ru
Feedback
Diinaa'ol Kumaa

Diinaa'ol Kumaa

Открыть в Telegram

Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
1 384
Подписчики
+124 часа
+17 дней
-1730 дней
Архив постов
Qajeelfama Sirna Kaffalitii Elektiroonksii 34.2018.pdf6.68 MB

Labsii_Sirna_Tajaajila_Deeggarsa_Seeraa_Bilisaa_Naannoo_Oromiyaa4.pdf1.36 KB

የድሀ ጠበቃ - ጆን ግሪሻም @kooblife (1).pdf14.84 MB

Himannaa Jeequm-WPS Office (1).docx0.09 KB

Himannaa Jeequm-WPS Office (1).docx0.09 KB

240-2013-Labsii Mana Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa Lakk..pdf1.91 MB

Labsii Haasaa Jibbiinsaa labsii lakk 1185/2020 Addunyaa Aagaatiin  Afaan Oromootti kan hiikame

Labsii_Qabeenyaa_Deebisiisuu_Lakk_1364_2017_Afaan_Oromootti_hiikame.pdf7.44 KB

Repost from Bikila Law Office
+3
Kitaaba Seera Dhaalaa Itoophiyaa Afaan Amaariffaan kan barreesse: Biiniyaam Shimallis Gara Afaan Oromootti kan hiike:_ Gammachuu Dassaaleny Dubbisuun beekumsa qabdanitti dabaladhaa! Chaanaalii keenyaas follow godhaa Join our telegram channel https://t.me/BikilaBG https://t.me/BikilaBG https://t.me/BikilaBG

Poolisiitti harka kennachuu... 👉👉👉👉👉👉👉👉👉 Yakka Raawwachuun Booda Ofii Isaatii Poolisiif Harka Kennuun Akka Sababa Adabbii Salphisuutti Ilaalamu Ilaalchisee Yaada Seeraa fi Ejjennoo Ijibbaataa 👉👉👉👉👉👉👉 👉Gaaffiin seeraa: Namni yakka raawwatee booda fedhii ofiitiin ofii isaa qaama seeraa (poolisii)f harka kenne, kun akka sababa adabbii salphisuutti lakkaa'amuu qaba moo hin qabu? 👉👉👉👉👉👉 Dhimma kana irratti abbootii seeraa gidduutti yaadni seeraa garaagaraa lama ture. 👇👇👇👇👇 1. Yaada jalqabaa (adabbii salphisuu mormu) 👇👇👇👇👇👇 Yaadni kun akka jedhuutti, himatamaan poolisiif harka kan kenne: 👉garaa isaatiin qalbii jijjiirratee ykn gaabbinaan miti; 👉jechuunis maatii miidhamaa irraa haaloo baafachuu ykn tarkaanfii deebii isa mudachuu malu sodaatee nageenya ofii eeguuf qofa. Kanaafuu, harka kennuun isaa akka sababa adabbii salphisuutti ilaalamuu hin qabu jedha. 👇👇👇👇 2. Yaada lammaffaa (adabbii salphisuu deeggaru) 👇👇👇👇 Yaadni kun ammoo akka jedhuutti, yakka raawwatee booda fedhii ofiitiin qaama seeraaf harka kennuun ofuma isaatiin hojii gaarii ta'ee waan ilaalamuuf, akka sababa adabbii salphisuutti fudhatamuu qaba jedha. 👉Ejjennoo fi murtii Ijibbaataa Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa falmii kana xumuruun yaada lammaffaa fudhateera. 👉Akka hiika seeraa dirqisiisaa Ijibbaataan kenneetti: 👉Namni yakka raawwatee booda fedhii ofiitiin poolisiif yookaan qaama seeraa ilaallatuuf harka yoo kenne, gochi kun akka sababa adabbii salphisuutti ilaalamuu qaba. Kana jechuun, harka kennuun ofii fedhiitiin taasifame murtii adabbii murteessu keessatti wanta himatamaa fayyadu ta'ee ni ilaalama. Madda murtii: 👉 Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Galmee Lakk. 249618, irratti 👉Seera yakkaa bara 1996 bahe kwt. 82(1(e)) waliin xiinxaluun murtii dirqisisaa kenne jira. 👇👇👇

Harka poolisitti kennachuu 249618 (1).pdf9.71 KB

https://www.facebook.com/share/18w5N8Hyro/ Kara facebook seerota akka isinif maxxanfamu barbaaddan naaf eeruu ni dandeessu. Fayyaa ta'a.

A_PROCLAMATION_FOR_THE_RE_ESTABLISHMENT_OF_THE_NATIONAL_LOTTERY.pdf1.93 KB

Labsii Lotorii Biyyoolessaa Lakk. 535/2007

Hiika Labsii hojjataafi hojjachiisa 1156 (1).pdf5.25 KB

Qajeelfama Iskeelii Mindaa Hojjettoota BGO (1).pdf2.30 MB

Labsii_yakkoota_Malaammaltummaa_Afaan_oromootti_hiikamee_fayyadamaa.pdf4.68 MB

+4
moodela dambii mana qopheessaa 2018 Magaaloota pdf.pdf13.51 MB

Qajeelfama Manneen gandaa.pdf3.76 KB

photo content