cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Jimma University Community School

Mana Barumsaa komiyuunitii Yuunivarsiitii Jimmaa ጅማ ዩኒቨርስቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት

Більше
Ефіопія7 086Англійська129 065Освіта52 198
Рекламні дописи
2 073
Підписники
Немає даних24 години
+107 днів
+3430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

ለ2016/2024 የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ መልቀቂያ ፈተና ተፈታኞች በሙሉ መልካም ፈተና! መልካም ዕድል!
Показати все...
🥰 7🙏 4👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 10🎉 3
Congratulations to all KG3 JUCS(Main &JIT Campus)!!!!!!
Показати все...
💯 2
#Keeweata20-Ta'e jedhamee ragaa sobaa kennuun qormaata si'a sanii akka hin fudhanne taasisa. #Keewwata21- Barreeffamaan yaadannoo adda addaa harkarratti, waraqaa xixiqqaarratti, huccuu uffatan irratti, qaama isaanii kamirrattuufi waraqaa sooftii, teessoo irratti, keeyya kutaarratti(wall) barreessuun qormaata si'a san kennamaa jiru irraa ariisisa. #Keewwata22- Nama qormaata lennu qaamarratti miidhaa geessisuun qormaatni hunduu akka haqamu taasisa. #Keewwata23- Qormaata hatuuf nama/namoota kan gurmeesse qormaata hin fudhatu, #Keewwata24- Meeshaalee kutaa qormaataa akka hin seenne dhoorkaman kamiyyuu, teeknikaafi elektirikaala ta'an, walitti suphuun itti fayyadamuufi yaaluun akka hin qoramne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata25- Kompitara itti fayyadaman qormaataaf qofa waan ta'eef, faayiloota hin heyyamane keessa galuun, ragaa qaama biraatiif erguu yaaluun qormaata akka hin fudhanne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. . . . itti fufa Har'aaf asumarratti yoo dhaabnu, keeyyatoota qajeelfamichaa hafan 10 yeroo itti aanutti qabannee dhihaanna. Nu hordofaa. #CARRAA_GAARII !
Показати все...
1
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'an Hundaaf Ni Fayyada! ----------------------- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaataa_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo_Ministeerri_Barnootaa_Bsaseen Hogganamuun Barattoota Keenya Bu'a Qabeessa Taasisa. Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa qajeelfama naamusa qormaata biyyoolessaa dhaabbilee barnootaa olaanoo ittiin bulchu kan qabu yoo ta'u, kaayyoon walii galaatis barattoota marsariitiirratti(online) qoraman adeemsa qormaataa keessatti seera kabajanii akka qoraman guchuun sirna haqa qabeessa, amanamaafi walsimaa ta'e diriirsuudha. Qajeelfama kana keessatti barattoota naamusa qormaataa cabsaniifi tarkaanfii fudhatamuu qaban #keewwata35 ta'an tarreffamaniiru. #Keewwata1- Barataan dhugaatii alkoolii dhugee machaa'e gara mooraa qormaataa galuu hin danda'u. Qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoramu. #Keewwata2- Barataan ykn barattootni barsiisaa dirqama isaa bahaa jiru sodaachise/sodaachisan qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoraman. #Keewwata3- Wiirtuu qormaataaf hin heyyamane, meeshaa qormaataaf hin heyyamamne keessa galanii argamuun dhoorkaadha. #Keewwata4- Barataan waraqaa eenyummaa gate hin qoramu, #Keewwata5- Barattootni qaama qormaata kennuufi bulchuun yeroo gaafataman waraqaa eenyummaa isaanii ibsu agarsiisuu, sakattaa'amuun dirqama ta'a. #Keewwata6- Dubartiin uffata fuulaatiin fuulli isaanii hin mul'anne yoo ta'e, dubartii/dhiirri qormaata kennitu/kennu, dubartiin/dhiirri balbal irratti sakattaatu/ttaa'u fuula irraa fudhattee akka agarsiiftuufi eenyummaa adda baafachuu dirqama. Barattuun ajaja kana hin kabajne, gara qormaataa hin seentu, qaama nageenyaa achi jiruun to'annaa jala ooltee dhimmi ishee qoratama. #Keewwata7- Yeroo qormaataa kabajuun barbaachisaadha. Garuu, qormaatni kennamuu erga jalqabee daqiiqaa 20 booda baratan dhufe qormaata si'a sanii qoramuu hin danda'u. #Keewwata8- Qormaata kennamaa jiru daqiiqaa 30 dursanii bahuun dhoorkaadha. Barataan didee bahu yoo jiraate qormaatni isaa/ishee ni haqama. #Keewwata9- Barataan mataa isaa uffataan, dhahannaa dabbasaatiin, maaskii fuulaatiifi bifa namoota biroo goyyomsuufi rifachiisuun of dhoksuu yaale qormaata hin fudhatu. #Keewwata10-Barataan qormaata erga dubbisee booda waan dhukbsate fakkaatee kutaa qormaataatii bahe/baate qormaata hin fudhatu/ttu. Qaama nageenya achi jiruun to'annaa jala oolee/ttee dhimmi qoratama. #Keewwata11- Barataan ta'e jedhee, qormaatni hatame jechuun barattoota jeequu yaale qormaata hin fudhatu, ni dhoorkama. #Keewwata12- Barataan qormaata fudhatu tokko kutaa itti ramadameen ala qoramuu hin danda'u. Kan yaalu yoo jiraate to'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata13- Yeroon qormaataaf kenname erga xumuramee booda barreessuun dhoorkaadha. Barreessuu yoo dhaabuu baate immoo, barsiisaan qormaata kennu of eeggannoo afaanii kennuu qaba. kanaanis yoo dhaabuu baate, waraqaa deebii irratti mallattoo addaa gochuu ni danda'a. #Keewwata14- Gara kutaa qormaataa galamu sakattaa'amuu kan dide qormaata hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata15 - Barataan barsiisaa qormaata kennuufi hojjattoota haala mijeessan arrabse, sodaachiseefi abaare qormaata si'a sanii hin fudhatu. Dhimmi isaas ni qoratama. #Keewwata16 - Bilbila qabatanii galuun dhoorkaadha. Kan qabatee argame qormaata irraa ari'ama. