Oro Sport Zone
前往频道在 Telegram
📈 Telegram 频道 Oro Sport Zone 的分析概览
频道 Oro Sport Zone (@oroosportzone) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 72 722 名订阅者,在 体育 类别中位列第 784,并在 芬兰 地区排名第 44 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 72 722 名订阅者。
根据 28 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -1 274,过去 24 小时变化为 315,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.69%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.51% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 2 682 次浏览,首日通常累积 2 550 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Our main channel @BurqaaIspoortii
Contact us @Burqasupport”
凭借高频更新(最新数据采集于 29 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 体育 类别中的关键影响点。
72 722
订阅者
+31524 小时
+2767 天
-1 27430 天
帖子存档
72 722
Repost from N/a
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
እንዴዴዴዴዴዴዴ ኧረ ፍጠኑ ጥያቄና መልስ ጀምረናል🔥🔥
✅ ቀድሞ ለመለሱ 5 ሰዎች የካርድ ሽልማት አለ Request to join ያድርጉ....!
🚛 የአለማችን ብዙ ህዝብ ያላት ሀገር ማን ?
72 722
Tooteenhaam tapha michooman walqixa xumure
Kilabni Kaaba Landan Tooteenhaam kilaba Awustiraaliyaa Siidnii EF Sii waliin tapha qophaa'inaa taphateen 1–1 walqixa xumureera.
Taphicha keessatti Maatiis Teel rukuttaa adabbii bareedaa jalqabaa Tooteenhaamiif kan lakkoofsise yoo ta'u, gareen Siidnii EF Sii ammoo galchii Taakaahiroo Seekiin galcheen walqixxeessuun danda'eera.
Tapha idileetiin walqixa erga xumuranii booda, gareewwan lamaan rukuttaa adabbii xumuraa akka rukutan taasifame. Rukuttaa adabbiitiin Tooteenhaam 4–2'n injifate.
Tooteenhaam taphicha keessatti taphattoota haaraa isaa Saandroo Tonaalii fi Andii Roobeertisan jijjiiramanii seenuun taphataniiru. Haa ta'u malee, sababa miidhaama salphaa qabuuf Maatiyaas Fernaandez taphicha irratti hin hirmaanne.
Kilabni Kaaba Landan kun qophii isaa itti fufuudhaan Wiixata dhufu kilaba ollaa isaa Cheelsii waliin Awustiraaliyaa keessatti ni taphata.
72 722
Repost from N/a
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
እንዴዴዴዴዴዴዴ ኧረ ፍጠኑ ጥያቄና መልስ ጀምረናል🔥🔥
✅ ቀድሞ ለመለሱ 5 ሰዎች የካርድ ሽልማት አለ Request to join ያድርጉ....!
🚛 የአለማችን ብዙ ህዝብ ያላት ሀገር ማን ?
72 722
BiyyoonniWaldaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa Walga'ii Ariifachiisaa Taasisuuf jedhu
Biyyoonni miseensa Waldaa Kubbaa Miilaa Awurooppaa (UEFA) ta'an, yoo FIFA'n mirga Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti gurgure, dorgommicha irratti akka hin hirmaanne mormii taasisuuf yaadaa jiraachuu isaanii ibsameera.
Biyyoonni Awurooppaa kunneen, FIFA'n mirga Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti dabarsa taanaan, dorgommimi irratti hin hirmaannu jechuun ifatti akeekkachiisaniiru.
Dhimma kana irratti murtoo waloo dabarsuuf, torban kana keessa walga'ii ariifachiisaa gaggeessuuf beellama qabachuun isaanii himameera.
Gama biraatiin FIFA'n, kutaa murtaa'aa mirga daldalaa Waancaa Addunyaa invastaroota dhuunfaatti gurguruuf marii gaggeessaa jiraachuu isaa mirkaneesseera.
72 722
"Seenaan koo Braziil faana xumurameera" — Neeyimaar
Taphataan sarara fuulduraa Braziil, Neeyimaar, kanaan booda foyituu garee biyyaalessaa Braziiliin akka hin taphanne ifatti mirkaneesseera.
Neeyimaar, "Seenaan koo garee biyyaalessaa Brasiil waliin ture xumurameera," jechuun murtoo isaa beeksiseera.
