cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa

Traditional medicine

نمایش بیشتر
فنلندة1 843زبان مشخص نشده استپزشکی6 992
پست‌های تبلیغاتی
2 811
مشترکین
+2224 ساعت
+597 روز
+35230 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Media files
5292Loading...
02
Falfala Qunnamtii Saalaa Dhooggu /الربط ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯­¯¯ Tolchi/falfalli kun kan dalagamuuf jaarsaaf jaartin qunnamtii saalaa irratti dadhabaa akka ta'anii sababa kanaan bultiin isaanii akka jeeqamuuf kan hojjatamuudha. Jeequmsi kun ammoo , bultii keessatti hanni(fraud) akka seenuufi dhala dhabuun akka mudatuufi dhuma irratti bultiin isaanii akka diigamuuf karra bana. Falfalli kun dhiirota irratti haala 2 qaba: 1.Ad-du'f al-jinsii (sexual weakness): Namichi gosa Sihiri kanaan miidhame haadha warraa isaa waliin walqunnamtii saalaa raawwachuu irratti sochii fi humni dadhabbii itti dhagahama. Qaamni saalaa isaa yeeroo haadha manaa isaa irraa fagaatu si'aa'ina qaba. Ni dhaabbata. Garuu akkuma gara haadha manaatti dhiyaatuun qaamni saalaa isaa xiqqaachaa, fedhiin walqunnamtii saalaa raawwachuu badaa deema. Dhiirri falfala kanaan miidhame kun qaamni saalaa isaa yeeroo qunnamtii saalaa ka’uu waan hin dandeenyeef haadha manaa isaa wajjiin qunnamtii saalaa raawwachuu hin danda'u jechuudha. 2. Ar-ribaax (penile erection failure): Gosa falfala kanaa keessatti dhiirri walqunnamtii saalaa raawwatuu kan danda'u yeroo dheeraa booda ykn walqunnamtiin saalaa yeroo gabaabaa qofaaf raawwatee dadhaba(premature ejaculation). Marraa gabaabduu sana booda qaamni saalaa deebi'ee hin ka'u. Yoo dhaabates jabini isaa ni dhaabama. Haalli kun dhiirota irratti qofa usuu hin taane dubartii irrattis kan argamu yoo ta'u, Ar-rabt (frigidity) qorruu qaama saalaa jechuudha. Dubartoota irratti gosootni falfala haala 4 qaba: 1: Ribaax al-maani'i(gufuu saal-qunnamtii): Dubartiin tokko miila ishee cimsitee walitti hidhuu fi qaamni saalaa isaa gara qaama saalaa ishee akka hin seenne danquun abbaan manaa ishee waliin walqunnamtii saalaa akka hin raawwanne yeroo dhorkitedha. Haalli kun ishiin ta'e jettee itti yaaddee usuu hin taane ofumaan to'annaa isheetiin ala jinnootaan kan mudatuudha. Rakkoo kana garuu dhiironni hubatuu dhiisuu malu. Fedha dubartii saniin ala yeeroo jaarsi ishii itti makamuuf jedhu lukti ishii wolitti maxxanee addaan bahuu dida taanaan falfala kanaan qabamuu agarsiisa. 2: Ribaax at-taballud (miira walqunnamtii saalaa dhabuu): ```````````````````` Yeroo walqunnamtii saalaa abbaa warraa ishee waliin raawwattutti Jinniin falfalaan ergame sammuu dubartii eddoo miira qunnamtii too'atu keessa qubatee miira saalqunnamtii ishee akka dhabdu taasisa. Kanarraa kan kaʼes, gammachuun saalqunnamtii akka hin arganne, abbaa manaasheetiifis deebii gammachiisaa akka hin kennine godha. Abbaan manaa ishee waan barbaade ishee waliin yoo hojjetellee fedhiin ishee ni laamsha'a. Dabalataan ujummoon dhangala’aa qaama saalaa uumamaan saal-qunnamtii si'eessan hin maddisiisan. Rigatni gogaan waan uumamuuf miirri dhukkubbi isaan lamaanittuu ni dhagayama. Yeero kana gochi qunnamtii saalaa galma gahuu hin danda’u. Kana irra ka'uun isaan lamaanuu saal-qunnamtii gochuu ni jibbu. 