Kitaabilee Afaan Oromoo
Открыть в Telegram
Channel kana jalatti:- kitaabbilee Afaan Oromoo Pdfn ni argattu. Akkasumas beeksisaa fi barruu garaa garaa Afaan Oromoon ni dhoobamu. Yaada yoo qabaattan @ilmaOljirraa ykn @Naatiikoo nuuf ibsaa!
Больше4 762
Подписчики
Нет данных24 часа
+257 дней
+12430 день
Загрузка данных...
Похожие каналы
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
декабрь '24
декабрь '24
+194
в 1 каналах
ноябрь '24
+267
в 1 каналах
Get PRO
октябрь '24
+382
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+182
в 0 каналах
Get PRO
август '24
+167
в 0 каналах
Get PRO
июль '24
+251
в 0 каналах
Get PRO
июнь '24
+234
в 0 каналах
Get PRO
май '24
+384
в 1 каналах
Get PRO
апрель '24
+360
в 1 каналах
Get PRO
март '24
+261
в 1 каналах
Get PRO
февраль '24
+141
в 0 каналах
Get PRO
январь '24
+83
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '23
+121
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '23
+136
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '23
+184
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '23
+124
в 0 каналах
Get PRO
август '23
+113
в 0 каналах
Get PRO
июль '23
+144
в 0 каналах
Get PRO
июнь '23
+132
в 0 каналах
Get PRO
май '23
+130
в 0 каналах
Get PRO
апрель '23
+101
в 0 каналах
Get PRO
март '23
+130
в 0 каналах
Get PRO
февраль '23
+90
в 0 каналах
Get PRO
январь '23
+117
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '22
+118
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '22
+115
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '22
+133
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '22
+111
в 0 каналах
Get PRO
август '22
+105
в 0 каналах
Get PRO
июль '22
+138
в 0 каналах
Get PRO
июнь '22
+106
в 0 каналах
Get PRO
май '22
+92
в 0 каналах
Get PRO
апрель '22
+139
в 0 каналах
Get PRO
март '22
+204
в 0 каналах
Get PRO
февраль '22
+71
в 0 каналах
Get PRO
январь '22
+131
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '21
+121
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '21
+138
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '21
+195
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '21
+92
в 0 каналах
Get PRO
август '21
+142
в 0 каналах
Get PRO
июль '21
+123
в 0 каналах
Get PRO
июнь '21
+207
в 0 каналах
Get PRO
май '21
+125
в 0 каналах
Get PRO
апрель '21
+128
в 0 каналах
Get PRO
март '21
+188
в 0 каналах
Get PRO
февраль '21
+127
в 0 каналах
Get PRO
январь '21
+291
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '20
+1 837
в 0 каналах
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 21 декабря | +20 | |||
| 20 декабря | +14 | |||
| 19 декабря | +8 | |||
| 18 декабря | +6 | |||
| 17 декабря | +9 | |||
| 16 декабря | +15 | |||
| 15 декабря | +13 | |||
| 14 декабря | +7 | |||
| 13 декабря | +12 | |||
| 12 декабря | +14 | |||
| 11 декабря | +5 | |||
| 10 декабря | +6 | |||
| 09 декабря | +6 | |||
| 08 декабря | +9 | |||
| 07 декабря | +10 | |||
| 06 декабря | +10 | |||
| 05 декабря | +9 | |||
| 04 декабря | +4 | |||
| 03 декабря | +4 | |||
| 02 декабря | +6 | |||
| 01 декабря | +7 |
Посты канала
| 2 | Kutaa 4 Kitaaba barattootaa (Kilole) commented.pdf | 4 300 |
| 3 | Kutaa 2 kitaaba barattootaa (Kilole) commented.pdf | 4 284 |
| 4 | Firii qormaata kutaa 8 faa ilaallachuuf
https://oromia.ministry.et/#/result | 6 124 |
| 5 | BEEKSISA BARATTOOTAA FI BARSIISTOTAAF!
