The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus - EECMY
Открыть в Telegram
The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus (EECMY) is a national Lutheran church with more than 10 million members.
Больше3 316
Подписчики
+724 часа
+267 дней
+11030 день
Архив постов
Godina Qellem Wallagaa, Aanaa Gidaamiitti ajjeechaa Amantoota irratti raawwate ilaalchise Ibsa WKWW Mekane Yesus Itiyoophiyaatiin kenname.
* * * * * * *
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Mekane Yesus Itiyoophiyaa seenaa tajaajila waggota 125 lakkobsise kan qabdu Waldaa Biyyoolessaati. Waldaan kuni baroota lakkoofsifte kana keessatti, dhalootaa dhalootatti kan ce’u Tajaajila Waliigalaatiin (Holistic Ministry) misoomaa fi guddina biyyattii keessatti gumaacha guddaa gochaa turte, gochaas jirti. Yeroo ammaattis dhibbaan kan lakka’aman Projeketoota misooma Waliigalaa kutaa biyyaatti hundumaa keessatti geggeessaa kan jirtu yoo ta’u, hojiiwwan kanaaf Qarshii Biliyoonaan lakka’aman hojii irra oolchitee jirti; amantoota ishee Miliyoona kudha lama (12 million) ta’an gita gitatti gurmeessitee waamicha ishee tarsiimoo bal’aadhaan bakkaan ga’uuf dhama’aa jirti.
Kana ta’ee utuma jiru garuu, Waldaan kun baroota darban keessas haa ta’u yeroo amma keessa jirru kana keessatti qormaata gurguddaa adda addaa keessa darbuudhaan har’a geeseetti. Kanaafis mata dureen ibsa kanaa ragaa tokkoodha. kunis, Mootummaa Naannoo Oromia, Godina Qellem Wallagaa, Aanaa Gidaamii, ganda Mana Hamoo keessa kan Jiru, Waldaa Tokkummaa Mana Hamoo Mekane Yesusuus jedhamuun beekamu keessatti Sadaasa 14/2016 halkan keessaa Sa’a saddeeti irratti amantoota kadhata addaatiif Mana Sagadaa keessa turan, namoota kudha torba keessaa dargaggoonni sagal qaama hidhattootaa eenyummaan isaanii ifa hin taanneen humnnaan oofamanii bakka tokkotti haala suukanneessadhaan ajjeefamuu kan ilaallatuu dha.
Haala kana ilaalchisee Midiyaaleen biyya keessaatii fi kan addunyaa gabaasa bifa adda addaatiin kennaa akka jiran ni beekama. Haa ta’u iyyuu malee Karaa Waldaa Kiristiyaanaa keenyaatiin amma ammaatti yakka kana ilaalchisee ibsi ba’e hin jiru. Kunis kan ta’eef, karaa Mootummaatiin dhimmichi hordoffii argatee haalli isaa karaa amansiisaa ta’een uummataaf ifa ta’a jedhamee eegamuu irraa kan ka’ee dha.
