cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Galmo kormoso 👈

Oromia Shall be Free

Больше
Рекламные посты
393
Подписчики
+124 часа
+27 дней
+730 дней
Время активного постинга

Загрузка данных...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Анализ публикаций
ПостыПросмотры
Поделились
Динамика просмотров
01
#Shawaa_Lixaatti 'finxaaleyyiin #Amaaraa' mana cidhaa boombiin haleeluun namoota 20 ol ajjeesuu himame Godina Shawaa Lixaa aanaa #Noonnootti Sanbata darbe haleellaa mana cidhaarratti raawwatameen yoo xiqqaate namoota 24 ajjeefamuu Komaand Postiin Aanichaa Obbo Tashoomaa Sobboqaa BBCtti himan. Haleellaa kana 'finxaaleyyii Amaaraa' raawwachuu kan himan Obbo Tashoomaan, mana cidhaa keessa duubaan itti cufamee boombiidhaan haleelamuu himan. "Warra birmannaa dhufan ammoo alatti rasaasaan haleelaa turan. Manicha keessaa namni bahe tokkoyyuu hin jiru. Misirroota dabalatee achuma keessatti gubatan. Homtuu hin hafne," jechuun waan mudate ibsu. Dabalataan manneen jireenyaa 22 ol tahanitti abidda qabsiisanii gubuu himan. Ergasii humni ittisaafi komaandoo naannicha galuu kan himan Obbo Tashoomaan, "ammayyuu naannoo laga Gibee qabatanii akka jiran odeeffannoo qabna. Garuu teessumni lafasaa mijataa waan hin taaneef oppireshinii gaggeessuufis rakkisaadha," jedhan. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c511z0l3rplo
100Loading...
02
Oduu: Godinaalee #Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (#CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii fi Gujii Lixaa keessa jiru ilaalchisee qorannoo gaggeesseen, sarbiinsi mirga namoomaa olaanaa raawwatamuu akka mirkaneesse ibseera. Humnoonni nageenyaa mootummaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo (#WBO) gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa, hidhaa jumlaa, fi namoota nagaa humnaan hiraarsuu dabalatee dhiittaa mirgoota namoomaa godinaalee lamaanitti bal’inaan raawwataman keessa hirmaachuu qorannoon kun ibseera. Qorataan mirga namoomaa fi paanaalistii qorannichaa kan ta’an Margaa Fiqaaduu yaada Addis Standard’tti laataniin, godinaalee lamaan keessatti waldhabdeen jiruun walqabatee namoonni baay’ee “WBO waliin hidhata qabdu” jedhamanii jumlaan hidhamanii dhiittaa mirga namoomaaf saaxilamuu himan. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4142
80Loading...
03
Waa'ee Keenya Yoo itti Dhiisan Silaa Nama Hin Dhiisu Dubbii Keenya Takka Hin Taanee Otoo Jiruu Nutii Akka Hin Jirree Maal Godhu Akka Hin Jirree Jiruu Faana Gargar Baanee itti Dhiisnee Silaa Gad Hin Teenyee Walii Galee yookaan Alaa Hin Galee Ofittan Hima Asaasee Asaaseen Asaasee Dubbii Hundaa Dhibdee tti Anaas Dhibdee Kanaafan Gad Qabee Gad Qabeen Ofitti Asaasee Mee Beekaamoo Wallaalaa Kam Komannaa...??? Nuuf Hin Galee Rakkanne Akkam Taanaa...???. Wal Guddunfuuf Sakaaluun Dantaa Taatee Walii Gamne Rakkoonis Keenya Taatee Mee Goota Moo Dabeessa Kam Komannaa...??? Nuuf Hin Galee Rakkanne Akkam Taanaa...??? Mee Yaa Rabbii Yaa Goofta Koo Tokkichaa Koo Mootii Hundaa Walii Galchii Nuu Lolii Nii Dandeessa Harkaa Qabdaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Nutii Akka Jirruutti Jiraa Nuu gamteetti Nuu Qaqqabii Sitti iyyannaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Yaa Rabbii Nutii Akka Jirruutti Jiraa. Mee Baramoo Dhaloota Kaam Komannaa...??? Nuu Rakkanne Gubbanne Akka Taanaa...??? Ormaaf Darbaa Maal Goone Maaf Nuu Darbinee...??? Nurra Turee Hin Bubbulee Akkuma Salphaa Mee Yaa Rabbii Yaa Goofta Koo Allaallchaa Mootii Hundaa Walii Galchii Nuu Lolii Nii Dandeessa Harkaa Qabdaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Nutii Akka Jirruutti Jiraa Nuu gamteetti Nuu Qaqqabii Sitti iyyannaa #Hachalu_Hundessa #Reminder
351Loading...
