ru
Feedback

НС ΠΏΠΎΠΏΠ°Π΄ΠΈΡ‚Π΅ΡΡŒ Π½Π° ΠΊΠ°Π½Π°Π» Π±ΠΎΡ‚Π°Π²ΠΎΠ΄Π°! Telemetrio Π½Π°Ρ…ΠΎΠ΄ΠΈΡ‚ ΠΈ ΠΏΠΎΠΌΠ΅Ρ‡Π°Π΅Ρ‚ Ρ‚Π°ΠΊΠΈΠ΅ ΠΊΠ°Π½Π°Π»Ρ‹ πŸ‘‰ Π₯ΠΎΡ‚ΠΈΡ‚Π΅ Π²ΠΈΠ΄Π΅Ρ‚ΡŒ ΠΌΠ΅Ρ‚ΠΊΡƒ β€” ΠΎΡ„ΠΎΡ€ΠΌΠΈΡ‚Π΅ подписку

QUBEE TUTORIAL πŸŽ“

QUBEE TUTORIAL πŸŽ“

ΠžΡ‚ΠΊΡ€Ρ‹Ρ‚ΡŒ Π² Telegram

βœ…Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial. . .

Π‘ΠΎΠ»ΡŒΡˆΠ΅

πŸ“ˆ АналитичСский ΠΎΠ±Π·ΠΎΡ€ Telegram-ΠΊΠ°Π½Π°Π»Π° QUBEE TUTORIAL πŸŽ“

Канал QUBEE TUTORIAL πŸŽ“ (@qubeetutorial) являСтся Π°ΠΊΡ‚ΠΈΠ²Π½Ρ‹ΠΌ участником. БСйчас сообщСство ΠΎΠ±ΡŠΠ΅Π΄ΠΈΠ½ΡΠ΅Ρ‚ 13 912 подписчиков, занимая 14 682 мСсто Π² ΠΊΠ°Ρ‚Π΅Π³ΠΎΡ€ΠΈΠΈ ΠžΠ±Ρ€Π°Π·ΠΎΠ²Π°Π½ΠΈΠ΅ ΠΈ 356 мСсто Π² Ρ€Π΅Π³ΠΈΠΎΠ½Π΅ Ѐинляндия.

πŸ“Š ΠŸΠΎΠΊΠ°Π·Π°Ρ‚Π΅Π»ΠΈ Π°ΡƒΠ΄ΠΈΡ‚ΠΎΡ€ΠΈΠΈ ΠΈ Π΄ΠΈΠ½Π°ΠΌΠΈΠΊΠ°

Π‘ ΠΌΠΎΠΌΠ΅Π½Ρ‚Π° создания Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ ΠΏΡ€ΠΎΠ΅ΠΊΡ‚ дСмонстрируСт ΡΡ‚Ρ€Π΅ΠΌΠΈΡ‚Π΅Π»ΡŒΠ½Ρ‹ΠΉ рост, собрав Π°ΡƒΠ΄ΠΈΡ‚ΠΎΡ€ΠΈΡŽ ΠΈΠ· 13 912 подписчиков.

Богласно послСдним Π΄Π°Π½Π½Ρ‹ΠΌ ΠΎΡ‚ 17 ноября, 2026, ΠΊΠ°Π½Π°Π» ΠΏΠΎΠΊΠ°Π·Ρ‹Π²Π°Π΅Ρ‚ ΡΡ‚Π°Π±ΠΈΠ»ΡŒΠ½ΡƒΡŽ Π°ΠΊΡ‚ΠΈΠ²Π½ΠΎΡΡ‚ΡŒ. Π—Π° послСдниС 30 Π΄Π½Π΅ΠΉ ΠΈΠ·ΠΌΠ΅Π½Π΅Π½ΠΈΠ΅ числа участников составило 210, Π° Π·Π° послСдниС 24 часа β€” 8, ΠΏΡ€ΠΈ этом ΠΎΠ±Ρ‰ΠΈΠΉ ΠΎΡ…Π²Π°Ρ‚ остаётся высоким.