3: Rabax An-nazif (yeeroo sal-qunnamtii dhiiguu): Haalli sihirii kanaa yeroo saalqunnamtii qofa irratti kan daangeffamedha. Gosa falfala kanaa keessatti jinniin ramadame dubartii xiyyeeffannoo argatteetti dhiigni akka dhufu taasisa. yeroo walqunnamtii saalaa abbaa warraa ishee wajjin, akka hin raawwanne dhiigumaan dhorka. Yeeroo biraa dhiigni tokkollee hin argamu. Haala dhiiguu sanaan wojji kan qunnamtii godhan yoo ta'e miira gubuu fi foolii badaa fiduu jalqaba. Dhukkubbii uuma. Kana irraa ka'uun lameenuu fedhii dhabu. 4: Rabxu Al-Insidad(Qaama saalaa Cufuu): ``````` Gosti falfala kanaa yeeroo qunnamtii saalaa qaamni dubartii waan akka foonii fakkaatuun cufama. Qaamni dhiiraa qaama dubartii akka seenuuf jabeessee yoo yaalu cufaan sunis ni jabaata. Yeeroo qunnamtiin alaa waan tokko hin mudhatu, akkuma dubartii kamuu banaadha. Garuu yeeroo Qunnamtii ni cufama. Rabbiin Alaaf Mana Keenya Shira Falfaltoota Irraa Nuhaa Tiksu Mana Qoricha Aadaa Hikmaa #followformore Odeeffannoo dabalataaf #WhatsAppNo 092 879 5750 #telegramchannel
5044Loading...
03
Media files
5330Loading...
04
Faayidaa Doobbii/nettle/القراص/ሳማ `````````````````````````````````````````````` Biqiloota naannoo keennatti argaman kanneen faayidaa qorichoomaafi nyaataafillee oolan, garuu nuti gatii womaatuu hin kennineef hedduti jira. Biqilli doobbii bara duriitii kaasee yaala aadaa keessatti ummata tajaajilaa kan ture yoo ta'u, yeeroo ammaa kanattis qabiyyeen isaa qorichummaa guddaa akka qabu qorannoo saayinsaawaatiin mirkanayee jira. Bifa adda addaatiin qophaayes tarree qorichoota gurguddoo keesssattis argama. Akka worroonni qorannoo saayinsaawaa biqila kana irratti geggeessan ibsanitti qabiyyee Vitamin A, C, K fi vitamiin B complex, Albuuda calcium, iron, magnesium, phosphorus, potassium fi sodium, Amino acid barbaachisoo hunduma, fatty acid waan ofkeessaa qabduuf akka farra oksedentiitti(antioxidant) ni tajaajilti. 1 dhiibbaa dhiigaa too'achuuf 2 Hamma sukkaara qaama keenna keessaa gadi buusuuf 3 Cidhaan(qaama saalaa dhiiraa gara gadii) iitayu sirreessuuf. 4 Xannachoota qaama keennaa too'atuuf 5 Dhiiga nama irraa jigu xiqqeessuuf, keessumattuu yeeroo baqaqanii hodhuu dhiiga jigu too'achuuf. 6 Fayyaa tiruu keenyaaf keessumattuu summaayuu tiruu too'atti. 7 Farra oksedentiitti(antioxidant) ni tajaajilti. 8. Miira dhukkubbii ykn Xooxoo qaamaa ni dandamachiisti. Hub: Doobbii dheedhii nyaachuunis ta'ee qaqqabuun rakkoo waan fiduuf ofeeggannoo barbaachisa. Dursee goggogfamuu ykn sukkuumamuu fadha. Akkamitti fayyadama isaa akkaataa gosa dhukkubaataan adda adda ta'us, akka wolii galaatti 1. Baala irraa dhugaatii bifa shaayiitiin qopherfachuu. Kunis jalqaba baalli erga goggogfamee boodadha. 