ch
Feedback
FRESHMAN ETHIOPIA

FRESHMAN ETHIOPIA

前往频道在 Telegram

显示更多
未指定国家未指定类别
301
订阅者
-224 小时
-27
-230

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+300
在0个频道中
五月 '260
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+3
在5个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
12 六月0
11 六月0
10 六月0
09 六月0
08 六月0
07 六月0
06 六月0
频道帖子
Freshman Ethiopia V2.apk69.45 MB

2
👀Video Gabaabaa Siniif Hojjanneerra Akkaataa ittiin Application itti Galmooftan💱
👀Video Gabaabaa Siniif Hojjanneerra Akkaataa ittiin Application itti Galmooftan💱
2 425
3
Ok
449
4
Wow 👌 Nice please change this step to Video and come with it
444
5
Fineshed✅✅✅+1
Fineshed✅✅✅
442
6
5⃣Step 5: After The payment successful we Approved You and You can sign in with your Google
5⃣Step 5: After The payment successful we Approved You and You can sign in with your Google
393
7
4⃣Step 4:After Registration /After Step 3 Check This Payment Instruction And Pay the Service Fees Then Contact Us on Telegram
4⃣Step 4:After Registration /After Step 3 Check This Payment Instruction And Pay the Service Fees Then Contact Us on Telegram(@codecraftethiopia or @Naafii18) we response immediately
383
8
3⃣Step 3 :After You Fill forms click Sign Up buttons
3⃣Step 3 :After You Fill forms click Sign Up buttons
337
9
After You Fineshed Step 1✅ 2⃣Step 2:Fill All information on This Registration Form
After You Fineshed Step 1✅ 2⃣Step 2:Fill All information on This Registration Form
359
10
How to Activate or How To Use Freshman Ethiopia? 1⃣Step 1:Download It And Install After You Installed Click Sign Up Button To
How to Activate or How To Use Freshman Ethiopia? 1⃣Step 1:Download It And Install After You Installed Click Sign Up Button To download App use above or this 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian/21
377
11
没有文字...
630
12
✨📣 ለሁሉም የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲ የፍሬሽማን (Freshman) ተማሪዎች በሙሉ የተበሰረ የምስራች! 🇪🇹✨ በመላው የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲዎች የምትገኙ የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ እንኳን ደስ አላች
✨📣 ለሁሉም የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲ የፍሬሽማን (Freshman) ተማሪዎች በሙሉ የተበሰረ የምስራች! 🇪🇹✨ በመላው የኢትዮጵያ ዩኒቨርሲቲዎች የምትገኙ የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ! 🎉 እነሆ፣ ጎበዝ የሶፍትዌር አበልጻጊዎች (Developers) በቡድን በመሆን “Freshman Ethiopia” የተሰኘውን አፕሊኬሽን፦ 👉 በሚያስደንቅ ሁኔታ የተዘጋጀ 👉 በዘመናዊ ቴክኖሎጂ የታገዘ 👉 እንዲሁም በማራኪ መልክ የተሰራውን ለአንደኛ ዓመት የፍሬሽማን ተማሪዎች በሙሉ ለቀዋል። ስለ Freshman Ethiopia አፕሊኬሽን ጥቅምና ዝርዝር ሁኔታ ለመናገር፦ ⏳ ጊዜው ስለማይበቃን፣ 📸 የአፕሊኬሽኑን ውስጣዊ ገጽታ ከላይ ባሉት ምስሎች ማየት ትችላላችሁ። 📲 አፕሊኬሽኑን መጠቀም የምትፈልጉ ተማሪዎች ከታች ያለውን ሊንክ በመጫን ማውረድ ትችላላችሁ፡ 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian/21 https://t.me/freshmanethiopian/21 ✅ ተጨማሪ፦ 👉 በቀጥታ “ሄሎ” በማለት እኛን ማግኘት ትችላላችሁ። 📍📍 የመገናኛ አድራሻዎቻችን፦ ➡️ 0944595255 — ሙዓዝ (Muaz) ➡️ 0979005248 — ኃይሌ (Haile) ይህንን መልዕክት ያያችሁ ክቡራን ወዳጆቻችን፦ 👉 Comment እና Share በማድረግ እንድታበረታቱን በትህትና እንጠይቃለን። 🙏 ይህ ለኛ ጅማሬ እንጂ ፍጻሜ አይደለም። አሁኑኑ አውርዳችሁ መጠቀም መጀመር ትችላላችሁ። ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላ አፕሊኬሽኑን እንዴት መጠቀም እንደሚቻል የሚያሳይ ቪዲዮ እንለቅላችኋለን። #FreshmanEthiopia የቴሌግራም ቻናላችን ሊንክ ከታች ያለው ነው፡ 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian https://t.me/freshmanethiopian
466
13
Akkaataa Kamiin Application Itti Fayyadamuu? 1ffaa=Application Buufachuu:- ✅Application Freshman Ethiopia Telegram @freshmanethiopian irraa Download Taasisuu ykn Link Kanaan 👇👇👇 (https://t.me/freshmanethiopian/21) 2ffaa=Install Taasisuu:- ✅Erga Download Gootanii booda Install Gochuudha Qofadha. 🛜Blocker Yoo On Ta'ee Jiraate Off Taasisuu Qabdu. Akkamitti? Setting Bilbila Keessanii Banuun Search Irratti Blocker Jedhaa search Taasisaa Isa booda OFF taasisaa Yoo On Ta'ee jiraate. 🌀Yeroo Install Taasistan Install without Scan Jettuun Ykn Scan Yoo Gootanis Rakkoo hin qabu. ✅Install Done Erga Ta'e Booda. 