  • Бтатус Π²Π΅Ρ€ΠΈΡ„ΠΈΠΊΠ°Ρ†ΠΈΠΈ: НС Π²Π΅Ρ€ΠΈΡ„ΠΈΡ†ΠΈΡ€ΠΎΠ²Π°Π½
  • Π£Ρ€ΠΎΠ²Π΅Π½ΡŒ вовлСчённости (ER): Π‘Ρ€Π΅Π΄Π½ΠΈΠΉ ΠΏΠΎΠΊΠ°Π·Π°Ρ‚Π΅Π»ΡŒ вовлСчённости Π°ΡƒΠ΄ΠΈΡ‚ΠΎΡ€ΠΈΠΈ составляСт 18.95%. Π’ ΠΏΠ΅Ρ€Π²Ρ‹Π΅ 24 часа послС ΠΏΡƒΠ±Π»ΠΈΠΊΠ°Ρ†ΠΈΠΈ ΠΊΠΎΠ½Ρ‚Π΅Π½Ρ‚ ΠΎΠ±Ρ‹Ρ‡Π½ΠΎ Π½Π°Π±ΠΈΡ€Π°Π΅Ρ‚ 4.67% Ρ€Π΅Π°ΠΊΡ†ΠΈΠΉ ΠΎΡ‚ ΠΎΠ±Ρ‰Π΅Π³ΠΎ числа подписчиков.
  • ΠžΡ…Π²Π°Ρ‚ ΠΏΡƒΠ±Π»ΠΈΠΊΠ°Ρ†ΠΈΠΉ: Π’ срСднСм ΠΊΠ°ΠΆΠ΄Ρ‹ΠΉ пост ΠΏΠΎΠ»ΡƒΡ‡Π°Π΅Ρ‚ 2 637 просмотров. Π’ Ρ‚Π΅Ρ‡Π΅Π½ΠΈΠ΅ ΠΏΠ΅Ρ€Π²Ρ‹Ρ… суток публикация Π½Π°Π±ΠΈΡ€Π°Π΅Ρ‚ 649 просмотров.
  • Π Π΅Π°ΠΊΡ†ΠΈΠΈ ΠΈ взаимодСйствия: Аудитория Π°ΠΊΡ‚ΠΈΠ²Π½ΠΎ ΠΏΠΎΠ΄Π΄Π΅Ρ€ΠΆΠΈΠ²Π°Π΅Ρ‚ ΠΊΠΎΠ½Ρ‚Π΅Π½Ρ‚: срСднСС количСство Ρ€Π΅Π°ΠΊΡ†ΠΈΠΉ Π½Π° ΠΎΠ΄ΠΈΠ½ пост β€” 19.

πŸ“ ОписаниС ΠΈ контСнтная ΠΏΠΎΠ»ΠΈΡ‚ΠΈΠΊΠ°

Автор описываСт рСсурс ΠΊΠ°ΠΊ ΠΏΠ»ΠΎΡ‰Π°Π΄ΠΊΡƒ для выраТСния ΡΡƒΠ±ΡŠΠ΅ΠΊΡ‚ΠΈΠ²Π½ΠΎΠ³ΠΎ мнСния:
β€œβœ…Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial. . .”

