ar
Feedback
Waldaa Duuka Bu'ootaa

Waldaa Duuka Bu'ootaa

الذهاب إلى القناة على Telegram
5 316
المشتركون
+624 ساعات
+197 أيام
+2030 أيام
أرشيف المشاركات
Sagalee Dhuga has invited you to join a video meeting on Google Meet. Name: QO'ANNAA WANGEELA YOHANNIS Time: Thu, , 9:15 at night – 11:15 at night Join the meeting: https://meet.google.com/bah-nbry-qon

https://www.facebook.com/100056966393292/posts/1520049146570617/?app=fbl Kutaa 4ffaa: Xiyyeeffannoo qabeenya kiristaanotaa irratti

YAADACHIISA SAGANTAA AGAAPPEE Akkuma kana dura waggaa waggaadhaan raawwannu gamtaa abbootni keenya Duuka Bu'oonni waliin qabaachaa turanii fi maaddii jaalalaa Agaappee jedhame waliin hirmaachaa turuu isaanii yaadachuudhaaf guyyaa ayyaana Afuura Qulqulluun isaan irratti bu'e ayyaana Phaaraqlixoos irratti sagantaa maaddii jaalalaa miseensota hunda hirmaachisu Dilbata Gaafa Caamsaa 23 qopheessinee jirra. Maarree Miseensonni Finfinnee hundumti keessan sagantaa miseensotaaf qabame kan sa'aa 6:00 irraa eegalee galma mana kiristaana kaatederaala Qulqulluu Sillaasetti Kiiloo 4tti gaggeeffamu irratti akka argaman irra deebiidhaan waamicha dhiyeessina. Sagantaa kana hirmaachuun dirqama miseensummaatis. Gareewwan miseensota magaalaa Finfinnee torbanuu sagantaa kana akak hirmaattaniif gama walitti qabdoota gareewwaniitin ergaan dursee darbeera. Haala sagantaalee, qabiyyee sagantichaa fi wantoota miseensa irraa eegaman odeeffannoo dabalataa bilbilaan kan isin beeksifamu ta'a Wiirtolee fi dameewwan WDB kuunis sagantaa wal fakkaataa guyyaa wal fakkaataatti ni qabaatu jennee eegna// Odeeffannoo dabalataaf:-0934677776

photo content

DIRRE DAWAATTI FUULA KANAAN NU ARGADHAA

Beeksisa Xumuraa Odeeffannoo manneen kiristaanota tajaajila dhaabanii cufamanii jiran nu biraan gahaa. Liinkii kanaa gadii gu
Beeksisa Xumuraa Odeeffannoo manneen kiristaanota tajaajila dhaabanii cufamanii jiran nu biraan gahaa. Liinkii kanaa gadii guutuudhaan gahee keessan bahaa. Dhimmi kun baay'ee yaaddessaa waan ta'eef marii bal'aadhaaf dhiyaachuu qaba. Liinkii kana yoo bantan wanta gaafataman ni argattu https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9

photo content

ERGAA XUMURAA, WARRI GUCA KANA HIN GUUNNE BATASKAANA CUFAME KAN BEEKTAN YOO JIRAATE GUUTAA NUUF ERGAA https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9

Imala WDB Marsaa 25ffaa gaafa 22/06/2018 gara M/K Q/Maariyaamii Jawweetti gaggeeffamuudha. Gatiin imalaa hunduma dabalatee Finfinnee irraa Qr. 800. Imaltoonni akkawuntii CBE 1000664321339 Solomon Begna and Damie Girma irratti galchuudhaan receipt garee kana keessatti nuuf maxxansaa. Galmee xumuraa jirra Odeeffannoo dabalataaf +251934677776

Lakkoofsa bilbila ititin imalaaf galmooftan
Lakkoofsa bilbila ititin imalaaf galmooftan

Odeeffannoo nuuf qoodaa https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9

#Pirojektii_Sassaabbii_Odeeffannoo_Bataskaanota_Cufamanii Liinkii kana hamma dandeessan namootni akka arganii guutaniif share
#Pirojektii_Sassaabbii_Odeeffannoo_Bataskaanota_Cufamanii Liinkii kana hamma dandeessan namootni akka arganii guutaniif share taasisaa. https://forms.gle/AAf5JMfVAnDbrUEt9 Waan guca kana guutuun nu gargaartaniif galatoomaa

Mana kiristaanaa ishee baadiyyaa Manneen kiristaanaa keenya hedduun yeroo ammaa baadiyyaatti sababa hedduudhaan rakkachaa, cufamaa fi tajaajila dhaabaa jiru. Dhimmi manneen kiristaana baadiyyaa sadarkaa yaaddeessa irra gahee jira. Furmaata isaatiif sirriitti gamanumaa of haa qopheessinu. Jalqaba odeeffannoo gahaa walitti qabachuun barbaachisaadha. Liinkii kanaa gadii banuudhaan odeeffannoo bataskaanota tajaajila dhaabanii kana guutuudhaan 'submit' gochuudhaan nu gargaaraa. https://forms.gle/7wUiyKMowW9qQP129