Amantoonni ajjeechaa suukanneessaa kanaan jireenyi isaanii darbe akka armaan gaditti mul’atuu dha:
1. Taliilaa Lammeessaa Taasisaa
2. Tolinaa Lammeessaa Taasisaa
3. Taammiraat Lammeessaa Taasisaa
4. Qabbannaa Bulchaa Guutamaa
5. Geetachoo Beekkataa Taayisaa
6. Hiikaa Ayyaanaa Yaadasaa
7. Jireenyaa Dingataa Teessoo
8. Solomoon Dingataa Teessoo
9. Siraaj Danuu,
Namoonni kun hundumtuu umurii dargaggummaa keessa kan turan yommu ta’u akkuma armaan olitti argamu dargaggoonni shan kan maatii lamaati, namoonni afur immoo abbaa maatiiti. Ajjeechaan Gidaamiitti amantoota Waldattii irratti raawwatame kuni isa duraa miti. Kana duras bakkoota adda addaatti ajjechaan jumulaa amantoota keenya irratti raawwatamaa ture. Fakkenyaaf, waggaa darbe Wallagga Bahaa, aanaa Sasiggaa keessatti amantoota Sagada guyyaa Dilbataa irra turan keessaa amantoonni kudha shan gurmuun qaama hidhattootaaiin mana sagadaa keessatti ajjeefamuu, akkasumas Wallagga Dhihaa, aanaa Boojjii keessatti amantoota Sagada Dilbataa irra turan keessaa dargaggoonni sadii qaama hidhattootaatiin ajjeefamuu fi kutaalee biyyatti adda addaa keessatti amantoota irratti yakki ajjeechaa kana fakkatu raawwatamaa turuu isaa tartiibuun ni danda’ama. Ajjeechaawwan suukanneessoo kana ilaalchisee dhugaa fi haqni ifa akka ta’uuf Waldaan sagalee ishee yeroo adda addaatti dhageessisaa kan turte yoo ta’elle deebiin homtu hin argamne.
Mirgi jiraachuu namootaa sarbamee lubbuun isaanii tarkaanfii hidhataatiin yeroo darbu, qaamni kana dalage eenyuunuu haa ta’u, qoratee seeratti dhi’eessuu fi nageenya uummataa mirkaneessuun, akkasumas haala uumame irratti uummataaf odeeffannoo amanamaa kennuun itti gaafatama mootummaa akka ta’e seerri Mootummaa biyyattii haala hin morkachiifneen ni mirkaneessa, Waldaan keeynas kanuma amanti.
Kanaafis qaamoliin gita Federaalaattis haa ta’u gita mootummaa naannootti Seera Tumanii fi Seera raawwachiisan, ajjeechaa Sadaasa 14/2016 aanaa Gidaamiitti amantoota keenya irratti dalagame dabalatee, kan duraanis turani yakkoota kana fakkaatan hordofuudhaan seeratti akka dhdhi’aatan akka godhan, akkasumas haalota kana ilaalchise uumataaf ibsi amanamaan akka kennamu Waldaan Kiristiyaanaa keenya ammas cimsitee iyyatti, sagaleen ishees akka dhaga’amu, haqnii fi mirgi dhala namaa akka seera biyyattiitti akka mirkanaa’u dabaltee gaafatti.
Kanumaan wal-qabatee taateewwan yakkooti bifa adda addaatiin biyyattii keessatti mul’ataa jiran harka-guddeessan, nagaan dhibamuu irraa kan ka’e ta’uun isaa amanamaa dha. Kanaafis rakkoon hundeedhaan buqa’ee, biyyattiin biyya lammiiwwan ishee yaaddoo malee keessa jiraatan, soda malees iddoo dhaa gara iddootti socho’an, biyya mirgi dhala namaa qabatamaadhaan itti kabajamee fi biyya missoomaan dagaagde akka taatuuf, mootummaan karaa danda’ame hundumaan araarri fi nagaan akka bu’uuf, kan duraanii caalaa kutannoodhaan akka dhama’u Waldaan Kiristiyaanaa akkuma kana duraa ammas cimisitee gaafatti; nagaa fi araara buusuudhaan tokkummaa fi guddina biyyatti irratti tattaaffii godhamu hundumaa keessatti qodha fudhachuufis qophee ta’uu ishee dabaltee mirkaneessiti.
Waaqayyo maatiiwwan gaddi irra ga’e hundumaa jajjabina isaatiin haa guutu.
Nagaas biyya keenyaaf haa baayyisu!
WKWW Mekana Yeesus Ityophiyaa
Sadaasa 24-2016
Godina Qellem Wallagaa, Aanaa Gidaamiitti ajjeechaa Amantoota irratti raawwate ilaalchise Ibsa WKWW Mekane Yesus Itiyoophiyaatiin kenname.