04
Nama Abjuusaa Hin Dhugoomsine Taatee Jireenya itti Fufuu Dandeessa, Nama Abjuusaa isaa Hin Beekne Taatees Akkasumas, Garuu Nama Abjuu Hin Qabnee Taanaan Ati Du'aa dha Jiraachuu Dhaabdeetta By Hachalu Hundessa
300Loading...
05
Dhiignii Fi lafeen oromoo guyyaadha guyyaatti kan cabaa jiruuf oromiyaa biyyaa Walabaa Ijaaruuf malee Itoophiyaa suphuuf miti.
471Loading...
06
#The_Hijacked_Revolution Book Qabsoon_Uummata_Oromoo_Eessaa ka’ee Garam Deemaa Jira? Uummanni oromoo waraana Minikiin weeraramee, biyyaa fi bilisummaa isaa erga dhabee jalqabee haa baayyatu haa xiqqaatu waggoota dhibbaa ool, haa dhiphatu haa bal‟atu malee dhuunfaanis ta‟e karaa gurmaa‟een bilisummaa dhabee fi biyya isaa deebifachuuf qabsoo hin lakkaa‟amne geggeessaa har‟a gaheera. Kanaafuu qabsoon bilisumaa oromoo eessaa akka ka‟ee ykn ammoo akkamitti akka jalqabe bal‟inaan ibsuun barbaachisaa hin ta‟u.Sadarkaa qabsoon kun irra gahee fi har‟a maal irratti akka argamu firaafis ta‟e diinaaf ifa waan ta‟eef,waa‟ee kanas gad fageenyaan ibsuun barbaachisaa miti. Garuu gad fageenyaan ilaalamuu kan qabuu fi anis dhimma uummata koo ibsuu kanan barbaadu, qabsoon kun garam deemaa jira? Gaaffii jedhu ilaaluu fi akkasumas qabsoo bilisummaa kana keessa kan turan, amma kan jiranii fi qormaata gara fuulduraatti jiraachuu danda‟an bal‟inaan ilaaluudha.Haa turu haa ariifatu,haa dheeratu gabaabbatu malee qabsoon kun gara xumuraa akka gahe shakkiin hin jiru. Haata‟u malee gara kamitti akka deemuu fi galma isa kam akka gahu amma beekuun rakkisaadha. Maaliif yoo jedhame kaayyoo qabsoo kanaaf hiikni kennamuu fi galmi qabsoo dhumaa maal ta‟uu akka qabu falmisiisaa waan ta‟eefi. As irratti jechuu kanan barbaabe akka itti aanutti ibsuun yaala. Namni dursaa kaayyoo qabsoo ture sirna wayyaanee jiru kuffisee, lola sanyii balleessuu uummata keenya irratti baname dhaabuu ture. Inni milkaa‟eera. wayyaaneenis Tigiraayitti dhokatteetti. Kan oromoo ykn mootummaa jijjiiramaati kan ofiin jedhu mootummaan muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Ali gara aangootti dhufus duuti uummattoota keenyaa dhaabachuu hin dandeenye. Uummanni keenya har‟aas akkuma bara ABUT bilisummaa fi nageenya akka dheebotetti jira. Baay‟ee beela‟eera. Kan mul‟atu hundi sobadha. Kan fakkeessummaati. Siyaasa suura ka‟uuti. Kan ta‟e ta‟ee uummanni oromoo bal‟aa kan barbaaduu fi hawwu kan murteessuu fi abbaa qabsoo galmaan gahuu beekamaa uummata guddaa ta‟edha. Dhaabni ykn gareen kamiyyuu kana murteessuufii hin danda‟u. Gabaabumatti carraa isaa murteessuu kan qabu uummata bal‟aa kana jechuudha. Humni kamillee kana murteessuufii hin danda‟u.Fedhiin nama dhuunfaas ta‟e hawwiin, fedhiis ta‟e hawwii uummata bal‟aa kanaa ta‟uu hin danda‟u.Dhugaan kun ifa ta‟uu qaba. Egaa galma dhumaa qabsoo ilaalchisee hanga kana ergan jedhee booda,qormaata qabsichaa ilaalchisee waan tokko tokko kaasuun yaala. Qormaatota qabsoo bilisummaa bakka saditti qoodnee ilaaluu dandeenya. Isaanis qormaatota kaleessa turan,har‟as jiranii fi borus mul‟achuu danda‟anidha. Qormaatota kaleessa turan as irratti bal‟inaan kaasuun barbaachisaa ta‟uu baatus,haata‟u malee kan darbe irraa barachuuf akka gargaaruuf jecha isaan kanas xiyyeeffannoo keessa galchuun barbaachisaa ta‟a. Kitaaba #Qabsoo_Butame.
