ru
Feedback
GUYYAA HAARAA

GUYYAA HAARAA

Открыть в Telegram

2 Qorontos 5:17 Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera. https://t.me/+157MvymPhhZiNzJk .

Больше
8 062
Подписчики
Нет данных24 часа
-137 дней
-8830 день
Архив постов
https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_34907930 🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift 🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot

Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati   1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161 2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota  qooda   Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.   Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba   መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ! ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው! 1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161 2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3.  Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4. ወደ ቦቱ  ይመለሱ 5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ  6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ! ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣

Ammaa Marsaa 2ffaan itti fuufe jira dafaa itti fayyadama.

Baga Gammaddan! ✨ 🎊 🎈 🎉 Birrii Kuma Ayyaana Cuuphaadhaan, Kennaa Ayyaana Cuuphaa Baankii Oromiyaa irraa, Liinkii Telegram
Baga Gammaddan! ✨ 🎊 🎈 🎉 Birrii Kuma Ayyaana Cuuphaadhaan, Kennaa Ayyaana Cuuphaa Baankii Oromiyaa irraa, Liinkii Telegram Baankii Keenyaa yoo xiqqaate namoota 50’f qooduun badhaafamaa jennee hirmannaa gaafanneef namoonni hedduun hirmaataniiru. Namootni seera dorgomichaa eeguun sirnaan nama 50 fi isaa ol affeeran 30 badhaasa addaa torbee kanaa injifataniiru. እንኳን ደስ አላችሁ! 🎊 🎈 🎉 ሺ ብር በጥምቀት፣ የጥምቀት በዓል ገፀ በረከት ከኦሮሚያ ባንክ፣ የባንካችንን የቴሌግራም ቻናልን ሊንክ ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ ብለን ለጠየቅነዉ በርካታ ሰዎች ተሳትፈዋል፡፡ የውድድሩን ህጎች በመጠበቅ ያጋሩ 30 ሰዎች የዚህ ሳምንት ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡

Please fayyaadama 1000 sin hin darbiin

Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati   1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161 2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota  qooda   Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.   Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba   መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ! ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው! 1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161 2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3.  Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4. ወደ ቦቱ  ይመለሱ 5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ  6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ! ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣

Dafaa ittii fayyadama Badhasaa qarshii 1000 argadha

Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa. Kun Baankii Oromiyaati 1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa htt

DUUDHAALEE JIREENYAA Principles of Life የህይወት መርሆች •  1. Of Fudhachuu (simachuu)  👉 Self Acceptance         ራስን መቀበል 2. Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu  👉 Living for life purpose         ለህይወት አላማ መኖር 3. Dorgommii irraa fagaachuu  👉 Avoiding competition         ከዉድድር መራቅ 4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu  👉 Positive Thinking        ቀና ማሰብ 5. Barachuuf fedhii qabaachuu 👉 Being willing to learn          ለመማር ፍቃደኛ መሆን 6. Ogummaadhaan deddeebi'uu 👉 Walking with wisdom         በጥበብ መመላለስ 7. Gamna (qaxalee) Ta'uu  👉 Being Intelligent        ብልህ መሆን 8. Salphaatti mufachuu dhiisuu 👉 Taking no offence easily        በቀላሉ አለመቀየም 9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu  👉 Leading a life with gratitude        የምስጋና ህይወት መኖር 10. Waan gaariidhaaf (Fooyya'aadhaaf) deemuu  👉 Going for the best         ምርጡን  መፈለግ 11. Yeroo hubachuu  👉 Understand the timing        ግዜውን ማወቅ 12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu  👉 Accept what you can't change       መለወጥ የማይችሉትን መቀበል 13. Waraana kee filadhu  👉 Chose your Wars        የሚዋጉትን ጦርነት መምረጥ 14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu 👉 Forgiving all and avoiding vengeance      ሁሉን ይቅር ማለትና በቀልን መተው 15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu 👉 Preserve in suffering         በመከራ ዉስጥ መፅናት 16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu  👉 Pure joy and rest          ንፁህ ደስታና እረፍት 17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu  👉 Value inner beauty         ለዉስጥ ዉበት ዋጋ መስጠት 18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu  👉 Being humble and not despising others       ትሁት መሆንና ሌሎችን አለመናቅ 19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu  👉 Being disciplined in life         በስነ ስርአት መኖር 20. Kennuu fi fudhachuu baruu 👉 Giving and receiving        መስጠትና መቀበል 21. Onnee kee hordofi! 👉 Follow your heart (Instinct)        ልብን መከተል 22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu!  👉 Give due honor        ክብር ለሚገባው ክብር መስጠት 23. Cimanii kadhachuun! 👉 Pray seriously        ተግቶ መፀለይ 24. Seenaa hojjechuu! yaadannoo (ashaaraa) kaa'anii darbuu  👉 Make history, leave legacy        ታሪክ መስራት አሻራ መተው 

ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0070146674 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba! Step 3 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

#Dhuga_Baatota_Akka_Duumessaa #Kutaa_1ffaa #Seenaa_Woochmaan_Nee By: Obsera Alemu ♨️ @BuddeenaJireenya ♨️ @BuddeenaJireenya #Stay_Connected

