cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Edom tube ኤዶም ቱብ

❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤Erga anan naa filate❤❤ ❤Enyuun tufata goofta❤ ❤Galatomi waqaa koo❤❤ ❤ Ati hunduma jalataa❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤Lammiikoo👉

Більше
Фінляндія2 573Мова не вказанаКниги20 700
Рекламні дописи
189
Підписники
Немає даних24 години
-27 днів
-730 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

02:16
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Yaadachiisi Dubroo!
Показати все...
51.61 MB
Показати все...
Yaadachisii Dubroo /አዘክሪ ድንግል/ Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Tewaahidoo

Yaadachisii Dubroo Yaadachiisi dubroo yaadachiisi Ilma keetti himii yaadachiisi Cuubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii አዘክሪ ድንግል አዘክሪ ለልጅሽ አሳስቢ አዘክሪ ለሃጥዓን አኮ ለፃድቃን Sirraa dhalachuu isaa ….Yaadachiisii Beeteliheemittii………… Huccuun maramuusaa....... Dallaa loonitittii………... Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Waktii qorraa sanatti…… Yaadachiisii Saawwanii fi loonii........... Afuura isaanii…………… Kan gumaachaniifii……… Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Gammoojjii gibtsittii…...Yaadachiisii Arii’atamuu kee…….... Gubaa cirrachaa irratti... Beelaa fi dheebuu kee… Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii Bakka awwaalcha isaatti…. Yaadachisii Imimmaan kee buustee……. Yaa dubroo itti himii……… Gannata akka galluuf………. Cubbamootaaf malee qulqullootaaf mitii ==•|•== #share #afaanoromoo #like #subscribe #religion #comingsoon #sharemarket #መዝሙር #love @WaltajjiiFaaruu @Kooeelmedia @EOTCTV @EOTCMK @EOTCOrthodoxChannel1 @eotcmezmur9763 @eotctv2

Faarfannaa bareeda kana seenaa dhaggeeffadhaa🙏🙏🙏 Ittiin Eebbifamaa👇👇👇 https://youtu.be/Z9x_wuHYtbY?si=FYQMJyVBFQUf2rBu https://youtu.be/Z9x_wuHYtbY?si=FYQMJyVBFQUf2rBu
Показати все...
Kunoo Mikaa'el Dhufeera F/ttuu Selamaawit Abarraa Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Haaraa

Kunoo Mikaa'el Dhufeera F/ttuu Selamaawit Abarraa Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Haaraa New Ethiopian Orthodox tewahido Afan oromo mezmur

Eeyyee Firri Akka kee ኦ አንዳተ ያለ 📌 F/taa Dn Gammachiis Nagumaa 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝
Показати все...
Firri akka kee Gammachiis Nagumaa.mp37.22 MB
Yeroodhaafi Wanti hundumtuu Faaruu laphee nama booji’u fi ergaa guddaa qabuudha. Dhaggeeffadhaa👇👇👇👇 https://youtu.be/1g-R4MwxwZ8?si=LCZjjjrhakJKysWh https://youtu.be/1g-R4MwxwZ8?si=LCZjjjrhakJKysWh
Показати все...
Yeroodhafi Wanti hundumtuu F/taa Dn Masaay Abarraa Faaruu Afaan Oromoo

Faarfannaa Afaan Oromoo ortodosii new ethiopian orthodox Afan Oromo mezmur #share #subscribe #afaanoromoo #like #religion @kooe@Kooeelmedia @WaltajjiiFaaruu @EOTCTV @eotcmezmur9763 Yeroodhaafi Yeroodhaafi Wanti hundumtuu Yeroodhaafi/2/ Hin jarjarin Fayyisaa kee obsii eegi/2/ Qorumsi kee cimee yoo sitti ulfaate Bu'aa ba'iin dachee yoo sitti hammaate Hunduu darbuu isaa beekii jajjabaadhuu Mudhii Amantii keetii jabeessii hidhadhu Anoo hin yaadda'uu harkaa dhabuu kootti Natti hammaatuyyuu darbuun diina kootii Hunduu yeroof malee booda jijjiirama Innoo nun daganne kanaaf anoo waamaa Firoonni kee hunduu yeroo si jibbanii Harkaa dhabuu keetiif yoo si tuffatanii Akka Iyyoob Obsii iddoo kee hin gadhiisni Waaqa keetti of laadhu sin dagatu inni ==•|•== F/taa Dn Masaay Abarraa

