cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Finfinne Times

Рекламные посты
3 844
Подписчики
+2424 часа
+807 дней
+30130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Repost from Jabeessaa Qeerroo
#መረጃ፦የየብርጌዶቻችን ጉባኤ በቀጣይ በጠላት ላይ ለምንወስደው ተከታታይ እርጃና የማይናወጥ አቋም መሠረት ነው .... ከዘመቻ ኢርቡ ሺኒጋ ጋር ጎን ለጎን የየብርጌዶቻችን አመራሮችና የኮር አዛዦች ጉባኤ በተሳካ ሁኔታ ተካሄዶ እየተጠናቀቀ ይገኛል......እንኳን ቀናችሁ እንላለን!
Показать все...
Injifannoo Birgeediin Odaa Kaarraa Injifannoon galeera💪💪💪
Показать все...
Repost from Jabeessaa Qeerroo
#Oduu_Qacaam!!!! Gumaan Dammaqaa Kumaa osumaa hin buliin dachaadhan baate! #Abarraa_Kabbadaa jedhamti! Milishaa kibba lixa shaggar aanaa iluuti! Osuma isheen baadiyyaa keessatti uffata ummataatin sochii WBO hordoftuu risaan qacaam godhe guyyumaan hordofiidhan. Kanaan duraa dhiiga ummataa dhugaa turte.torbeedhuma darbe keessa Qeeerroo sabboonaa tokkoo inni dabballee WBO'ti jechuun hordofte ajjeeftee reeffa isaa hurufatti gatte, Ammas osuma isheen qeerroo WBO waliin hidhata qaban hordoftu qabamte. Dhugaan ilmaa waqaati,,,,, !!!!! #መረጃ፦የቄሮዎችን #የደመቀ_ኩማ ደም ሳይውል ሳያድር ቀጨም..... ይህ የምትመለከቱት በምዕራብ ሸገር ዞን የኢሉ ወረዳ ሚሊሻ ነው ስሙ መቼም ትልቅን ትልቅ የሚያደርገው ሥራው ነውና ከጀግናው ሠራውታችን ጋር ግንኙነት አላቸው የሚባሉ ቄሮዎችን በመሰለል የሚያስገድል ሲሆን ባለፈው #ደመቀን አስገድሎ ሜዳ ላይ ያስጣለው ይኼው ሰው ነው አሁንም እንደለመደው ዌሮዎችን ሲሰልል ነው በንሥሮቹ የተያዘው #ሚሊሻ_አበራ_ከበደ ሌሎቻችሁም ማን ማን እንደሆናችሁ አበጥረን እናውቃሉን አትንቀዥቀዡ እንጨባበጣለን....
Показать все...
👍 1
Repost from Jabeessaa Qeerroo
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dirree Incinniitti Ijoollee keessantu Waraana keessa jira jechuun Faashistiin PP Maatii Manguddoo, Dargaggootaafi Ijoollee homaa siyaasa keessa hin jirre Qotee bulaa, barattootaafi kkf mana hidhaatti guuraa jiru. Haala kanaan yeroo ammaa dubartoonni 30 oli, dhiirrimmoo 210 oli sadarkaa mana sirreessaa poolisii aanaatti mana dhiphoo keessatti walirratti hidhamanii jiru. Akkaatuma kanaan ganda Roggee Dagaa keessatti maatii tokko keessaa nama torba/07/ horii isaanii waliin mana hidhaatti guuraniiru. Maqaan 1. Aaddee Suufee Warqinaa Badhaadhaa umuriin - 70 2. Obboo Warqinaa Tarreessaa umuriin - 65 3. Dardaraa Leelliisaa Baqqalab umuriin - 20 4. Shamarree Immabeet Shallamaa umuriin -16 5. Barataa Amansiisaa Shallamaa umuriin -14 6. Barattuu Meetih Dirribaa umuriin -12 7. Barattuu Kumashii Kabbadaa umuriin - 15 Kan tahedha.
Показать все...
