fa
Feedback
Waldaa Daandii Qulqullummaa

Waldaa Daandii Qulqullummaa

رفتن به کانال در Telegram

Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Waldaa Daandii Qulqullummaa

کانال Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) در بخش زبانی امهری بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 11 759 مشترک است و جایگاه 7 602 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 2 868 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 11 759 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 02 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 532 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -4 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0.31% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 0.54% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 36 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 63 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 3 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 03 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کرده‌اند.

11 759
مشترکین
-424 ساعت
+497 روز
+53230 روز
آرشیو پست ها
Jirààchu kotiif Nan gaafannee gatii Jirààchu ko har'aaf Beenyan dhiiga keeti Qilleensa argannuuf Osoo nu gaaffate gibiraa Silaa kan guyyaa tokko Eenyuu tu kaffala yaa firaa Onnee itti jiraannuu Osoo qabate kiraay kan gatiisa kaffalu Danda'uu jiraay Gurra ittiin dhageenyu Ija(qar'oo) ittiin arginuu Osoo qabate waatti Sila duwwa ta'a dacheenu Isa nu gaaffannee gatii Nuf baasee aarsaa guddaa Waaqni keenya arjaadha Galata qofa nurra barbaada Maaliif of_quusannaree Isa du'a nu olchee kanaaf Galata, oquuba galchiina Galatni oquuban isa haa ta'uuf

Kaantibaan Magaala Naannoo Kibba Itoophiyaa kan magaalaa walayitta soddoo Ayyaana Abbaa keenya Abbaa Takla hayimanoot irratti
Kaantibaan Magaala Naannoo Kibba Itoophiyaa kan magaalaa walayitta soddoo Ayyaana Abbaa keenya Abbaa Takla hayimanoot irratti Kabajamtuu Adde Itaagenyi kunoo haala kanaan kabaroo qasharaa Oolte.

Hayyuun Kitilaa fi Lubni Balaay Mokonnin hidhaa irraa hiikkamaniiru. 🙏 “Waaqayyo warra hidhaman ni hiika.” — Fara146:7 Baga
Hayyuun Kitilaa fi Lubni Balaay Mokonnin hidhaa irraa hiikkamaniiru. 🙏 “Waaqayyo warra hidhaman ni hiika.” — Fara146:7 Baga Waaqayyo nagaan gara mana isaaniitti isiin galche! 🙏⛪️

Walaloo Ayyaanaa Bara Haaraa Dabalatee, Kan Masqalaallee Kan Yeroo Ilaallatu Kan Ajajaan Isiniif Barraa'u Kamuu Of Keessaa Qabu Chaanaalii Kanaa Gadii Seenaa Ilaalaa Yoon Sobe Barbaannaan Itti Hin Makamiinaa Dhugaa Waaqaa👇 @Walaloo0

🤌 Nama namni tasa harkatti bade, Waaqayyoon kadhachuuf monokkosuuf yoo murteesse haa monokksu, warra isa barbaadufis dabarsanii hin kennin. #𝗗𝗵𝗼𝗿𝗸𝗮_𝗠𝗼𝗻𝗼𝗸𝘀𝗲𝗲_𝗜𝗿𝗿𝗮_𝗝𝗶𝗿𝘂 Namni tokko erga monokkosee booddee warra kaan irraa wanti adda isa taasisuu fi wanti irraa dhoorkamu hedduutu jira. 🤌Fedha ofiitiin kawaala(gadaamii) keessa ture bahee deemuu hin danda’u. 🤌Uffata phaaphaasi fi ulee phaaphaasii hin qabatu 🤌 Xu’aashi of gochuu hin danda’u. 🤌Bakka bahe ooluu yookan buluun dhoorkadha. 🤌 Mana dhugaatii fi isaa hin malletti hin argamu. 🤌 Qabeenya nama du’ee dhaale fudhatee kan ofii gochuu hin danda’u. 🤌 Qabeenya hin horatu. 🤌 Dubartoota fi warra gaa’ela qabuuf abba gaabbitin hin tajaajilu. 🤌Uffata gati jabeessa uffachu 🤌 Uffata addunya kamuu uffachuun hin eyyamamu. 🤌 Dhiirri dubartii, dubartiinis dhiira ollaa godhachuun hin eyyamamu. 🤌 Faaya bareedinaa kamuu godhachuun hin eyyamamu. ‎

