ru
Feedback
Oro Sport Zone

Oro Sport Zone

Открыть в Telegram

Our main channel @BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport

Больше

📈 Аналитический обзор Telegram-канала Oro Sport Zone

Канал Oro Sport Zone (@oroosportzone) языкового сегмента Яванский является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 72 722 подписчиков, занимая 784 место в категории Спорт и 44 место в регионе Финляндия.

📊 Показатели аудитории и динамика

С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 72 722 подписчиков.

Согласно последним данным от 28 июля, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило -1 274, а за последние 24 часа — 315, при этом общий охват остаётся высоким.

  • Статус верификации: Не верифицирован
  • Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 3.69%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 3.51% реакций от общего числа подписчиков.
  • Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 2 682 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 2 550 просмотров.
  • Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 9.

📝 Описание и контентная политика

Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
Our main channel @BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport

Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 29 июля, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Спорт.

72 722
Подписчики
+31524 часа
+2767 дней
-1 27430 день
Архив постов
✳️ የተወለዱበትን ወር በመንካት ኮከቦን ይመልከቱ
✳️ የተወለዱበትን ወር በመንካት ኮከቦን ይመልከቱ

ተማሪ ነህ 🤗

Repost from N/a
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ እንዴዴዴዴዴዴዴ ኧረ ፍጠኑ ጥያቄና መልስ ጀምረናል🔥🔥 ✅ ቀድሞ ለመለሱ 5 ሰዎች የካርድ ሽልማት አለ Request to join ያድርጉ....!   🚛 የአለማችን ብዙ ህዝብ ያላት ሀገር ማን ?

Tooteenhaam tapha michooman walqixa xumure Kilabni Kaaba Landan Tooteenhaam kilaba Awustiraaliyaa Siidnii EF Sii waliin tapha
Tooteenhaam tapha michooman walqixa xumure Kilabni Kaaba Landan Tooteenhaam kilaba Awustiraaliyaa Siidnii EF Sii waliin tapha qophaa'inaa taphateen 1–1 walqixa xumureera. Taphicha keessatti Maatiis Teel rukuttaa adabbii bareedaa jalqabaa Tooteenhaamiif kan lakkoofsise yoo ta'u, gareen Siidnii EF Sii ammoo galchii Taakaahiroo Seekiin galcheen walqixxeessuun danda'eera. Tapha idileetiin walqixa erga xumuranii booda, gareewwan lamaan rukuttaa adabbii xumuraa akka rukutan taasifame. Rukuttaa adabbiitiin Tooteenhaam 4–2'n injifate. Tooteenhaam taphicha keessatti taphattoota haaraa isaa Saandroo Tonaalii fi Andii Roobeertisan jijjiiramanii seenuun taphataniiru. Haa ta'u malee, sababa miidhaama salphaa qabuuf Maatiyaas Fernaandez taphicha irratti hin hirmaanne. Kilabni Kaaba Landan kun qophii isaa itti fufuudhaan Wiixata dhufu kilaba ollaa isaa Cheelsii waliin Awustiraaliyaa keessatti ni taphata.

Repost from N/a
ሊጠናቀቁ ከጫፋ የደረሱ ያልተጠበቁ የዝውውር ዜናዎችን ይመልከቱ Here We Go👇
ሊጠናቀቁ ከጫፋ የደረሱ ያልተጠበቁ የዝውውር ዜናዎችን ይመልከቱ Here We Go👇

5+5×5-5 = ?

Repost from N/a
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ እንዴዴዴዴዴዴዴ ኧረ ፍጠኑ ጥያቄና መልስ ጀምረናል🔥🔥 ✅ ቀድሞ ለመለሱ 5 ሰዎች የካርድ ሽልማት አለ Request to join ያድርጉ....!   🚛 የአለማችን ብዙ ህዝብ ያላት ሀገር ማን ?

በአሁን ሰዓት ትኩስ ትኩስ የዝውውር ዜናዎች እየተሰሙ ነው OPEN የምትለዋን ከስር በመንካት ይከታተል እንዳያመልጦት።
በአሁን ሰዓት ትኩስ ትኩስ የዝውውር ዜናዎች እየተሰሙ ነው OPEN  የምትለዋን ከስር በመንካት ይከታተል እንዳያመልጦት።

BiyyoonniWaldaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa Walga'ii Ariifachiisaa Taasisuuf jedhu Biyyoonni miseensa Waldaa Kubbaa Miilaa Awuro
BiyyoonniWaldaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa Walga'ii Ariifachiisaa Taasisuuf jedhu Biyyoonni miseensa Waldaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa (UEFA) ta'an, yoo FIFA'n mirga Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti gurgure, dorgommicha irratti akka hin hirmaanne mormii taasisuuf yaadaa jiraachuu isaanii ibsameera. Biyyoonni Awurooppaa kunneen, FIFA'n mirga Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti dabarsa taanaan, dorgommimi irratti hin hirmaannu jechuun ifatti akeekkachiisaniiru. Dhimma kana irratti murtoo waloo dabarsuuf, torban kana keessa walga'ii ariifachiisaa gaggeessuuf beellama qabachuun isaanii himameera. Gama biraatiin FIFA'n, kutaa murtaa'aa mirga daldalaa Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti gurguruuf marii gaggeessaa jiraachuu isaa mirkaneesseera.

