Damina Tech || Free internet🇪🇹
رفتن به کانال در Telegram
Buy ads: https://telega.io/c/ethiosocksip11 File free internet app garagaraa kaneen akka 👇👇 Http injector Tls tunnel Socksip Linklayer... CEO👉 Cross promotion 🫡.
نمایش بیشتر5 386
مشترکین
+1524 ساعت
+627 روز
+730 روز
آرشیو پست ها
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
14 نوامبر, 04:01
📱 Samsung Bilbila (Call) Telegram fi WhatsApp waraabuu kan dandeessisu (Call Recording) eegaluuf jedha!
Fooyya’insi (update) haaraan Samsung One UI 9.5, bilbila sagalee (voice calls) WhatsApp, Telegram fi Google Meet irratti godhaman kallattiin waraabuu (record gochuu) kan dandeessisu qabatee akka dhufu gabaafameera.
🔹 Maal fida?
Samsung hanga ammaatti bilbila idilee qofa waraabuu danda'a ture. Amma garuu appii dabalataa (third-party apps) biraa buufachuu osoo hin barbaachisin, bilbila appiiwwan kanneen irratti godhaman ofuma isaatiin ni waraaba. Fayyadamtoonnis appii kam irratti bilbila waraabuu akka barbaadan adda baasanii filachuu fi sirreeffachuu ni danda'u.
🔹 Hubachiisa Seeraa:
Tajaajilli kun seera biyyootaa irratti hundaa'uun kan gadhiifamu yoo ta'u, biyyoota tokko tokko keessatti bilbilli waraabamaa jiraachuu isaa nama bilbileef sagaleedhaan beeksisuu (notification) danda'a. Biyyoota sagalee waraabuu dhorkan keessatti immoo tajaajilli kun guutummaatti hojjechuu dhiisuu danda'a jedhameera.
Fooyya’insi haaraan kun namoota tajaajila bilbilaa appiiwwan garaagaraa irratti fayyadamaniif boqonnaa guddaa ni kenna jedhamee eegama.
#Samsung #OneUI #Telegram #WhatsApp #Teeknooloojii #OduuTeeknooloojii #AfaanOromoo
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
13 نوامبر, 02:52
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
በጣም እየለፍሁ ነው የ 2 ብሩን ለማግኝት ትንሽ ታገሱን ቤተሰብ🙏
12 نوامبر, 14:03
𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐏𝐤𝐠 ተጠቃሚዎች👍👍
APP HTTP INJECTORየሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
🔹የ 2 ብር PKG ለሌላውን መፍትሄ በቅርብ እናገኛለን ታገሱን😊50 React ብቻ🤲
10 نوامبر, 12:03
ChatGPT feature haaraa "Chat Lock" jedhamu eegale! 🚀
Search history keenya namni biraan akka hin argine, keessumattuu ChatGPT irratti odeeffannoo dhunfaa ykn odeeffannoo keenya eeguuf filannoo gaarii dha.
Amma irraa eegalee chats keenya dhuunfaa ta'an folder haaraa "Locked chats" jedhamu jalatti kuufachuu dandeenya.
🔒 Haala itti Lock godhamu:
* Web fi Desktop: Pin fayyadamuun
* Bilbila (Mobile): Pin, Face ID ykn Touch ID fayyadamuun cufamuu danda'a.
⚠️ Hubachiisa barbaachisaa Open AI irraa kenname:
* Pin irraanfatamuun: Pin ittiin cufitan yoo irraanfattanii reset gochuu barbaaddan, chat-oonni, faayilonni fi odeeffannoowwan achi keessa jiran hunduu guutummaatti ni haqamu (deletion).
* Memory Update: Chats cufaman kunniin Memory update hin argatan. Kana jechuun chats biroo irratti waan haasofne hin hin qabatan jechuu dha.
📲 Akkaataa itti fayyadamaa:
Chat cufuu barbaaddan sanarra quba keessan irra deddeebi’uun qabachuun (long press) "Lock chat" kan jedhu tuqaa. Itti aansuun Pin barbaaddan galchuun lock godhaa.
🔍 Chat cufame argachuuf:
Kutaa Projects seenuun gara gadii bu’aa; achitti filannoo "Locked chats" jedhu ni argattu.
#ChatGPT #TechNews #Oromiffa #OpenAI #DigitalTips
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
07 نوامبر, 09:07
20 Birr pkg𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐏𝐤𝐠 ተጠቃሚዎች👍👍 Speed 38mb/s🔥🔥 App Http injector 50 React ብቻ🤲
07 نوامبر, 08:58
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
🔹ለሌላውን መፍትሄ በቅርብ እናገኛለን ታገሱን😊
04 نوامبر, 10:27
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
🔹ለሌላው መፍትሄ እስክናገኝ በዚህ ፏ በሉ fam
01 نوامبر, 02:51
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
🔹ለሌላው መፍትሄ እስክናገኝ በዚህ ፏ በሉ fam
31 اکتبر, 07:45
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
🔹ለሌላው መፍትሄ እስክናገኝ በዚህ ፏ በሉ fam
31 اکتبر, 00:29
🔥 BYBIT VIRTUAL MASTER CARD Kennuu Jalqabeera!! Accountii Keessan Verify gochuun kallattiin Apply godhuu dandeessu, daqiiqaa 5 hin fudhatu.
