fa
Feedback
1 315
مشترکین
+224 ساعت
+137 روز
+6030 روز
آرشیو پست ها
عيد مبارك، تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال Eid Mubarak warra baranaa kan bara hedduu Rabbiin nu haa godhu.

تقبل منا ومنكم

Dureessaafi Hiyyeessaafiis qooda: Hadiisa Ajaaibaati قال ﷺ«ولكنَّها على قدْرِ نَفَقَتِك أو نَصَبَكِ» “Garuu akka baasii ykn T
Dureessaafi Hiyyeessaafiis qooda: Hadiisa Ajaaibaati قال ﷺ«ولكنَّها على قدْرِ نَفَقَتِك أو نَصَبَكِ» “Garuu akka baasii ykn Ta'aba keetitti galata argatta. Hajjii fi Umraa keessati dureesssi haga baasii saatiin Hiyyeessaa fi dadhabaafiis akkuma dadhabbii isaatti ajriin isaa guddaa taha.

In the end it's just you and allah. @FAAYAAMANTAAISLAAMA

Story

Debbiin isaa سورة ألناس 💥

Gaffii Suuraan Aayatni isii Harfii "siin" "السين" jedhun xumuramu suura tami❓

photo content

Atii Namaa jabaafi nama dandeeytiin adda si keessa jiruudha Of tuffachuu dhisii Dandeeytii addatu si keessaa dhokotee jira.. San baasuf tattaffaadhu @FAAYAAMANTAAISLAAMA

🗒 Eee Karooraa baafadhu ammumaa. Akkaa amma du'uu demtuti ibaadarratti cichaa Akkaa namaa amata dheeraa jiraatuti karoora baafadhu. Ramadaana hanga Ramadaanatti Amatatti qur'ana hagam busuu akka qabdu fi ibaadalle hunda keessaatti karooraa baafadhu ittin keessaatti of laali mee!! Ammaarraa‼️ @FAAYAAMANTAAISLAAMA

BREAKING NEWS: Iid Al Fitr 1445/2024 Roobii, Ebla 10, 2024 ti. Ji'aan har'a keessatti HIN ARGAMNE
BREAKING NEWS: Iid Al Fitr 1445/2024 Roobii, Ebla 10, 2024 ti. Ji'aan har'a keessatti HIN ARGAMNE

photo content

Halkan leylatul qadrii san, halkan nagayaati, hamma barihutti.
Halkan leylatul qadrii san, halkan nagayaati, hamma barihutti.

Halkan leylatul qadrii san dalagaan gaariin keessa dalagamte, Ibaadaa ji’a kum tokko caalti.
Halkan leylatul qadrii san dalagaan gaariin keessa dalagamte, Ibaadaa ji’a kum tokko caalti.

photo content

AMMA: Masjid Al Haram Salaata Taraweeh halkan Ramadaanaa 27ffaa kana tilmaamaan miliyoona 2.5 ta'an Masjiida Qulqulluu keessatti argamu

Galgala kana Masjidni Haramaa guutamee jira. Bakki dhaabatan hin jiru. Galgalli kun galgala Malaa’ikootni samii irraa Sayyida
Galgala kana Masjidni Haramaa guutamee jira. Bakki dhaabatan hin jiru. Galgalli kun galgala Malaa’ikootni samii irraa Sayyida isaanii Jibriiliin wajji samirraa bu’an tahuun ni shakkama. Halkan 27 irra kajeelamtuu halkan Leylatul-Qadriiti. Rahmata isaa keessaa nu haa arjoomu.