👍 1
00:31
Видео недоступноПоказать в Telegram
#መረጃ፦ፍሽቱ የብልፅግናው ቡድን ሠራዉት እንዲህ ካምፑን በት/ቤትና በሆስፒታል እንዲሁም በዩንቨርስቲ ውስጥ እየሸመቀ በህዝባችን ላይ ደንቃራ የሆነውን ኃይል እንዲህ መንቀል ተጀምሯል.....አይዞሽ ገለቴ!
Показать все...
1.36 MB
Фото недоступноПоказать в Telegram
#Inbox Gurbaan mana qonnaan bulaatti ibidda qabsiisee "mana shanee fi dabballee gubaa jirra" jedhee dhaadatu kun godina shawaa bahaatti milishaa Aanaa Booraati.magaalaa botee keessa jiraata. #መረጃ፦ይህ የገበሬን ቤት አቃጥሎ "የሸኔን ቤት አቃጠልን" እያለ ሲዝት የነበረ ሚሊሻ በምሥራቅ ሸገር ዞን የቦሬ ወረዳ ቦቴ ከተማ ኗሪ እንደሆነ ታውቋል...አብሽር ማንም በአባት ምድራችን ላይ የሚጎፈላበት ጊዜ አክትሟል አጆፍቱ የምንጨባበጥበት ጊዜ ቅርብ ነው!
Показать все...
👍 2
Bulchaan aanaa gafarsaa eegduu ofii eegii waan atii ummataa gooxii doombii gochaa jirtu raadariin risaa si hordofaa jira. Shiraa atii hattoota kaabinootaa waliin magaalaa shaggar kan magaala burraayyuu waliin xaxxa jirtan hundaa keessan fudhate deema. Hattoonni kaabinoota hattuu tahaan waliin ummata lafasaaniirraa buqqisa jirtanis ni tura malee hin hafuu in aegattu gatii keessaan...
Показать все...
01:14
Видео недоступноПоказать в Telegram
ከኦሮሚያ ጊምቢ ኪዳነምህረት ኦርቶዶክስ ቤ/ክ ውስጥ በደብተራዎች ሲሰራበባቸው የነበሩ የድግምት ፣ የጥንቆላ የፈልፈላ መጽሀፎች እየተወገዱ ይገኛሉ
Показать все...
5.34 MB
👏 2
Repost from Faana Sinbiraa
Jaal Gamtaa Wagiin Wal Baraa Jaal Gamtaan Waggaa Sadaan Kana barnootaa isaa University Finfinnee irraa Digirii Jalqabaa Barnoota Economics dhaan qabxii Gaarii fiduudhan achumatii Barsiisaa ( lecture ) tahe utuu barsiisu Diigirii isaa lammataas Mcs (master of Degree) DEVELOPMENT Economics dhaan Achumaa University Finfinnee irraa bara Darbee Xummuree. Dhiraa waan jedheeti Amaanu kun rakkoo uummata kootu dursaa jechun yeroo ammaa dirree irraa diinaan kokkee wal qabuutti jira. Jaal Gamtaa Wagii Ykn Gurraacha Gurra Lootii Mirgaan Gaalii Koormee koo Dhiraa amma jedhuu Gahuu
Показать все...
👍 12
#inbox Salaalee Darraa Akeekachiisa bulchaan ganda Bacho waajjituu #Mulaatu_Tashoome Ummanni gandichaa irraa galii lafaa takkaan gibira lafaa qarshii kuma 400 irraa guuraa behee ammaa garuu xaaoo gandichaaf kennamee jiru gatiin xaaoo kuntaala. 1. Waajjira irraa itti behe. 4750..bulchichi garuu ummataaf osoo hin kennin namoota asii gadii tti maqaan isaanii dhahame kana tti kennuun akka ummatatti kuma 9000. Gurguran godhe jiraa 1.Taddesee Teferra 2.Girmaa Shanoo 3.Asaffaa Beqqelee kanaafuu qaamni waan kun isin ilaallatu fala itti gootan isn gaafannaa jechaa jirani Ummanni keenya Sheer waliif godha
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.