaboo 👉 Walaloo jaalalaa ni argattu 👉👉👉👉👉 @Imala_Jaalalaaf join godhaa!
显示更多未指定国家宗教与灵性63 450
794
订阅者
+224 小时
+107 天
+1730 天
数据加载中...
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
九月 '26
九月 '26
+12
在0个频道中
八月 '26
+22
在0个频道中
Get PRO
七月 '26
+7
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+18
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+34
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+54
在7个频道中
Get PRO
三月 '26
+73
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+5
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+17
在3个频道中
Get PRO
十二月 '25
+433
在0个频道中
Get PRO
十一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十月 '250
在0个频道中
Get PRO
九月 '250
在0个频道中
Get PRO
八月 '250
在0个频道中
Get PRO
七月 '250
在0个频道中
Get PRO
六月 '250
在0个频道中
Get PRO
五月 '250
在0个频道中
Get PRO
四月 '250
在4个频道中
Get PRO
三月 '250
在0个频道中
Get PRO
二月 '250
在0个频道中
Get PRO
一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十二月 '240
在0个频道中
Get PRO
十一月 '240
在0个频道中
Get PRO
十月 '240
在0个频道中
Get PRO
九月 '240
在0个频道中
Get PRO
八月 '240
在0个频道中
Get PRO
七月 '240
在0个频道中
Get PRO
六月 '240
在0个频道中
Get PRO
五月 '240
在0个频道中
Get PRO
四月 '240
在0个频道中
Get PRO
三月 '240
在0个频道中
Get PRO
二月 '240
在0个频道中
Get PRO
一月 '240
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+367
在2个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 05 九月 | 0 | |||
| 04 九月 | +2 | |||
| 03 九月 | +3 | |||
| 02 九月 | +6 | |||
| 01 九月 | +1 |
频道帖子
QABXIIN SEENSAA REMEDIAL GAD DHIIFAMERAA
✔️ MAARRE KANAAFIS BAKKA CHECK RESULT JEDHU TUQUN START KAN JEDHU TUQAA ILAALAA.
👇👇👇👇👇👇
| 2 | 没有文字... | 156 |
| 3 | Dorgommii Guddaa Seeddoo Maarshaal fi Joonii Juu Juutisu: Eenyutu Injifata?
Har'a halkan galmaa Muuziyemii Aduwaatti dorgommiin eegamaa fi hawwisiisaan kun ni gaggeeffam a.
Dorgommiin kunis Ispoortesitoota lama—Seeddoo Maarshaal (Kaamil Nagaash) fi Joonii Juu Juutisu (Yohanniis Silashii) gidduutti gaggeeffama.
Odeeffannoo Ijoo Dorgomichaa:
• Hirmaattota Ijoo: Dorgommii kana irratti Seeddoo Maarshaal (Kaamil Nagaash) fi Joonii Juu Juutisu (Yohanniis Silashii) wal morkatu.
• Dhaadata Morkattootaa: Seeddoo sirba qeenxee "Baqqaluu, Baqqaluu, Baqqaluu" jettu morkataa isaaf kan baase yeroo ta'u, Jooniin immoo miilla isaa cabseen soorama baasa jechuun dhaadateera.
• Baasii Qophii (Prize): Dorgommii kanaaf baasiin birrii miliyoona shan qophaa'ee jira.
• Qooddii Badhaasaa: Kan injifate birrii miliyoona afur yoo fudhatu, kan mo'ame immoo birrii miliyoona tokko fudhatee gala. Waliigalaan garuu badhaasichi kuma dhibba sadii (300,000) hanga birrii miliyoona shan (5,000,000) gaheera.