* * * * * * *
Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Mekane Yesus Itiyoophiyaa seenaa tajaajila waggota 125 lakkobsise kan qabdu Waldaa Biyyoolessaati. Waldaan kuni baroota lakkoofsifte kana keessatti, dhalootaa dhalootatti kan ce’u Tajaajila Waliigalaatiin (Holistic Ministry) misoomaa fi guddina biyyattii keessatti gumaacha guddaa gochaa turte, gochaas jirti. Yeroo ammaattis dhibbaan kan lakka’aman Projeketoota misooma Waliigalaa kutaa biyyaatti hundumaa keessatti geggeessaa kan jirtu yoo ta’u, hojiiwwan kanaaf Qarshii Biliyoonaan lakka’aman hojii irra oolchitee jirti; amantoota ishee Miliyoona kudha lama (12 million) ta’an gita gitatti gurmeessitee waamicha ishee tarsiimoo bal’aadhaan bakkaan ga’uuf dhama’aa jirti.
Kana ta’ee utuma jiru garuu, Waldaan kun baroota darban keessas haa ta’u yeroo amma keessa jirru kana keessatti qormaata gurguddaa adda addaa keessa darbuudhaan har’a geeseetti. Kanaafis mata dureen ibsa kanaa ragaa tokkoodha. kunis, Mootummaa Naannoo Oromia, Godina Qellem Wallagaa, Aanaa Gidaamii, ganda Mana Hamoo keessa kan Jiru, Waldaa Tokkummaa Mana Hamoo Mekane Yesusuus jedhamuun beekamu keessatti Sadaasa 14/2016 halkan keessaa Sa’a saddeeti irratti amantoota kadhata addaatiif Mana Sagadaa keessa turan, namoota kudha torba keessaa dargaggoonni sagal qaama hidhattootaa eenyummaan isaanii ifa hin taanneen humnnaan oofamanii bakka tokkotti haala suukanneessadhaan ajjeefamuu kan ilaallatuu dha.
Haala kana ilaalchisee Midiyaaleen biyya keessaatii fi kan addunyaa gabaasa bifa adda addaatiin kennaa akka jiran ni beekama. Haa ta’u iyyuu malee Karaa Waldaa Kiristiyaanaa keenyaatiin amma ammaatti yakka kana ilaalchisee ibsi ba’e hin jiru. Kunis kan ta’eef, karaa Mootummaatiin dhimmichi hordoffii argatee haalli isaa karaa amansiisaa ta’een uummataaf ifa ta’a jedhamee eegamuu irraa kan ka’ee dha.
Amantoonni ajjeechaa suukanneessaa kanaan jireenyi isaanii darbe akka armaan gaditti mul’atuu dha:
1. Taliilaa Lammeessaa Taasisaa
2. Tolinaa Lammeessaa Taasisaa
3. Taammiraat Lammeessaa Taasisaa
4. Qabbannaa Bulchaa Guutamaa
5. Geetachoo Beekkataa Taayisaa
6. Hiikaa Ayyaanaa Yaadasaa
7. Jireenyaa Dingataa Teessoo
8. Solomoon Dingataa Teessoo
9. Siraaj Danuu,
Namoonni kun hundumtuu umurii dargaggummaa keessa kan turan yommu ta’u akkuma armaan olitti argamu dargaggoonni shan kan maatii lamaati, namoonni afur immoo abbaa maatiiti. Ajjeechaan Gidaamiitti amantoota Waldattii irratti raawwatame kuni isa duraa miti. Kana duras bakkoota adda addaatti ajjechaan jumulaa amantoota keenya irratti raawwatamaa ture. Fakkenyaaf, waggaa darbe Wallagga Bahaa, aanaa Sasiggaa keessatti amantoota Sagada guyyaa Dilbataa irra turan keessaa amantoonni kudha shan gurmuun qaama hidhattootaaiin mana sagadaa keessatti ajjeefamuu, akkasumas Wallagga Dhihaa, aanaa Boojjii keessatti amantoota Sagada Dilbataa irra turan keessaa dargaggoonni sadii qaama hidhattootaatiin ajjeefamuu fi kutaalee biyyatti adda addaa keessatti amantoota irratti yakki ajjeechaa kana fakkatu raawwatamaa turuu isaa tartiibuun ni danda’ama. Ajjeechaawwan suukanneessoo kana ilaalchisee dhugaa fi haqni ifa akka ta’uuf Waldaan sagalee ishee yeroo adda addaatti dhageessisaa kan turte yoo ta’elle deebiin homtu hin argamne.
