fa
Feedback
GMS (Golden Media Service)

GMS (Golden Media Service)

رفتن به کانال در Telegram

GMS is a private media which focused on Entertainment, News, Documentary and advertising products and Services. Our media is broadcasting in three languages. #Subscribe You Tube channel ! 👇👇👇👇 https://youtube.com/@GoldenMedia928?si=1Q8KBDbkAb2IDyz6

نمایش بیشتر
263
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-17 روز
-430 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
سپتامبر '24
سپتامبر '24
+4
در 0 کانال‌ها
اوت '24
+4
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+53
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '240
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '240
در 2 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '240
در 1 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+215
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
17 سپتامبر0
16 سپتامبر0
15 سپتامبر0
14 سپتامبر+1
13 سپتامبر+1
12 سپتامبر0
11 سپتامبر+1
10 سپتامبر0
09 سپتامبر+1
08 سپتامبر0
07 سپتامبر0
06 سپتامبر0
05 سپتامبر0
04 سپتامبر0
03 سپتامبر0
02 سپتامبر0
01 سپتامبر0
پست‌های کانال
Gadhiifameera 👉👉👉 Yooyyaa harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaa, turtii Milkuu waliin g
Gadhiifameera 👉👉👉 Yooyyaa harka fuune kabajamtoota hordoftoota keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaa, turtii Milkuu waliin goone kutaa 1ffaa isaa jabaa isiniin jennee jirra. Geessituu(Link) kanaa gadiin seenuun daawwachuun yaadaafi qeeqa keessan akka nuuf qooddan yoo isin affeerru gammachuu olaanaa waliin. https://youtu.be/aJL0fATRlg0?si=0aGPIt405NQtNOTy #Subscribe our YouTube channel! Galatoomaa

