Haala Ilaalcha Ortodoksii(ኦርቶዶክሳዊ ማዕቀፈ እሳቤ)
Открыть в Telegram
Waa'ee Mana Kiristaanaa Fi Biyya Keenyaa Haala Ilaalcha Ortodoksiin Hubachuu የቤተክርስቲያናችንና ሀገራዊ ሁኔታዎችን በኦርቶዶክሳዊ ማዕቀፈ እሳቤ መረዳት
БольшеСтрана не указанаКатегория не указана
273
Подписчики
Нет данных24 часа
-37 дней
-1330 день
Архив постов
Namoonni kun warroota Miindaaf Jiraatan malee abbootii miti. Kan Mindaaf Jiraatu immoo mindaa isaa yoo argate, garaan isaa yoo guutee fi qoomni isaa yoo diimate, waa'ee nama biroof yaaduuf sammuus ta'e yeroo hin qabu. Namoonni kun maaliif waa'ee ijoollee Isaanii(Ortodoksoota) dhumanii akka ajandaatti hin kaasne?
👉Dursanii monoksummaa kan filatan akka abbootii qulqullootaa sagalee addunyaa irraa fagaatanii Waaqayyoon gammachiisanii mootummaa isaa dhaaluf utuu hin taane, monoksummaa akka karaa ittiin buddeena nyaatan, maallaqa argatan, Gamoo itti ijaarratan, konkolaataa itti bitatan, jireenya qananii itti jiraatanii fi akka carraa hojii tokkootti waan lakkaa'aniifi.
✍Warra qubaan lakkaawaman muuraasa yoo ta'an malee, baay'een isaanii gara phaphasummaatti kan dhufan gubboo (mattaawa) kennaniiti.
👉Muraasa isaanii malee, baay'een isaanii gara phaphasummaatti kan dhufan qaamoonni Siyaasaa "Bataskaana (Mana Kiristaanaa)nuuf dadhabsiisu" jedhanii baatiriin barbaadanii kan muudaniidha.
✍Gidduu isaaniitti phaphasoota Ortodooksii hin taane waan jiraniifi.
👉 Mootummaa yoo dheekkaman qananiin isaanii jalaa hir'ata; yeroo yeroon konkolaataa ammayyaa kan jijjiiran, Bataskaana onsanii, mudaye mitswaatii(sanduuqa kennaa) garagalchanii, taabota daldalanii iddoo adda addaatti gamoowwan ijaarratanii fi maallaqa baankii keessatti kuuffatan jalaa fudhatama.
👉Baay'een isaanii gocha badaa (Safuu) raawwataniin humni nageenyaa mootummaa Icciitii isaanii Harkaa waan qabuuf, "yoo nu mormitan hammeenya keessan ragaa wajjin isin saaxilla" jedhamanii sodaachifamaa kan jiraataniidha.
👉"Nuti dhuminsa (Ortodoksootaa) yoo balaaleffanne, uummanni mootummaa irratti ni ka'a; mootummaan kun aangoorraa yoo ka'e immoo, uummatichi badii hanga ammaatti hojjenneen nu gaafata" jedhanii waan sodaataniifi.
Furmaanni Maali?
* Ammaan achi caasaan nu hamoota irraa nu oolchu yookiin abbaan nuuf yaadu akka hin jirre hubannee, ofii keenyaan of eeguu.
*BarumsaDuuka Bu'ootaa osoo hin faallessin, dhimma kanaan wal qabatee amantoota obbolaa ta'an (Ahaat Abiyate Kiristiyaanaat) wajjin mari'achuun, Bataskaana oolchuuf karaa barbaaduu fi qabsaa'uu.