Dorgommii halkan har'aa kana Seeddoo Maarshaal moo Joonii Juu Juutisuu injifata jettu? Yaada keessan nuuf qoodaa!
https://t.me/olmaaguyyaa | 153 |
| 4 | International NGO kanneen armaan gadii beeksisa qaxarriif baasan waan maxxansinuuf telegram keenya yeroo yerootti hordofaa🙏
Action Against Hunger (ACF)
ActionAid
ADRA – Adventist Development and Relief Agency
Alight
Amref Health Africa
CARE Ethiopia
Catholic Relief Services (CRS)
ChildFund
Christian Aid
Concern Worldwide
COOPI – Cooperazione Internazionale
Danish Refugee Council (DRC)
FHI 360
GOAL
Heifer International
HELVETAS
International Medical Corps (IMC)
International Rescue Committee (IRC)
Islamic Relief Worldwide
Jhpiego
Light for the World
Mercy Corps
Médecins Sans Frontières (MSF)
Norwegian Refugee Council (NRC)
Norwegian Church Aid (NCA)
Oxfam
Pact
Plan International
Population Services International (PSI)
Save the Children
Samaritan's Purse
Self Help Africa
SNV Netherlands Development Organisation
SOS Children's Villages
TechnoServe
WaterAid
Welthungerhilfe (WHH)
World Vision Ethiopia
ZOA
CESVI
CISP
CEFA
LVIA
CUAMM
CBM
AIDOS
CIAI
CIFA
WeWorld
INTERSOS
People in Need (PIN)
Solidarités International
VSF Germany
VSF Switzerland
Malteser International
CARE International
World Relief
Food for the Hungry
PATH
Management Sciences for Health (MSH)
Clinton Health Access Initiative (CHAI)
GAIN – Global Alliance for Improved Nutrition
International Food Policy Research Institute (IFPRI)
International Fertilizer Development Center (IFDC)
ACDI/VOCA
Land O'Lakes Venture37
Farm Africa
British Council
WaterAid
CAFOD
👇👇
https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy | 158 |
| 5 | ✅✅Bakka adda addaa deemtee beeksisa hojii dubbisuun si dadhabsiiseeraa? Kunoo nuti beeksisa hojii bakka adda addaati bahu hundumaa walitti qabnee bakka ati jirtutti siif dhiyeessineera👇
Kan qofaa miti:
ABJUUN HOJII KEE KARAA KEENYA NI DHUGOOMA!" 🎯
✅ Beeksisa Hojii Guyyaa Guyyaan ba’u (Latest Vacancy Announcements)
✅ Fresh Graduate Programs
✅ Hojii NGO fi Dhaabbilee Dhuunfaa (NGO & Government Jobs)
✅ Qophii qormaataafi gaaffii fi deebii (Career Tips & Interview Prep)
✅ CV Sadarkaa isaa eeggatee fi kanneen birootiin isin deggeruuf qophiidha
Kan sirraa eegamu chaanaalii keenya join gochuu qofa 👇👇👇
Stop searching blindly and start applying effectively! 🎯
👇 Join the leading job portal on Telegram: 🔗 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy 🔗 https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy | 181 |
| 6 | Daqiiqaa 30 booda ni bada
Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu
10+10×0+10=??? | 27 |
| 7 | 🗣 Ati isa kam?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise.
1. Qodaa jalqabaatti dinnicha.
2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu.
3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee .
Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise:
➡️1. Dinnichi: Utuu hin seenin dura jabaa ture, garuu bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu, lallaafaa fi laafaa, dadhabaa ta'e.
➡️2. Hanqaaquun: Dadhabaa fi salphaatti kan caccabu yoo ta'u, bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu garuu keessi isaa jabaate.
➡️3. [Garuu bunni adda ture]: Bishaan bulluqaa sana (rakkina) jijjiire! Bishaan sun akka mi’aawaa fi urgaawu taasise.
✉️ Ergaan isaa kana:
✅Jireenyi yeroo hunda "bishaan bulluqaa" (qormaata, rakkoo, oduu, gantummaa) siif dhiheessa. Gaaffiin inni guddaan "Ati eenyu?"
• Akkuma dinnichaa rakkina keessatti abdii kutattee harka kennitaa?
• Akkuma hanqaaquu sababa rakkootiin onnee kee jabeessitee, kan yaaddoftu...
