ar
Feedback
Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

الذهاب إلى القناة على Telegram
5 871
المشتركون
+2224 ساعات
+357 أيام
+12330 أيام
أرشيف المشاركات
"'Haa taa'u!' jedhe Jaldeessi dhagaa galagalchee bofa jalatti argee!" jedha Oromoon yoo mammaaku.

Deemsi itti fufa!

photo content

Dildata dhufu turtiin keenya Bilisummaa waliin haa ta'u. Dargaggoo qaxalee kana haa jabeeffannu. Yeroo fi bakka poosterii irra jirutti argamnee ogbarruu keenya haa jabeessinu. #deemsiittifufa

photo content

Kitaabni asoosamaa barreessaa Boriifam Baacaan barreeffame qulqullina ol-aanaan maxxamfamee xumuramee jira. Namni kamuu akka dubbisun dhaama.

photo content

Deemsi itti fufa!

"Si dhukkuba yoo ta'e ati lubbuun jirta. Dhukkubni namoota biroo si dhukkuba yoo ta'e ati nama!" _Fyodor Dostoevsky

“If you feel pain, you’re alive. If you feel other people’s pain, you’re a human being.” — Fyodor Dostoevsky

Jettaniiree?

Qondaala, Beegii fi Gidaamiif haa birmannu😭

photo content

photo content
+1

Gidduu kana!

Hundi keessan afeeramtaniittu!

photo content

Ambotti! Bor eegalla. Warri Amboo qopha'aa! Dargaggoonni hirmaadhaa.

photo content

Turtii keenya Walaayittaa Sooddoo haala gaariin eda xumurre. Yeroo ajaahibsiisaa dabarsine. Godinni Walaayittaa naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Kibbaa irraa fottoqee naannoo mataa isaa tahuuf har'a filannoo filataa jira. Kanaaf geejjibni akka hin sochoone jedhameera. Baajaajiij, motorri, konkolaataan hundi akka hin deemne dhorkameera. Nutis deemuu hin dandeenye. Dirqamnee Sooddoo jirra!