5 871
Подписчики
+2224 часа
+357 дней
+12330 день
Архив постов
"'Haa taa'u!' jedhe Jaldeessi dhagaa galagalchee bofa jalatti argee!" jedha Oromoon yoo mammaaku.
Dildata dhufu turtiin keenya Bilisummaa waliin haa ta'u. Dargaggoo qaxalee kana haa jabeeffannu. Yeroo fi bakka poosterii irra jirutti argamnee ogbarruu keenya haa jabeessinu.
#deemsiittifufa
Kitaabni asoosamaa barreessaa Boriifam Baacaan barreeffame qulqullina ol-aanaan maxxamfamee xumuramee jira. Namni kamuu akka dubbisun dhaama.
"Si dhukkuba yoo ta'e ati lubbuun jirta. Dhukkubni namoota biroo si dhukkuba yoo ta'e ati nama!"
_Fyodor Dostoevsky
“If you feel pain, you’re alive. If you feel other people’s pain, you’re a human being.”
— Fyodor Dostoevsky
Ambotti! Bor eegalla. Warri Amboo qopha'aa! Dargaggoonni hirmaadhaa.
Turtii keenya Walaayittaa Sooddoo haala gaariin eda xumurre. Yeroo ajaahibsiisaa dabarsine. Godinni Walaayittaa naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Kibbaa irraa fottoqee naannoo mataa isaa tahuuf har'a filannoo filataa jira. Kanaaf geejjibni akka hin sochoone jedhameera. Baajaajiij, motorri, konkolaataan hundi akka hin deemne dhorkameera. Nutis deemuu hin dandeenye. Dirqamnee Sooddoo jirra!