872Loading...
07
Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaa’u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama.Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BJxp2DV
331Loading...
08
Oduu: #Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbiinsi mirga namooomaa dabaluu UN ibse; 70% kan ta’u humnoota mootummaatiin raawwatame jedhe Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti waajjirri Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa (OHCHR) gabaasa haaraa baaseen, Naannoolee #Oromiyaa fi #Amaaraa keessatti sarbiinsi mirga namoomaa dabaluun yaaddeessaadha jedheera. Waliigaltee Piriitooriyaa hordofee naaannoo #Tigraay keessatti jiijjiiramni gaarii mul’achuu ibseera. Bara 2023 keessa taatewwan sarbiinsa mirga namoomaa 594 mudachuu eeruun lammiileen 8235 hubamaniiru jedhe. Kan bara darbeerra 55.9% dabaluu gabaasichi addeesseera. Sarbiinsa mirga namoomaa mudatan keessaa 70% kan ta’an humnoota mootummaatiin raawwataman namoota 7,103 irra miidhaa qaqqabsiiseera jedhe. Gabaasa guutuu https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4113
310Loading...
09
Uganda, its name👉Ankole
920Loading...
10
https://youtu.be/3ajjKfeL5l8
1040Loading...
11
https://youtu.be/wO_gt_M4WoM?si=xE3ZG-vS_gsudMMS
1791Loading...
12
አንተም ወደቀልብህ በዚሁ ብትመለስ ጥሩ ነው
700Loading...
13
Haleellaan jalqabaa hogganaa waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Kaaba Walloo safara Mugaad jedhamuufi mana kireeffatanii jiraatanirratti darbatame jedhan jiraattonni. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IAB83CN
920Loading...
14
ፋኖ የሚባል ባንዳ ሀገር ሻጭ ቡድን የውጪና የውስጥ ጠላቶችን ተልኮ በመውስድ ኢትዮጵያን የመበተን ሥራ በመስራት ላይ ነው ሻቢያ ግብፅ አሁን የሱዳን ጀነራሉች በጋራ የሰጡትን ተልኮ እያስፈፀመ እንደሆነ ግልፅ እየወጣ ይገኛል።
730Loading...
15
የወለጋ ወጣት ብዕር ሲጨብጥ እንደዚህ አይነት ታአምር ይሰራል
620Loading...
16
ልደቱ አያሌው ስሞኑን የሽግግር መንግሥት ይመስረት እያለ State Department ተንበርክኮ እየለመነ እንደሆነ ይታወቃል ከ DC በአውሮፕላን መጥቶ ለመጀመርያም ለመጨረሻም ሥልጣን ያገኘው ብርሃኑ ነጋ ብቻ ነው ልደቱ አሁን ሙድ መያዣ ሄኗል
660Loading...
17
ትክክል ነህ ከዚህ በኃላ ወጣቱ መታገል ያለበት ድህነት እና ኃላ ቀርነት ብቻ ነው
750Loading...
18
https://youtu.be/heDICqLPdKI?si=6LFgZtEi67YTjSWD
1851Loading...
19
Media files
890Loading...
20
Sabboonummaan Itoophiyaa keessatti waggoota shanan darban mula'te kan wal-diinomse akka ta'e barreessaan kitaaba haaraa mata dureensaa ''SAB-BOONUMMAA'' jedhuu Dr Birhaanuu Leenjisuu himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aLxyVke
770Loading...
