ch
Feedback
Oromia Muslim Youth Council

Oromia Muslim Youth Council

前往频道在 Telegram

Oromia Muslim Youth Council * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

显示更多
未指定国家宗教与灵性44 905
1 492
订阅者
+524 小时
+377
+22830
帖子存档
sticker.webp0.15 KB

Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Najjoo Hundeeffame. NMYC.19/11/2018 Najjo Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Najjoo Guyyaa Har'aa Hundeeffamee Jira. Sagantaa Hundeeffama Kana Irratti Hubannoo Adeemsa Walii Galaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Fi Imaammata Galmee Miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Itiyoophiyaa kan Ibsame Yemmuu Tahu Sirni Eegalchiisa Galmee Miseensummaa EMYC jalqabsiifamee jira. Sagantaa Kana Irratti Qindeessitoonni Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa Giddu-Gala Naqamtee Dabalatee Hooggantoonni Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Najjoo fi Dargaggoonni Magaalaa Najjoo Akkasumas Keessumoonni Garaa Garaa Argamnii Jiru . Ummanni Dargaggootaa isaatiin

sticker.webp0.21 KB

sticker.webp0.15 KB

Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa #Shaggar Mata duree '' Ispoortiin Tokkummaaf Jaalala '' jechuun sirna saaqinsa sagantaa gaggeesseera. *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

sticker.webp0.30 KB

sticker.webp0.07 KB

Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanota_Gadab_Hasaasaa, Aanaa_Roobee, #Diksiis, #Amiinyaa, #Xiicho, #Seeruu, #Balee, #Suudeetti hubannoon Kaawunsilii fi eegalsiisni hojiilee gannaa akkasumas galmeen miseensummaa eegalameera. *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

sticker.webp0.44 KB

sticker.webp0.02 KB

Ergaa Baga Gammaddanii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa Kabajamaa Ustaaz Dr. Ammaar Sheek Amiin Ibroo Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa maqaa hooggansa, miseensotaa fi dargaggoota Muslimaa Oromiyaa hundaan, sadarkaa barnootaa PhD tiin eebbifamuu keessaniif gammachuu keenya ni ibsina. Baga Gammaddan! 🎓 🎉 Congrats👏!! Milkaa'ina guddaa hojii cimaa, obsaa fi tattaaffii dheeraa booda sadarkaa PhD tiin eebbifamuun keessan umrii dargaggummaatti dargaggoota hedduuf fakkeenyummaa gaariidha. Rabbiin beekumsa keessan keessatti barakaa haa godhu. Beekumsi argattan ummataaf, Diiniif, biyyaaf fi dhaloota dhufuuf bu'aa guddaa haa buusu. Rabbiin umrii dheeraa, fayyaa guutuu, ikhlaasa fi hojii gaarii itti fufu isinii haa kennu. Baga eebbifamtan! Baga milkooftan! ألفُ مبارك، وبارك الله لك في علمك وعملك، ونفع بك الإسلام والمسلمين. *** Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa. * Telegram: https://t.me/OMYC1 * Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

Ergaa Baga Gammaddanii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa Kabajamaa Ustaaz Dr. Ammaar Sheek Amiin Ibroo Kaawunsi
Ergaa Baga Gammaddanii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa Kabajamaa Ustaaz Dr. Ammaar Sheek Amiin Ibroo Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa maqaa hooggansa, miseensotaa fi dargaggoota Muslimaa Oromiyaa hundaan, sadarkaa barnootaa PhD tiin eebbifamuu keessaniif gammachuu keenya ni ibsina. Baga Gammaddan! 🎓 🎉 Congrats👏!! Milkaa'ina guddaa hojii cimaa, obsaa fi tattaaffii dheeraa booda sadarkaa PhD tiin eebbifamuun keessan umrii dargaggummaatti dargaggoota hedduuf fakkeenyummaa gaariidha. Rabbiin beekumsa keessan keessatti barakaa haa godhu. Beekumsi argattan ummataaf, Diiniif, biyyaaf fi dhaloota dhufuuf bu'aa guddaa haa buusu. Rabbiin umrii dheeraa, fayyaa guutuu, ikhlaasa fi hojii gaarii itti fufu isinii haa kennu. Baga eebbifamtan! Baga milkooftan! ألفُ مبارك، وبارك الله لك في علمك وعملك، ونفع بك الإسلام والمسلمين.

sticker.webp0.15 KB