#𝗦𝗲𝗲𝗿𝗿𝗮𝘁𝗮_𝗠𝗼𝗻𝗼𝗸𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮👇👇 #Seerrata MonoksummaaUlaagaa Monoksummaa 🤌Dirqama kamiinuu osoo hin ta’in fedhaan monokkosuu qaba 🤌Namni monoksee ta’uu jalqaba ragaa bakka dura jiraacha ture irraa dhiyeeffachuu qaba. 🤌Hunduma kan dhiisan ta’uu qabu, kan duubatti hin deebine ta’uu qabu – gara monoksummaatti namni dhufu hojii isaa hunduma dursee waadaa gale raawwachuudhaaf kan hin raafamne, murtee cimaa qabaachuu qaba, gara duubattis hin deebi’in.Haqa Afuuraa 10 🤌 Monoksee ta’uudhaaf barreeffamaan erga dhiyeeffatee booddee fi erga gaaffin isaa qoratamee booddee kaadhimummaadhaan waggaa 3 hanga 7f kan jiraatu ta’a. 🤌 Sababa gahaa yoo ta’een alatti umuriin nama monokkosuu waggaa 35 ol ta’uu qaba. 🤌 hadha warraa yookaan haadha fi abbaa gargaaru qabu osoo jiran isaan gatee namni monoksee akka hin taane ni dhoorkama 🤌 Rakkatee waan barri itti cimeef gara kawaalaa kan dhufe akka hin monokkosne. 🤌 Nama of hin dandeenye kan ajaja maatii jala jiru monoksummaa kennuunis dhoorkadha 🤌 Nama namni tasa harkatti bade, Waaqayyoon kadhachuuf monokkosuuf yoo murteesse haa monokksu, warra isa barbaadufis dabarsanii hin kennin. #𝗗𝗵𝗼𝗿𝗸𝗮_𝗠𝗼𝗻𝗼𝗸𝘀𝗲𝗲_𝗜𝗿𝗿𝗮_𝗝𝗶𝗿𝘂 Namni tokko erga monokkosee booddee warra kaan irraa wanti adda isa taasisuu fi wanti irraa dhoorkamu hedduutu jira. 🤌Fedha ofiitiin kawaala(gadaamii) keessa ture bahee deemuu hin danda’u. 🤌Uffata phaaphaasi fi ulee phaaphaasii hin qabatu 🤌 Xu’aashi of gochuu hin danda’u. 🤌Bakka bahe ooluu yookan buluun dhoorkadha. 🤌 Mana dhugaatii fi isaa hin malletti hin argamu. 🤌 Qabeenya nama du’ee dhaale fudhatee kan ofii gochuu hin danda’u. 🤌 Qabeenya hin horatu. 🤌 Dubartoota fi warra gaa’ela qabuuf abba gaabbitin hin tajaajilu. 🤌Uffata gati jabeessa uffachuun dhoorkadha. 🤌 Uffata addunya kamuu uffachuun hin eyyamamu. 🤌 Dhiirri dubartii, dubartiinis dhiira ollaa godhachuun hin eyyamamu. 🤌 Faaya bareedinaa kamuu godhachuun hin eyyamamu.

