5 316
Подписчики
+624 часа
+197 дней
+2030 день
Архив постов
Sagalee Dhuga has invited you to join a video meeting on Google Meet.
Name: QO'ANNAA WANGEELA YOHANNIS
Time: Thu, , 9:15 at night – 11:15 at night
Join the meeting: https://meet.google.com/bah-nbry-qon
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02B5Hp6gu6WrEAULuTsruMZyWo4RVc268RpY7GaJYFCGHrYwqGsStEpVCVzJjWsyj8l/
Kutaa 5ffaa: Balaa fi qorumsa nu muudate
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/1520049146570617/?app=fbl
Kutaa 4ffaa: Xiyyeeffannoo qabeenya kiristaanotaa irratti
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid025ib426gHJYC1FyvP6SKGvz6pJacZfpM8jBqs5R1k4xoDNzp3hnNL3zy5YbK7c8uVl/
Kutaa Lammaffaa Ilaacha dogongoraa
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02UVNj6Q5iqwmFqvdVjo4BvxE9PAMNS2xh2wWU68UEGkVXg3N8LHZxAQNWPUrnYFGnl/
Kutaa Jalqabaa
Ilaalcha hamaa, gochaa fi furmaata
YAADACHIISA SAGANTAA AGAAPPEE
Akkuma kana dura waggaa waggaadhaan raawwannu gamtaa abbootni keenya Duuka Bu'oonni waliin qabaachaa turanii fi maaddii jaalalaa Agaappee jedhame waliin hirmaachaa turuu isaanii yaadachuudhaaf guyyaa ayyaana Afuura Qulqulluun isaan irratti bu'e ayyaana Phaaraqlixoos irratti sagantaa maaddii jaalalaa miseensota hunda hirmaachisu Dilbata Gaafa Caamsaa 23 qopheessinee jirra.
Maarree Miseensonni Finfinnee hundumti keessan sagantaa miseensotaaf qabame kan sa'aa 6:00 irraa eegalee galma mana kiristaana kaatederaala Qulqulluu Sillaasetti Kiiloo 4tti gaggeeffamu irratti akka argaman irra deebiidhaan waamicha dhiyeessina.
Sagantaa kana hirmaachuun dirqama miseensummaatis. Gareewwan miseensota magaalaa Finfinnee torbanuu sagantaa kana akak hirmaattaniif gama walitti qabdoota gareewwaniitin ergaan dursee darbeera. Haala sagantaalee, qabiyyee sagantichaa fi wantoota miseensa irraa eegaman odeeffannoo dabalataa bilbilaan kan isin beeksifamu ta'a
Wiirtolee fi dameewwan WDB kuunis sagantaa wal fakkaataa guyyaa wal fakkaataatti ni qabaatu jennee eegna//
Odeeffannoo dabalataaf:-0934677776
Beeksisa Xumuraa
Odeeffannoo manneen kiristaanota tajaajila dhaabanii cufamanii jiran nu biraan gahaa. Liinkii kanaa gadii guutuudhaan gahee keessan bahaa. Dhimmi kun baay'ee yaaddessaa waan ta'eef marii bal'aadhaaf dhiyaachuu qaba. Liinkii kana yoo bantan wanta gaafataman ni argattu
https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9
ERGAA XUMURAA, WARRI GUCA KANA HIN GUUNNE BATASKAANA CUFAME KAN BEEKTAN YOO JIRAATE GUUTAA NUUF ERGAA https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9
Imala WDB Marsaa 25ffaa gaafa 22/06/2018 gara M/K Q/Maariyaamii Jawweetti gaggeeffamuudha. Gatiin imalaa hunduma dabalatee Finfinnee irraa Qr. 800. Imaltoonni akkawuntii CBE 1000664321339 Solomon Begna and Damie Girma irratti galchuudhaan receipt garee kana keessatti nuuf maxxansaa.
Galmee xumuraa jirra
Odeeffannoo dabalataaf
+251934677776
#Pirojektii_Sassaabbii_Odeeffannoo_Bataskaanota_Cufamanii
Liinkii kana hamma dandeessan namootni akka arganii guutaniif share taasisaa.
https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9
Waan guca kana guutuun nu gargaartaniif galatoomaa
Mana kiristaanaa ishee baadiyyaa
Manneen kiristaanaa keenya hedduun yeroo ammaa baadiyyaatti sababa hedduudhaan rakkachaa, cufamaa fi tajaajila dhaabaa jiru. Dhimmi manneen kiristaana baadiyyaa sadarkaa yaaddeessa irra gahee jira. Furmaata isaatiif sirriitti gamanumaa of haa qopheessinu. Jalqaba odeeffannoo gahaa walitti qabachuun barbaachisaadha.
Liinkii kanaa gadii banuudhaan odeeffannoo bataskaanota tajaajila dhaabanii kana guutuudhaan 'submit' gochuudhaan nu gargaaraa.
https://forms.gle/7wUiyKMowW9qQP129
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