• Moo akkuma bunaa naannoo kee jijjiirta? Rakkoo kana fayyadamtee | 150 |
| 8 | 🥰🥰🥰 | 145 |
| 9 | 🔥 Nama 5 qofa afeeruun TON 3 argadhaa 🏦
https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015
☑️Withdraw goone check goonerra
Link gadii jirun ammuma eegalaaa
🔗 Link: 👉
https://t.me/gramevents_bot?startapp=ref_208015
✅Ammuma eegalaa xiqqoo turee jennan dhaabbachuu dandahaa | 179 |
| 10 | Addis Ababa City Corridor Project
Namoota:60 barbaada
Qaxarrii Koontiraata
Bakki Galmee: Finfinnee,Piyaasa tti.
Galmeen hanga 29/9/2018 tti
Qulqullinaan Ilaaluuf akkasumas beeksisoota biroo argachuuf 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
https://t.me/Beeksisa_hojii_vacancy | 142 |
| 11 | Bara durii mootiin tokko dhagaa ulfaataa ta'e daandii namni baay'ee irra deddeebi'u fi gara masaraa mootummaatti geessu irratti kaayee; eenyu akka kaasu arguuf bakka dhokataa ta'e ta'ee hordofuu jalqabe. 🏔👀
Ammas, namootni dhihoo mootichaa ta'an tokko tokko fi abbootiin qabeenyaa daldaltoota masaraa mootummaa naannoo sanaa hin dhabamne, dhagichi daandii irratti akkamitti akka kaayame fi mootichi maaliif akka hin kaasisne dinqisiifachaa; gungumaa osoo hin kaasin bira darban. 🚶♂️💭
Sana booda, qotee bulaan hiyyeessi tokko kuduraa fi fuduraa baatee yeroo darbu, dhagicha daandii irratti yoo argu ba'aa kuduraa fi fuduraa isaa lafa kaayee; dhagicha kaasuuf tattaafachuu jalqabe. Akkuma ta'etti dhagicha yeroo gangalchu, dhagicha jalaa warqee baay'ee fi waraqaa mallattoo mootichaa qabu kan "Nama dhagicha kaaseef, warqichi kan isaati!" jedhu argate. 💪💰✨
Daandii jireenya keenya irrattis gufuwwan baay'een ni jiru. Warra isaan dura dhaabbataniif gufuwwan carraa baay'ee qabatanii dha! Warra abdii hin kutanneef gufuwwan hundi akka nu jabeessanii fi gara sadarkaa ol'aanaatti akka nu ceesisaniif, kaayyof kan kaayaman gaarummaadha. 🌟⛰
Gufuwwan fuuldura keenyatti nu mudatan nama dhibaa'aa ta'e ni kuffisu; nama jabaa ta'e ammoo ni ceesisu. Filannoon kan keenya! 🤝🚀
Akka waan bara baraaf jiraattuutti bari (baradhu), akka waan bor duutuutti ammoo jiraadhu. 📚🌅
@kurulus_Orhan_Oromo
@kurulus_Orhan_Oromo
https://t.me/kurulus_Orhan_Oromo | 152 |
| 12 | Daqiiqaa 30 booda ni bada
Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu
10+10×0+10=??? | 27 |
| 13 | Yoo jidduu keessan jaalalli hin tasgabboofne kan cinqiifii wal dararuu heddummatu jiraate hedduu xiyyeeyfannaa siif hin kannan, yoo jaalalli jidduu keessan jiru oowwaa tahe immoo sitti hinaafuu.
Jaalala tee namoota biraatti hedduu hin dhadheessin, harka siif dhahuun isaanii humaa siif hin dabalu hinaaffaa isaaniitu caala ! | 198 |
| 14 | •Harki haadhoosaa sooruuf
Sangoota qaluuf qokkee,
•Erga haadhootti deebee
Waggoota danuu’ sokkee!