2. Baala, jirmaafi hidda irraa hamma wa-qixa fuudhani goggogsuu. Erga gogee booda daakuu/tumanii bulleessuu. Bullaayaa isaa maankaa shoorbaa tokko tokko hunduma irra fuudhanii damma 1kg tti makuu. Maankaa tokko tokko nyaachuu. Keessumattuu dhukkuba narvii worrooni qabdan bifa kanaan fayyadamaa. 3. Baala isaa bifa ittoo(shiroo)tti qopheessanii nyaata keessatti fayyadamuu. 4. Hidda isaa irraa zayita dibata qopheeffachu. Keessumattuu namoonni dhukkubbii lafeefi caphsata lafee irratti qabdan fi dhukkuba Riihii qabdan. Zayita isii fayyadamaa. Hubachiisa: Doobbiin gosa lama qabdi. T 1. Doobbii gurguddoo dhedheeroo baallii isaa babadhaati. Dhiirinnibishee dhaabbii namaatii oli ni ta'a. Haada ykn funyoo hojjachuuf nama gargaara. Diibbiin amma dubbanne ishii kanaa miti. 2. Doobbii gaggabaaboo baalli isheetis babaldhaa miti. Dheerinni ishii mudhii namaati gadi. Bakka tokko tokkotti akka ittootti nyaataaf oolti. Tan amma qorichummaabishii irraa dubbannes ishii kana. Odeeffannoo dabalataaf WahatsApp 0928795750 Mana Qoricha Aadaa Hikmaa #follo_share_like_godhaa #telegramchannel
5403Loading...
05
Media files
6100Loading...
06
▰ Guyyaa ayyaanaa nyaata baayyisanii nyaachuun ykn nyaata gosa gara garaa wolirratti nyaachuun sirna bullaa'insa nyaataa keenyaa jeequudhaan rakkoo fayyaa tokko tokkoof nama saaxiluu danda'a. Isaan keessaa muraasni :- 🔹Dhukkubbii garaa/bokokuu,ciniinuu ykn muruu. 🔹Gubaa laphee/singiggoo 🔹Hirriba nama dhoorkuu 🔹Dhukkubbii mataa 🔹Dhiphachuu ykn Miirri badaan namatti dhagahamuu 🔹Haqqisiisuu 🔹Deefuu balleessuu #Maal_gochuu_qabna? ◦ Nyaata tokko irraan nyaata isa biraa soorachuu dhiisaa. ◦Erga nyaata nyaatanii booda xiqqoo lukaan deddeemaa ◦Bishaan gahaa dhuguu. ◦Alkoolii dhuguu dhiisuu. ◦Aannan fi bu'aalee aannanii xiqqeessuu ◦Nyaata coomaa fi zayitni itti baay'ate xiqqeessuu. ◦Buna baay'isanii dhuguu dhiisuu. ◦ Namoonni michii nyaataa/alaarjika soorataa(food allergies) qabdan, soorata michii isinitti ta'u irraa baqadhaa. ◦Yeeroo soorattanii kaatan daftanii adutti bahuu, kolfa baayyisuu, sochii cimaa waan akka fiiguu faa irraa of eeggadhaa. ◦Nyaata hammi faayiberii isaanii olka'aa ta'e nyaachuu. Kunis, nyaata akka kuduraafi muduraa, biddeen, daabboo, Shiroo fa'a. ◦Nyata dheedhii fi bilchaataa wolitti maktanii hin nyaatinaa! ◦Nyaata duraan yeeroo heddu hin nyaanne nyaachuu irraa of qusachuu. ◦Nyaata doktoroonni kanaan dura sababa dhukkubaatiif akka lagattan isinitti himan, guyyaa kana qofa, guyyaa gammachuuti jettanii hin nyaatinaa! ◦ Mana namaa yaamamtanii yeeroo deemtan, namni natti mufata/nakomata jettanii nyaata keessi keessan hin feene hin sooratinaa. ◦Daa'imman keessan too'annaa godhaafii. Daa'imman waan argan afaanittiin deemu waan ta'eef ofii keessanii nyaachisaa malee isaan hin dagatinaa. ◦Nyaata booda bulbula zinjibilaa dhuguu ykn itti alanshuun baay'ee gargaara. Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa AYYAANA GAARII!! GALATOOMAA!! Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa #Oromia #Ethiopia #follow #WhatsAppNo +25928795750
5811Loading...
