cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??

لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا 🌐 Channel kana irraa👇 📚 Kitaabban 🎵 Nashiidaa haaraya 😁 Kolfaaf ✍️Kana Beektuu?..ni Argattu 📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot 📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g 📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚

Больше
Рекламные посты
10 275
Подписчики
+124 часа
+867 дней
+60030 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
☝️☝️Wooow Amazing 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰# 👉#Major stars #bot isaanii irratti #Daily_bonus dabalanii jiru🙏. Kunis 100 ⭐️ irraa kan eegaluu yoo ta'u guyya guyyaan ittuma fufa. So seentanii fudhachuu hindagatinaa. Kanneen haga ammaa hineegaliinif #link ittiin eegaltan kunooti: 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=1067731066 https://t.me/major/start?startapp=1067731066
Показать все...
👍 3
Nam tokko tokko giddumaan si kofalchiisaa😄😄 Ana kan na dhibe jedhe tokko 🤔 Anoo hin dhageenyee Wantichi eda essatti bu'aa bule moo Anatu #du'ee bule hin jedhu seetee 😂😂😂😂😂
Показать все...
😂
👍
Фото недоступноПоказать в Telegram
Namoonni akka itti dorgomtan isin dhibe Yoo jiraate. Akkuma fakkii 1 irratti argitan chaanaalii San mara join taasifta. Sanaan booda check isa jedhu cuqaasta. Bonasii waan qabuuf qarshii 500-1000 hojjachuu dandeessu. 100% dhugaa waan taheef osoo carraan kun isin hin darbin hojjadha. Jalqabuuf👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
Показать все...
✅Subhaanallah Guddatte guddina siif malu Yaa Allah😥😥 ✍️Mallattoo Eda halkan saatii:2tti guutuu biyyattii mul'atee didichaan isaa onnee nama cufaa kessatti naasuu uume😥 ✍️ Maal seetan irra hedduun namaa miidiyaa hawaasaa fb irra yoo laaltan namuma beekaadha jedhamutu yeroo mallattoo kanatti yeroo #qoosu agarra 😥 ✍️Kun immoo dallansuu biraa nuuf ida'a ✍️Akka kiyyatti Wallahi akkan #qishnaa namni godhu kana argeen Aayanni kun sammuutti na dhufe👇👇👇👇👇 وَلَئِن سَأَلْتَهُمْ لَيَقُولُنَّ إِنَّمَا كُنَّا نَخُوضُ وَنَلْعَبُ ۚ قُلْ أَبِاللَّهِ وَآيَاتِهِ وَرَسُولِهِ كُنتُمْ تَسْتَهْزِئُونَ Dhugumatti odoo isaan gaafattee “Nuti haasawatti kan seennuufi kan taphannu qofa turre” jedhu“Sila Rabbitti, keeyyattoota Isaatiifi ergamaa Isaatti qishnaa gootuu? jedhiin. 🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀 ✍️Suuraa::Tawbaa:66 Rabbi nuuf haa Araaramu 🤲🤲🤲🤲 Galatoomaa✅ 🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀 Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot1      ▀▀▀▀▀▀▀▀▀     @Library_Islaamaa           @Library_Islaamaa █▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄▄█ 𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘𖣘
Показать все...
4😢 1
✍️Namni hin dhageenye jira jedhee hin yaadu🤔 hundaafuu baga irraa haftan obbolewwaan koo❤❤❤ ✍️Inni ala jiru "waan sodaachisaa ifaa sagalee guddaadhaan gumgumaa wal duuka fiigutu samiirraa mullata" jedha. ✍️Inni mana keessaa "dadaa(girgiddaa) manaatu raafamnaan waan isaa adda baafachuuf gadi baanee dhabne" jedha. ✍️Bakka garaagaraattis wanti lafarra bu'e mullataa akka jirutu himamaa jira. Hundaafuu Rabbiin nagaa nu haa godhu.❤
Показать все...
Repost from GIBEE MEDIA
Sagaleen guddaan galgala kana yeroo salaata ishaa dhagahamaa ture bakka gara garaatti akka ta'eefi dadaa manaas raasaa sagalee nama guddaa nama rifaasisu ture. Dhimmichaan wal qabatee hanga ammaa wanti jedhame hin jiru garuu balaa uummamaa fakkaata. Ammaaf akkan odeeffannoo argadhetti. Magaalaa Jimmaa Dedoo Toobbaa Danbii Aggaaroo Beddeellee Saqqaa Manchoo Biliidaa naaddaa Biluu Magaalaa naqamtee Dambi doolloofi naannoo Beddelleettii bakka garagaraatti akka dhagahamen odeeffadhe. Naannoo aanaa maannaa ganda hundaa qananii jedhamtutti sagalee guddaa dhageessisaa lafa uree seeneera kan jedhan suuraan isaa kan armaan gadiiti. Kanas ta'e sana Rabbi biyya keenya nagaa haa godhu. Warri odeeffannoo qabdan nuuf qoodaa.
Показать все...
👍 2
Guyyaa 5/11/2016 halkan sa’a 2:30 tti wanta sagalee dhukaasaafi kakawweessaa guddaa qabu Godinaalee Jimmaa guutuu , Beddellee, Iluu Abbaaboor, Naqamtee, Gimbii, Dodolaafi bakkeewwan garaa garaatti Samii irraa iyyaa lafa uree seenuun akkasumas rifaasuu guddaa akka uume miidiyaan @Abdii_Sabaa odeeffate. Taateen kun maal akka ta’e kan hin qoratamne yommuu ta’u suuraaleen hanga yoonaatti arganne kana fakkaata. Suuraan Godina Jimmaa Aanaa Maannaa Ganda Hundaa Qananii iddoo addaa Abaaloo jedhamu irraa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA
Показать все...
😢 3
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.