Damina Tech || Free internet🇪🇹
Ir al canal en Telegram
Buy ads: https://telega.io/c/ethiosocksip11 File free internet app garagaraa kaneen akka 👇👇 Http injector Tls tunnel Socksip Linklayer... CEO👉 @Damina38 Cross promotion 🫡.
Mostrar más5 504
Suscriptores
-324 horas
-287 días
-9330 días
Archivo de publicaciones
📱 TECNO "CAMON Slim 5G"
Addunyaa Teeknooloojii keessatti Kan adda ta'e! ✨
Kampaniin TECNO bilbilla furdinni isaa mm 6.39 (slim)qofa kan ta'e, qaama baay'ee qalla'aa, kaameeraa Sony megapikisilii 50 fi humna batirii guddaa hamma 6,000mAh qabachuun, bilbila intarneetii saffisa olaanaa (5G) qabu haaraa gabaa
irra oolcheera!
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
DeepSeek waggaa keessatti galii US$ biiliyoona 1 ga’e፤ fuuldharattis maallaqa gurguddaa walitti qabuufi gabaa aksiyoonaarratti hirmaachuuf qophiirra jira!
Dhaabbanni teeknoolojii fi ogummaa nama-tolchee Chaayinaa DeepSeek dandeettiin galii isaa waggaa US$ biiliyoona 1 ga’uu isaa ibsameera. Gabaasni The Information akka mul’isutti, lakkoofsi kun ji’oota muraasa dura irra ture (US$ miiliyoona 500) waliin yoo ilaalamu dachaa ta’uu isaa agarsiisa.
Milkaa’inni kun dhaabbileen teeknoolojii Chaayinaa hojii qorannoo fi kalaqaa qofaaf utuu hin ta’in, gabaa daldala addunyaa bu’aa olaadhaan to’achuu eegaluu isaaniif ragaa dha.
Dhaabbanni kun dhiheenya kana gatii tajaajila API isaa dachaa afriin (4x) guddise illee, fedhiin abbootii qabeenyaa fi maamiltootaa utuu hin hir’atin baay’inni hirmaattota daldalaa dabaluun isaa mirkanaa’era.
Haaluma kanaan, DeepSeek maallaqa US$ biiliyoona 7.5 ta’u walitti qabuuf karoorsuun, gabaa aksiyoonaa Shaanghaay irratti banuudhaan gurgurtaa aksiyoonaa gaggeessuuf of qopheessaa jira. Kun immoo dandeetti teeknoolojii Chaayinaa gara sadarkaa diinagdee olaanaatti kan ceesisuudha.
#DeepSeek #ArtificialIntelligence #Technology #China #Business #TechNews #Economy #Share
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
Repost from N/a
❓ ስልክ ወይም ኮምፒተር መጥለፍ ፈልገው እንዴት እንደሚደረግ ግራ ገብትዎታል 👀⁉️
እኛ ጋር መፍትሔ አለ አዲስ ባመጣነው የ2025 ዘዴ ያለ ምንም እውቀት የማንኛውንም ሰው ኤሌክትሮኒክስ በቀላል ዘዴ መጥለፍ ይችላሉ ‼️‼️
#ምን_መጥለፍ_ይፈልጋሉ ❓👇👨💻
መርጠው 𝗝𝗢𝗜𝗡 በሉ 💯
➡️ https://t.me/addlist/GXwdmIenXAQwYjc0
➡️ https://t.me/addlist/GXwdmIenXAQwYjc0
©➕ @Infinity_0A ➕😀
Http injector appTelegram package ገዝታችሁ በዚህ ፏ በሉ fam🤝🔥
SSH SERVER
3 DAYበል React አድርግ🫵🤜🔥
Telegram package file is loading
React ❤️ 10+
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
Iccitiiwwan Gmail Barbaachisoo ta'an 💻
1. Confidential email (Ergaa icciitii)
Ergaa Gmail yommuu ergitan namoonni ergaa sana fudhatan copy, forward ykn screenshot akka hin goone barbaaddoo taanaan, Confidential mode on gochuun ergachuu dandeessu.
Kana gochuuf Compose kan jedhu tuqanii ergaa erga barreessanii booda mallattoo qabxii sadii (3 dots) tuquun Confidential mode kan jedhu filattu.
Sachumaan booda yeroo itti expire (badu) godhuu fi filannoo passcode filachuun Save gochuun ergitu.
2. Label
Ergaa guutuu fuuldhuraatti walitti tuuruurra, kanneen baay'ee barbaachisoo ta'an adda baasuun Label godhuu dandeessu.
