cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

NUREDIN OROMOO

Nuredindawud

Больше
Рекламные посты
637
Подписчики
Нет данных24 часа
+17 дней
+1830 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Hordoftoota Amantaa Islaamaa hundaaf, Baga Ayyaana Arafaa nagaan geessan Eid Mubarak
Показать все...
👍 2
Показать все...
#Koreen_Kenniinsa_Lafa_Mana_Jireenyaa_Barsiisotaa Raawwachiisu Hundeeffame. -------------------- BBO- 07/10/2016 Cabiinsa barnootaa akka biyyaafi naannootti qunname fayyisuuf hojiiwwan ciccimoo akka MNO hojjataman keessaa tokko Gumii Tiraansiformeeshiinii Barnootaa Oromiyaa hundeessuun hojii ijoo ture. GTBO sadarkaa Naannootti kan Pirezidaantii Naannoo keenyaatiin hogganamu yoo ta'u. barreessaan immoo hogganaa Biiroo Barnootaa ta'ee, hogganaa Paartii Badhaadhinaa dabalatee miseensotni adda addaa kan keessatti argaman ta' uun beekamaadha. GTBO akkuma hundaa'een hojiiwwan qulqullina barnootaa naannoo keenyaa fooyyessuu danda'an, rakkoowwan bu'uura irraa hiikuu danda'an jedhamanii amanaman qabxii 8 hatattamaan hojiirra oolchuuf Magaalaa Adaamaatti gaafa guyyaa 16/03/2016 murtee dabarseera. Qabxiilee 8 keessaa tokko. Barsiisotaa mana jireenya magaalota keessaa hinqabneef hatattamaan lafti mana jireenyaa akka kennamuuf kan jedhu ture. Bu'uuruma kanaan Motummaan Naannoo Oromiyaa guyyaa 26/06/2016 lakk. Xalayaa 02/Dh-19/152 barreesseen barsiisota mana jireenya hinqabneef lafti mana jireenyaa irratti ijaarratan akka kennamu jechuun Biiroo Lafaa Oromiyaatiif kan beeksise yoo ta'u, Biiroon lafaatis waajjira lafaa magaalaafi godinoota Oromiyaa keessatti argaman hundaaf gaafa 09/07/2016 lakk. xalayaa BLO/L - 01/2612, waajjira lafaa magaalaa 23fi waajjira lafaa godinaa 21f xalayaa barreesseen lafa mana jireenyaa barsiisotaaf akka kennan qajeelfama dabarsuun ni yaadatama. Kanuma bu'uureeffachuun hanga har'aatti waajjirri lafaa magaalotaa 05fi waajjirri lafaa godinoota 13 qofa qajeelfama Mootumnaan Naannoo Oromiyaa dabarse kabajuun hojiirra kan oolchan yoo ta'u, magaalaa 18fi godinni 08 hanga guyyaa har'aatti qajeelfama Mootummaan keenya dabarse hojiirra oolchuu hindandeenye/fedhii dhabuu/ irraa kan ka'e rakkoo mana jireenya barsiisotaa furuu hin dandeenye. Kanaafuu, Mootummaan Naannoo keenyaa rakkoo kana furuuf koree bul. magaalotaafi godinoota waliin ta'ee qindoominaan raawwachiisuu danda'u hundeesseera. #Koree_Lafa_Mana_Jireenyaa_Barsiisotaa_Raawwachiisu 1- Biiroo Barnootaa Oromiyaa 2- Biiroo Misoomaa Magaalaa 3-Biiroo Lafaa Oromiyaa 4- Waajjira Paartii Badhaadhinaa 5- Waldaa Barsiisotaa ta'uun naannoo irraa hanga aanaatti sadarkaan caaseffamuun hundaa'eera. Koreen sadarkaan caaseffsme kun GTB sadarkaan jiru waliin waldeeggaraa kan hojjatu ta'uunis beekameera. Kanaafuu, barsiisotni hanga har'aatti lafa mana jireenyaa hin arganne hundi yeroo gabaabaa keessatti lafa akka argatan sochiin mootummaan keenya taasisaa jiru ni mul'isa. Https://t.me/preton_drop_bot?start=82794161-4e9d-4402-b907-b42cc79c498d
Показать все...
$PRETON DROP