#𝗦𝗲𝗲𝗿𝗿𝗮𝘁𝗮_𝗠𝗼𝗻𝗼𝗸𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮👇👇 #Seerrata MonoksummaaUlaagaa Monoksummaa 🤌Dirqama kamiinuu osoo hin ta’in fedha
#𝗦𝗲𝗲𝗿𝗿𝗮𝘁𝗮_𝗠𝗼𝗻𝗼𝗸𝘀𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮👇👇 #Seerrata MonoksummaaUlaagaa Monoksummaa 🤌Dirqama kamiinuu osoo hin ta’in fedhaan monokkosuu qaba 🤌Namni monoksee ta’uu jalqaba ragaa bakka dura jiraacha ture irraa dhiyeeffachuu qaba. 🤌Hunduma kan dhiisan ta’uu qabu, kan duubatti hin deebine ta’uu qabu – gara monoksummaatti namni dhufu hojii isaa hunduma dursee waadaa gale raawwachuudhaaf kan hin raafamne, murtee cimaa qabaachuu qaba, gara duubattis hin deebi’in.Haqa Afuuraa 10 🤌 Monoksee ta’uudhaaf barreeffamaan erga dhiyeeffatee booddee fi erga gaaffin isaa qoratamee booddee kaadhimummaadhaan waggaa 3 hanga 7f kan jiraatu ta’a. 🤌 Sababa gahaa yoo ta’een alatti umuriin nama monokkosuu waggaa 35 ol ta’uu qaba. 🤌Ijoollee, hadha warraa yookaan haadha fi abbaa gargaaru qabu osoo jiran isaan gatee namni monoksee akka hin taane ni dhoorkama 🤌 Rakkatee waan barri itti cimeef gara kawaalaa kan dhufe akka hin monokkosne. 🤌 Nama of hin dandeenye kan ajaja maatii jala jiru monoksummaa kennuunis dhoorkadha

Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more

መነባንብ ፨፨፨፨፨፨፨፨ ክፍል ፩ @MENFESAWItsufoche 🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔🔔 አለሁ አለሁ ለእናቴ ለብርታት ጉልበት ፅናቴ አለሁ!አለሁ ለርስቴ ሀገሬ ከላይ ነው አባቴ እግዚአብሔር ነው ዘራፋ! 🔔በቀራኒዮ የተሠቀለው የምስጢር ደሙ እጄን ቢነካው ከመኝታዬ ከእንቅልፌ ነቃሁ ዘራፋ!2 🔔አትደፈርም ፅኑ ሃይማኖቴ አትሠደብም ድንግል እናቴ ይቀዳ ደሜ ይርገፍ አጥንቴ መቃብር ልግባ ይቀላ አንገቴ ልሠደድ ልውጣ ይቅርብኝ ቤቴ ይቅርብኝ እምቢ ሀብት ንብረቴ አትደፈርም ፅኑ ሃይማኖቴ። ዘራፍ!2🔔አይበጠስም ቃል ማህተቤ አይበረዝም የእምነት ክታቤ አትናወጥም ታንኳ መርከቤ አትለወጥም እውቀት ጥበቤ አትታደስም ታሪክ እንቅቤ ከምትቃጠል እኔ ጠግቤ ሁሉም ይቅርብኝ ልሙት ተርቤ። ዘራፍ!2🔔 የጀግኖቹ ዘር ጀግና የተባለች የጳውሎስ ወኔ በፅኑ የጠራኝ የዲዮስቆሮስ የፀጋው ልጅ ነኝ ማንም አይነካሽ ፊትሽ አይቆዝም አትዘኚብኝ። ይቀጥላል.... ➴💝➴💝➴💝➴💝➴💝➴

Ayyaana Abbaa keenya Abbaa Takla_hayimanoot Gaara Abbaa libaanos _tti haala hoo'aan hiriyoota ko fi Abbootan waliin dabarsine
+7
Ayyaana Abbaa keenya Abbaa Takla_hayimanoot Gaara Abbaa libaanos _tti haala hoo'aan hiriyoota ko fi Abbootan waliin dabarsineera👏 Magaalaa Asallaa irraa imaala Afuura konkolaata(bus) 21 dhufuun kutaa biyyatti keessa isa angafa. Akkasumas ✓ Tigraay ✓Sawura maariyaam ✓Gisheen Dabra kerbe ✓Biyyaa lallaba shawa lixaa irraa bakkoota hedduu ✓Magaalaa Dambidolloo ✓Magaalaa Naqamtee fi Gimbii..... Argamaniruu ✍️ Warrii vedio isa barbaadan comment ✍️ ni barbaanna jechuun barreessa

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Isin Ortodoksi dha❓

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