479
Подписчики
Нет данных24 часа
-17 дней
-230 дней
Архив постов
Repost from SCHOOL OF MARVEL- ASELLA
Biiroon barnoota
Oromiyaa barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara kanaan qabxii olaanaa galmeessisaniif badhaasa kenneera.
Haaluma kanaan barattoota M/B keenya keessa
1. Barattoota qabxii olaanaa galmeessisan 14f, tokkoon tokkoon isaanii Birrii kuma 7
2. Barattoota qabxii daran olaanaa galmeessisan 9f, tokkoon tokkoon isaanii Birrii kuma 10 fi taableetii Birrii kuma 40 baasu badhaafamaniiru.
Barattoota, Maatii barattootaa, barsiisota mana barumsaa keenyaa, hojjettoota wajjira barnoota magaalaa Asallaa, Yuunivarsiitii Arsii fi Qaamoota bu'aa kana galmaan ga'uuf nu cinaa turtan hundaaf baga gammaddan jenna.
የኦሮሚያ ት/ቢሮ በዘንድሮ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና በክልሉ ከፍተኛ ነጥብ ላመጡ ተማሪዎች ሽልማት ያበረከተ ሲሆን ከትምህርት ቤታችን ተማሪዎች ውስጥ
1. ከፍተኛ ነጥብ ያመጡ ያመጡ 14 ተማሪዎች እያንዳንዳቸው ብር 7,000
2. እጅግ በጣም ከፍተኛ ነጥብ ያመጡ 9 ተማሪዎች እያንዳንዳቸው ብር 10,000 እና 40,000 ብር የሚያወጣ ታብሌት ተሸልመዋል።
ተማሪዎች, የተማሪ ወላጆች, የትምህርት ቤታችን መምህራን, የአሰላ ከተማ ት/ፅ/ቤት ሰራተኞች, ለአርሲ ዩኒቨርሲቲ እንዲሁም ለዚህ ውጤት መሳካት ከጎናችን ለነበራችሁ አካላት በሙሉ ልባዊ ምስጋናችንን እያቀረብን እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እንወዳለን