Faaya Amantaa Islaamaa
Открыть в Telegram
YouTube https://www.youtube.com/channel/UC4lnzSAGyiETeFwTSfbkVkQ Facebook https://www.facebook.com/faislamic/ Instagram https://instagram.com/faayaamantaaislaamaa Contact: @FaayaAmantaIslaamaabot Telegram group @Faayaamantaislaamaagroup
Больше1 315
Подписчики
+224 часа
+137 дней
+6030 день
Архив постов
عيد مبارك، تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Eid Mubarak warra baranaa kan bara hedduu Rabbiin nu haa godhu.
Dureessaafi Hiyyeessaafiis qooda:
Hadiisa Ajaaibaati
قال ﷺ«ولكنَّها على قدْرِ نَفَقَتِك أو نَصَبَكِ»
“Garuu akka baasii ykn Ta'aba keetitti galata argatta.
Hajjii fi Umraa keessati dureesssi haga baasii saatiin
Hiyyeessaa fi dadhabaafiis akkuma dadhabbii isaatti ajriin isaa guddaa taha.
Gaffii
Suuraan Aayatni isii Harfii "siin" "السين" jedhun xumuramu suura tami❓
Atii Namaa jabaafi nama dandeeytiin adda si keessa jiruudha
Of tuffachuu dhisii
Dandeeytii addatu si keessaa dhokotee jira..
San baasuf tattaffaadhu
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
🗒 Eee Karooraa baafadhu ammumaa.
Akkaa amma du'uu demtuti ibaadarratti cichaa Akkaa namaa amata dheeraa jiraatuti karoora baafadhu.
Ramadaana hanga Ramadaanatti
Amatatti qur'ana hagam busuu akka qabdu fi ibaadalle hunda keessaatti karooraa baafadhu ittin keessaatti of laali mee!!
Ammaarraa‼️
@FAAYAAMANTAAISLAAMA
BREAKING NEWS: Iid Al Fitr 1445/2024 Roobii, Ebla 10, 2024 ti. Ji'aan har'a keessatti HIN ARGAMNE
Halkan leylatul qadrii san dalagaan
gaariin keessa dalagamte, Ibaadaa ji’a
kum tokko caalti.
AMMA: Masjid Al Haram Salaata Taraweeh halkan Ramadaanaa 27ffaa kana tilmaamaan miliyoona 2.5 ta'an Masjiida Qulqulluu keessatti argamu
Galgala kana Masjidni Haramaa guutamee jira. Bakki dhaabatan hin jiru. Galgalli kun galgala Malaa’ikootni samii irraa Sayyida isaanii Jibriiliin wajji samirraa bu’an tahuun ni shakkama. Halkan 27 irra kajeelamtuu halkan Leylatul-Qadriiti.
Rahmata isaa keessaa nu haa arjoomu.