Благодаря высокой частотС ΠΎΠ±Π½ΠΎΠ²Π»Π΅Π½ΠΈΠΉ (послСдниС Π΄Π°Π½Π½Ρ‹Π΅ ΠΏΠΎΠ»ΡƒΡ‡Π΅Π½Ρ‹ 18 ноября, 2026) ΠΊΠ°Π½Π°Π» ΠΏΠΎΠ΄Π΄Π΅Ρ€ΠΆΠΈΠ²Π°Π΅Ρ‚ Π°ΠΊΡ‚ΡƒΠ°Π»ΡŒΠ½ΠΎΡΡ‚ΡŒ ΠΈ высокий ΡƒΡ€ΠΎΠ²Π΅Π½ΡŒ ΠΎΡ…Π²Π°Ρ‚Π° ΠΏΡƒΠ±Π»ΠΈΠΊΠ°Ρ†ΠΈΠΉ. Аналитика ΠΏΠΎΠΊΠ°Π·Ρ‹Π²Π°Π΅Ρ‚, Ρ‡Ρ‚ΠΎ аудитория Π°ΠΊΡ‚ΠΈΠ²Π½ΠΎ взаимодСйствуСт с ΠΊΠΎΠ½Ρ‚Π΅Π½Ρ‚ΠΎΠΌ, Ρ‡Ρ‚ΠΎ Π΄Π΅Π»Π°Π΅Ρ‚ Π΅Π³ΠΎ Π²Π°ΠΆΠ½ΠΎΠΉ Ρ‚ΠΎΡ‡ΠΊΠΎΠΉ влияния Π² ΠΊΠ°Ρ‚Π΅Π³ΠΎΡ€ΠΈΠΈ ΠžΠ±Ρ€Π°Π·ΠΎΠ²Π°Π½ΠΈΠ΅.

13 912
ΠŸΠΎΠ΄ΠΏΠΈΡΡ‡ΠΈΠΊΠΈ
+824 часа
+667 Π΄Π½Π΅ΠΉ
+21030 Π΄Π½Π΅ΠΉ
Архив постов
Which of the following sets contains only characteristics shared by all living organisms?
Anonymous voting
17 нояб., 12:09

πŸŽ“ QUBEE TUTORIAL OSOO SIIF JIRU BARNOOTA KEETIIF MAAF CINQAMTA ? πŸ“± Yeroo ammaa kana barataan tokko bilbila harka isaa irraa yoo qabaate goonkumaa waa'ee barnootaa isaatiif cinqamuu hin qabaatu. Kana kan jenneef sababa guddaa waan qabnuufidha. Waggoottan lamaan darbaniif Qubee Tutorial karaa Telegram fi YouTube irraan barattoota kumaatamaan lakkaa'aman barsiisaa turee jira. Ammas haala addaatiin barattoota guutuu Oromiyaa keessa jiraniif galmee eegalee karaa Telegram irraan bifa addaatiin barsiisuu irratti argama. Maarree barataa kutaa 9, 10, 11, 12 ykn Remedial yoo taate amma irraa eegaltee galmaa'uun barachuu ni dandeessa. 🌍 Maarree baadiyaas ta'ee magaalaa, iddoo feete teessee bilbila kee qofaan barnoota kee hordofuun qabxii gaarii galmeessi. πŸ“š Haalli barnoota keenyaa: πŸ”¬ Kutaa 12ffaa: Biology, Chemistry, Mathematics fi Physics. 🧬 Kutaa 9ffaa - 11ffaa: Biology. πŸ§ͺ Barattoota Remedialtiif: Biology. πŸ“ž Gaaffii ykn yaada yoo qabaattan lakkoofsa bilbilaa armaan gadiitiin nu qunnamuu ni dandeessu. πŸ“± 0966860278 πŸ“± 0777203655 πŸ“‹ Odeeffannoo galmee guutuu yoo barbaaddan πŸ‘‰ as tuqaa Yeroo kee hin gubiin, amma galmaa'ii amma barnoota kee eegali. πŸŽ“ Qubee Tutorial ✨ Education Without Limits! #QubeeTutorial β•“β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•– ⟣ πŸŽ“ @QUBEETUTORIAL πŸŽ“ ⟒ ⟣ πŸŽ“ @QUBEETUTORIAL πŸŽ“ ⟒ β•™β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•œ
14 нояб., 23:17

photo content
14 нояб., 23:17

Which of the following is correct about the heart ?
Anonymous voting
13 нояб., 23:16