https://t.me/rete14
+2
ሰዎቹ ደሞዝተኞች እንጂ አባቶች አይደሉም ።ደሞዝተኛ ደግሞ ደሞዙን ካገኘ ሆዱ ከሞላ ደረቱ ከቀላ ስለ ልላው የሚያስብበት ኅሊናም ሆነ ጊዜ የለውም።እነዚህ ሰዎች ለምንድነው ስለሚያልቁት ልጆቻቸው አጀንዳ አድርገው የማያነሱት?፦
👉ቀድሞውኑ ምንኩስናን የመረጡት እንደ ርቱዓን አባቶች ከዓለም ጫጫታ ርቀው እግዚአብሔርን አስደስተው መንግሥቱን ለመውረስ ሳይሆን ምንኩስና እንጀራ መብያ፣ብር ማግኚያ፣ፎቅ መሥሪያ፣መኪና መግዣ፣የቅንጡነት ሕይወት እና እንደ አንድ የሥራ እድል ቆጥሮዉት ነው።
👉 በጣት የሚቆጠሩ ካልሆኑ በቀር አብዛኞቹ ወደ ጵጵስና የመጡት እንጅ መንሻ ሰጥተው ነው።
👉 ከጥቂቶች በቀር አብዛኞቹ ወደ ጵጵስና የመጡት ፖለቲከኞች ቤተ ክርስቲያንን ያዳክሙልና ብለው በባትሪ ፈልገው ያሾሟቸው ናቸው
👉 ከመካከላቸው ኦርቶዶክሳውያን ያልሆኑ ጳጳሳት አሉ
👉 መንግሥትን ቢቆጡት ድሎታቸው ይጎድልባቸዋል፣በየጊዜው የሚቀያይሩት ዘመናዊ መኪና፣ ቤተ ክርስቲያንቱን አራቁተው ሙዳየ ምፅዋት ገልብጠው ፣ታቦት ነግደው በየቦታው የገነቧቸው ፎቆችና በየ ባንኩ ያከማቹት ገንዘባቸው ይወሰድባቸዋል
👉አብዛኞቹ በመንግሥት ደኅንነት ብልግና ነገር ተይዞባቸው እኛን ብትቃወመን ነውርህን እናጋልጥብሃለን እየተባሉ የሚኖሩ ናቸው።
👉 እኛ እልቂቱን ካወገዝን ሕዝቡ በመንግሥት ላይ ይነሳል ይኽመንግሥት ከሥልጣን ከተነሳ ደግሞ ሕዝቡ እስካሁን በሠራነው በደል ሕዝቡ ይጠይቀናል ብለው ስለሚሰጉ
መፍትሔው ምንድን ነው?
👉 ከእንግዲህ የሚታደገን መዋቅርም ሆነ አባትም እንደሌለ አውቀን ራሳችንን በራሳችን መጠበቅ
👉 የሐዋርያትን አስተምህሮ በማይቃረን መልኩ ከአኃት አቢያተ ክርስቲያናት ጋር በመነጋገር ቤተ ክርስቲያንን የመታደጊያ መንገድ መፈለግና መታገል
https://t.me/rete14
Maaliif Wahabiyyooni Mootota Durii Irratti Xiyyeeffatu?
Wahabiyyoonni sobaan bukeeffamanii sobaan tolfamanii, ragaa tokko malee mootota kaleessaa irratti olola sobaa dhowuu erga jalqabanii bubbulaniiru.
Keessattuu waggoota saddeettan darban keessa, yeroo eeggachaa fulduratti ba'aa dhukachaa gochi hammeenyaa isaan raawwatan sammuu namaatiin kan yaadamu miti.
Amma maaliif barbaadaman?
1. Tokkoffaa: Sirni kun madda wal-dhabbii keessa akka turuuf(Umurii Dheeraffatuuf), furmaanni guddaan warra soba afuufan kana "haasasuu" (kakkaasuu) waan ta'eef.
2. Lammaffaa: Arsii fi naannoo birootti hojii Ortodoksota qulqulleessuu (balleessuu) hojjetamaa jiru haguuguuf iyyiinsa godhamudha.
3. Sadaffaa: Yoo kun milkaa'uu baate, wal-itti-bu'iinsa amantii kaasuuf karoorra "Plan B" sirnichaa waan ta'eef.
4. Arfaffaa: Ortodoksii dadhabsiisuuf yeroon isaa amma; "namni dhowwu hin jiru, sirnichis ishee hin jaallatu" jedhanii waan yaadaniif.
5. Shannaffaa: Ergamoota ajandaa Arabaa waan ta'aniif, dirqama itti fe'ame galmaan gahuufi.
Erga kaayyoon isaanii kana ta'ee, maaliif mootota durii irratti xiyyeeffatu?
Tokkoffaa: Mootonni sun Kiristaana waan ta'aniif, seenaa isaanii isa ganamaa lola sobaatiin xureessuuf. Lammaffaa: Karaa mootota sanaatiin amantii Ortodoksii rukutuuf.
Sadaffaa: Kalaqa seenaa (narration) Sobaa haaraa uumaa waan jiraniif.
Arfaffaa: Gara fuulduraatti namni Ortodoksii ta'e tokko gara aangootti akka hin dhufneef, "haqni isin bira hin jiru" jechuun mala ittisaa uummachudha.
Shannaffaa: Sirna xuraawaa ammaa kana wal-bira qabbiin sobaa uumuun qulqulluu fakkeessanii dhiyeessuuf.
Jaaffaa: "Sababa malee madda wal-dhabbiitii, qophoofneerra isin balleessina" ergaa jedhu dabarsuuf.
Furmaanni Isaa Maalii?
** Hundaaf kan tolu jaalala, nagaa fi tokkummaa qofa. Abbootiin keessanii fi abbootiin keenya biyya takka keessa yeroo jiraatan, inni tokko bilisummaa isa kaanii osoo hin tuqin malli isaan ittiin jiraatan baay'ee murteessaadha.
* Akkuma isin yaaddan abbootiin keenya hamoo utuu ta'anii, ati amma hin jirtu turte! Garuu Kiristaanummaan amantii bilisummaati malee amantii dirqamaa waan hin taaneef, hundi keenya jirra.
