GUYYAA HAARAA
Ir al canal en Telegram
2 Qorontos 5:17 Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera. https://t.me/+157MvymPhhZiNzJk .
Mostrar más8 062
Suscriptores
Sin datos24 horas
-137 días
-8830 días
Archivo de publicaciones
8 062
https://t.me/notcoin_bot?start=r_573809_34907930
🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift
🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram Premium @PremiumBot
8 062
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati
1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!
1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣

Baga Gammaddan! ✨ 🎊 🎈 🎉
Birrii Kuma Ayyaana Cuuphaadhaan, Kennaa Ayyaana Cuuphaa Baankii Oromiyaa irraa, Liinkii Telegram Baankii Keenyaa yoo xiqqaate namoota 50’f qooduun badhaafamaa jennee hirmannaa gaafanneef namoonni hedduun hirmaataniiru.
Namootni seera dorgomichaa eeguun sirnaan nama 50 fi isaa ol affeeran 30 badhaasa addaa torbee kanaa injifataniiru.
እንኳን ደስ አላችሁ! 🎊 🎈 🎉
ሺ ብር በጥምቀት፣ የጥምቀት በዓል ገፀ በረከት ከኦሮሚያ ባንክ፣ የባንካችንን የቴሌግራም ቻናልን ሊንክ ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ ብለን ለጠየቅነዉ በርካታ ሰዎች ተሳትፈዋል፡፡
የውድድሩን ህጎች በመጠበቅ ያጋሩ 30 ሰዎች የዚህ ሳምንት ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡
8 062
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati
1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!
1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
8 062
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati
1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!
1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
8 062
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati
1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba
መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!
1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=567550161
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ
መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
8 062
DUUDHAALEE JIREENYAA
Principles of Life
የህይወት መርሆች •
1. Of Fudhachuu (simachuu)
👉 Self Acceptance
ራስን መቀበል
2. Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
👉 Living for life purpose
ለህይወት አላማ መኖር
3. Dorgommii irraa fagaachuu
👉 Avoiding competition
ከዉድድር መራቅ
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
👉 Positive Thinking
ቀና ማሰብ
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
👉 Being willing to learn
ለመማር ፍቃደኛ መሆን
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
👉 Walking with wisdom
በጥበብ መመላለስ
7. Gamna (qaxalee) Ta'uu
👉 Being Intelligent
ብልህ መሆን
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
👉 Taking no offence easily
በቀላሉ አለመቀየም
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
👉 Leading a life with gratitude
የምስጋና ህይወት መኖር
10. Waan gaariidhaaf (Fooyya'aadhaaf) deemuu
👉 Going for the best
ምርጡን መፈለግ
11. Yeroo hubachuu
👉 Understand the timing
ግዜውን ማወቅ
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu
👉 Accept what you can't change
መለወጥ የማይችሉትን መቀበል
13. Waraana kee filadhu
👉 Chose your Wars
የሚዋጉትን ጦርነት መምረጥ
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
👉 Forgiving all and avoiding vengeance
ሁሉን ይቅር ማለትና በቀልን መተው
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
👉 Preserve in suffering
በመከራ ዉስጥ መፅናት
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
👉 Pure joy and rest
ንፁህ ደስታና እረፍት
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
👉 Value inner beauty
ለዉስጥ ዉበት ዋጋ መስጠት
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
👉 Being humble and not despising others
ትሁት መሆንና ሌሎችን አለመናቅ
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
👉 Being disciplined in life
በስነ ስርአት መኖር
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
👉 Giving and receiving
መስጠትና መቀበል
21. Onnee kee hordofi!
👉 Follow your heart (Instinct)
ልብን መከተል
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu!
👉 Give due honor
ክብር ለሚገባው ክብር መስጠት
23. Cimanii kadhachuun!
👉 Pray seriously
ተግቶ መፀለይ
24. Seenaa hojjechuu! yaadannoo (ashaaraa) kaa'anii darbuu
👉 Make history, leave legacy
ታሪክ መስራት አሻራ መተው
8 062
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start
tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0070146674
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Step 3 :-

#Dhuga_Baatota_Akka_Duumessaa
#Kutaa_1ffaa
#Seenaa_Woochmaan_Nee
By: Obsera Alemu
♨️ @BuddeenaJireenya
♨️ @BuddeenaJireenya
#Stay_Connected
8 062
Burcuqqoo kee duwwaa godhi🥃
Baayyeen isaanii keessi isaanii dhiita'aadha. Yeroo hunda sirriidha, bareedoodha, beekoodha, taphatoodha, kan kabajamanidha, kan jaallatamanidha, hundumtuu kan guuteefidha, eenyu irraayyuu homaa hin barbaadan, eenyuun hin kadhatan, waan kamiifiyyuu hin dadhaban, manni isaanii guutuudha, fayyaa kan qabanidha, nagaaf gammachuu qabu, yeroo hundaa isaantu sirriidha, wanta itti hir'ate hin qaban....