Preton community: @preton Preton community: @preton_cis Chat: @chat_preton Cooperation: @eleidans

👍 2
#BARSIISAA!....... Barsiisaan dhaloota gahoomsuu bira darbee biyyi kun of barsiisaa malee jiraachuu hin dandeessu yoo jedhame waan dhugaa irraa fagaate natti hin fakkaatu. Sababni isaa 𝙗𝙖𝙧𝙨𝙞𝙞𝙨𝙖𝙖𝙣;- Hayyuu waa kalaquu(𝘽𝙚𝙚𝙠𝙖𝙖𝙙𝙝𝙖), Nama biyya bulchuudha(𝙈𝙤𝙤𝙩𝙞𝙞), Eegduu biyya eeguudha(𝙒𝙖𝙧𝙖𝙖𝙣𝙖), Mirkaneessituu fayyaati(𝘿𝙤𝙤𝙠𝙩𝙚𝙚𝙧𝙖𝙖), Sammuu namaa qotee kan misoomsudha(𝙌𝙤𝙩𝙩𝙪𝙪), Ka'umsa beekumsa dhala namaati(𝙆𝙞𝙩𝙖𝙖𝙗𝙖), Hubachiistuu mirga namummaati(𝘼𝙗𝙗𝙖𝙖 𝙎𝙚𝙚𝙧𝙖𝙖), Balleessituu doofummaatii(𝘽𝙖𝙣𝙩𝙪𝙪 fi 𝘾𝙪𝙛𝙩𝙪𝙪), Waan egereef ta'u kan beeku(𝘼𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣𝙩𝙪𝙪 ykn 𝙍𝙖𝙖𝙜𝙙𝙪𝙪), Mi'a dheedhii kan jijjiirudha(𝙒𝙖𝙖𝙧𝙨𝙝𝙖𝙖), Agarsiistuu kallattii jireenyaati(𝙆𝙤𝙤𝙢𝙥𝙖𝙖𝙨𝙞𝙞), Falmaa mirga namaati (𝘼𝙗𝙪𝙪𝙠𝙖𝙖𝙩𝙤𝙤), Qusataa yerooti(𝘼𝙩𝙞𝙞𝙡𝙚𝙚𝙩𝙞𝙠𝙨𝙞𝙞), Dhaloota milkeessa, Karaa sirrii kan baasu(𝙏𝙞𝙧𝙖𝙠𝙩𝙞𝙧𝙖), Morkataa Gabrummaati (𝙌𝙖𝙗𝙨𝙖𝙖'𝙖𝙖), Argannoo haaraa kan maddisiisudha(𝙌𝙤𝙧𝙖𝙩𝙖𝙖) fi kkf waan baay'ee isaanitu kan ani hin tuqiin hafee jira. Kanaafuu barsiisaan mi'eessituudha yoon jedhe waan ittiin barsiisaa ibsu dhabeen itti fakkeessee jecha kanatti fayyadame. Mi'eessituun yoo waan nyaatamu tokkoo keessaa dhibe maal akka ta'u hubachuun isaa nama hin rakkisu ifaadha. Barsiisota 𝙗𝙞𝙮𝙮𝙤𝙤𝙩𝙖 guddatanii fakkeenya fudhanne yoo ilaalle iddoo guddaa 𝙗𝙖𝙧𝙨𝙞𝙞𝙨𝙖𝙖𝙛 qabu. Haala 𝙢𝙞𝙣𝙙𝙖𝙖 ykn 𝙠𝙖𝙛𝙛𝙖𝙡𝙩𝙞𝙞 isaanii illee yoo ilaalle hojjettoota jiran keessaa gatii olaanaatu kaffalamaaf. 𝘼𝙛𝙧𝙞𝙠𝙖𝙖 keessaa illee fagoo otoo hin deemin ollaa biyya keenyaa kan taate fknf #𝙆𝙚𝙚𝙣𝙞𝙮𝙖𝙖 yoo fudhanne gatiin barsiisaaf kaffalamu olaanaadha. Hojjettoota biyya ishee keessaa 𝐦𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 kan barsiisaati. Biyya kana keessatti garuu hangam akka ta'ee wal nama hin gaafachisu! Garuu, ani #nu qofaaf mindaan haa dabalamu jechuu koo miti.....! Barsiisaa abbaa ogeessota maraa!♥️👌
Показать все...
#BEEKSISA_GUYYAA_QORMAATA_MADAALLII_GAHUMSA_OGUMMAA_BARSIISUMMAA --------------------- Waajjira Barnootaa Godinaalee 21fi Bul. Magaalota 23tiif ------------------ BBO- Caamsaa 30/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf kallatti hedduun irratti hojjachaa jiraachuun ni beekama. Qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti gaheen barsiisaafi hogganaan mana barnootaa hundaa ol murteessaafi wanti bakka isaanii bu'u gonkumaa kan hin yaadamneedha. Kanaafuu, barsiisaafi hoggansa mana barnootaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahee olaanaa qabu kana gahumsa isaa mirkaneeffachuun barbaachisaadha. Haaluma kanaan biiroon keenya barsiisotaafi hoggansa manneen barnootaa Qormaata Madaallii Gahumsa Ogumnaa qoruun mirkaneeffachuuf guyyaa qormaataa kanaan dura Waxabajjii 09/2016 jedhamee ture fooyyessuun #Waxabajjii_13/2016 ta'uusaa xalayaan ergameera. Kanaafuu, barsiisotni kanaan dura qormaataaf filatamtan; #Barsiisotni_Manneen_Barnootaa_Sadarkaa_1ffaafi #Sadarkaa_2ffaa keessatti barsiistan gamanuma qophii barbaachisaa ta'e akka taasiftan, #Waajjirri_barnootaa_Godinaaleefi_Magaalotaa_barsiisota akka kakaaftaniifi qopheessitan ergaan dabreera. #Guyyaan_qornaataa-13/10/2016 #Kanqoratamu:- B/saafi HMB #Iddoon_qormaataa:- Yunivarsiitii filame keessatti #Haalli_qormaataa:- 'Online' fi waraqaan ta'a #Sa'aatiin qormaataa:- Ganama Sa'aatii 4:00tti eegalama. #Ogummaan_Barsiisummaa_HANDHURA_Ogummaa_Hundaati! 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
Показать все...

