cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

ABO/WBOn HA WAARU

OROMIYAAN biyyaa

نمایش بیشتر
فنلندة3 609زبان مشخص نشده استآموزش113 543
پست‌های تبلیغاتی
197
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#AMMEE #Hordoffii Ammaa saa'aatii 7:30 irraa kaasee RIP Taataa15 oliifi paatiroli 2 ajabamtee bulbulaa keessaan qaxxamurte gara shaashamanneetti imalaa jirtii! ᴅʜᴀᴀᴍsᴀ ʜᴏʀᴅᴏғғɪɪ|| OROMIYAAN BIYYA
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
Eeruu Zu 23 Giddaa baastee gaara Goobbuu irraa dhaabattee jirti,walakkaan riphxe jirti Jaallan of eegganno!
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
Kitabaam walaaloo kun Galatomi abba kitabaa riga rigamee🙏 WALLOO OROMIYAA Dachee handhuura goototaa Qaama Oromiyaa bal'oo, Nuti isiniin dhaadannaa Nuuf jiraadhaa ilmaan Walloo. Gosoota Jiillee fi Qorii Arxummaa fi Dugugguruu, Kan roorroof harka laatu Tokko isin keessa hin jiru! Afaan isaa wallaalus Saddacha eenyummaa hin ganne, Goota kaayyootti cichu Kan akka kee hin agarre! Sirnichi H /sillaasee Gocha dabaan eegalee, Yakkamtoonni Habashaa Dachee Oromoo weerare! Goojjam, Goondarii kaasee Jara qumxaan bobbaasee, Dachee Oromoo'rra fidee Akkas jechuun facaase..; "Keessummaa akka simattan Baargammatti dhageenyee, Kunoo isiniifan fide Saba hammina hin beekne! Guyyaa kanaa eegalee Isaan qaama keessani, Uffata aadaa qoodaafii 'Darsa' haa jijjiirratanii, Teessuma hin dhowwatiinaa Isin haa fakkaatani,... Dachee Walloo Kamisee; Magaalota akka Haxaayee, Sambatee fi Majaatee, Konbolchaa fi Waldayaa Marsaanis kan keessani, Harxuma, Caffaa fi Qorii Hunda halagaa dhaalchisee, Keessummaa gala hin beekneen Dachee Oromoo booresse! Biyya handhuura goototaa Walloo tuqamuun fafa, 'Godina- addaa' jedhamuun Duramayyuu siif dabaa. Roorroo wal furaa dhufee Har'as Wallootti labu, Qomoon seenaa hin wallaalu Gara dubbiin kun goru! Bokkaan mataatti roobee Miila gahuu hin hanqatu, Har'a tuqamuun Walloo Bor karrayyuu hin hanqatu. "Oromoo!" Dubbiin walirra ilaaluu Hundee garbummaa cimsa, Akka irreecha bishoftu Ka'aa qabsoo finiinsaa! Walloon naaf qaama kooti Onneen koo siif dhaahata, Yeroo siin si tuqani Anaan garaan nagubattii! Oromoo hidda Baarentuu Warra Qaalluu fi Kamisee, Nyaadhee buluun maal godha Yaada keetu na huuqqise!
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Baha Wallaggaa ona Saasiggaatti tarkaanfii fudhateen tiksitoota impaayerattii du'aa fi madoon adabuu beeksise ONM-ABO Waxabajjii 22, 2024 Abdii fi gaaddisni Oromoo gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo goleewwan Oromiyaa adda addaatti Bobbaa Irbuu Shinniiggaan tarkaanfii fudhatu itti fufuun godina Baha Wallaggaa ona Saasiggaa ganda Geelaa Qarsaatti lukkeelee diinaa rasaasaan wawwaachisuun du'aa fi madoon adabeera. Tarkaanfii laalessaa Waxabajjii 22 ganamaan haxxee itti hidhuun ganda Geelaa Qarsaa jedhamutti lukkeelee diinaa irratti fudhateen 8 ajjeesuun 13 immoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira. Bobbaan Irbuu Shinniiggaa itti fufa! Injifannoon Uummata Oromoof !
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