3ffaa=Application Banuun Register Taasistu: 🚹Maqaa Keessan 🚺Email Keessan 🚼Password keessan 🚹Stream(Natural Or social) 📶University keessan 🌀Register Kan Jedhu Tuqxu Fakkeenyaaf: Name=Muaz Haile Email=muazhaile@gmail.com Password=123456 Stream=Natural University =Oda Bultum University. Register Button click Gootu 4ffaa=Kaffaltii Raawwachuu:- Erga Register Gootanii Booda Kaffaltii Raawwattu. Ⓜ️Kaffaltii raawwachuuf Option siniif keenya Fayyadamuun Kaffaltii Raawwadhaa Lakkoofsa Account Achumarra Jira waan Ta'eef Erga Kaffaltanii Booda Nu dubbisaa. 5ffaa=Email keessaniif password keessaniin Login Taasisaa seenaa. #Hubachiisa=yeroo Register fi Login Taasistan Data Banuu hin dagatiina Garuu erga Login Gootanii booda Data Malee Fayyadamtu Data hin barbaachisu.
703
14
Application @freshmanethiopian Maal Fa'a Of Keessaa Qaba? 1⃣HomePage 2⃣Course :- 🔰Koorsiin Barnoota Fresham Waggaa 1ffaa Saa
Application @freshmanethiopian Maal Fa'a Of Keessaa Qaba? 1⃣HomePage 2⃣Course :- 🔰Koorsiin Barnoota Fresham Waggaa 1ffaa Saamisteera Tokkooffaa fi Lammaffaa Bakka Tokkotti Kan Of Keessaa Qabudha. 🔰Koorsiin Kunis Kitaabota Modula Gurguddaa Ministeera Barnootaatiin Qophaa'e Kan Of Keessaa Qabudha. 3⃣Exam:- 🔰Exam Ammoo Waantota Gurguddoo 2 Of Keessaa Qaba. ✅Mid Exam ✅Final Exam 🔰Exam Koorsii Hundayyuu Of Keessatti Haammatee Koorsii Hundaaf Mid exam Kan Qophaayedha. 4⃣Notes:- 🔰Note Ammoo Koorsii Hundaaf Chapter Chapter Addaan Qoqqoodamee Kan Qophaaye Yoo Ta'unTokkoon Tokkoon Note hundaaf Bifa Nama Hawwatuun Bold,Color fi animation Gochuun Kan Hojjatamedha 5⃣VIP:- 🔰VIP Ammoo Kutaa Itti Barataan Of Qoru yookin Of Madaaludha. ✅VIP Kunis Karaa Gabaabaa Test Yourself Jechuun Moggaasa Kennineef . Barnoota Gosa Hunda Chapter isaa Filachuun Qormaata Fudhachuun ni danda'ama. #Hubachiisaa: Gaaffiin Kamuu Deebiif Ibsa waliin Kan Qophaa'edha(#Exam,VIP) @freshmanethiopian
851
15
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨ Barattoonni Yuunivarsiiti
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨ Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉 Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun  Application “Freshman Ethiopia” jedhu, 👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e 👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame 👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru 📲 Application kana fayyadamuuf 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian/21 https://t.me/freshmanethiopian/21 Erga hanga kana dubbannee, Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍 👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna. #FreshmanEthiopia Liinkiin Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian https://t.me/freshmanethiopian Share Gochuun Hiriyoottan Keessan Affeeraa❤
1 654
16
没有文字...
691
17
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨ Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉 Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu, 👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e 👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame 👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru Kanaafuu waa’ee Application Freshman Ethiopia irraa ni dubbanna yoo jenne, ⏳ Yeroon waan nuuf hin geenyeef, 📸 Application keessi isaa bifa suuraa armaan Olii irraa argitan kana fakkaata. 📲 Akkasumas barattoonni Application kana fayyadamuu barbaaddan Link Armaan Gadiin Buufachuu dandeessu 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian/21 https://t.me/freshmanethiopian/21 ✅Dabalata: 👉 Kallattiin “Haloo” jettanii nu argachuu ni dandeessu. 📍📍 Contact keenya: ➡️ 0944595255 — Muaz ➡️ 0979005248 — Haile Erga hanga kana dubbannee, Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍 👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna. 🙏 Kanaaf kun nuuf jalqaba malee xumuraa miti isin jechuu barbaanna. Application Ammuma Irraa Eegaltanii Buufachuun Itti Fayyadamuu Dandeessu. Daqiiqaa Muraasa Booda Itti Fayyadama Isaa Video siniif Gadhiisna #FreshmanEthiopia Link Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian https://t.me/freshmanethiopian
1 019
18
+9
没有文字...
3 051