1)BARATTOOTA BSC NURSE TAATANII QORMAATA COC/EXIT EXAM FUDHACHUUF QOPHIIRRA JIRTAN HUNDAAF👇
Eebbifamtoota Bsc Nursii taataniif Qormaatni COC/Exit exam kanneen kanaan dura kennamanirraa walitti funaanamanii bifa Modeliin gama keenyaan isiniif qophaa'anii jiru. Maarree egaa, barattootni qormaaticha karaa online fudhachuu feetan hundi galmooftanii qormaaticha fudhachuun qophii keessan sakatta'uu akka dandeessan gammachuu waliin isiniif ibsuu feena. Kanaafuu barattootni gama 'online'niin qormaaticha fudhachuu feetan hundi nu biratti galmaa'uun qormaaticha fudhattanii of madaaluu ni dandeessu. HUB: Guyyaa fi Yeroon isin itti qormaaticha fudhattan akkaataa walii galteen murteeffama. Dabalataan namni qormaaticha online erga fudhatee xumuree booda qabxii galmeessee fi gaaffiilee kamiin akka argatee fi dhabellee ilaalaalee of madaaluu danda'a. Barattootni muummee barnoota kan biroo barattan ammaaf waan hin qophoofneef yoo dandeenye yeroo biraa isiniif qopheessuu yaalla. Ammaaf karaa keenyaan Ogeessa qabnurratti hundoofnee Eebifamtoota BSc nurse qofaaf qopheessuuf waan dirqamneef gamanumaan nu of kalchaa isiniin jechuu feena.Odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa @IlmaOljirraa nuquunnamuu dandeessu.
2) BARSIISTOTA YUUNIVERSIITII FI KOLLEEJJOTA DHUUNFAA FI IDILEEF👇
Barsiistotni dhuunfaanis ta'e akka dhaabbilee barnootaatti qormaata kamiinuu online qopheessuuf fedhii qabdan hundi leenjii fudhachuu ni dandeessu. HUB: Akkaataa fi bakki leenjiin itti kennamu akkaataa walii galtee keenyaan ta'a. Isinis odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa @IlmaOljirraa nuquunnamuu dandeessu. Kaayyoon keenya barnoota qulqullina qabu gumaachuu akkasumas barataa fi barnoota ammayyeessuudha."Barnoota,Barnoota, Ammas Barnoota...kana ta'uu qaba kaayyoon....!" Horaa Bulaa Deebanaa🙏 | 6 351 |
| 6 | Нет текста... | 5 600 |
| 7 | Нет текста... | 5 687 |
| 8 | Dhaamsa!
#Share
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gita hojiii kanaa gadiin leenjisee qacaruu barbaada.
• Marketing
• Finance
• Pilot
• Cabin Crew
• Aircraft maintenance Technician(AMT)
• Aircraft structure, Aircraft cabin maintenance, Aircraft mechanical component, Aircraft Avionics Technician, Aircraft power plant Technician
• Aircraft mechanic
Kanaafis namootni ulagaa kaa’ame guuttan akka dorgomtan waamicha isiniif goona. Ulaagalee kaa’ame baruuf hidhaa kanaa gadii banuun dubbisaa!
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies
Guyyaan galmee: - Hagayya 15-19/2025 (August 21- 25, 2023)
Bakki galmee
• Adama Science and Technology university, Adama
• Finfinnee, online
• Ambo university, Ambo
• Arbaminch university, Arbaminch
• Assosa university, assosa
• Bahir dar university, Bahir dar
• Debre Brihan university, Debre birhan
• Debre markos university, Debre markos
• Wollo university, Dessie
• Dire Dawa university, Dire Dawa
• Selale university, Fitche
• Gambella university, gambella
• Gondar university, Gondar
• Haramaya university; Harar campus, Harar
• Hawassa university, Hawassa
• Jigjiga university, Jigjiga
• Jimma university, Jimma
• Mekelle university, Mekele
• Mizan tepi university, Mizan Tepi
• Wollega university, Nekemete
• Robe teachers’ college, robe
• Semera university, Semera
• Shashemene poly technic college, Shashemene | 5 330 |
| 9 | Нет текста... | 4 696 |
| 10 | Нет текста... | 4 490 |
| 11 | XIINXALA GADIFAGOO(CRITICAL THINKING)
Nama xiinxalaan nama dursu ta'uu ni feetaa? Nama akkanaa ta'uun adeemsa itti fufiinsa qabuudha. Akkasumas shaakala, of-madaaluu fi yaada fi ilaalcha mataa keetii mormuuf fedhii qabaachuu fa'a sigaafata. Tooftaalee dandeettii yaaduu kee guddisuuf si gargaaran keessaa muraasni akka armaan gadiitti ibsamanii jiru:
1) Fedhii beekuu horachuu: Waaʼee addunyaa naannoo kee jiru beekuuf fedhii dhugaa horadhu. Gaaffii gaafachuu, odeeffannoo haaraa barbaaduu fi ilaalcha adda addaa qoradhu. Fedhii waa beekuu qabaachuun guddina sammuuf annisaa isa jalqabaati. Annisaan fedhii kanaan waa baruuf nukeessatti uumamu yaada qeeqaas kan jajjabeessudha.