21
Komishiniin Marii Biyyaalessaa hirmaachisummaa fi walabummaa isaa, akkasumas adeemsa filannoo hirmaattota marii biyyaalessaa ilaalchisee qeeqa jabaa irratti ka’aa jiruus boqonnaa marii ajandaa walitti qabuu jalqabaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Komishinichi, walgahiin ajandaa walitti qabuu kun konfiraansii marii biyyaalessaa waliigalaa dhufuuf qabxiilee marii adda baasuuf kan akeeke ta'uu beeksiseera. Haata’u malee, Adda Bilisummaa Oromoo (#ABO), Kongiresii Federaalawaa Oromoo (#KFO) dabalatee dhaabbileen siyaasaa ijoo biyyattii adeemsa hundeeffama komishinichaa fi hirmaachisummaa marii kanaa "haqa qabeessa miti" jechuun adeemsa marii kanarratti hirmaachurraa of qusataniiru. Dhimma kana ilaalchisee miseensa koree hojii raawwachiiftuu KFO kan ta’an Sulxaan Qaasim baatii tokkoon dura turtii Addis Standard waliin taasisaniin, paartiin isaanii sababoota garagaraan bu’aa qabeessummaa marii kanarratti akka hin amanne himan. Obbo Sulxaan, "mariin biyyaalessaa mootummaan itti fiigaa jiru kuni furmaata hin fidu," jedhan. Turtii waliin goone daawwadhaa👇 https://www.youtube.com/watch?v=lvtMOMPtvFU
540Loading...
22
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa xalayaa A.L.I Caamsaa 19, bara 2016 koree dhaabbii dhaabbilee Dimokiraasiitiif barreesseen, erga qondaalli dhaaba ABO Battee Urgeessaa Ajjeefamee haala angaa’ota dhaabichaa mana hidhaa jiranii irratti boordichatti irra deddeebiin iyyachaa turuu eere. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rxOBEWz
720Loading...
23
Komishiniin Marii Biyyaaleessaa #Finfinneetti marii ajandaa walitti qabuu guyyaa 2ffaa gaggeessaa jira; adeemsichi qeeqa isa mudateera Boqonnaan marii ajandaa walitti qabuu Komishiniin Marii Biyaaleessaa Itoophiyaa Finfinneetti gaggeessaa jiru oolmaa isaa guyyaa lammaffaan itti fufeera. Hirmaattonni marichaa kutaalee hawaasaa garagaraa irraa walitti babbahan, gareen qoodamuun yaada ajandaa walitti qabuurratti marii taasisaa jiru. Adeemsichaan kutaaleen hawaasaa hundi yaada ajandaa itti waliigalan caalmaatti cimsuun qaboo yaa’iin komishinichaaf akka dhiyeessan komishinichi beeksiseera. Akkasumas sagantaa har’a gaggeeffamuun kutaaleen hawaasaa mariirratti argaman bakka buutoota marii boqonnaa itti aanurratti hirmaatan 121 ni filatu jedhameera. Mariin kun sadarkaa Finfinneetti Roobii darbe yeroo eegalu miidiyaa hawaasaa irratti qeeqni cimaan isa mudateera. Adeemsicha keessatti hammatamummaa fi walabummaa dhabamuu, akkasumas adeemsa filannoo hirmaattotaa fi hojiin komishinichaa yeroo qeeqamu mul’ateera. Kana malees, komishinichi paartilee siyaasaa ijoorraa mormiin isa mudateera. Kongirasii Federaalawaa Oromoo (#KFO) fi Adda Bilisummaa Oromoo (#ABO) dabalatee paartilee ijoo 11 of keessa hammate Kokasiin Paartilee Mormitootaa ibsa torbe darbe baaseen, komishinichi marii “hunda hammatu” mijeessuuf kaayyoo qabate galmaan gahuu dhiisee “kaayyoo siyaasaa paartii biyya bulchu raawwachiisaa jira” jechuun himate ture. Addis Standard gulaallii baatii Bitootessa keessa maxxanseen, mariin kun bu’a qabeessa akka ta’uuf hirmaannaan qaamolee hidhatanii fi hidhannoo hin qabne hunda barbaachisaa ta’uu hubachiiseera. Gareewwan hidhatan kan akka Waraana Bilisummaa Oromoo (#WBO) marii kanarraa ala taasisuun, marichi jeequmsa biyyattiif furmaata akka hin taane akka taasisu ibseera. Akkasumas mariin kun naannoo #Oromiyaa keessatti amanamummaa argachuuf paartileen mormitoota gurguddoon kan akka ABO fi KFO hirmaachuu akka qabanis ibseera. Komishinichi kutaalee hawaasaa adda addaa irraa hirmaattota adda baasuu ibsuus, gulaalliin Addis Standard kun waldhabdeen naannolee hedduu keessatti gaggeeffamaa jiru adeemsa kanarratti danqaa uumuu eereera. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=3273
930Loading...
24
Media files
2291Loading...
