cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

𝐇𝐈𝐑𝐄𝐄 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀𝐀 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋

On this channel you can get: ✓EUEE entrance exam ✓worksheet and short note ✓Mock/model exam ✓𝖬𝖺𝗍𝗋𝗂𝖼𝗎𝗅𝖺𝗍𝗂𝗈𝗇 𝖾𝗑𝖺𝗆 ✓Reference books ✓Textbooks and teacher guides ✓Information of education ✓For all students Join☞︎ https://t.me/hiree_barnootaa

Більше
Рекламні дописи
4 843
Підписники
+3324 години
+2617 днів
+1 63130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from Short Note 📕
Gaaffii amma jalqabnee waan jirruuf badhaasa guddaa waan qabduuf ammuma hiriyoota keessaniif share godhaa Iddoon gaaffii 👇👇👇👇👇 @ABDII_SABHAA ti @ABDII_SABHAA ti React godhaa warreen keessa jirtan
Показати все...
#BEKSISA. 1- Barattoota #Qormaata_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa Bara 2016 Fudhatan Hundaaf 2- Barattoota Kutaa12ffaa #Dubartii_Ulfaafi_Harma_Hoosisan Hundaaf ----------------- BBO-Waxabajjii 17/2016 Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti barattoota kuma 700 oliif kennamu keessaa barattootni kuma 240 ol (35%) ol kan Oromiyaa ta'uun beekamaadha. Kanuma bu'uura gochuun barattootni keenyaa gara iddoo(Yunivarsiitii) qormaataa deemun dura seeraafi naamusa qormaataa beekuu qaban gamanumaa hubachuun barbaachisaadha. Barataan qormaataaf gara Yunivarsiitii deemu hundi:- - Moobaayilii harkaa, - Meeshaalee qara qaban kamiiyyuu, - Meeshaalee elektirooniksii (sagalee waraaban, suuraa kaasaniifi )kkf. qabatanii gara iddoo qormaataa seenuu yaalun guutumaa guututti qormaatarraa kan haqsiisuufi battalumatti to'annaa seeraa jala kan oolchu ta'uu, - Qormaata walirraa ilaaluufi garagalchuunfi qormaata hatuun yakka ta'uu, -Turtii guyyaa sadiitiif qofa kan ta'u uffata guyyaafi halkanii qabatanii seenuu, (baay'isuu hin qabdan), - Rakkoo mooraa Yunivarsiitii keessatti isin qunnamuu danda'uuf sodaa tokko malee battalumatti qaama dhihootti argattaniif beeksisuun furmaata argachuu dandeessu, - Manatsirii ijaa (eye glass) rakkoo ijaatiif isiniif ajajame kaawwattanii seenuu ni dandeessu. Kanas dursitanii qaama isin simatuuf beeksisuu qabdu. -Iddoo qormaataa/Yunivarsiitii keessatti, wacuun, iyyuun, sagalee namoota biroo jeequun fayyadamuun dhoorkaa ta'uu beekuu, - Ajajaafi qajeelfama giddu galli  qormaataa baasu kabajuun dirqama ta'uu beekun barbaachisaadha. - Barattootni '#online'n qoraman mana isaaniitii deddeebi'anii waan qormaniif yeroo qormaataa kabajuun xiyyeeffannoo kennuufii qabu, - Qormaaticha yaadaafi qalbiin tasgabbaa'anii hojjachuuf gamanumaa of qopheessuu qabu. #Baratttootni_dubartootaa: #ulfaa,_guyyaan_dahiinsaa gaheefi #dubarttootni_daa'ima_harma hoosisan hundi bara barnootaa 2017 itti qophooftanii akka #barataa_idilee/Regular/taatanii qormaata fudhachuu ni dandeessu. Sababa ulfaafi harma hoosisuutiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 kan hin fudhanne, bara dhufu 2017 barataa idilee taataanii akka qoratamtan isin beeksifna. Barattootni dubartootaa daa'ima harma hoosisan immoo,  barana qormaata fudhachuun dirqama yoo ta'e, #dubartii_daa'ima_isiniif_qabdu takka(Gargaartuu) fidachuun of bira tursiisuun qormaata fudhachuuu ni dandeessu. #Hubachiisa:- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaata_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo Bahe Bal'inaan Waan dhiheessinuuf nu hordofaa! Carraa_Gaarii !
Показати все...
PHYSICS GRADE 10 MODEL EXAM WITH SOLUTIONS( ANSWERS).pdf1.24 MB
GRADE_10_GEOGRAPHY_WORK_SHEET_THREE_ON_UNIT_7_&_81FINAL.pdf6.71 KB
PHY_G_12_2016E.Cmodel_exam (1).pdf5.27 KB
MATHS (social) model exam.pdf6.31 KB
GEOGRAPHY grade 12 model exam.pdf9.13 KB
HISTORY model exam.pdf5.70 KB
ECONOMICS model exam.pdf6.99 KB
BIOLOGY MODEL EXAM (2).pdf5.22 KB
ENGLISH model exam (1).pdf5.37 KB
G-12 Physics Practice questions (1).pdf6.05 KB
Math Natural.pdf5.71 KB
MATHS MODEL G-12 NATURAL.docx 2024.pdf3.00 KB
chem-pilot-exam-qesemacademy (1).pdf1.46 MB
Phrasal verbs from grade 12 @ENTRANCE_TRICKS.pdf1.24 KB
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Amantii kam irra jaallattaa Filadhu
Показати все...
☪️ 🕋 muslim ☪️ 🕌🕋
☦Orthodox ☦
✝Catholic ✝
🕉Hindustan 🕉
☸Buddhism ☸️
All are one
➕️ add your channel
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.