Tajaajilaa Dhugaa Hoolotaaf dhiminee kan lallabnu nagaa Gooftaa nutaasisii tajaajilaa dhugaa Ati nutaasisii tajaajilaa dhugaa Hoolota waaqayyoo eegudhaaf muudamnee Akka tajaajilluuf kennaan nuuf kenname Nuti garuu daganne kaayyoof ergama isaa Hamaatti isaan laanne kunoo ijoollesaa Ayyana gooftati inni nurra jiru Kan keenya kan ta'e tokkolee hin jiru Afura qulqullu akka hin gaddisiisne Dhugaaf yaa jiraannu fedhii foonii dhiifnee Ergamni inni guddan waaqarra fudhanne Qoqoodinsaaf miti kan nuti bobbaane Tika bittinsinee daganne imaanaa Itti gaafatamna guyyaa dhumaa sana Akka hin burjaajofne ilmaan waaqayyoodha Qooqa inni dhagahuun wangeela himuudha Kana ta'uu baannan gonka hin qabu bu'aa Sanyii firii hin qabne nujalaatii ta'a             ==•|•== 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa
Показати все...
Tajaajilaa Dhugaa Faarsaa Gamtaa.mp36.23 MB
ፍቅር መልካም ነዉ ፍቅር መልካም ነዉ ሁሉኑም ያሸንፋል ጌታም ከዙፋኑ ወርዶ  አድኖናል እናም  እናድሰዉ ልባችንን በፍቅር ጥላቻና  ፀብን  ከማሃላችን ይቅር የሰዉ  ልጅ ልቦናዉ በሃጥያት ተሞልቶ ፍቅርን በመርሳት እራሱንም ጠልቶ አቤቱ ጌታ ሆይ አንተ  ተመልከተን ቸሩ አምላክ ሆይ  ፍቅርህንም አድለን    እጅ ለእጅ እንያያዝ እና     ሰላም ይዘን ወደፊት እናቅና    ክፋን  ትተን ወደፊት እናቅና      ማንም አይለየን ከአንተ ፍቅር ላይ ምድራዊ  ቢሆን በላይ በሰማይ አንተን አመኛለሁ በንፁ ልቦና ለክብርህ አልሰስት ዘምራለዉ ገና     ይሀዉ ሰጠን ጌታ  በመስቀሉ    እምነት ተስፋን ፍቅር የሚፀኑ/2/ እንዴት ብዬ ልኑር ዘመኑ ከብዶብኛል አትበል ወንድሜ እራስህን ጥለሃል መቼም ቢሆን ፍቅር ከእኛ ላይ አይርቅም ሁሉኑም ለማግኘት ጌታህን አስቀድም    እጅ ለእጅ እንያያዝ እና    ሰላም ይዘን ወደፊት እናቅና    ክፉን ትተን ወደፊት እናቅና ጌታ አድሎናል ፍቅርን በመስቀሉ ጠፍተን እንዳንሞት ሆኖልናል ቃሉ ፍቅር እንዳይጠፋ ከህይወታችን እርሱ ሲኖረን ነዉ የኛ መኖራችን     ይሀዉ ሰጠን ጌታ  በመስቀሉ    እምነት ተስፋን ፍቅር የሚፀኑ/2/             ==•|•== ዘማሪ ፋዬ ዲዳ 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa
Показати все...
ፍቅር መልካም ነው ዘማሪ ፋዬ ዲዳ.mp310.85 MB
✝ Giyoorgis kottu abbaa koo✝ Giyoorgis kottu Abba koo Giyoorgis kottu eegaa koo Nagargaari guyyaa rakkoo(2) Birooktaawitiin ati Kan gargaarte Jabina amantii Kan nu barsiiste Waaqa uumaakeef Kan amanamte Gonfoo ulfinaas ni badhaafamte Gonfoo mo'ichaa abboota kooti Humnaaf ulfinaa mo'icha saani Naafis jabina miidhagina koo Daf nadhaqabi Giyoorgis abbaa koo Daandii fayyinaa sana hordofte Gonfoo ulfinaas ni badhaafamte Baaburaan daakamtus summiin siif laatame Jabinni amantii sirraa hin mulqamne @fromiorto @fromiorto @fromiorto @Fromiorto_bot
Показати все...
+++ giyorgis kottu abba ko +++.MP34.74 MB
Faaruun kanan eebbifamaa🙏 Bakka Boqonnaa koo 👇👇👇👇 https://youtu.be/qVCgzK0_8aM?si=LEDpAix8Rgs0J7i9 https://youtu.be/qVCgzK0_8aM?si=LEDpAix8Rgs0J7i9
Показати все...
Bakka Boqonnaa koo F/taa Dn Taarikuu Haabtamuu Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Haaraa

Bakka Boqonnaa koo F/taa Dn Taarikuu Haabtamuu Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Haaraa #subscribe #share #afaanoromoo #like #religion @Kooeelmedia @WaltajjiiFaaruu @aanaaentertainment7834 @-mahtot @EOTCMK @EOTCTV

Abbaan Gatii malee Abbaan gatii malee Kan nama jaallatu sabootasaaf ergee ilmasaa jaallatu Tiksee hoolotaatii kan balbala banu Afuura qulqulluun Kan nuti jiraannu Afuura nuuf ergi yaa Abbaa jaalalaa Icciitiis nutti himi jechoota wangeelaa Addunyaa Kan hunda fedhii keen jaallatte Saba Kee balleessin badii keenya laalte Goota Goofa caalu kan qorichaaf oolu Ilma Maariyaamii hoolicha garraamii x2 Nalleessaa keenyani ati fannifamte Dheebuu keenya baaste ofii Kee dheebotte Si duukaa buunerra fannoo kee baannee Ati madoofteti kan nuti fayyine Guyyaa shantamaffaatti afuurri kee ergamee Afaan Pheexirosin kunoo lallabame Dukaa bu'oonni kee maqaa keetiif jecha Gidiraa baatanii du'aafi ajjeechaa Isaayyaas lallabee gochaa gooligootaa Ilma Maariyaamii daa’imni Ifraataa Magaalaa Daawwititti dhalatee guddataa Waaqa jiraan keessaa maaltuu saan qixxaataa?                ===°|°=== F/taa Solomoon Dabalee 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa
Показати все...
Abbaan Gatii malee Faar Solomoon Dabalee.mp39.04 MB
Dn_Birhaanuu_Nugusee_Fayyissa_Addunyaa_Kireyalayson_ኪርያላይሶን_ዘኦርቶዶክስ.mp36.67 MB
Fayyisaa Addunyaa F.Dn Fayyisaa Asraat(Adee).mp34.59 MB