25
Waliiti bu’insa deeggartoota mootummaa Eertiraa fi mormitoota gidduutti Israa’el magaalaa Teel Aviivitti mudateen dubartiin tokko albeen waraanamuun lubbuun ishee darbe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mriPRO3
820Loading...
26
Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoopihyaa kutaalee biyyattii adda addaa keessatti waraanaa fi waraanaan alatti sarbama mirgaoota namoomaa raawwatamaa jiran keessaa murtee seeraa malee ajjeesuufi hidhaan akkasumas ajjeechaan namoota nagaa akkaan dabalaa jiraachuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qPOLVhU
700Loading...
27
#Injjifannoo Kaaba Oromiyaa Walloo. Konkolaata sagalin kaleessa kan godina irraa gara aanaa harxummaa bakka lafa hijiraa jedhamu  dhaqanii turan  ganamaan WBO itti marsee daaraa godheera. amma Konkolaata shaniin humni dabalataa dirmate jirti . Ummanni keenya of eeggannoo godhaa. #መረጃ፦ትላንት ለሊት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በሰሜን ኦሮሚያ ወሎ ኦሮሞ ዞን በዘጠኝ መኪና ከዞን ላይ ወደ ሀርጡሜ ስጓዝ የነበረ የጠላት ኃይል ልዩ ስሙ ሂጂራ በተባለ ቦታ ላይ ጧት ከቦ አድሮ ዶግ አመድ ሲያደርጋቸው ተጨማሪ አምስት መኪና አሁን ተንቀሳቅሷል ህዝባችን አስፈላጊውን ጥንቃቄ እንዲያደርግ እንመክራለን....
750Loading...
28
https://youtu.be/gI47s-dmNdo
2451Loading...
29
ሚካኤል ሽፈራው " ይድረስ ለምታውቀኝ ለማላውቅህ"  የሚለውን ተወዳጅ የባለቅኔው የአለም ሎሬት ፀጋዬ  ሮበሌ ቀዌሳን ግጥም እንዲህ ይገልፀዋል ።
590Loading...
30
https://youtu.be/Qv9Mg_A2uBc?si=QUd8SX9cnjNtS0iT
2631Loading...
31
https://youtu.be/CEiMi9PrnSM
141Loading...
32
Inbox ... Harmeen armaan gadiiti suuraa ishee sif erguu tuni maqaan ishee Gannati Gaazahaanyii Ashaanafi jedhamti bakki dhaloota ishee finfinnee ta'uu dubati ammaafi magaalaa Adaamaa dandii irraa jirati Obbolleeti immoo biyyaa Swizerland akka qabdu fi garuu immoo lakk. Bilbilaa ishees akka hin qabne natti himteetti maqaan Obbolleetti ishee kuni Yoodit Gaazahaanyii Ashaanafi jedhamti jetteetti amma waanin sin jechuu barbaadee Osoo gama keetin fuulaa midiyaa keeti kana irraati post goteefi carraan warri kuni lamaan itti wal arguu danda'aan jedhee yaadeeni (Suuraan Lama ta’anii dhaabatanii immoo suuraa Obbolleeti barbaadaamtuutti kan Yoodit jechudha) በምስል የምናያት እናት ገነት ገዛኸኝ አሸናፊ ትባላለች። የተወለደችው ፊንፍኔ ውስጥ ሲሆን በአሁኑ ሰአት አዳማ ከተማ ውስጥ መንገድ ላይ ትኖራለች። የእናት አባቷ ልጅ (እህቷ) ዮዲት ገዛኸኝ አሸናፊ በአሁኑ ሰአት ስዊዘርላንድ ትኖራለች። ስልክ ቁጥሯ ስለሌላት ልታገኛት አልቻለችም። ምናልባት እኚህ እናት እህታቸውን ማግኘት የሚችሉበት መንገድ ካገኙ.. (ሁለት ሆነው ቆመው የሚታየው ምስል ስዊዘርላንድ የምትኖረው እህት ናት)
1050Loading...
33
Itoophiyaan waajira qontsilaa Somaalilaand Hargeessaatti argamu gara embaasii tajaajila guutuu kennutti guddisuu ministarri Somaalilaand ibsan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ItyhQxf
500Loading...
