Quick Mobile Solution
Закрытый канал
Нет данных
Подписчики
-324 часа
-157 дней
-6130 дней
Архив постов
#Beeksisa_Dhuunfaa
Carraa DV Ameerikaa isiniif guunna!(DV-2025)
➙ Xumuramuuf Guyyaa 10 qofatu hafe!
DV-2025 kana nu biratti qulqullinaan akka isiniif guutamu kan feetan karaa #OroDV2025 nu qunnamaa:
Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇
✅Nama Tokkotti Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖
Link 👇👇kana tuquun seenaar
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
BARATTOOTA KUTAA 12FFAAF HUBANNOO UUMUU.
1.Barattoota Sagantaa Fooyya’iinsaaf Haalli Ramaddii Yuunivarsitii Isaanii akkami?
Bara darbe irraa kaasuun ministeerri barnootaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf murteewwan garaa garaa fudhachuun isaa ni yaadatama.
Murteewwan ministeerri barnoota fudhatee irratti hojjataa ture keessaa tokko hanna qormaata hambisuufi qulqullina barnootaa mirkaneessuun isa tokko ture.
Hanna qormaata hambisuun lammii boru dhaloota qaruufi biyyattiif kallatii garaa garaan bu’aa buusu oomishuu ejjjannoo jedhu qabatee kan ture ministeerichi lammii akkasii oomishuuf, qormaata seensa Yuunivarsitii yeroo lamaaf walitti aansuun sadarkaa barnoota olaanoo kan ta’e, Yuunivarsitii mootummaatti kenneera.
Ta’us qabxiin barattoonni kun bara darbee fi bara kana galmeessan daran yaaddeessaadha. Bara darbe barattoonni 3.3% qabxii darbiinsaa kan galmeessan yemmuu ta’u, bara kan barattoonni 3.2% walakkaa ol galmeessaniiru.
2.Barattoonni Sagantaa Fooyya’iinsaan Mooraa Seenan Meedikaal Dokteerii Barachuu ni danda’uu?
Barattoonni Sagantaa Fooyya’iinsaan mooraa seenanii, eega qabxii darbiinsaa galmeessaniin booda Muummee kamuu barachuuf wanti isaan daangessu hin jiru.
Garuu as irratti wanti beekamuu qabu, barattoonni sagantaa fooyya’iiinsaa hunduu Yuunivarsitii dhaloota jalqabaa seenuu hin danda’an.
kanaafuu muummeen isaan barachuu barbaadan, moora dhaloota 2ffaa yookiin 3ffaa keessaa dhibuu waan danda’uuf, haala kanaan carraa muummee barchuu barbaadanuu dhabuu danda’u.
3.Barattoonni Qabxiin isaanii sagantaa Fooyya’iinsaa hin dhaqqabne akkam ta’u?
Barattoonni Firiin isaanii sagantaa Fooyya’iinsaa hin qaqqabne carraa sadii qabu:-
Barnoota Sagantaa Fooyya’iinsaa qarshii isaanii kaffaluun Yuunivarsitii dhuunfaatti barachuu.
Barattoota Bara dhufuu waliin dhuunfaan qormaata irra deebi’anii fudhachuu.
Tekinikaa fi Ogummaa dorgomuun barachuu.
4.Barattoonni Sagantaa Fooyya’iinsaan mooraa seenan bara itti aanu barattoota wagga 1ffaa waliin barnoota isaanii itti fufuuf qabxii meeqa galmeessuu qabu?
Baratoonni sagantaa fooyya’iinsaan mooraa seenan qabxii darbiinsaa galmeessuuf, qormaata mooraadhaan qophaa’u 30% keessaa fi qormaata ministeera barnootaatiin 70% keessaa qophaa’u walii galatti 50% ol kan galmeessan yoo ta’e, bara itti aanutti barattoota waggaa 1ffaa waliin barnoota isaanii kan itti fufanu ta’a.
Bara 2016’tti Ministeerri Barnootaa Qormaata haala kamiin kennuuf Qophaa’aara?
Ministeerri barnootaa bara kana qormaata seensa yuunivarsitii kutaa 12ffaa kallattii adda addaan kan kennu ta’uu ibsa yeroo darbe kenneen beeksiseera. kunis kutaallee tajaajilli niitorkii ga’aa ta’etti qormaata kana onlaayiniidhaan kan kennu yemmuu ta’u, bakkeewwan tajaajilli niitorkii ga’aa hin taanetti ammoo qormaanni kun waraqaan mooraa Yuunivarsitii keessatti kan kennumu ta’uu ibseera.
https://t.me/BIIFTUU_SABAA
+1
Ammee..!!
Huutiin Yaman lolichatti makamee jira...!!
Yaman keessa kan socho'u humni Ansaarullahi Huutii yeroo ammaa magaalaa Israa'iil kan Iliyaat jedhamtu Misaa'ila Baalistikiin haleelee jira.
