ru
Feedback
Gabatee Qoosaa😁🤣

Gabatee Qoosaa😁🤣

Открыть в Telegram

*Kottu nutti dhiyaadhu. Kolfitee dadhabdee xiqquma ofitti boolaata😀

Больше
984
Подписчики
Нет данных24 часа
-27 дней
-2030 дней
Архив постов
Umurii male iphone promax 16 bitee,akka nama makiinaa bitee na goodhaa jira😂

Fuudhaaf wanta hunda guuttadheera garuu Mana,birrii,qodaa mana keessaafi Haadha manaa qofatu na hafa😳

Ijji paappayee chuggaraaf gaariidha jennan walitti qabee nyaadhee motherin sagaraa hoola eenyutu walitti qabe gate naan jedha jirti🙄😁

Eda hattuun manakoo galtee waan hattu dhabdee boonbaa bantee deemte😁

Ifti (brightness) bilbila keetii 0% irra utuu jiruu manaa baatee,sirreessuuf karaa irratti cinqii ati agartu😾💔

galatooma jarri Nuun qixxa'achuuf jettanii cammaa goommaan isaa lafa irraa miitira 2 ol faga'atu uffatani ejjannaaf rakkataa ooltanu!🤣🤣

Kabajamtoota namoota safara kootii hundaaf,chiikiin an wajjin deemu hundi jaalallee koo miti😁

Jaartiifi maarshii jijjiiruun deemsa male jaalala hin dabalu😁

Bilbila koos birriis wantin kenneef nama rakkate gargaaruu waanin jaalladhuufi male billaa(🔪) inni natti baafate sodaadhe miti😀

Hojii sheexaanaa kessaa innin bareechee jibbu isanni jaalalee keenya duranii bareedduu goodhee nu gaabbisiisu tokkodha😁😂

Durba waxii lukkuu hojjechuun beekne Bro jenne yoo waamne maal rakkoo qaba🙄😂😆 @Gabateeqoosaa.

Ananikko kan na dhibu manaa qamisii gabaabaa uffatanii ba'anii . . Karaa irratti  yoon dheeresse isaa gad gototan tokko dhaam😜👭 Share https://t.me/gabateeqoosaa

Bara teknooloojii taanee qorannoon meeqa goodhamus hanga ammatti faayidaan harma dhiiraafi ziippii surree durba hin baramne😁😂

Dhiirri sijaallatu bilbila isa gurgureet kaardii siif guuta sis😁😂

Bro akka durbi sijaallattu yoo feete makiinaa ta'i🤣😁

Oduu Gaddaa Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo bo
+2
Oduu Gaddaa Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo boqonnaa Gannaa Kaambaa turte. Jaalalleen ishee Fiilmoon Ceefiqqee barataa Yuunivarsitii Arbaaminciiti. Sanbata Guddaa dhufu eebbi sababa jiruuf barattuu Liidiyaan maatii isheetiin akka mana barumsaatii barbaadan itti himuun jaalallee ishee waliin mana inni kireeffatee jiru keessatti sagantaa eebbaa qopheessaa turte. Haa ta’uyyuu malee Kamisa Hagayya 16/2016 sababa walitti bu’iinsa hin beekamneen eebbifamaa kan ture jaalallee isheetiin ajjeemfamte. Jaalalleen ishees gara jabeenyaan Mana kireeffate keessatti , qaaruu ishee waraanee, hamma albeen harka isaa keessaa cabutti morma ishee qale. Bara akkamiifi nama akkami wajjin akka jirru tilmaamuun ulfaateera😭

Shamarran wanti yeroo sana Ija isaanii Cufataniif Gammachuu dhiiraa arguu waan hin feenefi😁

Durbi biyya Arabaa jaalala keetiif utuu hin taane Rakkoo mana madamiitiif boossi😌🤣

DUR NAMNI MATAA MOLUU HUNDI SOORESSA NATTI FAKKAATA!😁😂