34
AMMEE: #Noorweey biyyummaa #Filisxeemiif beekamtii kennuuf murteessite Mootummaan Noorweey Filisxeemiif beekamtii biyyummaa kennuuf murteessuu beeksise. Ministirri Muummee Noorweey Jonaas Gaahr Istoor, biyyi isaanii Noorweey biyyummaa Filisxeemiif beekamtii ni kenniti jechu isaanii miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru. “Waraana lubbuu lammiilee kuma kudhaniin lakkaawwaman galaafate kana keessatti filannoo tokkicha #Israa’elii fi Filisxeemiif walqixa furmaata siyaasaa dhiyeessu hojiirra oolchuu qabna: Innis Israa’elii fi Filisxeem biyyoota of danda’an lama ta’uu isaaniif beekamtii kennuudha,” jedhan. #Ispeenii fi #Ayarlaandiis tarkaanfii walfakkaataa fudhachuuf adeemsarra jiraachuu isaanii hordofee Ministirri Dhimma Alaa Israa’el Kaatz, “Israa’el kanneen birmadummaa ishee gadi buusanii fi nageenya ishee balaadhaaf saaxilan irraa duubatti hin deebitu,” jechuun akeekkachiisaniiru. AS
450Loading...
35
Ministira Mummee dabalatee Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humnoota Waraanaa, hoggansa raayyaa ittisa biyyattii irratti aangoo olaanaa akka qaban heera mootummaafi labsii raayyaa irra taa’eera. Ofii ministira raayyaa ittisa biyyaa fi Itaamaajoor shuumii dabalatee, raayyaa ittisaa dursuudhaan ittigaafatamummaa fi aangoon qaamoolee sadan kanneenii maaliidha? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gyomtg1
450Loading...
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Shawaa_Lixaatti 'finxaaleyyiin #Amaaraa' mana cidhaa boombiin haleeluun namoota 20 ol ajjeesuu himame Godina Shawaa Lixaa aanaa #Noonnootti Sanbata darbe haleellaa mana cidhaarratti raawwatameen yoo xiqqaate namoota 24 ajjeefamuu Komaand Postiin Aanichaa Obbo Tashoomaa Sobboqaa BBCtti himan. Haleellaa kana 'finxaaleyyii Amaaraa' raawwachuu kan himan Obbo Tashoomaan, mana cidhaa keessa duubaan itti cufamee boombiidhaan haleelamuu himan. "Warra birmannaa dhufan ammoo alatti rasaasaan haleelaa turan. Manicha keessaa namni bahe tokkoyyuu hin jiru. Misirroota dabalatee achuma keessatti gubatan. Homtuu hin hafne," jechuun waan mudate ibsu. Dabalataan manneen jireenyaa 22 ol tahanitti abidda qabsiisanii gubuu himan. Ergasii humni ittisaafi komaandoo naannicha galuu kan himan Obbo Tashoomaan, "ammayyuu naannoo laga Gibee qabatanii akka jiran odeeffannoo qabna. Garuu teessumni lafasaa mijataa waan hin taaneef oppireshinii gaggeessuufis rakkisaadha," jedhan. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c511z0l3rplo
Показать все...
Oduu: Godinaalee #Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (#CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii fi Gujii Lixaa keessa jiru ilaalchisee qorannoo gaggeesseen, sarbiinsi mirga namoomaa olaanaa raawwatamuu akka mirkaneesse ibseera. Humnoonni nageenyaa mootummaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo (#WBO) gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa, hidhaa jumlaa, fi namoota nagaa humnaan hiraarsuu dabalatee dhiittaa mirgoota namoomaa godinaalee lamaanitti bal’inaan raawwataman keessa hirmaachuu qorannoon kun ibseera. Qorataan mirga namoomaa fi paanaalistii qorannichaa kan ta’an Margaa Fiqaaduu yaada Addis Standard’tti laataniin, godinaalee lamaan keessatti waldhabdeen jiruun walqabatee namoonni baay’ee “WBO waliin hidhata qabdu” jedhamanii jumlaan hidhamanii dhiittaa mirga namoomaaf saaxilamuu himan. https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4142
Показать все...