Humni Huutii kun kaleessas kallattii Galaana Diimaa irraan Israa'iil irratti Misaa'ila furguggisee kan ture yoo ta'u Ameerikaan Misaa'ilicha rukuttee qolachuuf ishee ibsitee turte! Haleellaan ammaa garuu galma isaa argachuun bulchiinsa Israa'iil kana barbadeessee jira.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/BIIFTUU_SABA
Repost from FIXED MATCHES™
Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇
✅Nama Tokkotti Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖
Link 👇👇kana tuquun seenaar
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇
✅Nama Tokkotti Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖
Link 👇👇kana tuquun seenaar
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇
✅Nama Tokkotti Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖
Link 👇👇kana tuquun seenaar
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
Repost from FIXED MATCHES™
Namoota Qarshii Hojjechuu Barbaaddaniif 👇 👇
✅Nama Tokkotti Qarshii 3 Kaffalaa jira🤖
Link 👇👇kana tuquun seenaar
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
Siwiidin namicha Qur'aana gube akka hariitu ibsite
Biiftuu Sabaa Media: Onkololeessa 16/2016
Mootummaan Swiidiin namicha yeroo darbe kooppii Qur'aana qulqulluu daandii irratti gubee biyyootaafi hawaasa adduunyaa muslimaa mufachiise biyyattii keessaa akka hariitu beeksisteetti.
Dhaabbanni immigireeshinii Siwiidin waa'ee namicha magaalaa guddoo biyyattiu Istookhoolm keessatti kooppii Qur'aanaa gubee ilaalchisuun ibsa kenneera.
Ibsa kanaan namni kooppii Qur'aanaa gubee magaalota Siwiidin dabalatee biyyoota adduunyaa heddu keessatti mormiin akka ka'u godhe Salwaan Moomikaa biyya Siwiidin irraa akka ari’amu ibsuu BBC News Somali gabaaseera.
Dubbi himaan Ejensii Godaantota Siwiidin Salwaan Siwiidiin keessaa hari'amee ni ba'a, waggoottan shaniifis deebi'ee Siwiidiin seenuu hin danda'u jedhan.
Gama biraatiin namichi kun gocha badaa raawwate kanaan aarii guddaa waan uumeef bakka kamuu yoo deemellee dararaafi miidhaa guddaan isa mudachuu danda'a.
https://t.me/+mIRcTtGUeZwwN2Q0
#ODUU_AMMEE
DV lottery 2025 Guutamuu Eegaleera. Nuti Immoo Amma Irraa Kaasuun Bilisaan Guutaa Jirraa. Amma Gara Xumuraatti Waan Deemaa Jirruuf Namni Hin Galmaa'iin Ammuma Galmaa'uuf Kan Jedhu Tuquudhaan Galmaa'aa.
Namni Galmaa'uu Barbadnes Filannoo keessanii irratti hundaa'aa
✅ Bilbila kana keessa Chaanaalota baay'ee Babbareedoo ta'antu keessa jiru! Namni na fayyada jedhu qofti Mallattoo diimaa ⭕ bilbilichaa 👇 Yeroo tokko qofa gadi tuquudhaan haa seenu!
🚫🚫 admn don't post! 🚫🚫
🕒 Wait For 1hour 🕒
200 -2K Subscribers
╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ▪️ ┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃ ⭕ |
╰━━━━━━━
Ads 👇
https://t.me/+QIqB6eY0JBY3OWQ0
https://t.me/+mIRcTtGUeZwwN2Q0
200 - 2K Subscribers
Free Wave Promo
@Rafiqul_Islaam
"Israa’elifi Hamaas jidduutti waliigaltee dhukaasa dhaabuu hin deeggaru’’- US
Ameerikaan waliigalteen dhukaasa dhaabuu Hamaas deebii’ee akka of ijaaruuf carraa kennu hin deeggaru jette.
Dubbii Himaan Ministira Dhimma Alaa BBCtti akka himaniitti, Ameerikaan waliigaltee dhukaasa dhaabuu Hamaas ‘‘boqannaa argatee of ijaaruun Israa’el irratti duula shororkaa akka itti fufuuf’’ taasisuu hin deeggartu jedhan.
Maatiiwu Miilar haleellaa tasaa Onkololeessa 7 Hamaas gara jabinaan Israa’el irratti raawwateen alatti, garichi ‘‘guyyaa guyyaan rookkeettiiwwan Israa’eloota nagaa irratti xiyyeeffate furgugsaa oola’’ jechuun dubbatan.
Kun osoo kanaan jiruu, Hamaas osoo dhukaasa dhaabuudhaaf waliigalte irra hin gahamne namootan butee fudhadhe gadi hin lakkiisu jedhe.
Hooggantoonni olaanoon Hamaas Mooskoo daawwataa jiran, Israa’el haleellaa qilleensaa Gaazaa irratti raawwataa jirtu osoo hin dhaabiin Hamaas namoota butee fudhate akka gadi hin lakkiifne miidiyaa Raashiyaatti dubbatan. #BBC
@BIIFTUU_SABA