07
Media files
6310Loading...
08
Nyaata Adda Addaa Soorattanii Garaan Yoo Isin Jeeqame Maal Gochuu Qabdu? `````````````````````````````````````````````````` Akka aadaa ta'ee namoonni guyyaa ayyaanaa mana mana walii irra adeemaa nyaata adda addaa sooratu waan ta'eef, garaachi keenya ni jeeqama. Nyaanni mana manaa nyaatamu dhukkuboota akka gara kaasaa, haqqisiisuu, bokoksuu, garaacha gubuu, taayifooyidii, dhukkubbii mataa, hafuura kutuufi kkf namatti fiduu danda'a Rakkoo Kana Hambisuuf: 1. Janjabiila akka shaayitti danfisaa dhugaa. 2. Kammuuna akka shaayiitti danfisaa dhugaa. 3. Haltiitii daakkamaa maankaa xiqqoo wodhakkaa bishaan hoo'aa burcuqqoo tokkotti kuradhaa dhugaa. 4. Shuunfaa ykn shifuu daakaa, sooqidda xinnoo itti makaa, qullubbii adiis kaachisaa takka itti makaa alanfadhaa ykn nyaataan wajji liqimsaa. 5. Shaayii qarafaa irraa danfifadhaa dhugaa. Hubachiisa: mala tokko ol yeeroo tokkotti hin fayyadaminaa! Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa #Follow_Share_Like https://t.me/hikmaherbal #WhatsAppNo 092 879 5750 #Shaashamannee #Oromia #Adaamaa #Ethiopia #telegramchannel
6130Loading...
09
Media files
7140Loading...
10
Eid Mubarak ኢድ ሙባረክ Hordoftoota amantaa Muslimaa hundaan baga Rabbiin tola isaatiin ayyaana Iida Al-Adahaa/Arafaan isin gahe. Warra Baranaa Kan Bara Hegeree ! May, Allah shower countless blessing upon, you and your family. تَقَبَّلَ اللهُ مِنَّا وَمِنْكُمْ Eid Mubarak
7000Loading...
11
Media files
7110Loading...
12
#telegramchannel
5950Loading...
Falfala Qunnamtii Saalaa Dhooggu /الربط ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯­¯¯ Tolchi/falfalli kun kan dalagamuuf jaarsaaf jaartin qunnamtii saalaa irratti dadhabaa akka ta'anii sababa kanaan bultiin isaanii akka jeeqamuuf kan hojjatamuudha. Jeequmsi kun ammoo , bultii keessatti hanni(fraud) akka seenuufi dhala dhabuun akka mudatuufi dhuma irratti bultiin isaanii akka diigamuuf karra bana. Falfalli kun dhiirota irratti haala 2 qaba: 1.Ad-du'f al-jinsii (sexual weakness): Namichi gosa Sihiri kanaan miidhame haadha warraa isaa waliin walqunnamtii saalaa raawwachuu irratti sochii fi humni dadhabbii itti dhagahama. Qaamni saalaa isaa yeeroo haadha manaa isaa irraa fagaatu si'aa'ina qaba. Ni dhaabbata. Garuu akkuma gara haadha manaatti dhiyaatuun qaamni saalaa isaa xiqqaachaa, fedhiin walqunnamtii saalaa raawwachuu badaa deema. Dhiirri falfala kanaan miidhame kun qaamni saalaa isaa yeeroo qunnamtii saalaa ka’uu waan hin dandeenyeef haadha manaa isaa wajjiin qunnamtii saalaa raawwachuu hin danda'u jechuudha. 2. Ar-ribaax (penile erection failure): Gosa falfala kanaa keessatti dhiirri walqunnamtii saalaa raawwatuu kan danda'u yeroo dheeraa booda ykn walqunnamtiin saalaa yeroo gabaabaa qofaaf raawwatee dadhaba(premature ejaculation). Marraa gabaabduu sana booda qaamni saalaa deebi'ee hin ka'u. Yoo dhaabates jabini isaa ni dhaabama. Haalli kun dhiirota irratti qofa usuu hin taane dubartii irrattis kan argamu yoo ta'u, Ar-rabt (frigidity) qorruu qaama saalaa jechuudha. Dubartoota irratti gosootni falfala haala 4 qaba: 1: Ribaax al-maani'i(gufuu saal-qunnamtii):
Dubartiin tokko miila ishee cimsitee walitti hidhuu fi qaamni saalaa isaa gara qaama saalaa ishee akka hin seenne danquun abbaan manaa ishee waliin walqunnamtii saalaa akka hin raawwanne yeroo dhorkitedha. 

