cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Lammaa Magarsaa official page

Lammaa Magarsaa official page

Больше
Страна не указанаЯзык не указанКатегория не указана
Рекламные посты
3 206
Подписчики
Нет данных24 часа
Нет данных7 дней
Нет данных30 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Показать все...
Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana bara haaraa Xoophiyaa ilaalchiisun rakkoolee Oromiyaa keessatti muudataniif Dhiifama gaafate haa ta’u malee dubbiin obbo shimallis Oromoo sobuuf kan jedhame fakkaata.

  Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana bara haaraa Xoophiyaa ilaalchiisun rakkoolee Oromiyaa keessatti muudataniif Dhiifama gaafate haa ta'u malee dubbiin obbo …

Repost from Nuuralhudaa
Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame. https://nuuralhudaa.com/30950/
Показать все...
Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame - NuuralHudaa

Dhiheenya kana hoggantoonni Majliisa federaalaa gara naannoo Amaaraa imaluun isaanii ni yaadatama. Imala Isaanii kanaanis Muslimoota naannichaa waliin mari’atanii kan deebi’an yoo tahu; kanumarratti hundaayuun Majliisni naannoo Amaaraa bifa haarayaan jaaramee jira. Hundeeffama Majliisa naannichaa kanarratti, ilmaan Ulamaa’ii gurguddoo naannichatti beekkamtii guddaa qabanii aangoo ol aanaa irratti muudamanii jiru. Muudama haaraya kanarratti ilma ilma Sheikh […]

Repost from Nuuralhudaa
Dubartiin Abbaa Manaa isii waliin walqunnamtii raawwattee janaabaa irraa qulqullaahuuf yeroo dhiqattu, rifeensa mataa isii akkamitti dhiqachuu qabdi? https://nuuralhudaa.com/fnh/477/
Показать все...
477 : Janaabaa dhiqachuuf Shurrubbaa hiikuun dirqamaa? - NuuralHudaa

Gaafii: Intalti takka yoo rifeensa mataa jabeessitee dhoofte qunnamtii abbaa manaa isiitiin wajji goote janaabaa dhiqachuu haa ta’uu dhiiga aadaa irraa haa ta’uu, yoo rifeensa kana hin hiikin najaasaan irraa hin baane jedhanii akkam?     Deebisaa: Mu’uminni hin najasamu. Janaabaa dhiqachuun waajiba. Garuu Rifeensa hiikuun dirqamaa miti. Bishaan akka gaarii itti naqanii rifeensa waliin […]

Repost from Nuuralhudaa
Saala daa'imaa tuquun wuduu'a balleessaa? Qaama saalaa ofii harkaan tuquun hoo akkami? link tuqaa deebisaa barreeffamaa dubbisaa. sagaleefi viidiyoonis liinkima kana keessa isiniif jira. https://nuuralhudaa.com/fnh/567/
Показать все...
567: Saala daa'imaa tuquun wuduu'a balleessaa? - NuuralHudaa

Gaafii: Qaama saalaa tuquun wudu’a balleesa jedhanii, Qaama ijoollee daa’immanii tuquun hoo akkami?   Deebisaa: Dhimma kanarratti ulamaa’iin yaada adda addaa kennan. Ulamaa’ii jiddutti wal dhabbitu jira. saala daa’immanii qofa osoo hin taane, qaama saalaa ofii harkaan tuquun wudu’a ni balleessa moo hin balleessuu irratti khilaafa ulamaa’iitu jira. garuutuu cuunfaa fatwaa ulamaa’ii yoo laalle, qaama […]

Afaan Oromoo Google irratti hiikuun sadarkaa maalirra jira? https://www.bbc.co.uk/afaanoromoo/articles/c1v434v77n4o?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
Показать все...
Afaan Oromoo Google irratti hiikuun sadarkaa maalirra jira?

Afaan Oromoo Google irratti hiikuun sadarkaa maalirra jira?

Hanqina sharafa alaa kan qabdu Itoophiyaan tajaajila baankii dhaabbilee biyya alaaf banaa gochuufi https://www.bbc.co.uk/afaanoromoo/articles/c4n0972pemeo?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
Показать все...
Hanqina sharafa alaa kan qabdu Itoophiyaan tajaajila baankii dhaabbilee biyya alaaf banaa gochuufi

Itoophiyaan tajaajila baankii abbootii qabeenyaa biyya alaaf banaa gochuufi

Repost from Nuuralhudaa
Allaattiin tun yeroo garii qurxummii gurguddaa liqimsitee hudhamtee duuti. link tuqaa garruu guutuu dubbisaa https://nuuralhudaa.com/30918/
Показать все...
Allaattiin tun yeroo garii qurxummii gurguddaa liqimsitee hudhamtee duuti. - NuuralHudaa

Allaattii naannoo bishaanii jiraattu tun Afaan Amaaraatiin “Ye wuha waf /የዉሃ ወፍ” jedhamti.  Afaan Ingiliffaatiin ammoo Heron jedhamuun beekamti. Allaattiin tun sanyiilee garagaraa 64 qabdi. Hunduu guddina qaamaa, bifa baallii fi naannoo jireenya isaaniirratti hundaa’ee garaagarummaa qabu. Heeroon Ardii Antaarkitikaa qabbanaan guutame keessa malee, ardiilee biroo cufa keessattuu ni argamti. Naannoolee jiidhina qabu kan akka […]

Repost from Nuuralhudaa
Dubrummaa dhiiraa maaliin mirkaneessan? link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/fnh/249/
Показать все...
249: Dubrummaa dhiiraa maaliin mirkaneessan? - NuuralHudaa

Gaafii: Intalti takka yoo isiin heerumte dubraa mitii jedhan abbaan manaa, dhiiraan wajjiin turte jedhanii waa heddu irratti oofan. Qulqullummaa dhiiraa hoo maaliin beeyna? dhiirri tokko osoo bultii hin jaarin dura dhalaa biroo waliin hamtuu dalaguu dhabuu isaa akkamitti mirkaneeffanna?     Deebisaa: Dhugaadha dubri waan irraa badutu jira yeroo hedduu. Kanaaf abbaan manaa sun […]

Показать все...
Waraana Kaaba Itoophiyaa ilaalchisuun Ergamaan Addaa Ameerikaa gara Itoophiyaa imaluuf.

Waraana Kaaba Itoophiyaa ilaalchisuun Ergamaan Addaa Ameerikaa gara Itoophiyaa imaluuf. (SQ-Fulbaanaa 3,2022) Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Pireezidantii Ameerikaa Joo Baayidan …

Repost from Nuuralhudaa
Qurxummii Lukkuu Gaalaanaa jedhamuun beekamu beeytuu? link tuqaa qurxummii kanaan wal baraa. https://nuuralhudaa.com/30901/
Показать все...
Qurxummii Lukkuu Gaalaanaa jedhamuun beekamu beeytuu? - NuuralHudaa

Qurxummiin Albaakoor jedhamuun beekkamu kun gosa qurxummiilee soorataaf oolan kan Tuna jedhamuun beekkaman keessaa isa tokko. Dabalataanis maqaa ‘lukkuu galaanaa’ jedhmuunis ni waamama. Sababni lukkuu galaanaa jedhamee waamameefis, foon isaa gabaarratti akkaan barbaadama. Gatiin isaatis qaaliidha. Haa ta’u malee foon Albaakoor kan gara heemisfeera kaabaatti argamuu soorataaf hin oolu. Sababaa kanaa ibsuun dura, waahee qurxummii […]

Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.