Gabatee Qoosaa😁🤣
الذهاب إلى القناة على Telegram
*Kottu nutti dhiyaadhu. Kolfitee dadhabdee xiqquma ofitti boolaata😀
إظهار المزيد984
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-27 أيام
-2030 أيام
أرشيف المشاركات
Fuudhaaf wanta hunda guuttadheera garuu
Mana,birrii,qodaa mana keessaafi Haadha manaa qofatu na hafa😳
Ijji paappayee chuggaraaf gaariidha jennan walitti qabee nyaadhee motherin sagaraa hoola eenyutu walitti qabe gate naan jedha jirti🙄😁
Ifti (brightness) bilbila keetii 0% irra utuu jiruu manaa baatee,sirreessuuf karaa irratti cinqii ati agartu😾💔
galatooma jarri Nuun qixxa'achuuf jettanii cammaa goommaan isaa lafa irraa miitira 2 ol faga'atu uffatani ejjannaaf rakkataa ooltanu!🤣🤣
Kabajamtoota namoota safara kootii hundaaf,chiikiin an wajjin deemu hundi jaalallee koo miti😁
Bilbila koos birriis wantin kenneef nama rakkate gargaaruu waanin jaalladhuufi male billaa(🔪) inni natti baafate sodaadhe miti😀
Hojii sheexaanaa kessaa innin bareechee jibbu isanni jaalalee keenya duranii bareedduu goodhee nu gaabbisiisu tokkodha😁😂
Durba waxii lukkuu hojjechuun beekne Bro jenne yoo waamne maal rakkoo qaba🙄😂😆
@Gabateeqoosaa.
Ananikko kan na dhibu manaa qamisii gabaabaa uffatanii ba'anii
.
.
Karaa irratti yoon dheeresse isaa gad gototan tokko dhaam😜👭
Share https://t.me/gabateeqoosaa
Bara teknooloojii taanee qorannoon meeqa goodhamus hanga ammatti faayidaan harma dhiiraafi ziippii surree durba hin baramne😁😂
+2
Oduu Gaddaa
Barattuun Liidiyaa Yohaannis Yuunivarsitii Jinkaatti barattuu waggaa 3ffaa yoo taatu maatii ishee waliin yeroo boqonnaa Gannaa Kaambaa turte.
Jaalalleen ishee Fiilmoon Ceefiqqee barataa Yuunivarsitii Arbaaminciiti. Sanbata Guddaa dhufu eebbi sababa jiruuf barattuu Liidiyaan maatii isheetiin akka mana barumsaatii barbaadan itti himuun jaalallee ishee waliin mana inni kireeffatee jiru keessatti sagantaa eebbaa qopheessaa turte.
Haa ta’uyyuu malee Kamisa Hagayya 16/2016 sababa walitti bu’iinsa hin beekamneen eebbifamaa kan ture jaalallee isheetiin ajjeemfamte.
Jaalalleen ishees gara jabeenyaan Mana kireeffate keessatti , qaaruu ishee waraanee, hamma albeen harka isaa keessaa cabutti morma ishee qale.
Bara akkamiifi nama akkami wajjin akka jirru tilmaamuun ulfaateera😭
Shamarran wanti yeroo sana Ija isaanii Cufataniif
Gammachuu dhiiraa arguu waan hin feenefi😁
Durbi biyya Arabaa jaalala keetiif utuu hin taane Rakkoo mana madamiitiif boossi😌🤣