Haalli kun ishiin ta'e jettee itti yaaddee usuu hin taane ofumaan to'annaa isheetiin ala jinnootaan kan mudatuudha. Rakkoo kana garuu dhiironni hubatuu dhiisuu malu. Fedha dubartii saniin ala yeeroo jaarsi ishii itti makamuuf jedhu lukti ishii wolitti maxxanee addaan bahuu  dida taanaan falfala kanaan qabamuu agarsiisa.

2: Ribaax at-taballud (miira walqunnamtii saalaa dhabuu): 
````````````````````
Yeroo walqunnamtii saalaa abbaa warraa ishee waliin raawwattutti Jinniin falfalaan ergame sammuu dubartii eddoo miira qunnamtii too'atu keessa qubatee miira saalqunnamtii ishee akka dhabdu taasisa. Kanarraa kan kaʼes, gammachuun saalqunnamtii akka hin arganne, abbaa manaasheetiifis deebii gammachiisaa akka hin kennine godha. Abbaan manaa ishee waan barbaade ishee waliin yoo hojjetellee fedhiin ishee ni laamsha'a. Dabalataan ujummoon dhangala’aa qaama saalaa uumamaan saal-qunnamtii si'eessan hin maddisiisan. Rigatni gogaan waan uumamuuf miirri dhukkubbi isaan lamaanittuu ni dhagayama. Yeero kana gochi qunnamtii saalaa galma gahuu hin danda’u. Kana irra ka'uun isaan lamaanuu saal-qunnamtii gochuu ni jibbu. 3: Rabax An-nazif (yeeroo sal-qunnamtii dhiiguu):
Haalli sihirii kanaa yeroo saalqunnamtii qofa irratti kan daangeffamedha. Gosa falfala kanaa keessatti jinniin ramadame
dubartii xiyyeeffannoo argatteetti  dhiigni akka dhufu taasisa.  yeroo walqunnamtii saalaa abbaa warraa ishee wajjin, akka hin raawwanne dhiigumaan dhorka. Yeeroo biraa dhiigni tokkollee hin argamu.  Haala dhiiguu sanaan wojji kan qunnamtii godhan yoo ta'e miira gubuu fi foolii badaa fiduu jalqaba. Dhukkubbii uuma. Kana irraa ka'uun lameenuu fedhii dhabu.

4: Rabxu Al-Insidad(Qaama saalaa Cufuu):
```````
Gosti falfala kanaa yeeroo qunnamtii saalaa qaamni dubartii waan akka foonii fakkaatuun cufama. Qaamni dhiiraa qaama dubartii akka seenuuf jabeessee yoo yaalu cufaan sunis ni jabaata. Yeeroo qunnamtiin alaa waan tokko hin mudhatu, akkuma dubartii kamuu banaadha. Garuu yeeroo Qunnamtii ni cufama. Rabbiin Alaaf Mana Keenya Shira Falfaltoota Irraa Nuhaa Tiksu Mana Qoricha Aadaa Hikmaa #followformore Odeeffannoo dabalataaf #WhatsAppNo 092 879 5750 #telegramchannel
نمایش همه...
