es
Feedback
Maths Group11

Maths Group11

Ir al canal en Telegram

The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!

Mostrar más
5 102
Suscriptores
-424 horas
-87 días
-4330 días
Archivo de publicaciones
She said, " We are doing our homework now" Then which of the following can be the indirect speech of this sentence?
Anonymous voting

500 dollars ____________ not enough for us.
Anonymous voting

Repost from N/a
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata ministry kutaa 6ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf Se
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata ministry kutaa 6ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf See More

The simplified form of log(100)-log10+log1000 is:
Anonymous voting

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?

#Qabxii_Qormaata_Kutaa_6 Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2017 Guyyoota hafan 3 Keessatti Kan Ibsamu Ta'uun Beekame. ---------------- BBO- Adoolessa 22/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa bara 2017 barattoota kuma 700 oliif kennee ture qabxii qormaatichaa guyyoota 3 keessatti (hanga Jimaata 25/11/2017)tti kan ibsamu ta'uu, hogganaa I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Kaasahun Galaanaa ibsaniiru. Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2017 barattoota miliyoona 1.1 ol ta'aniif ji'a tokko keessatti qormaata keennuu, Sororsuufi Qabxii ibsuun kan danda'e yoo ta'u, qabxii barattoota kutaa 8ffaa (barattoota 488 458) torban lama dura xumuree ibsuun ni yaadatama. Qabxii barattoota kutaa 6ffaa(barattoota 700 000 ta'an) immoo hanga Adoolessa 25/2017 tti kan ibsamu ta'uu, Dr. Kaasahun himaniiru. Walumaagalatti, Naannoo Oromiyaatti bara 2017 keessa barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhatan baay'inni isaanii (miliyoona 1.3 ol ) baay'ina #Ummata_Biyya_Jibuutii bara kanaa kan caalan ta'uun beekameera. #Hubachiisa #Qormaanni Kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyoota 26/10/ hanga 05/11/2017 kennamee ture; #Guyyaa 06-10/11/2017 waraqaan deebii qormaataa Godinaaleefi Bul. Magaalotaa irraa gara jiddu gala qormaatni itti sororfamu Magaalaa Adaamaa Giddu Gala Qorannoofi Leenjii Barnoota Oromiyaatti geejjibamaa ture. #Guyyaa 11/11/2017 hanga 25/11/2017 tti qormaata sororsuufi firii qormaataa walduraa duuban beeksisuu gaggeeffamaa jira. @maths_group11

በክረምቱ ከእኛ ጋር ይዘጋጁ

The term "double helix" refers to the structure of
Anonymous voting

Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladha
Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladhaa. Liinkii argachuuf kan jedhuun tuquun ilalladhaa 💥👇

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?

Which of the following is peroxide?
Anonymous voting

Repost from N/a
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata Entrance kutaa 12ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf S
Biiroon barnoota Oromiyaa Deebii Qormaata Entrance kutaa 12ffaa irratti ibsa gabaaba baase jira odeeffannoo guutu argachuuf See More

Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladha
Oduu simbirtuu Qormanni ministry Kutaa 6ffaa fi 8ffaa kan Naannoo hunduma Gadhiifame jira . Maarreee Ammuma seenuun ilaaladhaa. Liinkii argachuuf kan jedhuun tuquun ilalladhaa 💥👇

If I _________ him, I would study hard.
Anonymous voting

What values of l are permitted for an electron with n= 4?
Anonymous voting

What is the value of antilog(-2)?
Anonymous voting

Which of the following lines are parallel to each other?
Anonymous voting

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?

My sister told me that she____ the following day.
Anonymous voting

Which of the following quantum number is known as orbital orientation quantum number?
Anonymous voting