* Bakka Kiristaanni baay'atetti yoomiyyuu eenyuyyuu bilisummaan jiraata. Jeequmsi tokko tokko kan uumamu sababa hoggantoota sirnichaa tiin. Bakka Kiristaanni itti xiqqaate akka Arsii fi naannoolee birootti Kiristaanonni akkamitti akka jiraatan ifadha.
* Akkanumaan sobaan wal-xureessuun uumama kamiifuu hin fayyadu.
Madda ምሥራቀፀሐይ ጉባኤ ቤት
ይኽን ቻናል ተባብረን እናሳድገው
Chaananii Kana Tokkummaan Haa Guddifnu
https://t.me/rete14
Repost from ምሥራቀ ፀሐይ ጉባኤ ቤት
👉ወሐቢስቶች የጥንት ነገሥታቱን ለምን ታርጌት አደረጓቸው?
◈በውሸት ተቦክተው በውሸት የተጋገሩ ወሐቢስቶች ማስረጃ በሌለበት በትናንት ነገሥታት ላይ በቃልና በጽሑፍ የውሸት ናዳ ማድረስ ከጀመሩ ሰነባብተዋል።
◈በተለይም ባለፉት ስምንት የሞት ዓመታት ወቅትን እያዩ ብቅ ጥልቅ እያሉ የሠሯቸው ግፎች በሰባዊ ፍጡር የሚታሰቡ አይደሉም።
◈አሁን ለምን ተፈልጎ ነው?
◈አንደኛ፦ሥርዓቱ በንትርክ መካከል እንዲሰነብት ለማድረግ ዋነኛው መፍትሄ እነዚህን የውሸት አበጋዞች ጃዝ ማለት አስፈልጓል።
◈ሁለተኛው በአሩሲና በመሳሰለው ያለው ኦርቶዶክሳውያንን የማጽዳት ሥራውን ለመሸፈን የሚደረግ ጩኸት ነው።
◈ሦስተኛ፦ካልተሳካ ሃይማኖታዊ ግጭት ለማስነሣት በማሰብ የሚደረግ የሥርዓቱ ፕላን B(ዕቅድ)ነው
◈አራተኛ፦ኦርቶዶክስን ለማዳከም ጊዜው አሁን ነው ሀይ ባይ ሰው የላትም ሥርዓቱ አይወዳትም ብለው ስላሰቡ ነው።
◈አምስተኛ፦የዓረባውያን የውክልና አጀንዳ አስፈጻሚዎች ስለሆኑ የተጫኑትን ተልእኳቸውን ለመፈጸም ነው።
እና ዓላማቸው ይሄ ሁኖ እያለ የጥንት ነገሥታትትን ለምን ታርጌት ያደርጓቸዋል?
◈እኮ ለምን?
◈አንደኛ ነገሥታቱ ክርስቲያን ስለነበሩ ነባር ታሪካቸውን በውሸት ናዳ ለማጠልሸት ነው።
◈ሁለተኛ በነገሥታቱ በኩል ኦርቶዶክስን ለመምታት ነው።
◈ሦስተኛ አዲስ ትርክት ፈጠራ ላይ ስለሆኑ ነው።
◈አራተኛ፦ወደፊት ምንም አይነት ኦርቶዶክሳዊ ሰው ወደፊት እንዳይመጣ ፍትሀውያን አልነበራችሁም በማለት መከላከያ ዘዴ ነው።
◈አምስተኛ አሁን ያለውን ርኩሥ ሥርዓት በሀሰተኛ ንጽጽር ቅዱስ ለማስባል ነው።
◈ስደስተኛ፦ጠብ የለሽ በዳቦ ብለው ተዘጋጅተናል እናጠፋችኋለን የሚል መልእክት ለማስተላለፍ ነው።
◈መፍትሄው
◈ ለሁሉም የሚበጀው ፍቅር ሰላም አንድነት ብቻ ነው።አባቶቻችሁ እና አባቶቻችን በአንዲት ሀገር ሲኖሩ አንዱ ያንዱን ነጻነት ሳይጋፋ የኖሩበት ዘዴ በጣም ጠቃሚ ነው።
◈እናንተ እንደምታስቡት አባቶቻችን ክፉዎች ቢሆኑ ኑሮ አንተ አሁን አልነበርኽም ነበር!!ዳሩ ግን ክርስትና የነጻነት ሃይማኖት ነው እንጂ የግዴታ ሃይማኖት አይደለምና ሁላችንም አለን።
◈ክርስቲያኖች በበዙበት ሁልጊዜም ማንም በነጻነት ይኖራል።አንዳንድ ሁከቶችን አገዛዙ የሚፈጥራቸው ኬዞች ናቸው።
ክርስቲያን ባነሰበት በአሩሲ እና በመሳሰለው ክርስቲያኖች እንዴት እንደሚኖሩ ግልጽ ነው።
◈ዝም ብሎ በውሸት ናዳ መላላጥ ግን ለማንም ፍጡር አይበጅም።
ይኽን ቻናል ለጓደኞቻችኖ እናጋራው
chaanaalii kana hiriyoota keenyaaf share haa goonu
https://t.me/rete14
Repost from ምሥራቀ ፀሐይ ጉባኤ ቤት
👉ያለ ዕረፍት ለዓመታት መነዝነዝ
◈ኦርቶዶክስ ተዋሕዶን በቀጣይነት ከምድረ ገጽ ለመሠረዝ ያለ ዕረፍት በሀሰት እና በውንጀላ ትርክት ለዓመታት ነዝዘዋታል።
◈ከትናንት እስከ ዛሬ የሀገር እና የቤተ ክርስቲያን ሴረኞች ለድካማቸው መሸፈኚያ አድርገው ይነዘንዟታል።
➻ሥሁታኑ የፈጠራ ክህሎታቸውን የሚጠቀሙበት በኦርቶዶክስ ላይ አዳዲስ የፈጠራ እና የንዝነዛ ትርክት በመፈብረክ ነው።
◈ጧት መነዝነዝ፣ማታም መነዝነዝ፣ነገም መነዝነዝ፣በቃ ነገር እየፈለጉ መነዝነዝ ዕረፍት ማሳጣት ማባከን ማዋከብ፣ማሰላቸት ዋና ሥራቸው ነው።