2) Dandeettii yaada qeeqaa jajjabeessu horachuu: Yaadni qeeqaa odeeffannoo xiinxaluu, falmii madaaluu fi murtii sababa qabeessa ta’e kennuu of keessatti qabata. Dabalataanis tilmaama adda baasuu, loogii beekuu fi amanamummaa maddootaa madaaluu shaakaluu, akkasumas gochaalee rakkoo furuu fi sababeeffannaa loojikii barbaadan irrattis bobba’uu nama gaafata.
3)Rakkoo walxaxoo ta'an maadheffachuu(Embrace complexity): Dhimmoonni baay’een roga hedduu kan qabaniifi furmaata salphaa akka hin qabnes hubachuu. Ilaalcha dachaa ilaaluun, wantoota adda addaa madaaluu fi waantota bitaa sitti galan ammoo hubachuuf qalbisaan caqasuu qabda. Waantota walxaxoo ta'an garmalee salphistee ilaaluu irraa of qusadhu. Hubannoo ga'aai rratti barbaadi malee.
4)Dhaggeeffachuu dammaqinaan shaakali: Yeroo haasawa ykn falmii irratti bobbaatu namoota biroo dammaqinaan dhaggeeffachuuf Xiyyeeffannoo guutuu kenniif. Gaaffiiwwan ifa taʼan gaafadhu, akkasumas ilaalcha isaanii hubachuuf carraaqqii godhi. Dhaggeeffachuun dammaqinaan hubannoo haaraa akka argattu si gargaara akkasumas ilaalchuma keeyyuu irra deebitee dhugummaa isaa akka ilaaltee madaaltuuf sigargaara.
5) Ilaalcha adda addaa barbaadi: Sagalee fi ilaalcha adda addaatiin of marsi. Namoota seenaa, muuxannoo fi amantaa adda addaa qaban waliin haasa’uu shaakali. Ilaalcha adda addaatiif saaxilamuun yaada kee bal’isa, akkasumas gara laafina fi hubannoo akka qabaattuuf si gargaara.
6) Ilaalcha kee xiinxali: Yeroo hunda yaada, amantaa fi adeemsa murtoo mataa keetii irratti xiinxala geggeessi. Loogii ykn tilmaama qabaachuu dandeessu kamiyyuu qorachuu fi qeequun mormi. Ilaalcha filannoo biraa ilaaluu fi ragaa ykn falmii haaraan yeroo siif dhiyaatu yaada kee jijjiiruuf banaa ta’i.
7)Bal’inaan dubbisi: Kitaabota, barruulee fi meeshaalee biroo gosoota barnootaa fi ilaalcha adda addaa irraa dubbisi. Yaada, ti’oorii fi falaasama adda addaatiif of saaxili. Dubbisuun bu’uura beekumsa keetii bal’isuun dandeettii qeeqaa fi kalaqaan yaaduu kee guddisi.
8)Dandeettii fi eenyummaa kee hubachuu shaakaluu: Of beekuu fi dandeettii xiinxala sammuu keetii guddisuun yaada fi miira kee murtii namoota biroo malee akka ilaaltuuf si gargaara. kunis caalaatti ofuma keen akka yaaddu fi murtoo fooyya’aa akka gootuuf si gargaara.
