fa
Feedback
SMI G-12 2013

SMI G-12 2013

رفتن به کانال در Telegram
479
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-230 روز
آرشیو پست ها
photo content

photo content
+3

photo content
+3

photo content
+3

photo content

photo content

photo content

photo content
+3

photo content

photo content
+6

photo content
+5

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

Biiroon barnoota Oromiyaa barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara kanaan qabxii olaanaa galmeessisaniif badhaasa kenneera. Haaluma kanaan barattoota M/B keenya keessa 1. Barattoota qabxii olaanaa galmeessisan 14f, tokkoon tokkoon isaanii Birrii kuma 7 2. Barattoota qabxii daran olaanaa galmeessisan 9f,  tokkoon tokkoon isaanii Birrii kuma 10 fi taableetii Birrii kuma 40 baasu badhaafamaniiru. Barattoota, Maatii barattootaa, barsiisota mana barumsaa keenyaa, hojjettoota wajjira barnoota magaalaa Asallaa, Yuunivarsiitii Arsii fi Qaamoota bu'aa kana galmaan ga'uuf nu cinaa turtan hundaaf baga gammaddan jenna. የኦሮሚያ ት/ቢሮ በዘንድሮ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና በክልሉ ከፍተኛ ነጥብ ላመጡ ተማሪዎች ሽልማት ያበረከተ ሲሆን ከትምህርት ቤታችን ተማሪዎች ውስጥ 1. ከፍተኛ ነጥብ ያመጡ ያመጡ 14 ተማሪዎች እያንዳንዳቸው ብር 7,000 2. እጅግ በጣም ከፍተኛ ነጥብ ያመጡ 9 ተማሪዎች እያንዳንዳቸው ብር 10,000 እና 40,000 ብር የሚያወጣ ታብሌት ተሸልመዋል። ተማሪዎች, የተማሪ ወላጆች, የትምህርት ቤታችን መምህራን, የአሰላ ከተማ ት/ፅ/ቤት ሰራተኞች, ለአርሲ ዩኒቨርሲቲ እንዲሁም ለዚህ ውጤት መሳካት ከጎናችን ለነበራችሁ አካላት በሙሉ ልባዊ ምስጋናችንን እያቀረብን እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እንወዳለን