Faayidaa Doobbii/nettle/القراص/ሳማ `````````````````````````````````````````````` Biqiloota naannoo keennatti argaman kanneen faayidaa qorichoomaafi nyaataafillee oolan, garuu nuti gatii womaatuu hin kennineef hedduti jira. Biqilli doobbii bara duriitii kaasee yaala aadaa keessatti ummata tajaajilaa kan ture yoo ta'u, yeeroo ammaa kanattis qabiyyeen isaa qorichummaa guddaa akka qabu qorannoo saayinsaawaatiin mirkanayee jira. Bifa adda addaatiin qophaayes tarree qorichoota gurguddoo keesssattis argama. Akka worroonni qorannoo saayinsaawaa biqila kana irratti geggeessan ibsanitti qabiyyee Vitamin A, C, K fi vitamiin B complex, Albuuda calcium, iron, magnesium, phosphorus, potassium fi sodium, Amino acid barbaachisoo hunduma, fatty acid waan ofkeessaa qabduuf akka farra oksedentiitti(antioxidant) ni tajaajilti. 1 dhiibbaa dhiigaa too'achuuf 2 Hamma sukkaara qaama keenna keessaa gadi buusuuf 3 Cidhaan(qaama saalaa dhiiraa gara gadii) iitayu sirreessuuf. 4 Xannachoota qaama keennaa too'atuuf 5 Dhiiga nama irraa jigu xiqqeessuuf, keessumattuu yeeroo baqaqanii hodhuu dhiiga jigu too'achuuf. 6 Fayyaa tiruu keenyaaf keessumattuu summaayuu tiruu too'atti. 7 Farra oksedentiitti(antioxidant) ni tajaajilti. 8. Miira dhukkubbii ykn Xooxoo qaamaa ni dandamachiisti. Hub: Doobbii dheedhii nyaachuunis ta'ee qaqqabuun rakkoo waan fiduuf ofeeggannoo barbaachisa. Dursee goggogfamuu ykn sukkuumamuu fadha. Akkamitti fayyadama isaa akkaataa gosa dhukkubaataan adda adda ta'us, akka wolii galaatti 1. Baala irraa dhugaatii bifa shaayiitiin qopherfachuu. Kunis jalqaba baalli erga goggogfamee boodadha. 2. Baala, jirmaafi hidda irraa hamma wa-qixa fuudhani goggogsuu. Erga gogee booda daakuu/tumanii bulleessuu. Bullaayaa isaa maankaa shoorbaa tokko tokko hunduma irra fuudhanii damma 1kg tti makuu. Maankaa tokko tokko nyaachuu. Keessumattuu dhukkuba narvii worrooni qabdan bifa kanaan fayyadamaa. 3. Baala isaa bifa ittoo(shiroo)tti qopheessanii nyaata keessatti fayyadamuu. 4. Hidda isaa irraa zayita dibata qopheeffachu. Keessumattuu namoonni dhukkubbii lafeefi caphsata lafee irratti qabdan fi dhukkuba Riihii qabdan. Zayita isii fayyadamaa. Hubachiisa: Doobbiin gosa lama qabdi. T 1. Doobbii gurguddoo dhedheeroo baallii isaa babadhaati. Dhiirinnibishee dhaabbii namaatii oli ni ta'a. Haada ykn funyoo hojjachuuf nama gargaara. Diibbiin amma dubbanne ishii kanaa miti. 2. Doobbii gaggabaaboo baalli isheetis babaldhaa miti. Dheerinni ishii mudhii namaati gadi. Bakka tokko tokkotti akka ittootti nyaataaf oolti. Tan amma qorichummaabishii irraa dubbannes ishii kana. Odeeffannoo dabalataaf WahatsApp 0928795750 Mana Qoricha Aadaa Hikmaa #follo_share_like_godhaa #telegramchannel
نمایش همه...
