FRESHMAN ETHIOPIA
Открыть в Telegram
Больше
Страна не указанаКатегория не указана
308
Подписчики
Нет данных24 часа
+77 дней
+530 день
Загрузка данных...
Похожие каналы
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
июль '26
июль '260
в 0 каналах
июнь '26
+309
в 1 каналах
Get PRO
май '260
в 0 каналах
Get PRO
апрель '26
+3
в 5 каналах
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 02 июля | 0 | |||
| 01 июля | 0 |
Посты канала
| 2 | Akka yeroo kaanii fake isinitti hin fakkaatin dhugaa rabbii wallet irraa baafannee fayyadamaa jirra kanaafuu ammuma seenuun irraa fayyadamaa kaayyoon wantichaa Miseensa Baay'ifachuudha malee waa'ee hannaatii mitii na Amanaa Garuu Dattani nama itti affeertanii irraa fayyadamuu qabduu yeroof gabaabduu qofaaf Tura waan ta'eef | 863 |
| 3 | 100 % suredha dhugaa rabbii ammuma seenaa irraa fayyadamaa link asii olii kana tuquun start jechuun nama itti affeeraa irraa fayyadamaa yeroo muraasa qofaafi waan ta'eef dafaa dafaa ammuma | 92 |
| 4 | Har'aa waa isiniif hima.
Bot telegram kuni dhiheenya eegale, sababa yeroo jalqabbii irra jiran kana maamiltoota heddummeeffatuu barbaadaniif carraa namoonni hiriyoota isaanii affeeruun maallaqa ittii argatan qabatee dhufee jira.
Aniyyuu jalqaba soba sehee ture. Garuu mee ilaaluu jedheen itti seene, kunoo ganama har'aa ofii kootiif $ 7.49 irraa baafadhee mirkanneessee jira.
Link armaan gadii kana tuquudhaan bot isiniif dhufu start godhaa. San booda Channel jala jiru 4'n hunda join godhaa. Sana booda verify gochuudhaan hiriyaa keessan affeeraa. Jalqaba akkuma seentaniin Doolaara 2 kennaa isiniif kenna. Sana booda yoo namni tokko link keessaniin seene doolaara 1 argattu. Akkuma Balance keessan Doolaara 10 $ gaheen withdraw godhachuu dandeessu.
https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=6971979927
Hundi keessanuu dafaa irraa fayyadamaa, yeroo muraasa booda tarii kafaltii dhaabuu dandahu waan taheef.
Akeekkachiisa: Bot kuni ammaaf kafalaa jira. Garuu yeroon inni kafaltii dhaabu hin beekamu. Yeroo barbaadanitti dhaabuu dandahu. Kanaaf hanga jiru irraa haa fayyadamnu!! | 88 |
| 5 | Freshman Ethiopia V2.apk | 398 |
| 6 | 👀Video Gabaabaa Siniif Hojjanneerra Akkaataa ittiin Application itti Galmooftan💱 | 2 425 |
| 7 | Ok | 449 |
| 8 | Wow 👌 Nice please change this step to Video and come with it | 444 |
| 9 | Fineshed✅✅✅ | 442 |
| 10 | 5⃣Step 5:
After The payment successful we Approved You and You can sign in with your Google | 393 |
| 11 | 4⃣Step 4:After Registration /After Step 3 Check This Payment Instruction And Pay the Service Fees Then Contact Us on Telegram(@codecraftethiopia or @Naafii18) we response immediately | 383 |
| 12 | 3⃣Step 3 :After You Fill forms click Sign Up buttons | 337 |
| 13 | After You Fineshed Step 1✅
2⃣Step 2:Fill All information on This Registration Form | 359 |
| 14 | How to Activate or How To Use Freshman Ethiopia?
1⃣Step 1:Download It And Install
After You Installed Click Sign Up Button
To download App use above or this
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21 | 377 |
| 15 | Нет текста... | 630 |
| 16 | ✨📣 ለሁሉም የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲ የፍሬሽማን (Freshman) ተማሪዎች በሙሉ የተበሰረ የምስራች! 🇪🇹✨
በመላው የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲዎች የምትገኙ የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ! 🎉
እነሆ፣ ጎበዝ የሶፍትዌር አበልጻጊዎች (Developers) በቡድን በመሆን “Freshman Ethiopia” የተሰኘውን አፕሊኬሽን፦
👉 በሚያስደንቅ ሁኔታ የተዘጋጀ
👉 በዘመናዊ ቴክኖሎጂ የታገዘ
👉 እንዲሁም በማራኪ መልክ የተሰራውን ለአንደኛ ዓመት የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ ለቀዋል።
ስለ Freshman Ethiopia አፕሊኬሽን ጥቅምና ዝርዝር ሁኔታ ለመናገር፦
⏳ ጊዜው ስለማይበቃን፣
📸 የአፕሊኬሽኑን ውስጣዊ ገጽታ ከላይ ባሉት ምስሎች ማየት ትችላላችሁ።
📲 አፕሊኬሽኑን መጠቀም የምትፈልጉ ተማሪዎች ከታች ያለውን ሊንክ በመጫን ማውረድ ትችላላችሁ፡
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
https://t.me/freshmanethiopian/21
✅ ተጨማሪ፦
👉 በቀጥታ “ሄሎ” በማለት እኛን ማግኘት ትችላላችሁ።
📍📍 የመገናኛ አድራሻዎቻችን፦
➡️ 0944595255 — ሙዓዝ (Muaz)
➡️ 0979005248 — ኃይሌ (Haile)
ይህንን መልዕክት ያያችሁ ክቡራን ወዳጆቻችን፦
👉 Comment እና Share በማድረግ እንድታበረታቱን በትህትና እንጠይቃለን።
🙏 ይህ ለኛ ጅማሬ እንጂ ፍጻሜ አይደለም።
አሁኑኑ አውርዳችሁ መጠቀም መጀመር ትችላላችሁ።
ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላ አፕሊኬሽኑን እንዴት መጠቀም እንደሚቻል የሚያሳይ ቪዲዮ እንለቅላችኋለን።
#FreshmanEthiopia
የቴሌግራም ቻናላችን ሊንክ ከታች ያለው ነው፡
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian
https://t.me/freshmanethiopian | 466 |
| 17 | Akkaataa Kamiin Application Itti Fayyadamuu?