•Erga kaayyoof akeekni
Ilmaankoo gargar cabee,
•Araarfachuun dadhabe
Ilmaankoo gargar qabee,
•Cinaachaan wal tumatu
Dhokannaa na morkanii,
•Na yaaddessu_na aarsu
Boqonnaa na dhorkanii,
•Firooma walii haalan
Michuu dagalfatanii,
•Dhagaa walitti guuru
Gidduu na galfatanii,
•Dha’anii dhiiksu dhagaan
Madaa faana koo dhaalte,
•Silas gammachuuf nagaan
Gadaa faana godaante!
•Nagaan bobbaasee galchuuf
Isa qabeenyaaf maatiin
Horadhee’ nafaa cabu,
•Ilma kiyya angafaa
Isan waa mara dura
Godhadhee lafaa qabu,
•Amallisaa dhaabbataa
Isa dhaabbatee’n beekne
Dhowwataa gama baraa,
•Garraamii fi ogeessa
Isa hunda sassaabu
Hawwataa nama maraa,
•Manaa baanaan bareechaan
Ardiikoo waaqaa lafaa,
•Immimmaaniin dhoqqeessee
Maddiikoo laaqaan hafaa?
•Manaa baanaan ilmikoo
Hirkatni gaafa mugaa,
•Manaa baanaan ilmikoo
Hiyyatni gaafa dhugaa,
•Manaa baanaan kormikoo
Jabeessaan gaafa gaddaa,
•Maal taateree mormikoo
Dabeessaaf naa ragaddaa?
•Maal galche naa’n dhiisanii
Anaa taanaan dhimmikoo?
•Qe’ee na dhaaluuf ormi
Manaa baanaan ilmikoo!
•Naaf hidha, naa fayyisa
Madaakoo naa xeebisaa,
•An nan yaade, nan hawwe
Gadaakoo naa deebisaa!
https://t.me/Imala_Jaalalaaf | 194 |
| 15 | ANNOUNCEMENT
PAASPOORTII WAGGAA 10 TAJAAJILU!
📣Passport Haaraa Baasuu Akkasumas Haareffachuuf barbaadduu?
Torbanoota gabaabaatti isin qaqqaba! Jabaadhaa utuu system 'n deebi'ee hin cufamin
Mana keessan Teessanii Isin Galmeessuu Dandeenya
Ashaaraa kennuu qofaaf Deemtu:-
Isin Maal Barbaaddu Filadhaa!
👉Paaspoortii haaraa baasuuf
Paaspoortii Ariifachiisaa (Urgent Servise)
❖ Haaraa baasuuf
❖ Haareessuuf
❖ Odeeffaannoo sirreessuuf
✤Waraqaa Eenyummaa haaromfame
✤ Kaardii guyyaa dhalootaa
✤Lakkoofsa bilbilaa
😀👉haaromsuuf
✤Suuraa Gurdii
✤ Koppii paaspoortii
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Kan Bade/hatame deebifachuuf
✤Waraqaa Eenyummaa
✤Suuraa Gurdii
✤Xalayaa ragaa poolisii
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Kan Ijoollee ykn Waggaa 18 gadiif
✤Waraqaa Eenyummaa Kan Maatii
✤Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Umurii sirreessuuf
✤ Kaardii guyyaa dhalootaa
✤Suuraa Gurdii
✤Koppii paaspoortii
✤Lakkoofsa bilbilaa
👉Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf
✤Suuraa Gurdii
✤ Koppii paaspoortii
✤Waraqaa mana murtii
✤Lakkoofsa bilbilaa
Bakka
- Finfinnee
- Adaamaa
- Jimmaa
- Naqamtee
- Mattuu
- Baalee Roobee
- Miizan Amaan
- Dassee
- Dirre Daawwaa
- Hawaasaa
- Hosaanaa
- Baahirdaar
- Woldiyaa
- Walayittaa Sooddoo
- Debre Birhaan
- Asoosaa
- Gambeellaa
- Gondar
- Maqalee fi bakka dameen ICS jiru hundatti
Odeeffannoo dabalataaf nu bilbilaa
📱📱📱📱📱
0717037630
0972629779
irratti bilbila
@Daveyefira
Telegram group : https://t.me/paaspoortii_online
Telegram Channel: https://t.me/ETH_Online_Passport | 156 |
| 16 | "Beeloftu nyaachisee
dheebottu obaasee
kuftu kan si kaasu,
Nama malee maalii?
