cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

SABRY ISLAMIC MEDIA🇵🇸

Alh Gama shamarraniitii fi dhiirotaatiin SABRY MEDIA Isa tokko yoo ta'uu daعwaa ykn hadiisota gara garaa qophiiwwaan bashanansiisoo fi barsiisoo akkasumas bohaarsisoo qabatee dhufe jira.Join gochuun nu hordofaa. CHANNEL:https://t.me/sabry_islamic_media

نمایش بیشتر
فنلندة2 576زبان مشخص نشده استدین و مذهبی55 199
پست‌های تبلیغاتی
1 431
مشترکین
+924 ساعت
+547 روز
+34030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Rabbiin ol tahe,kan hawwe hunda haa dhaabu,kan dhaabe immoo,itti deddeebisee irraa haa jaallatu! Hajjiin bara 1445 yookiin bara 2024 guyyaa har’aa xumuramtee,minarraa gara Makkaa deebi’amaa jira, dirreen Arafaa,dirreen Muzdalifaatiifi dirreen Minaa, keessummoota isii geggeessaa jirti. Eeee Hundarraayyuu Rabbi haa jaallatu,nama nagaan dhaqee nagaan galu haa taasisu,hundaa hujjaajota dirree Arafaa dhaabbatanii haa milkeessu,tola biyya lamaanii itti haa oolu. Gaachana diinii islaamaa,gabroottan isaa hundaaf imala milkii haa tahu. ✍️Kush Land Sufiyan Ousman Page
نمایش همه...
1
Photo unavailableShow in Telegram
Dura bu’aan dhala namaa,Rahmata Rahmaan addunyaaf kenne,gara laafoon kiyya, Ergamaan keenya, gaara Arafaa kana bira dhaabatanii eega ergaa dhala namaa hundaaf taatu dhaaman booda;” Ani waggaa kana booda waan deebi’ee isiniin wal argu hin se’u” jedhanii sahaabota boochisan. Hajjii san booda guyyaa 81 booda aakiraa deeman. Hajjiin gaafa sanii حجة الوداع Hajjatal Wadaa’i ykn Hajjii Dhaammannaa jedhamtee seenaan galmoofte. Heddumminna sahaabota gaafa san isaan wajji Hajjii godhan Jaabir Bin Abdallaah (Radiyallaahu Anhu) yeroo himu;” Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) akkuma masjida “Namiraatti” salaataniin gaala isaanii Al-Qaswaa yaabbatanii ka’an,akkuma gaalli dhuftee tabba lafa diriiraa irra ol baateen,ol jedhee baay’ina ilma nama yoo laalu,duraa fi duubni isaanii,bitaa fi mirgi isaanii hanga ijji tiyya laaltee argitu kan yaabbatee deemuu fi lafoon lafa yaa’u ijji tiyya guuttee argite. Isaan ammoo jidduu ummata kanaa jiru “ jedhe !!! Akka Imaam As-Suyuuxiin galmeessanitti; Sahaabotni gaafa san isaan fuula keessa laalaa gurraan sagalee Nabi Muhammad dhageeffatan nama kuma dhibba tokkoo fi kuma digdamii shan ni tahu “ jedhe. Isaantu deeme malee,karaan isaanii dagaagee addunyaa dhuunfteera. Waggaa 1445 booda teenyee har’allee imimmaan cobsaa isaan yaadanna. صلوات الله وسلامه عليك يا رسول الله ✍️Qilleensi nasrii bubbise page https://t.me/sabry_islamic_media
نمایش همه...
SABRY ISLAMIC MEDIA🇵🇸