.
10 нояб., 04:20

Repost from N/a
πŸ“Œ GURUUPPII BARNOOTAA KEESSAN ASITTI NI ARGATTUπŸ‘‡ Guruuppii keessan yoo dhabdan, button asii gadii tuqaa. Battalumatti gara
πŸ“Œ GURUUPPII BARNOOTAA KEESSAN ASITTI NI ARGATTUπŸ‘‡ Guruuppii keessan yoo dhabdan, button asii gadii tuqaa. Battalumatti gara guruuppii keessanitti isin geessa πŸ‘‡ ‼️Gara fuulduraatti salphaatti argachuuf, guruuppii kee Telegram keessatti pin godhi πŸ“• Grade 12 [G12 maths,chem,phy&maths + G9-11bio] β†’ Marsaa 1ffaa ykn 2ffaa filadhaa ⚠️ Guruuppiin nama galmaa'e qofaa hojjata. πŸŽ“ QUBEE TUTORIAL πŸŽ“
08 нояб., 02:16

06 нояб., 09:22

06 нояб., 09:21
06 нояб., ~09:22

06 нояб., 09:13

06 нояб., 06:20
06 нояб., ~09:23

06 нояб., 06:19
06 нояб., ~06:19

06 нояб., 06:14
06 нояб., ~06:15

06 нояб., 06:13
06 нояб., ~06:13

GRADE 12 CHEMISTRY UNIT 1 PART 9 || Afaan oromoo , @QUBEER-lg8wy https://youtube.com/watch?v=Q79w3yBkOKs&si=DQnqjjnRIbLbpC5l
05 нояб., 22:59
06 нояб., ~06:14

05 нояб., 22:58
05 нояб., ~22:59

05 нояб., 15:59
05 нояб., ~22:58

πŸ“’ ODUU GAMMACHIISAA! πŸ“’ πŸŽ“ Barattoota Sagantaa Remedial Hordoftan Hundaaf πŸ“š Waggoota lamaa darbaniif barattoota Sagantaa Re
πŸ“’ ODUU GAMMACHIISAA! πŸ“’ πŸŽ“ Barattoota Sagantaa Remedial Hordoftan Hundaaf πŸ“š Waggoota lamaa darbaniif barattoota Sagantaa Remedial hedduu barsiisaa turree jirra . Ammas bara kana barattoota Sagantaa Remedial hordofan hedduu galmeessinee barnoota BIOLOGY barsiisuuf qophii guutuu xumuruun GALMEE EEGALLEE jirra. πŸš€ Maarree barataan Sagantaa Remedial hordofu kamiyyuu har'a irraa eegalee galmaa'ee barnoota BIOLOGY keenya hordofuu ni danda'a. πŸ’° Kaffaltiin Galmee: Qarshii 350 QOFA! πŸ”— Galmaa'uuf liinkii armaan gadii tuquun galmaa'uu ni dandeessu. πŸ‘‰ @Toturegister_bot πŸ“Œ ODEEFFANNOO KAFFALTII 🏦 Lakkofsa baankii armaan gadii fayyadamuun kaffaltii raawwachuu ni dandeessuu. 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa (CBE): 1000783507588 🏦 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (COOP): 1058500088313 πŸ“± E-Birr: 0942480778 πŸͺͺ Name: Nuredin Husein πŸ“‹ Odeeffannoo dabalataa: lakk bill πŸ“ž 0966860278 πŸ“ž 0777203655 πŸŽ“ Qubee Tutorial ✨ Education Without Limits! #QubeeTutorial β•“β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•– ⟣ πŸŽ“@QUBEETUTORIALπŸŽ“ ⟒ ⟣ πŸŽ“@QUBEETUTORIALπŸŽ“ ⟒ β•™β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•œ
03 нояб., 09:30