dadhabdullee - tirsee
gaara kan si baasu
Atoo hin amantuu...
onneen kee eenyuurraa
jajjabina feeti
Dhiiro sittan hima....
nama hunda shakkuun
dadhabina keeti
Garaa sodaataadha,
sammuu dadhabaatu
nama hunda shakka
Akkasitti fufnaan
boris nama biraa
hin argattu - bakka..."
Jedhee kan na gorsuuf
afaan lulluuqqatu
mataan ha dhaabbatu
Anaan seelotnikoo
galaana shakkiirraa
nagaa waraabbatu
Rabbi - Uumaa qofa
"na miidhinnaa?" jedhee
kanan hin quuqamne
Isaa gadittimmoo
namni amanamaan
#anaaf hin uumamne 🙏🏻
#Miidhamaa jaalalaa!
https://t.me/Imala_Jaalalaaf | 125 |
| 17 | 🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴
Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻
Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baayyee hamaa ture bara kam mudate? ❓ | 33 |
| 18 | Namoonni: 📝
✅SEENAA JAALALAA 💕
✅MIIDHAMA JAALALAA 💔
✅XALAYYAA JAALALAA FI 🔍
✅DHAAMSA 💪
Qabdan, keessumaa waan dargaggoonni irraa barachuu qabu jettanii yaaddan karaa telegram @Daveyefira yoo nuuf barreessitan, qindeessinee haala nama hawwatuuf ergaa keessan isiniif dabarsuun fuula kanarra isiniif oolchina ✨
@Imala_Jaalalaaf ❤️
@Imala_Jaalalaaf ❤️ | 181 |
| 19 | EDAA....🥹
Anatu siif jira
Anatu siif - fira
Anatu siif joora
Anatu siin koora
Anatu si boonsuuf
si bohaarsuuf kaata
Malee dhangaa keehoo
kan biraatu nyaata.
Koo taa'uu kee faarsee
siin boonee - of dhaada
Anatu waa'ee kee
humna koon ol yaada
Malee atoo - lakki
kan ormaa taateetta
Utuu mimmiliqxuu
ana harkaa baateetta
Edaa natun beekne
sin seene - akeekee
Atoo kan koo miti
yooman kana beekee?
Silaa utuun beekee
kan ormaa ta'uu kee
Abbaa qabeenyummaan
anarkaa ba'uu kee
Maafan hanga yoonaa
si faana rarra'aa?
Dhangaa naan sifoofne
maalifan dharra'aa?
Silaa.....😔 ✍️
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
➖➖➖➖➖➖➖➖ | 171 |
| 20 | Lubbuukoo....😍
Hundee jiruu tiyyaa
Siifanuu jiruun tiyyaa
Si dharraate ijji kiyya
Koottuu naaf bareechi
Guyyaa fi halkan kiyyaa
Yaa ibisituu jiruu tiyyaa 🫂
Bakka ati jirtu
Barbaadeetan dhabe
Akkumaan si dhabeen
Anilleen gaggabee 🥹🥰
Jiruu biyya tanaa
Koottuu na barsiisi
Onneen koo miidhamte
Koottuuti naaf fayyisi
Numaan iyyaafadha
Bakka ati jirtu
Numaan hihhiixadhaa
Liphiin tee hin jirtuu
Yoomuma naaf dhufta
Taa'eetiin si eegaa
Bor moo iftaan dhufta
Ani simaan eegaa ❤️
https://t.me/Imala_Jaalalaaf❤️
➖➖➖➖➖➖➖➖ | 222 |