Mirgi jiraachuu namootaa sarbamee lubbuun isaanii tarkaanfii hidhataatiin yeroo darbu, qaamni kana dalage eenyuunuu haa ta’u, qoratee seeratti dhi’eessuu fi nageenya uummataa mirkaneessuun, akkasumas haala uumame irratti uummataaf odeeffannoo amanamaa kennuun itti gaafatama mootummaa akka ta’e seerri Mootummaa biyyattii haala hin morkachiifneen ni mirkaneessa, Waldaan keeynas kanuma amanti.
fufee dha.
Adeemsa itti aananiif haala mijeessuudhaaf akka ta'utti gartuun tokko hundaa'eera.
Waldootni amma tokkummaa ijaarratan kun Tokkummaa Waldoota Kiristiyaanaa Addunyaa (WCC) fi Tokkummaa Waldoota Afirikaa (AACC) keessatti warra jalqabumaa kaasanii misensa ta'anii fi hirmaannaa ho'aa qaban yammuu ta'an; akka biyyaatti tokkummaa ijaarrachuun isaanii sadarkaa ArdiiAfirikaa fi Guutummaa Addunyaa irratti waliin hojechuuf dhaabbatoota isaan deggeran argachuuf isaan gargaara.
Odeeffannoon kun kan fuudhamee toora odeeffannoo Tokkummaa Waldoota Kiristiyaanaa Addunyaa irraa ti.
Ethiopian churches commit to establishing national council
= = = = =
With a historic show of unity, Ethiopian churches meeting at the Ecumenical Institute at Bossey made the decision to establish a council of churches in their country.
The church delegations in the meeting were led by H.G. Archbishop Petros, general secretary of the Holy Synod of the Ethiopian Orthodox Tewahedo Church; Rev. Dr Yonas Yigezu Dibisa, president of the Evangelical Church Mekane Yesus; and H.E. Cardinal Berhaneyesus Souraphiel of the Ethiopian Catholic Church.
High-level delegations from the three largest Ethiopian churches—the Ethiopian Orthodox Tewahedo Church, Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus, and Ethiopian Catholic Church—made the move with a view to strengthening ecumenical cooperation “in responding to humanitarian needs and in promoting peace and social cohesion in Ethiopia,” according to a minute released by the gathering.
As the church leaders signed a resolution document showing their commitment to the new process and structure, Rev Dr Yonas Yigezu Dibisa reflected that, for several years, these churches have been discussing how to form a new structure and reactivate the vision of ecumenical unity. He paid tribute to church leaders who, decades ago, formed partnerships and coalitions to address the needs of the people.
The World Council of Churches (WCC) served as a convener and facilitator of the process. The meeting was supported by the German Federal Foreign Office. It built on previous conversations and processes, which were supported by Norwegian Church Aid.
In order to facilitate next steps delegates of churches has appointed task force.
---
The three churches are long time and active members of WCC (World Council of Churches) and AACC (All Africa Council of Churches). With the establishment of a National Council of Churches in Ethiopia, both global and reginal councils will get a partner organization on ground to work with.
The news is obtained from WCC (World Council of Churches) official website.
