cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Faana Sinbiraa

Больше
Рекламные посты
25 308
Подписчики
+8424 часа
+2897 дней
+93730 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

00:36
Видео недоступноПоказать в Telegram
Rooba Arfaasa kana waliinqabe itti roobsaa jira leencichi. Milkeessi waaq 🙏
Показать все...
👍 40 3😁 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
Фото недоступноПоказать в Telegram
Oole bula malee galgalli harree kanuma warrabessati. Biyyoo siphattee harkaa baate gadheen. 🤣🤔 Impayeera galata hin qabneef maliif arsaa kaffaltu?
Показать все...
47👍 26😁 20🤷 10👎 8🔥 2
Xiyyeeffannoo. ============= Yeroo ammaa kana PPn godinoota WBOn keessa socho'uu keessatti Qindeessitota mana barnootaa fayyadamuun hanga gandaatti gadii buute caasa (network) ijaara akka jirtu 100% bira geenyerra. Kanaaf warroon ijaarsa caasaa network kana ijaaraa jirtanis ta'e ijaaramaa jirtan hojii itti jirtan kanarraa of hin qusattan tanaan kanaan booda dhiifamni tokko akka isiniif hin godhamne beektan akka itti seentan isiin beeksisu feena.
Показать все...
👍 44 2
Kisaara Diroonota K/Abiyyi Hanga ammatti Diroonin 3 sababa adda addaan hojiin ala ta'aan jiru. Dirooniin Tokkoo lola Tigiray irraatti Lammafaan Gaafa Abbiyyif Bishooftuutti "Show dhiyyeessan gamootti Bishooftuti Rukutameeti 3ffaan Horroo Guduruu Wallaggaatti akka hamma ammatti Dirooniin Sadii hojii ala ta'uusaa Keessoo PP dubataani, Humni diroon to'achuu irraa jiru lammiwwaan Faransay yoo ta'aan masara motummaa keessatti Abiyy bakka argamutti ajaajni kan kennamuu jedhan opireesheni dirree immoo RIBtu fudhata jedha odeessi. Yeroo warri habashaa fuutuudha dirooniin kun kan rakkoo uumee jedha eeruun kun. Kan kaleessa horro Guduruutti Caccabdee Boonbiin ishee keessaa jiruu waan hin dhuka'iin jiruuf of eeggannoo barbachisaa waan ta'eef ummaata naannoo sanaaf dhaamna!
Показать все...
👍 91 15👎 1
Sababa Dirooni harraa Abee Dongorootti burkutooftef namiichi Tekinishaanota 5 karaarra makseera😉
Показать все...
💊 56👍 29 14👎 6👏 4
WBOn Zoonii Kibba Godina Gujii Lixaa Aanaa Bulee Horaa Keessatti loltoota maafi'aa PP 100 ajjeesuun 60 Ol Madoon Adabe. ONM-ABO Caamsaa 22,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa ganda Baddaa Magaadatti har'a Caamsaa 22 humna waraana faashistii Abiy Ahimed kan saamicha, gudeeddaa fi ajjeechaan uummata Oromoo hiraarsaa turte irratti tarkaanfii guggubduu fudhateen injifannoo cululuqaa galmeesseera. Lola sa'a 5:00 oliif jajjabeen WBO waraana maafi'aa PP waliin taassiseen waraana PP irraa 100tti kan lakkamuu du'aan yoo adabu 60 ol madoo taasisee jira . Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn humna diinaa kan ji'a muraasa keessatti bosona Baddaa Magaadaa humna WBO keessaa qulqulleessine jirra jettee miidiyaa irratti ololaa turte irratti tarkaanfii boonsaa fudhatee baaragse kanaan reeffaa fi madoo konkolaataa 5n fe'attee gara magaalaa Bulee Horaatti deebitee jirti. Injifannoon Uummata Oromoof❗️
Показать все...
👍 75 15
Фото недоступноПоказать в Telegram
Shaakalli meeshaa farra Drone yaaliin duraa milkaa'eera! Sichii Waa Hedduu Arguuf Jirtu. 𝙒𝘽𝙊 𝙒𝙖𝙡𝙞𝙞𝙣 𝙁𝙪𝙡𝙙𝙪𝙧𝙖𝙩𝙩𝙞
Показать все...
👍 132 35🔥 19👎 5😱 4👏 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
Kadirooni ol-aanoon PP Addisu Araggaa fi Awwalu Abdii gara Wallaggaa University fi Dambii Doollo University tti imalun dhoksaan walgaahiti jiru. Ajandaan walgahii isaani inni Ijoon ~WBO balleesinerra jedhame ololli akka ololamu. ~Uummati miseensa keenya akka ta'uuf nuf kakaasaa ~Faannoof TDF 4kilo nurraa fudhachuuf wal galteerra gahaan wan jiranif akka Oromoon nurra goruuf fi ajaandale heddu irrati akka mari'aacha jiran odeessi nu dhaqabee jira.
Показать все...
33👍 27👎 10🥰 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Kuniis Akkuma Taayye Qilinxoo Seenee Jira. Namni Birhaanu Leenjisoo jedhamu kun "Dhugaa Qallootu 4Kiloo Seenee " jechun qabsoo Qeerroon kumaatamni itti waregame ganuun impayeeratti xaxatee kan galee kunoo impayeerichi moo hanga barbaade dhimma itti bahuun qilinxooti darbatee jira. Kan Oromoo Gane Ofkale Hin Beeku.
Показать все...
😁 45👍 17 13👏 12