◈ለሥርዓቱ ባለጊዜዎች፣ለወሀቢስቶች፣ለማፍያ ፓስተሮች፣ለጽንፈኛ ሰፈርተኞች፣በነቁ ቁጥር ትዝ የምትላቸው ኦርቶዶክስ ናት።ሲናገሩ፣ሲጽፉ፣ሲመክሩ፣ሲያቅዱ፣ሲሠሩ፣..ኦርቶዶክስን አየረሷትም።ባገኙት አጋጣሚ ሁሉ ይነዘንዟታል።
◈ሀገር የሚፈርሰው፣ታሪክ የሚወድመው፣ትውልድ የሚመክነው፣እሴት የሚጠፋዉ፣ርኩሠት የሚሰፋዉ፣ኢትዮጵያ የምትበታተነው ኦርቶዶክስ ስትጠፋ እንደሆነ ስለሚያምኑ ይነዘንዟታል።
◈በኦርቶዶክሳዊት አስተሳስብ ሕይወት መልካም ሰብእና፣ጠቃሚ ሀሳብ፣ቅን ህሊና፣ፍትሐዊ ዕውቀት ያላቸው ሰዎችም ከንዝነዛው ብዛት የተነሣ መሰላቸ ያገኛቸዋል።
ከንዝናዜውና ከጥዝጣዜው ብዛት የተነሣ የህሊና ዕረፍት ያጣ ሰው ደግሞ ከጫጫታዎች ሁሉ ለመራቅ ሲል የሚያደርገው ሽሽሽት ቤተ ክርስቲያንን በረጂም ዓመት በማያበራ ንዝነዛ ያመናምናታል።
◈በጣም ከሚያሳዝነው ነገር ደግሞ በሰው ዱላ፣በሰው ሴራ፣በሰው ተልእኮ፣በሰው አጀንዳ፣በሰው ዕቅድ፣የአጥፊዎቻችን ማደሪያ ሁነው ማተብ ያሰሩት፣ቆብ ያጠለቁት ከእኛው ቤት ሁነው እኛውን መነዝነዛቸው ነው።
ኦርቶዶክሳዊነት፦ርቱዕነትን፣አማኝነትን፣ታማኝነትን፣ሐቀኝነትን፣ፍትሐዊነትን፣ነጻነትን የተለበሰ አስተሳስብ ስለሆነ የሴራ ሰብእና የንዝነዛ ሕይወት የለውም።ለዘመናት አስቦ አልሞ ክፉ መሥራት አይችልም።
◈የንዝነዛው ብዛት ወደ ሁሉም ምእመናን ጆሮና አእምሮ ይጋባና አዚም በሚመስል መልኩ ሁንንም ያፈዛቸዋል ያደነግዛቸዋል።
◈የነዝናዦችን ተንኮል ቀድሞ የነቃበትን ደግሞ ብቻውን ይበስልና ያስበላዋል፣ያማስነዋል፣ያሰላቸዋል፣ያፈዘዋል፣እኔን ያየህ ተቀጣ ያስብለዋል።
◈ አሁን ያለው ንዝነዛ ከጀመረ ባጭሩ ከቆጠርነው ሰማኒያ ዓመታት በረጅሙ ከቆጠርነው አራት መቶ ስልሳ ዘጠኝ ዓመታት አስቆጥሯል።አሁንም ግን ንዝነዛው አዲስ ነው።
◈መፍትሄው አትነዝንዙን ከማለት እንዳይነዘነዙ ሁኖ መገኘት ነው፣አታጥፉን ከማለት እንዳይጠፉ ሁኖ መገኘት ነው፣
Ortodoksummaa (Orthodoxy)
Ortodoksummaan karaa fayyinaa keenya isa tokkichadha. Hamma harraatti sanyii, ganda ykn afaan irratti hundaa’ee qulqulluu jedhamee kan galanni (gadliin) barreeffameef hin jiru, gara fuulduraattis hin jiraatu. Dhukkuba naannummaa, gandummaa, gosummaa fi afaan waaqeffachuu jalaa haa baasnu. Eeyyee, irra deebi’ee nan dubbadha; kan nu qulqulleessu Ortodoksummaa keenya qofadha. Sheekkoo fi oduu dachee irratti hafuun yeroo keenya qisaasessu hin qabnu
👉 Siyaasni nuti har'a sanyii ittiin balleessinu kun boru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Sabummaan nuti har'a "kan hunda caalu" jennee ittiin boonnu kuni boru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Afaan harra akka waaqatti ol qabnu kuniboru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Lafni harra sobaan "kan keenya" jennee namoota ittiin ajjeesnuu fi buqqisnu kuniboru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Siyaasni sanyii kan har'a Ortodoksummaa caalsifnee hordofnu kuniboru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Seenaa sobaa (haasawa sobaa) har'a Ortodoksoota walirraa fageessuuf odeeffamu boru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Naannoon (ክልል)har'a qaammmaan Siyaasaa wallaaloo ta’an faayidaa dhuunfaa isaaniitiif ittiin uummata qoqqoodan kuni boru mootumaa waaayyoo keessa hin jiru
