cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Al-Kawsar

Gain Islamic Knowledge anywhere, anytime.

Больше
Рекламные посты
5 453
Подписчики
-1024 часа
-307 дней
+52030 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from Walaloon Jaalala
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjadhaa. Nama tokkoon qarshii tokko siniif kaffala. Kanfaltii isaas karaa Telebirr baafachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Utopet_bot?start=r0427620562
Показать все...
"اللَّهُمَّ بِكَ أصْبَحْنَا، وبِكَ أمْسَيْنَا، وَبِكَ نَحْيَا، وَبِكَ نَمُوتُ، وإلَيْكَ النُّشُورُ."💜🧚‍♀️
Показать все...
Repost from Al-Bayyinah
-Jumu'aa: Guyyaa Jumu'aa malaa'ikaan fuuldura balbala Masjidaatti si eegu. -عن أبي هريرة رضى الله عنه قال قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: إذا كان يوم الجمعة كان على كل باب من أبواب المسجد الملائكة يكتبون الأول فالأول، فإذا جلس الإمام طووا الصحف وجاءوا يستمعون الذكر. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: Guyyaa Jumu'aa yoo ta'e cufa balbala masjidaa irraa ta'e irratti malaa'ikaan ni ta'u ka galmeessan namoota akkaataa walduraa duubaan Masjiida seenaniin, Yoo Imaamni taa'e (gorsaaf teessorra) barreessuu dhiisuun (kitaata walitti cufuun) gorsa dhageeffatuuf dhufu. {Al Bukhaari: 3211}
Показать все...
الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام، وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: إن من أفضل أيامكم يوم الجمعة فأكثروا علي من الصلاة فيه. -Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti nagayaa fi rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Halkan isii (Halkan kamisaa) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan:"Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati; isii keessa nagayaa fi rahmatarraa narratti buusuu heddummeessaa."    -Sheikh Abdul Aziiz At-Tarifii.
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Namoonni akka itti dorgomtan isin dhibe Yoo jiraate. Akkuma fakkii 1 irratti argitan chaanaalii San mara join taasifta. Sanaan booda check isa jedhu cuqaasta. Bonasii waan qabuuf qarshii 500-1000 hojjachuu dandeessu. 100% dhugaa waan taheef osoo carraan kun isin hin darbin hojjadha. Jalqabuuf👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
Показать все...
“Irra caalaan Mahrii, irraa laafaa isaati.” Nabi Muhammadﷺ [Sahiihul-Jaami’ 3279] - Akka Shari’aatti Mahriin dubartiif kennamu hin daangeeffamne. Gurbaan intala jaalatee fuudhuuf deemuuf hanga barbaade kennuu dandaha. Garuu fuudhaa-heerumni gaariin ka Mahrii xiqqaan jaarame. Intalti gurbaa isii fuudhuu barbaaduuf Mahrii haa laaffiftu. Bultiin Mahrii laafaan gad dhaabbatte Barakaa qabdi. Gaafa baasiin cidhaa laafte badiin ni hafti, lafti nagaya. ‎* خيرُ الصَّداقِ أيسَرُه* ‎الراوي : عُقبةَ بنِ عامرٍ.
Показать все...
👍 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
Показать все...
Sagantaa Wol-dorgommii
Seenaa Mimmiidhagoo
Da'awaalee Garaa Garaa
Milkaa'ina Jireenyaa
Qur'aanaafi Hadiisa
Seenaa Rasuulaa S A W
Seenaa Sahaabotaa
Best Channel Join
Показать все...
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐊 𝐇𝐄𝐑𝐄
#Qananii_Jannataa: عن أنس بن مالك، قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: (...و يؤتى بأشد الناس بؤسا في الدنيا من أهل الجنة فيصبغ صبغة في الجنة فيقال له يا ابن آدم هل رأيت بؤسا قط هل مر بك شدة قط فيقول لا و الله يا رب...) Nabiyyiin Rabbii keennaa Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra hiyyoomaa warra addunyaa inni ammoo warra jannataa kan ta'e guyyaa qiyaamaa fidamee jannata keessa cuuphama; Eega kanaa 'Yaa ilma Aadam takkaa cinqii argitee? takkaa cinqiin sirra dhufee?' jedhama. 'Miti Wallaahi Yaa Rabbi hin agarre' jedha..." {Sahiih Muslim: 2807} . Jannanni #Qananiin isii guddachuu irraa cuuphaa tokkoon cinqii addunyaa jireenya guutuu nama dagachiifti. . Yaa Allaah! Warra Jannataa irraa nu taasisi. Aamiin!
Показать все...
👍 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.