Kana gochuuf sarara 3 (3 lines) tuquun Create label kan jedhu filachuun label uumuu dandeessu. Achiis gita (list) Gmail keessaa baasuun ergaa Label gochuu barbaaddan filattanii qabxii 3 tuquun Label as jechuun label kan qopheessitan keessatti galchuu dandeessu.
3. Keywords
Search bar irraatti specific kan ta'an keywords garaagaraa galchuun ergaa guutuu filter gochuu dandeessu.
Fakkeenyaaf "has:attachment" jechuun search yoo gootan attachment faayilii garaagaraa qaban filter godhee isiiniif fida.
Keywords dabalataa:
* \bullet from:client@example.com = Emails from a sender
* \bullet to:client@example.com = Emails you sent to someone
* \bullet subject:proposal = Emails with a word in the subject
* \bullet has:attachment = Emails with attachments
* \bullet filename:pdf = Emails with PDF attachments
* \bullet larger:10M = Emails larger than 10 MB
* \bullet older_than:1y = Emails older than a year
* \bullet after:2026/09/01 before:2026/10/01 = Emails within this date range
* \bullet is:unread = Unread emails
* \bullet is:starred = Starred emails
* \bullet in:snoozed = Snoozed emails
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
🌐HTTP INJECTOR APP
✅Telegram Package file
📱 Telegram Package ካላቹ ይሄን ፋይል በመጠቀም ሁሉንም Social Media 🎮 መጠቀም ትችላላችሁ⁉️
⏰ Expire Date : Sep 26
ፋም like አርጉ 👍👍
Kana Beektuu Laata?
Wear OS irraattis Telegram fayyadamuun ni danda'ama!
Namootni Apple Watch ykn Smart watch Wear OS fayyadamtan hundi keessanuu, Appilikeeshinii Telegiraamiitiin sa'aatii keessan irratti banuudhaan:
* Ergaawwan barreeffamaa (Text) siif dhufan dubbisuu
* Ergaaf deebii kennuu (Reply gochuu)
* Chaatii kee (Chat Manage) to'achuu fi wantoota biroo hedduu raawwachuu dandeessa!
Sa'aatii kee har'uma smart godhi! ⌚️✨
#Telegram #WearOS #SmartWatch #TechNews #Oromo
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
Kana Beektuu Laata?
Wear OS irraattis Telegram fayyadamuun ni danda'ama!
Namootni Apple Watch ykn Smart watch Wear OS fayyadamtan hundi keessanuu, Appilikeeshinii Telegiraamiitiin sa'aatii keessan irratti banuudhaan:
* Ergaawwan barreeffamaa (Text) siif dhufan dubbisuu
* Ergaaf deebii kennuu (Reply gochuu)
* Chaatii kee (Chat Manage) to'achuu fi wantoota biroo hedduu raawwachuu dandeessa!
Sa'aatii kee har'uma smart godhi! ⌚️✨
#Telegram #WearOS #SmartWatch #TechNews #Oromo
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
🌐HTTP INJECTOR APP
✅Telegram Package file
📱 Telegram Package ካላቹ ይሄን ፋይል በመጠቀም ሁሉንም Social Media 🎮 መጠቀም ትችላላችሁ⁉️
⏰ Expire Date : Sep 23
ፋም like አርጉ 👍👍
Google Gemini qorannoo cybersecurity irratti dogoggora domain name mudateen osoo hin beekamne system kampaniwwan eegumsa qaban cabsee seene! 😳
Haa ta'u malee, AI kun system inni seene sun kan kampanii dhugaa ta'uu isaa yeroo hubatutti, battalumatti cabsuu dhaabuun ba'uu danda'eera. Kun immoo AI wwan karaa itti gaafatamummaan guutameen leenjisuun hammam barbaachisaa ta'he agarsiisa. 👏
#Technology #CyberSecurity #GoogleGemini #AIEthics
Share @ethiosocksip11
@ethiosocksip11
Http injector appTelegram package ገዝታችሁ በዚህ ፏ በሉ fam🤝🔥 በል React አድርግ🫵🤜🔥
🔥 TLS TUNNEL የቴሌግራም ፓኬጅ ፋይሎች 🔵
በTLS TUNNEL APK 🔥
EXPIRE DATE የለውም 📅
ፍጥነት እስከ ጥግ⚡️
⚠️ ማስታወቂያ እያያችሁ Add time አድርጉ
Http injector app🍑Telegram package ገዝታችሁ በዚህ ፏ በሉ fam🤝🔥 በል React አድርግ🫵🤜