1ffaa=Application Buufachuu:-
✅Application Freshman Ethiopia Telegram @freshmanethiopian irraa Download Taasisuu ykn Link Kanaan
👇👇👇
(https://t.me/freshmanethiopian/21)
2ffaa=Install Taasisuu:-
✅Erga Download Gootanii booda Install Gochuudha Qofadha.
🛜Blocker Yoo On Ta'ee Jiraate Off Taasisuu Qabdu. Akkamitti?
Setting Bilbila Keessanii Banuun Search Irratti Blocker Jedhaa search Taasisaa Isa booda OFF taasisaa Yoo On Ta'ee jiraate.
🌀Yeroo Install Taasistan Install without Scan Jettuun Ykn Scan Yoo Gootanis Rakkoo hin qabu.
✅Install Done Erga Ta'e Booda.
3ffaa=Application Banuun Register Taasistu:
🚹Maqaa Keessan
🚺Email Keessan
🚼Password keessan
🚹Stream(Natural Or social)
📶University keessan
🌀Register Kan Jedhu Tuqxu
Fakkeenyaaf:
Name=Muaz Haile
Email=muazhaile@gmail.com
Password=123456
Stream=Natural
University =Oda Bultum University.
Register Button click Gootu
4ffaa=Kaffaltii Raawwachuu:-
Erga Register Gootanii Booda Kaffaltii Raawwattu.
Ⓜ️Kaffaltii raawwachuuf Option siniif keenya Fayyadamuun Kaffaltii Raawwadhaa Lakkoofsa Account Achumarra Jira waan Ta'eef Erga Kaffaltanii Booda Nu dubbisaa.
5ffaa=Email keessaniif password keessaniin Login Taasisaa seenaa.
#Hubachiisa=yeroo Register fi Login Taasistan Data Banuu hin dagatiina Garuu erga Login Gootanii booda Data Malee Fayyadamtu Data hin barbaachisu. | 703 |
| 18 | Application @freshmanethiopian Maal Fa'a Of Keessaa Qaba?
1⃣HomePage
2⃣Course :-
🔰Koorsiin Barnoota Fresham Waggaa 1ffaa Saamisteera Tokkooffaa fi Lammaffaa Bakka Tokkotti Kan Of Keessaa Qabudha.
🔰Koorsiin Kunis Kitaabota Modula Gurguddaa Ministeera Barnootaatiin Qophaa'e Kan Of Keessaa Qabudha.
3⃣Exam:-
🔰Exam Ammoo Waantota Gurguddoo 2 Of Keessaa Qaba.
✅Mid Exam
✅Final Exam
🔰Exam Koorsii Hundayyuu Of Keessatti Haammatee Koorsii Hundaaf Mid exam Kan Qophaayedha.
4⃣Notes:-
🔰Note Ammoo Koorsii Hundaaf Chapter Chapter Addaan Qoqqoodamee Kan Qophaaye Yoo Ta'unTokkoon Tokkoon Note hundaaf Bifa Nama Hawwatuun Bold,Color fi animation Gochuun Kan Hojjatamedha
5⃣VIP:-
🔰VIP Ammoo Kutaa Itti Barataan Of Qoru yookin Of Madaaludha.
✅VIP Kunis Karaa Gabaabaa Test Yourself Jechuun Moggaasa Kennineef .
Barnoota Gosa Hunda Chapter isaa Filachuun Qormaata Fudhachuun ni danda'ama.
#Hubachiisaa:
Gaaffiin Kamuu Deebiif Ibsa waliin Kan Qophaa'edha(#Exam,VIP)
@freshmanethiopian | 851 |
| 19 | ✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉
Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru
📲 Application kana fayyadamuuf
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian/21
https://t.me/freshmanethiopian/21
Erga hanga kana dubbannee,
Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍
👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna.
#FreshmanEthiopia
Liinkiin Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti
👇👇👇
https://t.me/freshmanethiopian
https://t.me/freshmanethiopian
Share Gochuun Hiriyoottan Keessan Affeeraa❤ | 1 654 |
| 20 | Нет текста... | 691 |
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