Guyyaan qormaataa MGO barsiisota manneen barnootaa Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaaogummaa barsiisummaa keessa jiranii gara Waxabajjii 9, 2016 jedhamee kan ture gara Waxabajjii 13tti beellamameera
Показать все...
ℕ𝕒𝕞𝕠𝕠𝕟𝕟𝕚 /ℚ𝕒𝕒𝕞𝕠𝕟𝕟𝕚 𝕕𝕙𝕚𝕞𝕞𝕚 𝕜𝕦𝕟 𝕚𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕥𝕦 𝕚𝕥𝕥𝕚 𝕞𝕦𝕕𝕕𝕦𝕦𝕕𝕙𝕒𝕒𝕟 𝕪𝕖𝕣𝕠𝕠 𝕜𝕖𝕖𝕤𝕤𝕒𝕟𝕚𝕥𝕥𝕚 𝕗𝕒𝕪𝕪𝕒𝕕𝕒𝕞𝕒𝕒
Показать все...
👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Nuredindaw
Показать все...
NUREDIN OROMOO

Nuredindawud

22/09/2016 #Hubachiisa #Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:- ---------------------- Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera. Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an, #Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera. #Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha. Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha. Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna. #Xiyyeeffannoowwan; #Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba. #Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne, #Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne. #Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu.. #CARRAA_GAARII ! -BBO- 🔔 You Tube Official 🔔 - https://www.youtube.com/@Oromiaeducationbureau. | 👍 Facebook  Official 👍 - https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa/ 📖 New curriculum 📖 - https://t.me/oeb_book_store
Показать все...

👍 3
👉 Click here for more.......