Ethiopian church leaders meet at Ecumenical Institute at Bossey | World Council of Churches (oikoumene.org)
In historic show of unity, Ethiopian churches commit to establishing national council | World Council of Churches (oikoumene.org)
World Council of Churches
የኢትዮጲያ አብያተ ክርስቲያናት፣ ካውንስል ለማቋቋም ወሰኑ
= = = = =
የኢትዮጲያ አብያተ ክርስቲያናት ታሪካዊ አንድነት በማሳየት ቦሴ በሚገኘው ኢኩሜኒካል ተቋም በመሰባሰብ በሀገራቸው ካውንስል ለማቋቋም ውሳኔ አሳልፈዋል።
ከስብሰባው ይፋ በተደረገ ቃለ-ጉባኤ መሰረት ሶስቱ የኢትዮጲያ ግዙፍ አብያተ ክርስቲያናት፤ የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን፣ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ እና የኢትዮጵያ ካቶሊካዊት ቤተ ክርስቲያን ከፍተኛ የልዑካን ቡድን አባላት ኢኩሜኒካል ትብብራቸውን ለማጠናከር ዕርምጃ የወሰዱት “በኢትዮጲያ ለሚስተዋሉ ሰብዓዊ ፍላጎቶች ምላሽ ለመስጠት እና ሰላምና ማኅበራዊ ትስስርን ከማጠናከር” አኳያ መሆኑ ተጠቅሷል።
የአብያተ ክርስቲያናቱ ልዑካን በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን የቅዱስ ሲኖዶስ ዋና ጸሃፊ ሊቀ ጳጳስ ብፁዕ አብነ ጴጥሮስ፣ የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተ ክርስቲያን መካነ ኢየሱስ ፕሬዚዳንት ቄ/ስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ዲቢሳ እና የኢትዮጵያ ካቶሊካዊት ቤተ ክርስቲያን ካርዲናል ብፁዕ ብርሃነየሱስ ሱራፊኤል ተመርተዋል።
የአብያተ ክርስቲያናቱ መሪዎች ለአዲሱ ሂደትና መዋቅር ያላቸውን ቁርጠኝነት የሚያሳይ የመፍትሔ ሰነድ በተፈራረሙበት ወቅት፣ “እነዚህ አብያተ ክርስቲያናት ለበርካታ ዓመታት አዲስ መዋቅር ለማደራጀት እና ኢኩሜኒካል አንድነትን ለመፍጠር የነበራቸውን ራዕይን እንደገና ማንቃት በሚቻልበት ሁኔታ ላይ ሲወያይ መቆየታቸውን” ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ ዲቢሳ ጠቅሰዋል። ፕሬዚዳንቱም ከበርካታ አስርት አመታት በፊት የሕዝቦችን ችግር ለመፍታት አጋርነት እና ጥምረት ላደረጉ ቀደምት የአብያተ ክርስቲያናቱ መሪዎች እውቅና ሰጥተዋል።
የውይይት ሂደቱ ሰብሳቢና አስተባባሪ በመሆን የአለም አብያተ ክርስቲያናት ካውንስል ያገለገለ ሲሆን የጀርመን ፌደራላዊ መንግስት የውጪ ጉዳይ ሚንስቴር ለውይይቱ ድጋፍ አድርጓል። ይህኛው የውይይት ምዕራፍ ከዚህ ቀደም በኖርዌይ ቤተ ክርስቲያን ድጋፍ ከተደረገው ስብሰባ የቀጠለ ነው።
ቀጣይ ሂደቶችን ለማሳለጥ ይረዳ ዘንድ ልዑካኑ ግብረ ኃይል ሰይመዋል።
_ _ _ _
አብያተ ክርስቲያናቱ ቀደምትና ንቁ ተሳትፎ ያላቸው የአለም አብያተ ክርስቲያናት (WCC) እና የመላው አፍሪካ አብያተ ክርስቲያናት ካውንስል(AACC) አባል ቤተ ክርስቲያናት ሲሆኑ ብሔራዊው የአብያተ ክርስቲያን ካውንስል ሲቋቋም፣ ዓለም አቀፋዊው እና አህጉር አቀፍ ካውንስሎች አብሮ ለመስራት የሚያስችል አጋር ተቋም የሚያገኙ ይሆናል።
መረጃው የተገኘው ከይፋዊ የአለም አብያተ ክርስቲያናት ካውንስል ድረ-ገጽ ነው።
Kaawonsilii Tokkummaa Waldoota Kiristiyaanaa Itiyoophiyaa Warra jalqabaa Dhaabbachuudhaaf Murtaa'e.