"Seenaan koo Braziil faana xumurameera" — Neeyimaar Taphataan sarara fuulduraa Braziil, Neeyimaar, kanaan booda foyituu garee
"Seenaan koo Braziil faana xumurameera" — Neeyimaar Taphataan sarara fuulduraa Braziil, Neeyimaar, kanaan booda foyituu garee biyyaalessaa Braziiliin akka hin taphanne ifatti mirkaneesseera. Neeyimaar, "Seenaan koo garee biyyaalessaa Brasiil waliin ture xumurameera," jechuun murtoo isaa beeksiseera. Itti dabaluunis, "Yeroo hunda foyituu biyya koo kabajaan uffadhee taphadheera. Garuu amma booda deebi'ee taphachuuf fedhii hin qabu," jedheera. Murtoon kun hojii isaa garee biyyaalessaa Braziil keessatti xumuruuf fudhate akka ta'e gabaafameera.

Riyaal Maadriid Rooodrii Mallatteessisuuf Gaaffii Jalqabaa Dhiyeessuuf Qophaa'e Riyaal Maadriid taphataa sarara gidduu Maanch
Riyaal Maadriid Rooodrii Mallatteessisuuf Gaaffii Jalqabaa Dhiyeessuuf Qophaa'e Riyaal Maadriid taphataa sarara gidduu Maanchestar Siitii, Rooodrigoo Heernaandeez (Rooodrii) mallatteessisuuf gaaffii isaa isa jalqabaa dhiyeessuuf qophii xumuree jira. Rooodriin, taphataan Ispeen umurii 30, gara biyya isaatti deebi'ee taphachuu akka barbaadu irra deddeebiin ibsaa ture. Taphataan kun waliigaltee isaa keessatti waggaa tokko qofa kan hafe yoo ta'u, filannoo isaa isa jalqabaa Riyaal Maadriiditti makamuudha. Pirezidaantiin kilabichaa Filooreentiinoo Pereez, Rooodrii gara kilabichaatti akka dhufu eeyyamuun isaanii ibsameera. Kana hordofuunis Riyaal Maadriid maallaqa jijjiirraa Yuuroo miiliyoona 50 dhiyeessuuf qophii taasisaa jira. Akka gabaasa Maarkaatti, Maanchestar Siitiin taphaticha bara itti aanu bilisaan akka hin dhabne sodaachuun gurguruu danda'a jedhameera. Rooodriin duraan Viyaariyaal fi Atileetikoo Maadriid keessatti taphachaa ture. Bara 2019'tti Maanchestar Siitiitti makame. Turtii isaa keessatti waancaawwan gurguddoo 13 injifateera. Dhiheenya kanas Waancaa Addunyaa mo'achuun taphataa cimaa dorgommichaa jedhamee filatameera. Akkasumas bara 2024 badhaasa Baaloon d'Or kan injifate ta'uun isaa ni yaadatama.

Repost from N/a
✅ አሁን online ላላችሁ ብቻ ጥያቄ ና መልስ ልንጀምር ነው ፍጠኑ 👇👇 1⃣ ለወጣ 1000 ብር 2⃣ ለወጣ  500 ብር 3⃣-2️⃣0️⃣ ለወጣ  100 ብር 👉 ዝግጁ ከሆናችሁ LIVE የሚለውን ይጫኑ👇👇👇

Repost from N/a
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ 🇦🇷 አርጀንቲና ምን ያህል የአለም ዋንጫ አላት? ቀድመው ለመለሱ 5 ሰዎች የ500 ብር ካርድ ይሸለማሉ።

ሊጠናቀቁ ከጫፋ የደረሱ ያልተጠበቁ የዝውውር ዜናዎችን ይመልከቱ Here We Go የሚለውን በመንካት ይከታተሉ👇
ሊጠናቀቁ ከጫፋ የደረሱ ያልተጠበቁ የዝውውር ዜናዎችን ይመልከቱ  Here We Go የሚለውን በመንካት ይከታተሉ👇

ቤቲንግ በተደጋጋሚ እየተበሉ ተቸግረዋል ? 100% Sure/እርግጠኛ የሆኑ የጨዋታ ጥቆማ በመፈለግስ ደክመዋል ? እንግዲያውስ አይጨነቁ እጅግ አስደናቂ ቻናል እንጦቅማችሁ አሁኑኑ ተቀላቀሉና አሸናፊ ይሁኑ

ሙሌ ስፖርት ✅ በኢትዮጵያ ትልቁን የስፖርት ቻናል አሁኑኑ ይቀላቀላሉ እንዳያመልጦዎ👇 ሁሉንም አይነት መረጃ በአንድ ላይ ያገኛሉ ይቀላቀላሉ 👇
ሙሌ ስፖርት ✅ በኢትዮጵያ ትልቁን የስፖርት ቻናል አሁኑኑ ይቀላቀላሉ እንዳያመልጦዎ👇 ሁሉንም አይነት መረጃ በአንድ ላይ ያገኛሉ ይቀላቀላሉ 👇

1GB ስንት MB ነው?

⌛️ ከ10 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል ⌛️ 💸 የ250 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ! ⚽️በእግር ኳስ ታሪክ ብዙ ግብ ያስቆጠረው ተጫዋች ማነው???🤔🤔🤔

🏩👌ለዩንቨርሲቲ ና  ለ ሃይስኩል  ተማሪዎች   ብቻ የተከፈተ በኢትዮጲያ የመጀመሪያው ቻናል🔈🔈📣🚞

Maartineliin gaa'ila dhaabbate Taphataan sarara fuulduraa Arsenaal Gabri'eel Maartineliin, Isabeelaa Ruusoo waliin bultii ija
+1
Maartineliin gaa'ila dhaabbate Taphataan sarara fuulduraa Arsenaal Gabri'eel Maartineliin, Isabeelaa Ruusoo waliin bultii ijaarratee jira. Maartineliin erga waancaa addunyaa irratti Biraazil waliin hirmaatee booda, yeroo boqonnaa isaa kanattii ammoo cidha taasifatee jira.