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata17- Waraqaa eenyummaa barataa biraa qabachuun, bakka bu'anii qoratamuuf yaalun dhoorkadha. Kan yaalee argame qormaata sadi walitti aansee jiru hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #keewwata18- Qormaatni qisaasame jechuun odeeffannoo dogoggoraa barataan kenne of eeggannoo afaaniittu kennamaaf. #Keewwata19- .Yeroo dhimmi yakkaa qoratamu yaadannoo qabachuun, kaalkuleetara, bilbila harkaa, meedhaalee sagalee waraabaniifi suuraa kaasan qabachuun dhoorkadha.
Показати все...
👍 2
Share 22 miazia, 2016 text book synonyms and antonyms g12.docx
Показати все...
22 miazia, 2016 text book synonyms and antonyms g12.docx0.46 KB
👍 1
#BEEKSISA. 1- Barattoota #Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2016 Fudhatan Hundaaf 2- Barattoota Kutaa12ffaa #Dubartii_Ulfaafi_Harma_Hoosisan Hundaaf ----------------- BBO-Waxabajjii 17/2016 Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti barattoota kuma 700 oliif kennamu keessaa barattootni kuma 240 ol (35%) ol kan Oromiyaa ta'uun beekamaadha. Kanuma bu'uura gochuun barattootni keenyaa gara iddoo(Yunivarsiitii) qormaataa deemun dura seeraafi naamusa qormaataa beekuu qaban gamanumaa hubachuun barbaachisaadha. Barataan qormaataaf gara Yunivarsiitii deemu hundi:- - Moobaayilii harkaa, - Meeshaalee qara qaban kamiiyyuu, - Meeshaalee elektirooniksii (sagalee waraaban, suuraa kaasaniifi )kkf. qabatanii gara iddoo qormaataa seenuu yaalun guutumaa guututti qormaatarraa kan haqsiisuufi battalumatti to'annaa seeraa jala kan oolchu ta'uu, - Qormaata walirraa ilaaluufi garagalchuunfi qormaata hatuun yakka ta'uu, -Turtii guyyaa sadiitiif qofa kan ta'u uffata guyyaafi halkanii qabatanii seenuu, (baay'isuu hin qabdan), - Rakkoo mooraa Yunivarsiitii keessatti isin qunnamuu danda'uuf sodaa tokko malee battalumatti qaama dhihootti argattaniif beeksisuun furmaata argachuu dandeessu, - Manatsirii ijaa (eye glass) rakkoo ijaatiif isiniif ajajame kaawwattanii seenuu ni dandeessu. Kanas dursitanii qaama isin simatuuf beeksisuu qabdu. -Iddoo qormaataa/Yunivarsiitii keessatti, wacuun, iyyuun, sagalee namoota biroo jeequun fayyadamuun dhoorkaa ta'uu beekuu, - Ajajaafi qajeelfama giddu galli qormaataa baasu kabajuun dirqama ta'uu beekun barbaachisaadha. - Barattootni '#online'n qoraman mana isaaniitii deddeebi'anii waan qormaniif yeroo qormaataa kabajuun xiyyeeffannoo kennuufii qabu, - Qormaaticha yaadaafi qalbiin tasgabbaa'anii hojjachuuf gamanumaa of qopheessuu qabu. #Baratttootni_dubartootaa: #ulfaa,_guyyaan_dahiinsaa gaheefi #dubarttootni_daa'ima_harma hoosisan hundi bara barnootaa 2017 itti qophooftanii akka #barataa_idilee/Regular/taatanii qormaata fudhachuu ni dandeessu. Sababa ulfaafi harma hoosisuutiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 kan hin fudhanne, bara dhufu 2017 barataa idilee taataanii akka qoratamtan isin beeksifna. Barattootni dubartootaa daa'ima harma hoosisan immoo, barana qormaata fudhachuun dirqama yoo ta'e, #dubartii_daa'ima_isiniif_qabdu takka(Gargaartuu) fidachuun of bira tursiisuun qormaata fudhachuuu ni dandeessu. #Hubachiisa:- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaata_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo Bahe Bal'inaan Waan dhiheessinuuf nu hordofaa! Carraa_Gaarii !
Показати все...
👍 5 3🤨 2
Qormaata Pilot (tryout) bara 2016 Ejensii Madaallii Barnootaatiin qophaa'e yoo hin qabne https://t.me/hiree_barnootaa erguun nu waliin ta'aa. Pilot (tryout) qormaata manneen barnootaa tokko tokkoon osoo hin seenin dura qormaataaf kennanidha.
Показати все...
2016 Maths Pilot Exam.pdf5.26 MB
G12_bio_pilot_exam_2016_12_Jun_24_·_08·17·50_1.pdf2.07 MB
G12 English pilot test 2016.pdf1.83 MB
G-12 Physics Pilot Test 2016.pdf2.16 MB
👍 3 3
Repost from Chercher
NATIONAL_EDUCATIONAL_ASSESMENT_AND_EXAMINATIONS_AGENCY_GEOGRAPHY.pdf8.02 KB
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.