= = = = =
Tokkummaan seena qabeessa ta'e kan Waldoota Kiristiyaanaa Itiyoophiyaa warra jalqabaa dhaabbata Iikumeeniikaali isa Booleetti argamutti walitti qabamuudhaan akka biyyatti Kaawonsilii dhaabbachuudhaaf murtoo dabarsaniiru.
Akka murtoo wal ga'ii sanaa irraa hubachuun danda'ametti Waldaato gurguddoo fi seena qabeeyyii ta'an sadi'i: Waldaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa, Walda Kaatolikii Itiyophiyaa fi Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaa Walitti dhufeenya hundee Amantii (ecumenical) isaanii jabeessuuf tarkaanfii fudhachuudhaan: "fedhii hawaasa keessaa mul'atuu fi nagaa uummataa" irratti hojjechuudhaaf walii galuun isaanii ibsameera.
Tokkummaan Waldoota Kiristiyaanaa warra jalqabaa kun Ol-aanaa Barreessaa Qulqulluu Sinoodosii Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa kan ta'an Ol-aanaa Phaaphaasii Abuuna Pheexiros, Kardinaalii Waldaa Kaatolikii Itiyoophiyaa Biraana Yesuus Suraafelii fi Pirezedaantii Waldaa Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Itiyoophiyaa Luba Dr. Yonaas Yiggazuutiin durfameera.
Geggeessitootni Tokkummaa Waldoota Warra jalqabaa kun adeemsaa fi ijaarsa haaraa kanaaf murannoo qaban kan agarsiisu yaada furmaataa irratti walii mallatteessaniiru. Mul'ataa fi hundee amantii (ecumenical) durumaa kaasee tokkummaadhaan qaban deebisanii jabeessuuf akka hojjetanis Lubni Dr. Yonaas Yiggazuu ibsaniiru. Pirezedaantiin kun tokkummaan ammaa haareffamee ijaarame kun waggoota kudhaniin lakka'aman duraa kaasee turee fi rakkoo uummataa hiikuu, wal gargaarsaa fi walitti dhufeenya seena qabeessaa kan qabu ta'uu isaa mirkaneessaniiru.
Adeemsa maree kanaa dura taa'ummaadhaa fi qindeessuun kan gargaare Tokkummaa Waldoota Addunyaa yammuu ta'u; Ministeerri Dhimma Haajaa Alaa Biyya Jarmanis marii kanaaf deggersa godhaniiru. Maree inni kun wal ga'ii isa kanaan dura deggersa Waldaa Noorwayeetiin geggeeffametti kan
የማዕከላዊ ሰሜን ክላስተር የሁለተኛው ዓመት የPLI(Pastoral Leadership Institute) ስልጠና ዛሬ በደሴ ማህበረ ምዕመናን መሰጠት ተጀምሯል።
የሁለተኛው ዓመት ስልጠና መሪ ሀሳብ “ለእግዚአብሔር ተልዕኮ ሲባል ለውጥን መምራት” የሚል ሲሆን ስልጠናውን አገልጋዮች ከትዳር አጋሮቻቸው ጋር በመካፈል ላይ ይገኛሉ።
ስልጠናውን የቤተክርስቲያኒቱ የወንጌል ተልዕኮና ቲኦሎጂ ዲፖርትመን ያዘጋጀው ሲሆን በያዝነው ዓመት የዚህ ዓይነት ተመሳሳይ ስልጠና በሌሎች ሶስት ክላስተሮች በነቀምት፣ በጋምቤላ እና በአዲስ አበባ ከተሞች እንደተሰጠ ከመምሪውያ መረዳት ተችሏል።
* * * *
North Central Cluster, 2nd year PLI(Pastoral Leadership Institute) training started today at Desse congregation.