HUB: Nama xiinxalaan nama dursu ta’uun imala obsaa fi cimina gaafatu ta’uu isaa hin dagatin!. | 5 313 |
| 12 | Нет текста... | 4 324 |
| 13 | Нет текста... | 4 255 |
| 14 | Mata dhukkubbii biyyoota Afrikaa( xoobbiyaa dabalatee)👇
👉Dooolaaarii Hin jiruuuuuuuuu🗣🗣🗣 Ethiopian Birr(1USD = ETB 55, but= 110 ETB in black market at this time)!. Maaliin dronii fi wuskii bitugaa Bashkadaakoo, kan qorichaa fi xaa'ooyyuu achi haa dhaquu?
Qaldiin qaldiidhaa garuu dhugaa yoo dudubbanne, 👉most African cantries are at risk of importing valuable goods😭😭. Here are the lists of 25 worst-performing currencies in Africa related to US Dollar?
1) Sao Tome & Principe Dobra (1USD = Db 20,901)
2) Sierra Leonean Leone (1USD = Le10,105)
3) Guinea-Bissau (1USD = 9,953.00000 GNF)
4) Guinea (1USD = 9,930.00 Guinean Franc)
5) Equatorial Guinea (1USD =9,904.50 Guinean Francs)
6) Malagasy Aariary (1USD =AR3,735.00)
7) Ugandan Shilling (1USD = USh3,670.85)
8) Tanzanian Shilling (1USD = TSh2319.26)
9) Burundi Franc (1USD = FBu1,944)
10) Rwandan franc (1USD = RF986.50)
11) Malawian Kwacha (1USD = K765.00)
12) Somali Shilling (1USD = Sh585.00)
13) Cape Verde(1USD = 539.77Central African CFA franc)
14) Burkina Faso West African CFA franc (1USD = CFA541)
15) Cote d’Ivoire (1USD = 540.957 CFA Francs)
16) Togo (1USD = 540.957 CFA Franc)
17) Benin Republic (1USD = 540.957 CFA Francs)
18) Gabon (1USD = 539.77 Central African CFA franc)
19) Mali CFA (1USD =CFA541.00)
20) Niger CFA (1USD =CFA541)
21) Senegal CFA (1 USD = CFA541)
22) Cameroon’s West African CFA francs (1USD = 538.724 XAF)
23) Comoros (1USD =406.55 Comorian franc)
24) Nigerian Naira (1 USD = NGN437.68) However, $1 was N755 at the black market rate at the time of this update.
25) Zimbabwean Dollar(1USD= K361.900) | 6 065 |
| 15 | Нет текста... | 626 |
| 16 | Answers
1____B
2____D
3____C
4____B
5____C
Gaaffii guutuu fi deebii isaa argachuuf karaa @IlmaOljirraa nu quunnamaa | 822 |
| 17 | Past Licensure Exam for Bsc Nurses
1. A lactating mother came to the family planning clinic seeking contraception for the first time.
The nurse discussed about contraception options, the benefits, and side effects. But the mother
was confused to decide the type of contraception she wants to use.
What is the priority counselling approach applied in this condition?
A. Keep two-way communication C. Ensure privacy
B. Remain non-judgemental D. Show empathy
2. A six month lactating mother came to health center for family planning service. After assessing her eligibility and providing counselling, the nurse inserts Jadelle in September 2012 E.C. Before the mother left the clinic, the nurse gave her a reminder card for return visit for removal purpose.
What would be the most appropriate appointment date for the next visit?
A. September 2014 B. September 2015 C. September 2016 D. September 2017
3. A mother who uses an implant contraceptive came with complaints of changed bleeding pattern, headaches, abdominal pain, breast tenderness and nausea. The mother reported that her menstruation period become sometime absent and little in amount on other time.
What is the priority intervention for this woman?
A. switch contraception C. check for pregnancy
B. provide counselling D. remove the contraception
4. A 25-year –old mother came with complaints of excessive and irregular monthly bleeding after six month of taking contraception. She also complains about increments of her weight. Her body mass index was 26.4 and blood pressure 140/80mmhg. The nurse counsels her to shift the contraceptive she uses.