2
Sababa sigigachuu lafaan, lammilee naannoo kibbaa, Godina Goofaatti, lubbuu dhabaniif waaqayyo yaa araaramu. #GMS maatii fi f
Sababa sigigachuu lafaan, lammilee naannoo kibbaa, Godina Goofaatti, lubbuu dhabaniif waaqayyo yaa araaramu. #GMS maatii fi firoottan, namoota boqataniif, jajjabina hawwa. Baay'ee nama gaddisisa😭
52
3
Kabajamtoota Hordoftoota Miidiyaa Keenyaa. Sagantaan #Gosa_Talk_Show kutaa 2ffaan kan Aab Jaarsoo waliin turtii taasifne amma gadhiifameera daawwadhaa. 👉link👉 https://youtu.be/tDxyZRWWL-w?si=Xe05ta7r_oRRbmyX Miidiyaa Dhaloota Haaraa #GMS #Subscribe now
1 589
4
Gosa Barnootaa Fudhate Hundaa A+ Barataa Fide, #Martinuu_Toleeraa ####################### Adoollessa 2, 2016 (GMS) Barataan Y+1
Gosa Barnootaa Fudhate Hundaa A+ Barataa Fide, #Martinuu_Toleeraa ####################### Adoollessa 2, 2016 (GMS) Barataan Yuunivarsiitii Amboo Muummee "Accounting and Finance" #Martinuu_Toleeraa gosa barnootaa barate hundaayyuu A+ fiduun xumuree jira. Maddeen keenya akka ibsanitti barataan Martinuu Toleeraa gosa barnootaa 52 barate hunda isaayyuu A+ fiduun qabxii olaanaa 4:00 (CGPA) fiduun Amboo Yuunivarsiitii irraa eebbifamee jira. Barataa Martinuu Toleeraan gootummaa dirree barnootaa irratti agarsiifteef, Miidiyaan keenya (GMS) baga gammadde jechuu barbaada. Madda :- TIKVA University Miidiyaa Dhaloota Haaraa #GMS Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
224
5
Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa Barattoota Eebbisise ######################### Waxabajjii 25,2016(GMS), Yuunivarsiitiin Dirree+4
Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa Barattoota Eebbisise ######################### Waxabajjii 25,2016(GMS), Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa barattoota ogummaa garagaraatin barsiisaa ture eebbisisee jira. Yuunivarsiitichatti qabxii olaanaan bara kanaa 4:00 ta'uu isaa maddeen keenya ibsan. Qabxiin kun kan galmaa'ee barataa muummee Istaatiskii(statistics ) kan ta'e, barataa Gaaddisaa Camadaa ti. Yuunivarsiitiin Dirree Dhawaa,waggoottan 17'n darbaniif, barattoota ogummaa garagaraatin barsiisee eebbisisuun isaa ni yaadatama. #GMS, Miidiyaa Dhaloota Haaraa! Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
134
6
Gadhiifameera Out Now #Gosa_Talk_Show Sagantaa baay'ee Ajaa'ibaa kana itti dhiyaadhaa kutaa 1ffaa turtii Abbaa Gadaa Jaarsoo waliin goone👉👉👉 YouTube link👉👉 https://youtu.be/HokH4TE-nsU?si=M2sGBlI-6w32w7bf
268
7
Gadhiifameera Out Now YouTube Channel keenya #Subscribe taasisuun Sagantaa keenya hordofaa. Yaadaaf, qeeqa qabdan Saanduqa yaadaa(comment) nuuf barreessaa! Waan nu hordoftaniif, galatoomaa 👉link👉 YouTube https://youtu.be/Sd7So8WkDkU?si=wfGwupXKFKRD2YT4 👉Telegram👉https://t.me/gms0011
2 813
8
Daawwattottaa fi Hordoftoota #Gosa_Talk_Show Sagantaa keenya torbee kanaatiin Dargaggeessa Cimaa fi waan danuu irraa barattan
Daawwattottaa fi Hordoftoota #Gosa_Talk_Show Sagantaa keenya torbee kanaatiin Dargaggeessa Cimaa fi waan danuu irraa barattan qabannee dhufaa jirra. Sagantaan keenyas sa'atii 2:30 booda toora You Tube Channel keenyaa #Golden_Media_Service irratti argattu. YouTube channel keenya 'Subscribe' nuuf taasisaa. Link👉https://youtu.be/CwgCGRbZIPQ?si=vAXZ18k-qvTNewJg Waan nu hordoftaniif, galatoomaa! #GMS, Miidiyaa keessan! #Gosa_Talk_Show
157
9
#Daawwadhaa #WatchNow Tapha Xumuraa "GC Cup" irratti maaltu uumame? #Subscribe our YouTube Seenaa daawwadhaa Sagantaa addaa L
#Daawwadhaa #WatchNow Tapha Xumuraa "GC Cup" irratti maaltu uumame? #Subscribe our YouTube Seenaa daawwadhaa Sagantaa addaa Link👉 https://youtu.be/CwgCGRbZIPQ?si=vAXZ18k-qvTNewJg Join our Telgram 👉 https://t.me/gms0011 GMS, Miidiyaa keessan! #Golden_Media_Service!
