cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Golgaa Casting

Hojiiwwan kanneen akka - Viidiyoo Sirbaaf - Taatummaa Fiilmiif -Taatummaa Tiyaatiraaf - Waltajjii gaggeessuf - Eebba kitaabaaf - Moodeelota dhiyeessuu fi kkf Nu dubbisuuf @CastingAO_bot Lakk. 0904728190 / 0929429853

Больше
Рекламные посты
4 383
Подписчики
-1224 часа
+657 дней
+55430 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from Walaloon Jaalala
Namootni Notcoin sin darbees ta'ee kanneen kanaan dura hojjattan hundaaf oduu gammachiisaa. Airdrop amanamaa ta'e shan siniif dhiyeesseera hunduma isaanii yaalaa. Booddee nu galateeffattu. 1. TapSwap https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_356935815 2. Secret Coin https://t.me/mnemonic_game_bot/start?startapp=ref_356935815 3. Ava Coin https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1c2ee3ddc15fa7373af0 4. Near Wallet https://t.me/herewalletbot/app?startapp=7143378 5. MemFi Coin https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_3e652ba3b6 Airdrop shanan kanaan qarshii gaarii hojjattu dafaa itti fayyadamaa. Booddee akka hin gaabbine.
Показать все...

¿¿¿ coin

secret coin

Gaaffii salphaa fi Garuummoo nama mooksu kana yaalaamee? Bishaan Kiiloo tokko moo Bishaan Litirii tokkotu Caala? Itti yaadaa deebisaa!
Показать все...
Liitirii Tokko
Kiiloo Tokko
Deebii hin qabu
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показать все...
Chaanaalota
Gaggaarii
Afaan Oromoo
Gaaffii salphaa fi Garuummoo nama mooksu kana yaalaamee? Bishaan Kiiloo tokko moo Bishaan Litirii tokkotu Caala? Itti yaadaa deebisaa!
Показать все...
Liitirii Tokko
Kiiloo Tokko
Deebii hin qabu
Repost from Walaloon Jaalala
Galmeen itti fufeetuma jira Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa Ogummaa Taatummaa saayinsii isaa eeggate Ogeessota Taatummaa irratti beekumsaa ga'aa qabaniin kennuuf galmeen marsaa lammaffaa akkuma itti fufetti jira. Turtiin yeroo leenjii walakkaa waggaa [Ji’a ja’a] Yeroo Leenjii: • Idileen yoo xiqqaate torbeetti guyyaa lama (2) nama argamuu danda’u. • Weekend ykn Sanbata xiqqaa fi  Sanbata guddaa bartootta kutaa 1 hanga 12 barataniif kutaa addaa qabna. • Koorsiiwwan Ja’a /shaakala waliin kennamu Ulaagaalee Leenjii: • Fedhii Taatummaa qabaachuu • Afaan Oromoo dubbachuufi dhaga’uu, Dubbisuu • Barnoota kanaaf yeroo kennuu danda’uu • Qormaata seensaa akkaadaamichi kennu darbuu danda’uu. • Danbii fi ittiin bulmaata mana baruumsichaaf ajajamuuf of qopheessuu Baayyinni barataa marsaa lammaffaaf fudhannu daanga’aa waan ta’eef, galmeen akkuma guuteen ni dhaabbata. Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa, Galma Dandeettii fi Kalaqaa! @Fiilmiin
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Eegaleera Galmee Marsaa 2ffaan eegaleera. Akkaadaamiin Taatummaa Abbaa Lataa barattoota fedhii Taatummaa qabaniif barumsa ga'aa ogeessota Ogummicha irratti beekumsa ga'aa qabaniin barsiisuu eegaluun isaa ni yaadatama. Maarree ammas Marsaa Lammaffaa eegaluuf qophii isaa xumuree jirra. Kanaanis namoonni carraa kanatti fayyadamuu barbaaddan guyyaan galmee Har'a Caamsaa 5 -2016 irraa eegalee hanga Caamsaa 16 - 2016tti ta'uu isaa yemmuu sin beeksisnu gammachuu guddaadhani. Teessoon keenya Finfinnee Naannoo Daalattii/Araat Kiiloo, Hoteela Tuuristii dudduuba, Gamoo Yunivarsiitii Riiftivaalii darbii 4ffaarra. Odeeffannoo dabalataaf Lakk. bilbilaa +2519 64 87 77 77 Akkaadaamii Taatummaa Abbaa Lataa, Galma Dandeettii fi Kalaqaa! @Fiilmiin
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
Aartiin Sinwaamti ! Giddu Galli Aadaa Oromoo Tiyaateroota 3 hojjatee waltajjiitti baasuuf Taatota 70 barbaada. Giddu Gallichi Tiyaateroota haaraa 2 fi Tiyaatira 1 kan kana dura hojjatame hojjatee waltajjiitti baasuuf Taatota buleeyyiifi haaraa 70 ol barbaada. 1, Tiyaatira Seena-qabeessa seenaa goottota Oromoo irratti xiyyeeffate. 2, Tiyaatira Ijoollee qabiyyeefi bifiyyee haaraa qabate. 3, Tiyaatira Booharsaa Afaan biraa irraa Afaan Oromootti madakfame. Ulaagaan; Afaan Oromoo irratti dandeetti afranu kan qabu ykn kan qabdu. Lakk Gosa Tiyaatiraa Umrii Baayyina Taatotaa Koorniyaa 1 Tiyaatira Seenaa 25 - 65 45 Dhiira- 40 Dhalaa- 5 2 Tiyaatira Ijoollee 8- 40 15 Dhiira-8 Dhalaa-7 3 Tiyaatira Madakfame 26-40 10 Dhiira-6 Dhalaa-4 Yeroon Galmee ; Caamsaa 5 hamma Caamsaa 7 qofatti. Iddoon Galmee; Giddu Gala Aadaa Oromoo @Fiilmiin
Показать все...
Показать все...
❤️Ergaa Jaalalaa❤️
❤️Walaloo Jaalalaa❤️
👩‍🦳Chiikota👩‍🦳
🗣Odeeffannoo🗣
😂Kolfaaf😂
Videolee dhoksaa
Sobaan hin beeksisnu Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показать все...
Walaloo
Seenaa
Oduu
Afaan
Daldala
Ispoortii
Hundumaa