What is the priority side effect of the contraception?
A. Weight gain B. Excessive bleeding C. Irregular bleeding D. Increased blood pressure
5. A31-year-old woman came to gynecologic unit with complaints of lower abdominal pain, pain
during coitus abnormal vaginal discharge and fever. On physical examination, the nurse found
uterine and adnexal tenderness.
What is the most likely confirmatory manifestation for this patient?
A. pain during coitus C. abnormal vaginal discharge
B. lower abdominal pain D. uterine and adnexal tenderness | 819 |
| 18 | BRATTOOTA BSC NURSIIF👇
Barattootni BSc Nurse xumurtanii qormaata(EXIT & COC exam) qoramuuf qophiirra jirtan hundaaf! Gorsa haala qophii qormaatichaaf gochuu qabdan argachuuf karaa @IlmaOljirraa nu quunnamaa! Galatoomaa🙏 | 902 |
| 19 | AMANTAA DHUGAA
Amantaan amantaa ta'eef dhugaa hin ta'u. Amantaan dhugaanis sobnis inuma jira. Kana qofas miti amantaan kan fayyaduu fi kan hin fayyadnes inuma jira. Egaa erga kana ta'ee namni maaliif amantaa hin fayyadne dhiisee isa fayyadu hin amanuree?
Amantaan waaqatti amana. Amantaan waaqa amanu kun akkamitti waaqicha amana kan jedhus gaaffii biraati. Walumaa gala amantaalee 4200 ol addunyaa kanarra jiran keesaa amantaan fayyadu kami? Amantaan fayyadu kun maaliin ibsama kan jedhu akka armaan gadiiti.
Amantaa kamuu amanuun mirga keeti. Garuu amantaan hundi sin fayyadu. Amantaan tokko fayidaa qabaachuu isaa kan mullisu yoo waaqnis namnis amanticharraa kan fayyadamu ta'eedha. Amantiin waaqni irraa fayyadamee namni kasaaru ykn namni qofti fayyadamee waaqni kasaaru amantaa guutuu miti. Amantaa baayyeen waaqa ija abbaa irreen ilaalu. Amantaan akkasii waaqaafis namaafis fayidaa hin qabu. Amantaan waaqaafis namaafis bu'aa qabu isa waaqa akka abbaatti namammoo akka ilmaatti ilaaludha. Inni akkasii kun amantaa jaalalarratti hundaa'edha. Waaqni akkasii abbaadha. Namaaf ho'a. Nama jaallata. Namnis isa jaallata. Isaaf waan hunda ta'a. Isaaf lubbuullee ni kenna. Kanaafuu waan waaqni qabu kansaati kan isaas kan waaqaati. Kanaafuu hariiroon waaqaa fi amantaa akkasii gidduu jiru hariiroo bitaa fi bitamaa ykn garbaafi garboomfataa osoo hin taane hariiroo abbaa fi ilmummaa isa jaalalarratti hundaa'edha. Amantaan akkasii amantaa isa jaalala ta'ee fi jaalalaan jaalala barsiisu qofadha. Maarree egaa macaafni qulqulluun kanaaf :-👉"Waaqayyo jaalala(1Yoh 4:16), Jaalala keessa sodaan hin jiru,sodaan adabbiitti hidhamee jira, namni sodaatu jaalalli isaa iddoo hin geenye(1Yoh 4:18), waaqa kee garaa kee guutuun jaalladhu, namas akka ofii keetiitti jaalladhu(Mat 22:38), waan namni akka siif godhu barbaaddu atis akkasuma isaaf godhi(Mat 7:12).".fa'a jedhee jaalalaa fi jaalalaan akka amanuu qabnu nu barsiisa. Kun dhugumatti waaqayyoofis nama akkasitti isa amanateefis bu'aa guddaadha.
👉Wallaansoo amantii isa gati jabeessa sana jabeessii qabi(Xim 6:12) siin jechuumaafi. | 678 |
| 20 | Share Magaalaa Mandii.pdf | 6 369 |