440
10
#Watch Now #Out Now Dire Dawa University GC Cup 2016 Final Game! #Subscribe our You Tube channel for more videos! Watch by li
#Watch Now #Out Now Dire Dawa University GC Cup 2016 Final Game! #Subscribe our You Tube channel for more videos! Watch by link 👉👉👉 YouTube https://youtu.be/u0TbO454BMA?si=j3irq2FgzhCyI9ce Join Our Telegarm Channel 👉link👉https://t.me/gms0011 #Golden_Media_Service!
373
11
Watch Now Out now #Subscribe our YouTube Channel for more videos! Color Day in Dire Dawa University. Watch by link 👉YouTube
Watch Now Out now #Subscribe our YouTube Channel for more videos! Color Day in Dire Dawa University. Watch by link 👉YouTube Channel 👉https://youtu.be/EUwrEV3wi48?si=-anXnBypuBLdA9GV Join Our Telegram Channel Link👉 https://t.me/gms0011
251
12
Upcoming video! Dire Dawa University Color Day GC_2016
Upcoming video! Dire Dawa University Color Day GC_2016
247
13
Gadhiifameera amma daawwadhaa Watch Now Subscribe our YouTube Channel https://youtu.be/05-NHK0IRoI?si=mluWIjMBsMnQob-1
433
14
Daawwattottaa fi Hordoftoota keenya Sagantaa keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaan kutaa 2ffaa torbee darbee turtii taphataa k
Daawwattottaa fi Hordoftoota keenya Sagantaa keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaan kutaa 2ffaa torbee darbee turtii taphataa kilaba kubbaa miilaa Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa duraanii Abbaayyoo Eeliyaas waliin goone sa'atii muraasa booda kan isin biraan geenyu ta'a. YouTube Channel keenya "Subscribe" godhaa. Waan nu hordoftaniif, galatoomaa!
334
15
ልዩ ዝግጅት Watch Now #Subscribe our You Tube Channel for more videos! YouTube Channel link👉👉👉 https://youtu.be/bcIPX055SSc?si=Md31MOmOFXOSRjtI Telegram Channel link 👉👉👉https://t.me/gms0011
1 737
16
Daawwadhaa! Watch Now! #Subscribe our You Tube Channel for more videos! YouTube Channel Link👉👉👉 https://youtu.be/UU29I-60Mdw?si=uaJZrza-8IRnPRM8 Telegram channel link👉 https://t.me/gms0011
1 669
17
የድሬዳዋ ዩኒቨርስቲ "GC Cup" አስመልከቶ ልዩ ዝግጅት #ከOkkotee_Studio ጋር ዛሬ ማታ በGMS YouTube channel. #Golden_Media_Service!
የድሬዳዋ ዩኒቨርስቲ "GC Cup" አስመልከቶ ልዩ ዝግጅት #ከOkkotee_Studio ጋር ዛሬ ማታ በGMS YouTube channel. #Golden_Media_Service!
217
18
Qophii Addaa! Yuunivarsiitii Dirree Dhawaatti torbanoota afran darbaniif taphni kubbaa miilaa "GC Cup" gaggeeffamaa ture, gar
Qophii Addaa! Yuunivarsiitii Dirree Dhawaatti torbanoota afran darbaniif taphni kubbaa miilaa "GC Cup" gaggeeffamaa ture, gara xumuraatti dhufaa jira. Miidiyaan keenyas, #Okkotee_Studio waliin ta'uun qophii addaa qabatee dhufaa jira. Sagantaan kun har'a galgala gama "you tube channel" keenyaan waan darbuuf, akka daawwattan affeerramtanii jirtu. Waan nu hordoftaniif, galatoomaa! #GMS, Miidiyaa keessan!
360
19
Gadhiifameera! Amma Daawwadhaa! Waan nu hordoftaniif, galatoomaa 🙏 https://youtu.be/DuDLmXxvQko?si=gl6kxz3srxOr9Hoz
404
20
Yooyyaa Harka Fuune, akkam jirtu? Sagantaa keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaan taphataa kilaba Bulchiinsa Magaalaa Bulee Hor
Yooyyaa Harka Fuune, akkam jirtu? Sagantaa keenya #Gosa_Talk_Show torbee kanaan taphataa kilaba Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaa duraanii #Abbayyoo_Eeliyaas waliin turtii bareedaa goone. Kanaaf, kabajamtoota daawwattottaa fi hordoftoota sagantaa keenyaa akkuma baratame galgala kan isin biraan geenyu ta'a. Kutaa 1ffaa isaa 'YouTube channel' keenya 'Subscribe' gochaa nu eegaa! Waan nu hordoftaniif, galatoomaa! Saba guddaaf, waan guddaa! #GMS, Miidiyaa keessan!
394