Godinaalee Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo   - Addis Standard

Finfinnee, Waxabajjii 17/2024 – Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii lamaan keessa jiru ilaalchisee qorannoo gaggeesse ifa godheera.  Qorannoon Bitootessa hanga Caamsaa 2023 gaggeeffame kun godinaalee Gujii fi Gujii Lixaa keessatti walitti bu’iinsa gaggeeffamaa jiruun walqabatee sarbiinsi mirgoota namoomaa raawwatamuu mirkaneesseera.  Humnoonni nageenyaa mootummaa fi …

Waa'ee Keenya Yoo itti Dhiisan Silaa Nama Hin Dhiisu Dubbii Keenya Takka Hin Taanee Otoo Jiruu Nutii Akka Hin Jirree Maal Godhu Akka Hin Jirree Jiruu Faana Gargar Baanee itti Dhiisnee Silaa Gad Hin Teenyee Walii Galee yookaan Alaa Hin Galee Ofittan Hima Asaasee Asaaseen Asaasee Dubbii Hundaa Dhibdee tti Anaas Dhibdee Kanaafan Gad Qabee Gad Qabeen Ofitti Asaasee Mee Beekaamoo Wallaalaa Kam Komannaa...??? Nuuf Hin Galee Rakkanne Akkam Taanaa...???. Wal Guddunfuuf Sakaaluun Dantaa Taatee Walii Gamne Rakkoonis Keenya Taatee Mee Goota Moo Dabeessa Kam Komannaa...??? Nuuf Hin Galee Rakkanne Akkam Taanaa...??? Mee Yaa Rabbii Yaa Goofta Koo Tokkichaa Koo Mootii Hundaa Walii Galchii Nuu Lolii Nii Dandeessa Harkaa Qabdaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Nutii Akka Jirruutti Jiraa Nuu gamteetti Nuu Qaqqabii Sitti iyyannaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Yaa Rabbii Nutii Akka Jirruutti Jiraa. Mee Baramoo Dhaloota Kaam Komannaa...??? Nuu Rakkanne Gubbanne Akka Taanaa...??? Ormaaf Darbaa Maal Goone Maaf Nuu Darbinee...??? Nurra Turee Hin Bubbulee Akkuma Salphaa Mee Yaa Rabbii Yaa Goofta Koo Allaallchaa Mootii Hundaa Walii Galchii Nuu Lolii Nii Dandeessa Harkaa Qabdaa Jiruu Jechuuf Jiruu Mitti Nutii Akka Jirruutti Jiraa Nuu gamteetti Nuu Qaqqabii Sitti iyyannaa #Hachalu_Hundessa #Reminder
Показать все...
Nama Abjuusaa Hin Dhugoomsine Taatee Jireenya itti Fufuu Dandeessa, Nama Abjuusaa isaa Hin Beekne Taatees Akkasumas, Garuu Nama Abjuu Hin Qabnee Taanaan Ati Du'aa dha Jiraachuu Dhaabdeetta By Hachalu Hundessa
Показать все...
Dhiignii Fi lafeen oromoo guyyaadha guyyaatti kan cabaa jiruuf oromiyaa biyyaa Walabaa Ijaaruuf malee Itoophiyaa suphuuf miti.
Показать все...
#The_Hijacked_Revolution Book Qabsoon_Uummata_Oromoo_Eessaa ka’ee Garam Deemaa Jira? Uummanni oromoo waraana Minikiin weeraramee, biyyaa fi bilisummaa isaa erga dhabee jalqabee haa baayyatu haa xiqqaatu waggoota dhibbaa ool, haa dhiphatu haa bal‟atu malee dhuunfaanis ta‟e karaa gurmaa‟een bilisummaa dhabee fi biyya isaa deebifachuuf qabsoo hin lakkaa‟amne geggeessaa har‟a gaheera. Kanaafuu qabsoon bilisumaa oromoo eessaa akka ka‟ee ykn ammoo akkamitti akka jalqabe bal‟inaan ibsuun barbaachisaa hin ta‟u.Sadarkaa qabsoon kun irra gahee fi har‟a maal irratti akka argamu firaafis ta‟e diinaaf ifa waan ta‟eef,waa‟ee kanas gad fageenyaan ibsuun barbaachisaa miti. Garuu gad fageenyaan ilaalamuu kan qabuu fi anis dhimma uummata koo ibsuu kanan barbaadu, qabsoon kun garam deemaa jira? Gaaffii jedhu ilaaluu fi akkasumas qabsoo bilisummaa kana keessa kan turan, amma kan jiranii fi qormaata gara fuulduraatti jiraachuu danda‟an bal‟inaan ilaaluudha.Haa turu haa ariifatu,haa dheeratu gabaabbatu malee qabsoon kun gara xumuraa akka gahe shakkiin hin jiru. Haata‟u malee gara kamitti akka deemuu fi galma isa kam akka gahu amma beekuun rakkisaadha. Maaliif yoo jedhame kaayyoo qabsoo kanaaf hiikni kennamuu fi galmi qabsoo dhumaa maal ta‟uu akka qabu falmisiisaa waan ta‟eefi. As irratti jechuu kanan barbaabe akka itti aanutti ibsuun yaala. Namni dursaa kaayyoo qabsoo ture sirna wayyaanee jiru kuffisee, lola sanyii balleessuu uummata keenya irratti