👉 Gosummaan ykn gandummaan mootummaa waaayyoo keessa hin jiru
Wanta samiirra hin jirreeni fi wanta mirga Waaqayyoo nu hin dhaabneef maaliif yeroo keenya qisaasina? Mee daqiiqaa tokkoof dhaabbannee haa yaadnu. Sababni nuti wal nyaachaa jirruuf waan yaaduu dadhabneefidha. Waaqayyo tokko nu haa taasisu
https://t.me/rete14
👉Ani Kiristaana Ortodoksii sanyii fi gandaan hin yaadne dha!!
◈Atihoo? Isinihoo?
◈Ani ilaalcha Ortodoksummaa Duuka bu'eettii hunda irra caaltuun malee, afaanii fi gandaan daangeffamee kan hin jiraanne Kiristaana dha.
◈Sanyii hin banne, harka Hafuura Qulqulluu fi gadameessa Yordaanos irraa kan dhaladhe, sanyii lafaa lakkaahuufi qoqqooduuf miti.
◈Ortodoksummaa kootiin Abbaan koo fi Haati koo Waaqayyo dha. Akkuma "አንተ አቡነ ወአንተ እምነ (Ati Abbaa keenya, Ati Haadha keenya)" jedhamuun.
◈Miseensa waldaa tokkittii kan Duuka Bu'ootaa ,Kan Ishee Samii waan ta'eef, gareen(ቡድን) kan hin daangeffamne Kiristaana dha.
◈Ati/Isin Ortodoksii dhaa? Yoo taate, gandi kee eessa?
◈Ortodoksii qoqqooduun hojii Ortodoksotaa miti jedhee gandummaa cimsee nan morma.
◈Kanaafuu, qaamonni Siyaasaa amantii hin qabne balleessaa isaanii dhoksuufi yaada isaanii dogoggoraa mirkaneessuuf dallaa gosaa,naannawaa, gandaa fi afaaniitti si daangeessanii jiru yoo ta'e sammuu kee sakatta'i. ◈Diyaaqonii, Qeesii, barsiisaa, yookiin Phaaphaasii ta'ee "Waaqayyoof nan hojjedha, balbala mootummaa waaqaa nan argisiisa" utuu jedhu gandaa fi afaaniin kan qoqqoodu yoo ta'e, inni abbaa miti, ergamaa gahaannami(ibbidda bara baraati) malee.
◈Nuti Ortodoksonni, jirmichi wayinii keenya Kiristoos tokko dha, nutis hundi keenya dameewwan jirma tokkoo ti. (Yoh. 15:5)
◈Mataan keenya Kiristoos tokko dha, nutis kutaalee qaama isaa ti. (Qol. 1:18) Kan nuti fudhanne amantii tokkittii fi sammuu tokkoon Kiristoos tokkicha dha.
◈Nuuf: Amantii tokko, Wangeela tokko, hubannoo tokko, cuuphaa tokko, Foon tokko fi Dhiiga tokko, Masqala tokko, tokkummaa tokko fi abdii mootummaa waaqaa tokko qabna.