#Hundeeffama_Arraata_Biyyoolessa_Oromiyaa waggaa 4ffaa isaan ogeessotaa Arraataf Uummanni Oromoo marti Baga geessani. #Walaloo kana isin affeereera itti dhiyaadha. #Arraata Bu'aabayii yaadaaf Tirannaa amna dheera Tole jettee fudhachuun Akeeka heeraf seeraa Miliqxanii shaffisuun Qaxxisuunis riphistanii Tooftaa adda addaan Diina akkaan dhiphistanii Baga Guyyaa Arraata Nagaadhaan harra geessani Eeyyee eeyeni salphaan mitii Baga nagaan harra geessani Haadhaga'u firrii Hormi inni alagaa Raadiyooni qofaamiti Tvnuu dalagaa Tvdhaan muldhatee Raadiyooniin lallabaa Qubeessuun sosso'ee Addunyaarra labaa Arraati miidiyaadhaa Sagalee uummataa Oromoota qofaa miti miidhamtootaf dubbata Bara rakkoo taree Wal qixxumma magarse Roorro alagaa Ibsee Cunqurfamu sabas dabarse Dur turee barrisaa Yeroo Wal arguun rakkisuu Bara xalayyaani dhaamsaan qaxxisuu Bara sagaleen Oromoo Sobaan Raadiyoonii cabsee Haqa Saba oromoos Murni xiqqoon dhoksee Sanas taruun dhufne Salphaatti as lufnee Roorrifamuus argee Harka ormaattis hinkufne Falmachaati hardha ga'uuni Salphaa miti haaga dhaga'uunii Baga harra geessanii Guyyaan Guyyaa Arratatii Irra deebiyeen jedhaa eeyyee! Baga nagaan geessani Barri moofan darbee Addunyaa cinas teessanii Guyyaan Guyyaa Arraatati Eyyen Guyyaa arraatatii maal jedhe si ibsu? Jecha Kam filadhe Kam irraa hanqisu? Gurra sabakeeti Yoon jedhe sinibsuu Irribaan mo'amani Gaafa hunduu callisu Fardeenis himimsanis sibiillis kilichuu Kan gadde caraane Gammadanis ililchuu Gurri quban qabu miira jara lachuu Kanaafano jedhee gurriso sin ibsuu! Nii argita jedhee qaroo ijaas siin jedhuu? Ijis mudaa qabdii yeroo sillim jechuu Maaliin si madaalee tarree Kam si galchu? Jabinakee faarse laafinake Kam naalchu? Ilaamee jaranaa! Oromoonni Martii Inni karaa ba'aa Ijoollonni arsii Kanneen giddugalaa Dargaggoonni leeqaa Faayidaa miidiyaa Kan hubattan meeqaa? Oromoonni lixaa Qeellamiif gidaamii Yaadaan balaliiyi hundatti naa dhaamii Mandiif najjoo dhaqii Warra booranaas yaamii Oromiyaa Wal ga'ii hundarraa hin hafinii Shaggarittis kaadhuu Jimmaanis akkamiin dubbattani? Faayidaa miidiyaa akkamiin hubattani? Jedhiitii Naa gaaffuu anis sirra nafuu Arraata guddisna Ofiis bullee agabuu Miidiyaa qabeenyaa sirriitti haa hubannuu yaadaan duukkaa buune qarshiinis haa utubnu. Hundeeffama Arraata Biyyoolessa Oromiya waggaa 4ffaa isaa Haqaafan Fayyeeraa n Waxabajji 22,2024.
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
Birgeedin Ibiddaa barii obboroon isa jalqabe hanga ammatti diina bahaaf gala dhorkee tumaa jira. Milkeessi Waaqi
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
Waggaa 4ffaa Guyyaa Hundeeffama Araata Arraata Biyyoolessa Oromiyaa waxabajjii 22 kabajachuu fi itti fufiinsa Gumaacha Duula Irbuu Shinniggaa eegalamuuf sa'aa 2 qofaatu nuuf hafe qophaa'aa.
نمایش همه...
Repost from Dhiiroo Garbii
Photo unavailable
Repost from Dhiiroo Garbii
Photo unavailable
Amma guffuu Qabsoo hin taaneti Ishee Amala fungee qabdu akkumsati  qajelchine  waliin jiraana .. Kan farra qabsi chaa ta'ee moo Axoofnee baleesina jechaa  Dad dhaa kun jaabaa sammuun Daimend! Jaal Marroo tu jedhe
نمایش همه...
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Baha Wallaggaa ona Saasiggaatti tarkaanfii fudhateen tiksitoota impaayerattii du'aa fi madoon adabuu beeksise ONM-ABO Waxabajjii 22, 2024 Abdii fi gaaddisni Oromoo gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo goleewwan Oromiyaa adda addaatti Bobbaa Irbuu Shinniiggaan tarkaanfii fudhatu itti fufuun godina Baha Wallaggaa ona Saasiggaa ganda Geelaa Qarsaatti lukkeelee diinaa rasaasaan wawwaachisuun du'aa fi madoon adabeera. Tarkaanfii laalessaa Waxabajjii 22 ganamaan haxxee itti hidhuun ganda Geelaa Qarsaa jedhamutti lukkeelee diinaa irratti fudhateen 8 ajjeesuun 13 immoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira. Bobbaan Irbuu Shinniiggaa itti fufa! Injifannoon Uummata Oromoof !
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.