baname dhaabuu ture. Inni milkaa‟eera. wayyaaneenis Tigiraayitti dhokatteetti. Kan oromoo ykn mootummaa jijjiiramaati kan ofiin jedhu mootummaan muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmed Ali gara aangootti dhufus duuti uummattoota keenyaa dhaabachuu hin dandeenye. Uummanni keenya har‟aas akkuma bara ABUT bilisummaa fi nageenya akka dheebotetti jira. Baay‟ee beela‟eera. Kan mul‟atu hundi sobadha. Kan fakkeessummaati. Siyaasa suura ka‟uuti. Kan ta‟e ta‟ee uummanni oromoo bal‟aa kan barbaaduu fi hawwu kan murteessuu fi abbaa qabsoo galmaan gahuu beekamaa uummata guddaa ta‟edha. Dhaabni ykn gareen kamiyyuu kana murteessuufii hin danda‟u. Gabaabumatti carraa isaa murteessuu kan qabu uummata bal‟aa kana jechuudha. Humni kamillee kana murteessuufii hin danda‟u.Fedhiin nama dhuunfaas ta‟e hawwiin, fedhiis ta‟e hawwii uummata bal‟aa kanaa ta‟uu hin danda‟u.Dhugaan kun ifa ta‟uu qaba. Egaa galma dhumaa qabsoo ilaalchisee hanga kana ergan jedhee booda,qormaata qabsichaa ilaalchisee waan tokko tokko kaasuun yaala. Qormaatota qabsoo bilisummaa bakka saditti qoodnee ilaaluu dandeenya. Isaanis qormaatota kaleessa turan,har‟as jiranii fi borus mul‟achuu danda‟anidha. Qormaatota kaleessa turan as irratti bal‟inaan kaasuun barbaachisaa ta‟uu baatus,haata‟u malee kan darbe irraa barachuuf akka gargaaruuf jecha isaan kanas xiyyeeffannoo keessa galchuun barbaachisaa ta‟a. Kitaaba #Qabsoo_Butame.
Показать все...
Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaa’u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama.Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BJxp2DV
Показать все...
Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa 3ffaa gaggeeffamuuf jirurraa maaltu eegama?

Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaa’u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama. Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha.

Oduu: #Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbiinsi mirga namooomaa dabaluu UN ibse; 70% kan ta’u humnoota mootummaatiin raawwatame jedhe Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti waajjirri Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa (OHCHR) gabaasa haaraa baaseen, Naannoolee #Oromiyaa fi #Amaaraa keessatti sarbiinsi mirga namoomaa dabaluun yaaddeessaadha jedheera. Waliigaltee Piriitooriyaa hordofee naaannoo #Tigraay keessatti jiijjiiramni gaarii mul’achuu ibseera. Bara 2023 keessa taatewwan sarbiinsa mirga namoomaa 594 mudachuu eeruun lammiileen 8235 hubamaniiru jedhe. Kan bara darbeerra 55.9% dabaluu gabaasichi addeesseera. Sarbiinsa mirga namoomaa mudatan keessaa 70% kan ta’an humnoota mootummaatiin raawwataman namoota 7,103 irra miidhaa qaqqabsiiseera jedhe. Gabaasa guutuu https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=4113
Показать все...
Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbiinsi mirga namooomaa dabaluu UN ibse; 70% kan ta’u humnoota mootummaatiin raawwatame jedhe - Addis Standard

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2024 – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaa gargaarsa namoomaa (UNOCHA) gabaasa tibbana baaseen akka jedhetti, Naannoolee Oromiyaafi Amaaraa keessatti sarbiinsi mirga namoomaa dabaluun yaaddeessaadha jedheera.  Waliigaltee Piriitooriyaa hordofee naaannoo Tigraay keessatti jiijjiiramni gaarii mul’achuu ibseera. Taatewwan sarbiinsa mirga namoomaa 594 mudachuu eeruun lammiileen 8235 hubamaniiru jedhe. Kan bara darbeerra 55.9% dabaluu gabaasichi addeesseera. Sarbiinsa …

Repost from Gumaa Saaqqataa
00:26
Видео недоступноПоказать в Telegram
Uganda, its name👉Ankole
Показать все...
2.51 MB
Показать все...