Maths Group11
Открыть в Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
Больше5 102
Подписчики
-424 часа
-87 дней
-4330 день
Архив постов
5 102
She said, " We are doing our homework now" Then which of the following can be the indirect speech of this sentence?
5 102
Repost from N/a
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata ministry kutaa 6ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf See More
5 102
#Qabxii_Qormaata_Kutaa_6
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2017 Guyyoota hafan 3 Keessatti Kan Ibsamu Ta'uun Beekame.
----------------
BBO- Adoolessa 22/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa bara 2017 barattoota kuma 700 oliif kennee ture qabxii qormaatichaa guyyoota 3 keessatti (hanga Jimaata 25/11/2017)tti kan ibsamu ta'uu, hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Kaasahun Galaanaa ibsaniiru.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 barattoota miliyoona 1.1 ol ta'aniif ji'a tokko keessatti qormaata keennuu, Sororsuufi Qabxii ibsuun kan danda'e yoo ta'u, qabxii barattoota kutaa 8ffaa (barattoota 488 458) torban lama dura xumuree ibsuun ni yaadatama.
Qabxii barattoota kutaa 6ffaa(barattoota 700 000 ta'an) immoo hanga Adoolessa 25/2017 tti kan ibsamu ta'uu, Dr. Kaasahun himaniiru.
Walumaagalatti, Naannoo Oromiyaatti bara 2017 keessa barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhatan baay'inni isaanii (miliyoona 1.3 ol ) baay'ina #Ummata_Biyya_Jibuutii bara kanaa kan caalan ta'uun beekameera.
#Hubachiisa
#Qormaanni Kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyoota 26/10/ hanga 05/11/2017 kennamee ture;
#Guyyaa 06-10/11/2017 waraqaan deebii qormaataa Godinaaleefi Bul. Magaalotaa irraa gara jiddu gala qormaatni itti sororfamu Magaalaa Adaamaa Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnoota Oromiyaatti geejjibamaa ture.
#Guyyaa 11/11/2017 hanga 25/11/2017 tti qormaata sororsuufi firii qormaataa walduraa duuban beeksisuu gaggeeffamaa jira.
@maths_group11
5 102
Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira .
Maarreee Ammuma seenuun ilaaladhaa.
Liinkii argachuuf kan jedhuun tuquun ilalladhaa 💥👇
5 102
Repost from N/a
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata Entrance kutaa 12ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf See More
5 102
Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira .
Maarreee Ammuma seenuun ilaaladhaa.
Liinkii argachuuf kan jedhuun tuquun ilalladhaa 💥👇
5 102
Which of the following quantum number is known as orbital orientation quantum number?
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