Alh Gama shamarraniitii fi dhiirotaatiin SABRY MEDIA Isa tokko yoo ta'uu daعwaa ykn hadiisota gara garaa qophiiwwaan bashanansiisoo fi barsiisoo akkasumas bohaarsisoo qabatee dhufe jira.Join gochuun nu hordofaa. CHANNEL:

https://t.me/sabry_islamic_media

👍 1
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
نمایش همه...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
Photo unavailableShow in Telegram
Yeroo gabrootni Rahmaan Gara Arafaa dhangala’u… Yaa RABBI tokkollee milkii malee hin galchin 😢
نمایش همه...
👍 3
Repost from GIBEE MEDIA
Namni Wave Galuu baraaddanuu @Abu_Amaar1 👈 qunnamaa Hubachiisa: channeel keessan 1k ol ta'uu qabaa
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
#Ayyaamuttashriiq 11,12,13 Guyyoota sadan iida boodaa. قال رسول الله ﷺ :- «أيام التشريق أيام أكل وشرب وذكر الله». أخرجه مسلم Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan:- " Ayyaamuttashriiq (Guyyoota sadan iida boodaa) guyyoota nyaataa dhugaatiifii rabbiin zakkaruuti " Muslimtuu gabaase. 👉 Guyyoota kana keessaa Zikrii Rabbii heddummeessuun akkaan jaalatamaa dha keessayyuu takbiiraa jechuun sunnaa ergamaa rabbiiti. 👉 Firaafii hiriyyaa ziyaaruun, walitti dhufanii waan uhudiyyaaf qalame irraa waaliin nyaatanii dhuguun sunnaa irraayyi. Fares Muhammed T.me/Fursaan_Media
نمایش همه...
👍 1 1
🌸💎🌸 ሷሊህ  ሴት  የቤተሰብ  ኩራት  የትውልድ  ጌጥ ዲን  አክባሪ  የእንስቶች  ተምሳሌት  ነች እሷ ማለት ልክ እንደ መብራት ነች 💡 Dubartiin Akkanaa Yoo Jiraatte Kheysan Na Dubbisi 😅.. 💙❤️‍🩹
نمایش همه...
😁 1
#Udhiyyaan 1) Beeyladoota irraa gaafa Adhaadhaaf taqarrubaaf jecha waan qalamuudha…. 2) Udhiyyaan Hijraa irraa waggaa 2ffaa keessa karaa godhamte…mallattoo islaamummaa keessaa waan Ragaa qabatamaa qur'aanaa fi hadiisaan mirkanaa’eedha. 3) Sadarkaan Udhiyyaa guddaadha…garuu hadiisni addaa kan kan Udhiyyaan tilmaamaan ajrii hanganaa qabdi jedhu hin jiru. Namoota hedduu mataduree kana jalatti Hadiisa fayyaa hin qabne hedduu warri odeessanis. 4) Irra hedduu Ulmaa'ii biratti Udhiyyaan Sunnaa jabeeffamtuudha…Nama danda'u irratti waajiba warri jedhanis jiru. 5) Udhiyyaan haqa nama hundaaf karaa godhameedha. Dhiira osoo hin jenne dubartii, nama biyya jiru tahee kan imalatti jiru; kan biyya islaamaa keessa jiru tahee fi kan biyya kaafiraa…hundarrahuu jira. Nama Hajjii hajjaa jiru yoo tahe malee….! 6) Namni mallaqa Udhiyyaa hin qabne, yoo kan kafaluu danda'u yoo liqeeffates rakkoo miti. 7) Sadaqaa jaalatamtuu keessaa... takka namoota Udhiyyaa qalachuu hin dandeenyeef mallaqa kenninee Akka bitatanii ittiin gammadan gochuudha...! ✍️https://t.me/tafak_or https://t.me/sabry_islamic_media
نمایش همه...
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🌿 Eid Mubark Baga idul adhaan isin gahe. Kan baranaa kan bara hedduu nu haa godhu. جعل الله عيدكم خيرا ورحمة وسعادة ونفحات ربانية أحبابي الغالي. Hunduma keenyaaf Ayyaana Jaalalaaf Gammachuu nuuf Haa taa'u!
نمایش همه...