◈Kanaan ala Ortodoksummaan gandaa hin jiru. "Ni jira" kan jedhu yoo jiraate, inni amma iyyu Kiristoositti kan hin amanne ganaa dha.
◈Qulqulluu Mikaa'el, Qulqulluu Gabri'eel, Qulqulluu Rufaa'el... qulqulloonni ergamtoota namoota ganda keenyaa turanii?
◈Qulqulleettii Maariyaamiin, Qulqulluu Giyoorgisii, Qulqulluu Qirqoos namoota ganda keenyaa turanii?
◈Qulqulluu Pheethroos, Qulqulluu Phaawuloos, Qulqulluu Yohannis namoota ganda keenyaa tii?
◈Heenok, Noh, Abrahaam, Iyyoob, Eliyaas, Isaayyaas, Ermiyaas, Daani'el... raajoota ganda keenyaa tii?
◈Qulqulluu Ateenatewoos, Qulqulluu Yohannis Afawarq, Qulqulluu Qerloos, Qulqulluu Diyaasqoroos... hayyoota ganda keenyaa turanii?
◈ Ati dhuguma Ortodoksii yoo taatee akkamitti akkas gandaan yaadda?
◈Keessumaa Diyaaqonii, Qeesii, Barsiisaa fi Phaaphaasii ta'ee akkamitti dallaa gandaa keessa taa'a? Namni akkasii dhuguma amantii qabaa? Wangeelatti ni amanaa? Hin amanu.
◈Namni gandaan yaadu Kiristoos isa kamitti amana laata? Kiristoos inni Kiristaanotaa samii fi lafa hunda irra kan jiru fi kan jiraatu dha malee.
"Dhugaa waan isiniitti himeef diina isinitti ta'ee?" (Gal. 4:16)
Barsiisaa Gabramadihiin Inniyyew
https://t.me/rete14
Repost from ምሥራቀ ፀሐይ ጉባኤ ቤት
👉እኔ በዘርና በሰፈር የማላስብ ኦርቶዶክሳዊ ክርስቲያን ነኝ!!
◈አንተስ? አንቺስ?
◈ከሁሉ በላይ በሆነች ሐዋርያዊት ኦርቶዶክሳዊት አስተሳስብ እመራለሁ እንጂ በቋንቋ፣በሰፈር ታጥሬ የማልኖር ክርስቲያን ነኝ።
◈ከማይጠፋ ዘር ከአብራከ መንፈስ ቅዱስ ከማሕፀነ ዮርዳኖስ የተወለድሁት ምድራዊ ዘር ልቆጥር እና ልመነዝር አይደለም።
◈በኦርቶዶክሳዊነቴ አባቴም እናቴም እግዚአብሔር ነው።"አንተ አቡነ ወአንተ እምነ-አንተ አባታችን አንተ እናታችን ነህ።"እንዲል።
◈የአንዲት የሐዋርያዊት ሰማያዊት ጉባኤ ማኅበርተኛ ስለሆንሁ በቡድን የማልታጠር ክርስቲያን ነኝ።
◈አንተ አንቺ ኦርቶዶክስ ከንህ? ከሆንሽ? ሰፈርህ? ሰፈርሽ ወዴት ነው?
◈ኦርቶዶክሳውያንን ከፋፍሎ ማማሰል የኦርቶዶክሳውያን ተግባር አይደለም ብየ በጥብቅ ቡድንተኝነትን አቃወማለሁ።
◈ስለሆነም እምነት አልባ ፖለቲከኞች ነውራቸውን ለመሸፈን እና ሥሁት ሀሳባቸውን ለማስፈን በጎሳ፣በሰፈር፣በቋንቋ አጥር ውስጥ ዘግተውብህ እንዳይሆን አእምሮህን ፈትሽ።
◈ዲያቆን፣ካህን፣መምህር፣ጳጳስ፣ሁኖ እግዚአብሔርን አገለግላለሁ የመንግሥተ ሰማያትን በር አሳያለሁ እያለ በሰፈር በቋንቋ የሚከፋፍል ከሆነ እሱ አባት ሳይሆን የገሀነም አጋፋሪ ነው።
◈እኛ ኦርቶዶክሶች የወይን ግንዳችን አንድ ክርስቶስ ሲሆን እኛም የአንዱ ግንድ ቅርጫፎቹ ነን።ዮሐ.፲፭፥፭
◈ራሳችን ክርስቶስ አንድ ሲሆን እኛም ኅዋሳቶቹ ነን።ቆላ.፩፥፲፰
የተቀበልነው በአንዲት ሃይማኖት በአንዲት ህሊና ሁነን አንዱን ክርስቶስን ነው።
◈ለእኛ፦አንድ ሃይማኖት፣አንድ ወንጌል፣አንድ አረዳድ፣አንዲት ጥምቀት፣አንድ ሥጋ አንድ ደም፣አንድ መስቀል፣አንድ ኅብረት፣አንድ ተስፋ መንግሥተ ሰማያት አለን።
◈ከዚህ ውጪ የሰፈር ኦርቶዶክስነትየለም።አለ የሚል ሰው ካለ እሱ ገና በክርስቶስ የማያምን ከ-ሀ-ዲ ነው።
◈ቅዱስ ሚካኤል፣ቅ.ገብርኤል፣ቅ.ሩፋኤል.ቅዱሳን መላእክት የእኛ ሰፈር ሰዎች ናቸው እንዴ?