👍 3
▰ Guyyaa ayyaanaa nyaata baayyisanii nyaachuun ykn nyaata gosa gara garaa wolirratti nyaachuun sirna bullaa'insa nyaataa keenyaa jeequudhaan rakkoo fayyaa tokko tokkoof nama saaxiluu danda'a. Isaan keessaa muraasni :- 🔹Dhukkubbii garaa/bokokuu,ciniinuu ykn muruu. 🔹Gubaa laphee/singiggoo 🔹Hirriba nama dhoorkuu 🔹Dhukkubbii mataa 🔹Dhiphachuu ykn Miirri badaan namatti dhagahamuu 🔹Haqqisiisuu 🔹Deefuu balleessuu #Maal_gochuu_qabna? ◦ Nyaata tokko irraan nyaata isa biraa soorachuu dhiisaa. ◦Erga nyaata nyaatanii booda xiqqoo lukaan deddeemaa ◦Bishaan gahaa dhuguu. ◦Alkoolii dhuguu dhiisuu. ◦Aannan fi bu'aalee aannanii xiqqeessuu ◦Nyaata coomaa fi zayitni itti baay'ate xiqqeessuu. ◦Buna baay'isanii dhuguu dhiisuu. ◦ Namoonni michii nyaataa/alaarjika soorataa(food allergies) qabdan, soorata michii isinitti ta'u irraa baqadhaa. ◦Yeeroo soorattanii kaatan daftanii adutti bahuu, kolfa baayyisuu, sochii cimaa waan akka fiiguu faa irraa of eeggadhaa. ◦Nyaata hammi faayiberii isaanii olka'aa ta'e nyaachuu. Kunis, nyaata akka kuduraafi muduraa, biddeen, daabboo, Shiroo fa'a. ◦Nyata dheedhii fi bilchaataa wolitti maktanii hin nyaatinaa! ◦Nyaata duraan yeeroo heddu hin nyaanne nyaachuu irraa of qusachuu. ◦Nyaata doktoroonni kanaan dura sababa dhukkubaatiif akka lagattan isinitti himan, guyyaa kana qofa, guyyaa gammachuuti jettanii hin nyaatinaa! ◦ Mana namaa yaamamtanii yeeroo deemtan, namni natti mufata/nakomata jettanii nyaata keessi keessan hin feene hin sooratinaa. ◦Daa'imman keessan too'annaa godhaafii. Daa'imman waan argan afaanittiin deemu waan ta'eef ofii keessanii nyaachisaa malee isaan hin dagatinaa. ◦Nyaata booda bulbula zinjibilaa dhuguu ykn itti alanshuun baay'ee gargaara. Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa AYYAANA GAARII!! GALATOOMAA!! Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa #Oromia #Ethiopia #follow #WhatsAppNo +25928795750
نمایش همه...
6👍 3
Nyaata Adda Addaa Soorattanii Garaan Yoo Isin Jeeqame Maal Gochuu Qabdu? `````````````````````````````````````````````````` Akka aadaa ta'ee namoonni guyyaa ayyaanaa mana mana walii irra adeemaa nyaata adda addaa sooratu waan ta'eef, garaachi keenya ni jeeqama. Nyaanni mana manaa nyaatamu dhukkuboota akka gara kaasaa, haqqisiisuu, bokoksuu, garaacha gubuu, taayifooyidii, dhukkubbii mataa, hafuura kutuufi kkf namatti fiduu danda'a Rakkoo Kana Hambisuuf: 1. Janjabiila akka shaayitti danfisaa dhugaa. 2. Kammuuna akka shaayiitti danfisaa dhugaa. 3. Haltiitii daakkamaa maankaa xiqqoo wodhakkaa bishaan hoo'aa burcuqqoo tokkotti kuradhaa dhugaa. 4. Shuunfaa ykn shifuu daakaa, sooqidda xinnoo itti makaa, qullubbii adiis kaachisaa takka itti makaa alanfadhaa ykn nyaataan wajji liqimsaa. 5. Shaayii qarafaa irraa danfifadhaa dhugaa. Hubachiisa: mala tokko ol yeeroo tokkotti hin fayyadaminaa! Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa #Follow_Share_Like https://t.me/hikmaherbal #WhatsAppNo 092 879 5750 #Shaashamannee #Oromia #Adaamaa #Ethiopia #telegramchannel
نمایش همه...
Mana Qoricha Aadaa Al-Hikmaa

Traditional medicine

👍 3 1
2

4👎 1