....Kun hundi garuu ija ofii isaaniitiinidha.
Ija namoota isaan ilaalaniitiin dhugaan namoota kanaa kanbiraadha. Of jajoodha, of tuuloodha, hundumtuu nan darbin warra jedhanidha, fakkeessitootadha, fayyaan kan isaanirraa fagaatedha, jibbamoodha, arrabsitootadha, waan dubbatan hin beekan, waan godhan hin hubatan, miira isaaniitiin hoogganamu, maal naan jedhuu hin beekan, ofii isaanii sobu, namoota kan biraa akkanumaan inaafsisu, of dhaggeeffachuu hin beekan, kaayyoo hin qaban, bilchinni itti hir'ata.....
....Akkaataa ittiin nuti of ilaalluuf akkaataa namoonni ittiin nu ilaalan tokko miti. Nuti guutummaa guutuutti gaarii akka taane gaafa yaannu namootni nu waliin oolan hiriyoonni keenya dhiyoo garuu waayee hammeenya keenyaa aariidhaan kan dubbatan ta'uu danda'a. Sababnisaa safartuun keenya nuti ofiif kenninu baayyee guutee xiqqooma ishee iyyuu xiqqeessuu hin yaallu. Safartuun keenya guutee kufaatii keenya hundaatiif sababa ta'e #Oftuulummaa (pride) jedhama.
Of tuulummaan keessa keenya guutee hir'isuudhaaf qophaa'aa yoo hin taane eessayyuu gahuu hin dandeenyu. Jijjiiramni baayyeen isaanii xiqqoo irraa jalqabu. Baraadha jedhamuutu sirra jiraata. Barataa ta'uu qabda. Dogoggora hojjechuu qabda. Wantootni kun immoo of tuulummaa "of jaja" waliin hin deeman. Jijjiirama gaafa barbaaddu of tuulummaa ofirraa fageessuutu sirra jiraata.
'Burcuqqoo' kee duwwaa godhi. Kan biraa dhuguu kan barbaaddu yoo taate, isa haaraa fi adda kan ta'e dhandhamuu kan barbaadu hundi kana gochuutu irra jiraata. Kana jechuun garuu dirqama ulfina kee gatuu qabda jechuu miti. Namni of tuulaa fi namni ulfina isaa eeggatu adda addadha. Inni tokko addunyaa isaa keessatti guddatee akka fixee fi eenyu irraayyuu homaa akka hin barbaanne yaada. Inni lammaffaammoo guddinaafi jijjiirama isaa aadaa fi duudhaa seeraa fi amantii wajjiniin faallaa tokko malee akka deemuu fi sarara kanaa ol ta'e akka qabatuuf fuulleetti jabaatee adeema. Filannoo adda addaa lama.
Of tuulummaa yoo qabaatte ofii kee huutee of ajjeesaa jirta. Riqicha guddinaafi jijjiiramaa diigdeetta. Of tuulummaa jechuun dhibaa'ummaa waan ta'eefi, waan dubbatamu dhaga'uu dhiisuu waan ta'eefi, kan biroorra nan caala jechuun yaaduu fi kan biroo xiqqeessuu waan ta'eefi. namni of tuulaan eenyummaa lama qaba. Namoota isaa gadii biratti gaafa arginu amala nuti arginu jira. Bakka isa irra caalurra kan jiran amalli inni ittiin keessummeessu ni jira. Of tuultonni kanaan adda baafamu. 'Burcuqqoo' (xaasaan) kee kan baatee jiru kanadha. Lafa irrattis waaqa irrattis amala kee kan xureessuu danda'u dhukkuba of tuulummaa jedhamu kanadha. Isa kana dhangalaasiitii jireenyakee bakka dhaabdee jalqabi! Of tuulummaa keessa yoo jiraatte jireenyikee hamma har'aa jireenya hin turre.
🥃 'Burcuqqoo' ykn xaasaa kee duwwaa godhi!
8 062
Dambalii Faarfannaa||ክርስቲያን መዝሙር:
Gadhiifameera Seenaa daawwadhaa
👇👇👇
https://youtu.be/5_k6afhmGq4?si=_t2Y_Rq5K0jMl9YZ
An Dadhabameera! || Dawit Morka 2023
✝️JOIN: @Dambaliifaarfanna
8 062
Repost from KUTANNOO123 ✊
Spiritual PDF
Kitaabilee hafuuraa irraa barachuu dandeessan bifa PDF tiin ni argattu. (You will get spiritual books from which you can learn in PDF.
📚 Oromoo Spiritual PDF
📚 English Spiritual PDF
📚 አማርኛ Spiritual PDF
HOPE PROMOTION
Telegram Advertising
Channels & Groups
@hopepromotion
@Getpostbot
@BittaafiGurgurtaaChannel