◈ቅድስት ማርያም፣ቅዱስ ጊዮርጊስ፣ቅ.ቂርቆስ የእኛ ሰፈር ሰዎች ነበሩ እንዴ?
◈ቅዱስ ጴጥሮስ፣ቅ.ጳውሎስ፣ቅ.ዮሐንስ፣ቅ.ዮሐንስ የእኛ ሰፈር ሰዎች ናቸው እንዴ?
◈ሄኖክ፣ኖኅ፣አብርሃም፣ኢዮብ፣ኤልያስ፣ኢሳይያስ፣ኤርምያስ፣ዳንኤል..የእኛ ሰፈር ነቢያት ናቸው እንዴ?
◈ቅዱስ አትናቴዎስ፣ቅ.ዮሐንስ አፈወርቅ፣ቅ.ቄርሎስ፣ቅ.ዲዮስቆሮስ..የእኛ ሰፈስ ሊቆች ነበሩ እንዴ?
◈ታዲያ ኦርቶዶክስ ሁነህ እንዴት እንዲህ ቀበሌኛ ትሆናለህ?
◈በተለይም ዲያቆን፣ካህን፣መምህር፣ጳጳስ ሁኖ እንዴት የሰፈር አጥር ውስጥ ይቀመጣል?
እንዲህ አይነት ሰው የምር ሃይማኖት አለው?በወንጌል ያምናል? አያምንም
◈ሰፈርተኛ ሰው በየትኛ ክርስቶስ እያመነ ይሆን?መችም የክርስቲያኖች ክርስቶስ በሰማይ በምድር የመላ ያለ እና የሚኖር ነውና።
"እውነቱን ስለ ነገርኋችሁ ጠላት ሆንሁባችሁን?"ገላ.፬፥፲፮
Repost from N/a
የ"ድምፅ አልባዎች ድምፅ" ቻናል ባለቤት ያቀረበው አሳብ በኦርቶዶክሳዊት ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን አስተምህሮ ውስጥ ያለውን ኩላዊነትን እና ክርስቲያናዊ አንድነትን የሚዳስስ እጅግ ጥልቅ መልእክት ነው። በመንፈሳዊው ዓለም የሰው ልጅ ማንነት የሚለካው በሥጋዊ ዘሩ ሳይሆን በክርስቶስ ባገኘው አዲስ ማንነት እንደሆነ መጽሐፍ ቅዱስም ሆነ የቅዱሳን አባቶች ትምህርት በስፋት ያስተምራሉ።
የጽሑፉን ዋና ዋና ነጥቦች በጥልቀት ስንመለከታቸው የሚከተሉትን እውነታዎች እናገኛለን፦
1. በክርስቶስ ያለ አዲስ ማንነት
ሐዋርያው ቅዱስ ጳውሎስ "በክርስቶስ ኢየሱስ ላላችሁ ሁሉ... አይሁዳዊ ወይም የግሪክ ሰው የለም፥ ባሪያ ወይም ጨዋ የለም፥ ወንድ ወይም ሴት የለም፤ ሁላችሁ በክርስቶስ ኢየሱስ አንድ ሰው ናችሁና" (ገላትያ 3:28) በማለት እንደገለጸው፣ ኦርቶዶክሳዊነት ከምድራዊ ክፍፍሎች በላይ የሆነ ሰማያዊ አንድነት ነው።
ተፈጻሚነቱ፦ አንድ ክርስቲያን የሚጸድቀው በዘሩ ሳይሆን በሃይማኖቱና በምግባሩ ነው።
የቅዱሳን ምሥክርነት፦ እስካሁን ድረስ በቤተ ክርስቲያን የታወቁት ቅዱሳን (ለምሳሌ፦ ቅዱስ ጊዮርጊስ ከልዳ፣ ቅዱስ ተክለሃይማኖት ከኢትዮጵያ፣ አቡነ ሳሙኤል ከዋልድባ) የተከበሩት ለቋንቋቸው ወይም ለዘራቸው ሳይሆን ለእግዚአብሔር ባላቸው ፍቅርና በፈጸሙት ተጋድሎ ነው።
2. ምድራዊ ፖለቲካ እና ሰማያዊው መንግሥት
ወንድማችን እንደገለጸው ፖለቲካዊ ድንበሮች፣ ክልሎች እና የቋንቋ ልዩነቶች የምድር "ተረት ተረቶች" ናቸው። እነዚህ ነገሮች ለጊዜያዊ አስተዳደር ሊጠቅሙ ቢችሉም፣ ወደ ዘላለም ሕይወት አያሸጋግሩም።አራት ነጥብ።
ጊዜያዊነት፦ መሬት፣ ቋንቋ እና ብሔር የጊዜ ጉዳይ እንጂ ዘለዓለማዊ አይደሉም።
