Oromia Muslim Youth Council
رفتن به کانال در Telegram
Oromia Muslim Youth Council * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدین و مذهبی47 325
1 405
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+567 روز
+19030 روز
آرشیو پست ها
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota #Aanaa_Gadab_Hasaasaa
waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa taasisee jira.
30/10/2018
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota #Aanaa_Adaabbaa
waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa taasisee jira.
30/10/2018
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota #Magaalaa_Dodolaa fi #Aanaa_Dodolaa waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa taasisee jira.
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota Magaalaa #Boqojjii waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa taasisee jira.
Dabalataan Piroojektiiwwan Jama'aan Dargaggoota Magaalaa boqojjii kanaan dura dalagaa turan bakka Majlisni Magaalichaa jirutti daawwannaan taasifameera.
29/10/2018
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota Magaalaa #Godina_Arsii fi Magaalaa #Asallaa waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa taasisee jira.
Dabalataan daawwannaan Piroojektii Masjid Net Magaalaa Asallaatti argamu Pireezidaantii OMYC Ustaaz Shu'aayb Shamsuu fi Itti aanaa isaan Ustaaz Abbaas Ibraahimiin bakka Hooggantoonni Majlisaa jiranitti gaggeeffameera.
***
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
Kaawunsilii Dargaggoota Magaalaa #Dheeraa waliin marii fi gamaaggama hojii milkaa’aa taasisee jira.