Burcuqqoo kee duwwaa godhi🥃 Baayyeen isaanii keessi isaanii dhiita'aadha. Yeroo hunda sirriidha, bareedoodha, beekoodha, taphatoodha, kan kabajamanidha, kan jaallatamanidha, hundumtuu kan guuteefidha, eenyu irraayyuu homaa hin barbaadan, eenyuun hin kadhatan, waan kamiifiyyuu hin dadhaban, manni isaanii guutuudha, fayyaa kan qabanidha, nagaaf gammachuu qabu, yeroo hundaa isaantu sirriidha, wanta itti hir'ate hin qaban.... ....Kun hundi garuu ija ofii isaaniitiinidha. Ija namoota isaan ilaalaniitiin dhugaan namoota kanaa kanbiraadha. Of jajoodha, of tuuloodha, hundumtuu nan darbin warra jedhanidha, fakkeessitootadha, fayyaan kan isaanirraa fagaatedha, jibbamoodha, arrabsitootadha, waan dubbatan hin beekan, waan godhan hin hubatan, miira isaaniitiin hoogganamu, maal naan jedhuu hin beekan, ofii isaanii sobu, namoota kan biraa akkanumaan inaafsisu, of dhaggeeffachuu hin beekan, kaayyoo hin qaban, bilchinni itti hir'ata..... ....Akkaataa ittiin nuti of ilaalluuf akkaataa namoonni ittiin nu ilaalan tokko miti. Nuti guutummaa guutuutti gaarii akka taane gaafa yaannu namootni nu waliin oolan hiriyoonni keenya dhiyoo garuu waayee hammeenya keenyaa aariidhaan kan dubbatan ta'uu danda'a. Sababnisaa safartuun keenya nuti ofiif kenninu baayyee guutee xiqqooma ishee iyyuu xiqqeessuu hin yaallu. Safartuun keenya guutee kufaatii keenya hundaatiif sababa ta'e #Oftuulummaa (pride) jedhama. Of tuulummaan keessa keenya guutee hir'isuudhaaf qophaa'aa yoo  hin taane eessayyuu gahuu hin dandeenyu. Jijjiiramni baayyeen isaanii xiqqoo irraa jalqabu. Baraadha jedhamuutu sirra jiraata. Barataa ta'uu qabda. Dogoggora hojjechuu qabda. Wantootni kun immoo of tuulummaa "of jaja" waliin hin deeman. Jijjiirama gaafa barbaaddu of tuulummaa ofirraa fageessuutu sirra jiraata. 'Burcuqqoo' kee duwwaa godhi. Kan biraa dhuguu kan barbaaddu yoo taate, isa haaraa fi adda kan ta'e dhandhamuu kan barbaadu hundi kana gochuutu irra jiraata. Kana jechuun garuu dirqama ulfina kee gatuu qabda jechuu miti. Namni of tuulaa fi namni ulfina isaa eeggatu adda addadha. Inni tokko addunyaa isaa keessatti guddatee akka fixee fi eenyu irraayyuu homaa akka hin barbaanne yaada. Inni lammaffaammoo guddinaafi jijjiirama isaa aadaa fi duudhaa seeraa fi amantii wajjiniin faallaa tokko malee akka deemuu fi sarara kanaa ol ta'e akka qabatuuf fuulleetti jabaatee adeema. Filannoo adda addaa lama. Of tuulummaa yoo qabaatte ofii kee huutee of ajjeesaa jirta. Riqicha guddinaafi jijjiiramaa diigdeetta. Of tuulummaa jechuun dhibaa'ummaa waan ta'eefi, waan dubbatamu dhaga'uu dhiisuu waan ta'eefi, kan biroorra nan caala jechuun yaaduu fi kan biroo xiqqeessuu waan ta'eefi. namni of tuulaan eenyummaa lama qaba. Namoota isaa gadii biratti gaafa arginu amala nuti arginu jira. Bakka isa irra caalurra kan jiran amalli inni ittiin keessummeessu ni jira. Of tuultonni kanaan adda baafamu. 'Burcuqqoo' (xaasaan) kee kan baatee jiru kanadha. Lafa irrattis waaqa irrattis amala kee kan xureessuu danda'u dhukkuba of tuulummaa jedhamu kanadha. Isa kana dhangalaasiitii jireenyakee bakka dhaabdee jalqabi! Of tuulummaa keessa yoo jiraatte jireenyikee hamma har'aa jireenya hin turre. 🥃 'Burcuqqoo' ykn xaasaa kee duwwaa godhi!

Ani Dadhabameera Dhageeffadha 👍👍

Dambalii Faarfannaa||ክርስቲያን መዝሙር: Gadhiifameera Seenaa daawwadhaa 👇👇👇 https://youtu.be/5_k6afhmGq4?si=_t2Y_Rq5K0jMl9YZ An Dadhabameera! || Dawit Morka  2023 ✝️JOIN: @Dambaliifaarfanna

MAADDII TOLOOTAA   Dasalegn Dula #Coming_Soon ✝️JOIN@DambaliiFaarfanna