መዘዙ፦ ጎጠኝነትና መንደርተኝነት በሽታዎች ናቸው። እነዚህ በሽታዎች የሰውን ልጅ አእምሮ በማጥበብ ወንድሙን እንደ ጠላት እንዲያይ፣ እንዲገድልና እንዲያፈናቅል ያደርጉታል። ይህ ደግሞ "ባልንጀራህን እንደ ራስህ ውደድ" ከሚለው ከወንጌል ሕግ ጋር በቀጥታ ይጋጫል
3. የሐሰት ትርክት እና የመከፋፈል አደጋ
ዛሬ በዓለማችንና በአገራችን የምናየው ትልቁ ችግር "የሐሰት ትርክት" ነው። ሰዎች የራሳቸውን ጥቅም ለማስከበር ታሪክን በማጣመም አንዱን ኦርቶዶክሳዊ ከሌላው ኦርቶዶክሳዊ ለመለየት ይጥራሉ።
4. ቆም ብሎ ማሰብ - የመፍትሔው መጀመሪያ
ማሰብ ስላልቻልን ነው የምንበላላው የሚለው ነጥብ እጅግ መራራ እውነት ነው። መጽሐፍ ቅዱስ "ሕዝቤ እውቀት ከማጣቱ የተነሳ ጠፍቷል" (ሆሴዕ 4:6) ይላል።
ንሰሐ፦ ከጎጠኝነት በሽታ ለመፈወስ መጀመሪያ ድርጊቱ ስህተት መሆኑን አምኖ መቀበልና ወደ ቀደመው የፍቅር አንድነት መመለስ ያስፈልጋል።
አርቆ ማሰብ፦ በሰማይ የሌለውንና በጌታ ቀኝ የማያቆመንን ነገር ዛሬ የሕይወታችን ግብ ማድረጋችን የትርፍ ኪሳራ መሆኑን መረዳት ብልህነት ነው።
Repost from "!!!የድምፅ አልባዎች ድምፅ(The Voice Of Voiceless)!!!"
ኦርቶዶክሳዊነት
ኦርቶዶክሳዊነት ብቸኛው መጽደቃችን ነው።እስካሁን በ ዘሩ ወይም በመንደሩ ወይም በቋንቋው ቅዱስ ተሰኝቶ ገድል የተጻፈለት የለም ወደፊትም አይኖርም።ከ ክልልነት፣ከመንደርተኝነት፣ከጎጠኝነች፣ከቋንቋ አምላኪነት በሽታ እንላቀቅ።አዎ ደግሜ እናገራለሁ የየሚያድቀን ኦርቶዶክሳዊነታችን ነው።ምድር ላይ በሚቀረው ተረት ተረት ጊዜያችንን አናባክን።
👉ዛሬ ዘር የምናጠፋለት ፖለቲካ በሰማይ የለም
👉ዛሬ ከሁሉ የተሻለ ነው ብለን የምንኩራራበት ብሔርተኝነት በሰማይ የለም
👉 ዛሬ እንደ አምላክ የምናገነው ቋንቋ በሰማይ የለም
👉ዛሬ በሐሰት የእኛ ነው እያልን ሰው የምንገድልበትና የምናፈናቅልበት መሬት በሰማይ የለም
👉ዛሬ ከኦርቶዶክሳዊነት አስበልጠን የምንከተለው የዘር ፖለቲ በሰማይ የለም
👉አንዱን ኦርቶዶክሳዊ ከሌላዊ ኦርቶዶክሳዊ ለመነጣጠል የምንተረክው የሐሰት ትርክት በሰማይ የለም
👉ዛሬ ደናቁርት ፖለቲከኞች ለግል ጥቅማቸው ሲሉ ሕዝቡን የከፋፈሉበት ክልል በሰማይ የለም
👉ጎጠኝነትም፣መንደርተኝነትም በሰማይ የለም
በሰማይ በሌለ፣በእግዚአብሔር ቀኝ በማያቆመን ነገር ለምን ጊዜያችንን እናባክናለን? እስኪ ለአንዲት ደቂቃ ቆም ብለን እናስብ።ማሰብ ስላልቻልን እኮ ነው እንዲህ እርሰበርሳችን የምንበላላው።እግዚአብሔር አንድ ያድርገን።
https://t.me/Eyo21e
ሰላም እንዴት ናችሁ? ይኽችን ቻናል ለጓደኞቻችሁ አጋሩአት
Akkam Jirta? chaanaalii tana Hiriyoota Keessniif Qoodaa
https://t.me/rete14