Itti dabaluunis, "Yeroo hunda foyituu biyya koo kabajaan uffadhee taphadheera. Garuu amma booda deebi'ee taphachuuf fedhii hin qabu," jedheera.
Murtoon kun hojii isaa garee biyyaalessaa Braziil keessatti xumuruuf fudhate akka ta'e gabaafameera.
72 722
Riyaal Maadriid Rooodrii Mallatteessisuuf Gaaffii Jalqabaa Dhiyeessuuf Qophaa'e
Riyaal Maadriid taphataa sarara gidduu Maanchestar Siitii, Rooodrigoo Heernaandeez (Rooodrii) mallatteessisuuf gaaffii isaa isa jalqabaa dhiyeessuuf qophii xumuree jira.
Rooodriin, taphataan Ispeen umurii 30, gara biyya isaatti deebi'ee taphachuu akka barbaadu irra deddeebiin ibsaa ture. Taphataan kun waliigaltee isaa keessatti waggaa tokko qofa kan hafe yoo ta'u, filannoo isaa isa jalqabaa Riyaal Maadriiditti makamuudha.
Pirezidaantiin kilabichaa Filooreentiinoo Pereez, Rooodrii gara kilabichaatti akka dhufu eeyyamuun isaanii ibsameera. Kana hordofuunis Riyaal Maadriid maallaqa jijjiirraa Yuuroo miiliyoona 50 dhiyeessuuf qophii taasisaa jira. Akka gabaasa Maarkaatti, Maanchestar Siitiin taphaticha bara itti aanu bilisaan akka hin dhabne sodaachuun gurguruu danda'a jedhameera.
Rooodriin duraan Viyaariyaal fi Atileetikoo Maadriid keessatti taphachaa ture. Bara 2019'tti Maanchestar Siitiitti makame. Turtii isaa keessatti waancaawwan gurguddoo 13 injifateera.
Dhiheenya kanas Waancaa Addunyaa mo'achuun taphataa cimaa dorgommichaa jedhamee filatameera. Akkasumas bara 2024 badhaasa Baaloon d'Or kan injifate ta'uun isaa ni yaadatama.
72 722
Repost from N/a
✅ አሁን online ላላችሁ ብቻ ጥያቄ ና መልስ ልንጀምር ነው ፍጠኑ 👇👇
1⃣ ለወጣ 1000 ብር
2⃣ ለወጣ 500 ብር
3⃣-2️⃣0️⃣ ለወጣ 100 ብር
👉 ዝግጁ ከሆናችሁ LIVE የሚለውን ይጫኑ👇👇👇
72 722
Repost from N/a
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
🇦🇷 አርጀንቲና ምን ያህል የአለም ዋንጫ አላት?
ቀድመው ለመለሱ 5 ሰዎች የ500 ብር ካርድ ይሸለማሉ።
72 722
ቤቲንግ በተደጋጋሚ እየተበሉ ተቸግረዋል ?
100% Sure/እርግጠኛ የሆኑ የጨዋታ ጥቆማ በመፈለግስ ደክመዋል ?
እንግዲያውስ አይጨነቁ እጅግ አስደናቂ ቻናል እንጦቅማችሁ አሁኑኑ ተቀላቀሉና አሸናፊ ይሁኑ
72 722
ሙሌ ስፖርት ✅
በኢትዮጵያ ትልቁን የስፖርት ቻናል አሁኑኑ ይቀላቀላሉ እንዳያመልጦዎ👇
ሁሉንም አይነት መረጃ በአንድ ላይ ያገኛሉ ይቀላቀላሉ 👇
72 722
⌛️ ከ10 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል ⌛️
💸 የ250 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!
⚽️በእግር ኳስ ታሪክ ብዙ ግብ ያስቆጠረው ተጫዋች ማነው???🤔🤔🤔
72 722
+1
Maartineliin gaa'ila dhaabbate
Taphataan sarara fuulduraa Arsenaal Gabri'eel Maartineliin, Isabeelaa Ruusoo waliin bultii ijaarratee jira.
Maartineliin erga waancaa addunyaa irratti Biraazil waliin hirmaatee booda, yeroo boqonnaa isaa kanattii ammoo cidha taasifatee jira.