This year training is given under theme of “Leading Change for the Sake of God's Mission”. On the training, ministers of the church are attending with their spouses.
The training is organized by the Department of Mission and Theology(DMT), and similar trainings were given for other three cluster at Nekemte, Gambella and Addis Ababa this year.
የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱስ አዲስ አበባ ሲኖዶስ 2ኛ መደበኛ ጉባዬውን ህዳር 15/ 2015 ዓ.ም በእንጦጦ ማህበረ ምዕመናን አካሂዷል።
* * * *
ጉባዬውም የቤተክርስቲያኒቱ አመራሮች፣ የተቀባይ ማህበረ ምዕመናን እና የሲኖዶሱ አጋር ተቋማት ባቀረቡት ሰላምታ የጀመረ ሲሆን የሲኖዶሱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ኪሮስ ቀጥለው መራሄ ንግግር አድርገዋል። ባደረጉትም ሰፊ ንግግር ሲኖዶሱ ከተመሰረተበት ከ2007 ዓ.ም ጀምሮ ላለፉት ዘጠኝ አመታት በመዲናዋ ውስጥ ስላከናወናቸው የወንጌል፣ የልማት እና የማህበራዊ አገልግሎቶች ያብራሩ ሲሆን ጨምረው ሲኖዶሱ እና በስሩ ያሉ ማህበራነ ምዕመናን ያጋጠሟቸውን ተግዳሮቶች በዝርዝር አስቀምጠዋል።
አያያይዘውም ከተማዋ አህጉር ዓቀፍና ዓለም ዓቀፍ የዲፕሎማቲክ ግንኙነቶች እና ትላልቅ ተቋማት መቀመጫ ከመሆኗ የተነሳ በተለያዩ ዓለም ዓቀፍ ቋንቋዎች ሊኖር ስለሚገባው ልዩ ወንጌል የማዳረስ አቀራረብ አጽኖት ሰጥተው ተናግረዋል። መራኔ ንግግሩንም ተከትሎ ጉባዬው በሲኖዶሱ የከተማዋን የስነ ሕዝብ አወቃቀር ባማከለ መልኩ ወንጌልን የማዳረስ ስራዎችን መስራት በሚቻልባቸው መንገዶች ዙሪያ መክሯል።
በማጠቃለያውም ጉባዬው ላለፉት ሁለት የአገልግሎት ዘመናት ሲኖዶሱን ሲመሩ የነበሩ አመራሮችን በታላቅ ምስጋና በማሰናበት ለቀጣይ አራት ዓመታት ሲኖዶሱን የሚመሩ መሪዎችን መርጧል።
በዚህም መሰረት ፦
፩ - ቄስ ዶ/ር ፅጌ በረዳ -ፕሬዚዳንት
፪- ቄስ ዶ/ር ዘላለም ቸርነት - ምክትል ፕሬዚዳንት እና
፫- አቶ ምንተስኖት ተከተል - አቃቤ ንዋይ በመሆን ሲኖዶሱን የሚመሩ ይሆናል።
የቤተክርስቲያኒቱ ፕሬዚዳንት ቄስ ዶ/ር ዮናስ ይገዙ አዳዲስ የተመረጡ የሲኖዶስ መሪዎችን ቃለ-መሀላ አስገብተዋል። ፕሬዝዳንቱም አክለው በቤተክርስቲያኒቱ ታሪክ ለሁለተኛ ጊዜ ቤተክርስቲያን ሴት የሲኖዶስ መሪ ያገኘችበት ታሪካዊ ቀን መሆኑን ጠቅሰዋል።
ቤተክርስቲያን ለተመረጡት አዳዲስ መሪዎች የአገልግሎት ስኬት ትፀልያለች።
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 