cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Nekemte College of Teacher Education - KBBN

"A GREAT PLACE TO LEARN!" Website: www.nekemtecte.edu.et P.O.BOX: 88 TEL: 0576611302 Since 1970 E.C

Больше
Рекламные посты
9 770
Подписчики
+1724 часа
+847 дней
+29530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Jaallan hoggansa KBB, nagaa jirtu?                                                                                                                                                                                     Hanqina barsiisaa bu'uura boruufi Afaan Amaaraa mudatee jiru hanga tokko furuuf, barattoota kutaa 12ffaa xumuranii ulaagaa barbaachisu guutan galmeessuufi leenjisuun hojiitti bobbaasuuf hojjetamaa jira.                                                                                                                    Kanaafuu, galmeen sadarkaa aanaaleefi Bul/Mag,tti gaggeeffamaa jiru akkuma jirutti ta'ee, Kolleejjotni keenyaas beeksisa bakka adda addaatti maxxansuun hanga Waxabajjii 25 tti akka galmeessistan jechaa, adeemsa raawwii yeroo yeroon akka nuuf gabaafamu gaafanna.                                                                                                                                                                            BBO/DBOQQ
Показать все...
Ulaagaa Galmee Barattoota kut.12 2016.pdf2.01 MB
👎 25👍 13 13
#National_university_Exit_Exam_Schedule ********* Sagantaan Qormaata Ba'iinsa Yuunivarsiitii Bara 2016 Kan barattoota Yuunivarsiitii Wallaggaatti Qormaataaf Taa'anii Kunoo dha.
Показать все...
👍 31 20
Фото недоступноПоказать в Telegram
Sagantaa Qormaata Kutaa 12ffaa bara 2016
Показать все...
👍 13 8🥰 1
30👍 24
#KBB_Naqamtee_Waxabajjii_1_2016 #Hojii_Misooma_Qonnaa Lafa bal'aa mooraa KBB Naqamtee keessaa yeroo dheeraaf bosona uffatee taa'aa ture misoomsuuf hojiin lafa qotuun midhaan facaasuu guyyaa har'aa haala ho'aa ta'een jalqabamee jira. Baniinsi sirna inisheetivii qonna gannaa kun bakka I/A/Diinii Bul/Misoomaafi I/Dandeettii obbo ABDIISAA GAMMACHUU jiranitti ifaan jalqabameera. Dubbatanii argamuu caalaa ta'anii argamuun jijjiirama akka fidu walnama hin gaafachiisu. Hooggantoonni yeroo baay'ee karoora tarsimoo isaanii dhiyeeffatanii ittiin muudamu. Barii muudamanii jalqabee karoorri isaanii ni dagatama. Hooggansi amma Riifoormiin filaman waan yaada kana qeeqan fakkaata. Barii filatamanii kaasee jijjiirama gurguddaatu mooraa keessa jira. Akkuma suurri armaan gadii dubbatu Diiniin KBBN obbo Takkaalliny Namarraa gaawwaa mooraa fokkisiise keessa deemanii qayyasanii akka qulqullaa'u taasisan. Hojjettoonni humnaa fi kunuunsa biqilaa itti duulanii dukkana mooraa keessaa gara ifaatti deebisan. Amma immoo lafti qulqullaa'e kun oomisha midhaaniin akka faayamu hojiin qotisaa eegalameera. Dhaabbileen barnootaa bakka barnoonni qalamaa itti kennamu qofa osoo hin taane, bakka barattoonni itti mala jireenyaa, misooma, dinagdee fi hawaasummaa itti baranii keessatti guddatan ta'uu mala. Hojiiwwan misoomaa amma eegalaman kunneen haaluma kanaan itti fufsiisuun Kolleejjii keenya dirree misoomaa fi jijjiiramaa ni taasisna.
Показать все...
👍 8 6
Guyyaan qormaataa MGO barsiisota ogummaa barsiisummaa keessa jiranii gara Waxabajjii 13tti beellamameera
Показать все...
19👍 12
Фото недоступноПоказать в Telegram
Barsiisonni Dippiloomaa Sagantaa IDILEE, GALGALAA, GANNAA fi DHUMATORBEE barattanii eebbifamtanii fi qabxii MGO 50 fi isaan ol galmeessitanii hanga ammaa kan hin qaxaramne Hanga Waxabajjii 5/2016 galmaa'aa!
Показать все...
👍 44 33
Barsiisonnii fi hojjettoonni Kolleejjii bu'uura komiishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa kaa'een Qabeenya dhuunfaa isaanii Karaa online galmeeffachaa jiru.
Показать все...
10👍 6
Copy share Link to boost our page
Показать все...
👍 14
Показать все...
Nekemte College of Teacher Education - KBBN

"A GREAT PLACE TO LEARN!" Website: www.nekemtecte.edu.et P.O.BOX: 88 TEL: 0576611302 Since 1970 E.C

👍 3
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.