☄️ Apply godhaatanii Approved ta'uufis odeeffannoo sirriitti yoo guuttan daqiiqaa 2 hin fudhatu! Achumaan Crypto top up gochuun fayyadamuu dandeessu!!
Ibsaa Ittiin Ittiin Itti Fayyadamtan ⬇️⬇️⬇️
* Step 1: Appii Bybit (Bybit App) seentu
* Step 2: Home Page irratti "More" kan jedhu tuqaa.
* Step 3: Itti aansuun kutaa Finance jala "Card" kan jedhu filadhaa.
* Step 4: Card kan jedhu erga tuqxeen booda "APPLY NOW" jechuudhaan jalqabsiisaa.
* Final Step: Itti aansuun:
* City: Addis Ababa
* Province: Addis Ababa
* Postal: 1000
kan jedhaman erga guuttanii booda, Referral Code yeroo gaafatu
👉 8WKY61Z guutaa.
Xumurameera! Daqiiqaa muraasa booda kaardichi milkaa'inaan argachuu keessan Email keessan irratti isiiniif ergama 🤝
Tip👌: Suuraa irraas ilaaluun deeggaramuu dandeessu 💵
#Bybit #VirtualCard #MasterCard #CryptoEthiopia #OnlinePayment #TechNewsOromo
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
30 اکتبر, 09:21
Dabalatan DEPOSIT (Galchuus) fi WITHDRAW (Baafachuus) yeroof dhaabateera/dhorkameera.
Yeroo dhiyootti deebi'ee kan hojjetu ta'a jenne abdanna😁!
#CryptoUpdate #Deposit #Withdraw #Binance #Bybit #CryptoNews #Oromia
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
30 اکتبر, 09:00
#update
Gabaasa yeroo amma bahaa jiru akka agarsiisuti , exchange irra waliigala maallaqa US Dollar Biiliyoona 5.63tti tilmaamamu hatameera/hack godhameera!
Hojii saamicha kanaa keessatti exchange xiyyeeffannoo gurguddoo turan keessaa warri duraa:
🔹 BINANCE
🔹 BYBIT
dha. Odeeffannoo dabalataaf nu hordofaa!
#CryptoNews #Binance #Bybit #CryptoHack #BreakingNews #Oromia #TechNews
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
30 اکتبر, 08:57
💻 Apple MacBook Pro Touchscreen Haaraa Moodeela Haaraa Dhiheesse!
Apple seenaa isaa keessatti yeroo jalqabaaf laptop skriinii isaa tuquun dalagu (Touchscreen) uummataaf ifa taasiseera.
• Touchscreen: Teeknoolojii Touchscreen guutuu ta'en kan dhihaate yoo ta'u, teeknoolojii PROLED XDR (OLED) haaraa fayyadama. Kunis qulqullina suuraa fi agarsiisaa sadarkaa olaanaa ta'e dhiheessa.
• Gosa Qulqullina (Size):
* 14-inch: Gatiin isaa $2,899 irraa eegala.
* 16-inch: Gatiin isaa $3,399 irraa eegala.
• Processor (Chip): Humnaa fi ariitiin isaa processor M5 Pro fi M5 Max haaraatiin kan walgitu dha.
#Apple #MacBookPro #Touchscreen #TechNews #OromooTech #MacBook #M5Pro #M5Max #Oromia #Oromoo #Teeknoolojii
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
30 اکتبر, 04:03
🤩Http injector app🤩
💬new Telegram Package file 🗃️
🔺የሚሰራው በ 20 ብሩ 1.5GB package ነው
🔹ለሌላው መፍትሄ እስክናገኝ በዚህ ፏ በሉ fam
30 اکتبر, 02:03
Breaking
Oduun gabaafamaa jiru akka agarsiisutti, hack gabaa crypto keessatti hamma ammaatti guddaa jedhame Binance irratti raawwatameera jedhamee dubbatamaa jira.
Haala kanaan wal qabatee, yeroo ammaa kana gatiin crypto gadi bu'aa (hirdhachaa) jira.
Sababa kanaafis, yeroof tajaajili faayinaansiin maallaqa baasuu (withdrawal) Binance irraa taasifamaa ture dhaabateera.
Odeeffannoo dabalataaf nu hordofaa!
#Crypto #Binance #BreakingNews #CryptoMarket #Oromia #TelegramUpdates
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
30 اکتبر, 02:03