πŸ“’ ODUU GAMMACHIISAA! πŸ“’ Barattoota Sagantaa Remedial Hordoftan Hundaaf Waggoota lamaa darbaniif barattoota Sagantaa Remedial
πŸ“’ ODUU GAMMACHIISAA! πŸ“’ Barattoota Sagantaa Remedial Hordoftan Hundaaf Waggoota lamaa darbaniif barattoota Sagantaa Remedial hedduu barsiisaa turree jirra . Ammas bara kana barattoota Sagantaa Remedial hordofan hedduu galmeessinee barnoota BIOLOGY barsiisuuf qophii guutuu xumuruun GALMEE EEGALLEE jirra. Maarree barataan Sagantaa Remedial hordofu kamiyyuu har'a irraa eegalee galmaa'ee barnoota BIOLOGY keenya hordofuu ni danda'a. πŸ’° Kaffaltiin Galmee: Qarshii 350 QOFA! Galmaa'uuf liinkii armaan gadii tuquun galmaa'uu ni dandeessu. Galmaa'uuf πŸ‘‰ @Toturegister_bot πŸ“Œ ODEEFFANNOO KAFFALTII Lakkofsa baankii armaan gadii fayyadamuun kaffaltii raawwachuu ni dandeessuu. 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa (CBE): 1000783507588 🏦 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (COOP): 1058500088313 πŸ“± E-Birr: 0942480778 πŸͺͺ Name: Nuredin Husein Odeeffannoo dabalataa: lakk bill πŸ“ž 0966860278 πŸ“ž 0777203655 Qubee Tutorial Education Without Limits! #QubeeTutorial β•“β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•– ⟣ πŸŽ“@QUBEETUTORIALπŸŽ“ ⟒ ⟣ πŸŽ“@QUBEETUTORIALπŸŽ“ ⟒ β•™β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•œ
03 нояб., 09:24
03 нояб., ~09:30

Barattoonni riimeediyaalii jirtuuπŸ”₯
01 нояб., 12:24

🚨 GALMEEN KEENYA BIFA HOO'AA TA'EEN AMMAS AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA πŸ”₯ πŸ”₯ 🟒 Barattoota baay'ee barsiisaa turree jirra ammas barsiisuu irratti argamna. Barataan barachuu barbaadu hunduu galmaa'ee barachuu ni danda'a. πŸ‘‰ Galmaa'uuf: @Toturegister_bot πŸ“˜ Barnootni kutaa 9–11 bara kanaaf barnoota Biology qofa yommuu ta'u, innis yeroo tokko qofa ykn iddoo tokkotti kan kaffalamuudha. πŸ§ͺ Barnootni Kutaa 12 barnoota Biology, Chemistry, Mathematics fi Physics kan of keessatti hammatu yoo ta'u, marsaa marsaadhaan kan kaffalamuudha. πŸ“š GATIIN GALMEE BARNOOTAA KEENYAAS πŸŽ“ BARNOOTA KUTAA 12ffaa Barnoota guutuu (Marsaa 1ffaa fi 2ffaa): 1,200 Birr Galmee marsaa tokkoo: 600 Birr 🧬 GALMEE BIOLOGY Kutaa 9–12 (iddoo tokkotti): 1,000 Birr Biology Kutaa 12ffaa: 500 Birr Biology Kutaa 11ffaa: 400 Birr Biology Kutaa 10ffaa: 380 Birr Biology Kutaa 9ffaa: 360 Birr πŸ“Œ LAKKOOFSA BAANKII ARMAAN GADII FAYYADAMUUN KAFFALTII RAAWWACHUU NI DANDEESSU: 🏦 Baankii Daldala Itoophiyaa (CBE): 1000783507588 🏦 Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa (COOP): 1058500088313 πŸ“± E-Birr: 0942480778 πŸͺͺ Name: Nuredin Husein Lakk bill:- πŸ“ž 0966860278 πŸ“ž 0777203655 Qubee Tutorial Education Without Limits!!!! #QubeeTutorial β•“β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•– ⟣ πŸŽ“@QUBEETUTORIALπŸŽ“ ⟒ ⟣ πŸŽ“@QUBEETUTORIALπŸŽ“ ⟒ β•™β©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ©Άβ•œ
31 ΠΎΠΊΡ‚., 11:04