cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

GIBEE MEDIA

Qoosaa garaagaraaf Asoosama sagaleedhan Wolaloo bifoota midhaagadhan Kana males kaayyoon channel keenyaa namoota dandeettii addaa qaban beeksisuudhaa yaadaf @amaar70_bot @gibeeMedia Nu qunnamuuf @Abu_Amaar1

نمایش بیشتر
أثيوبيا1 911زبان مشخص نشده استآموزش13 828
پست‌های تبلیغاتی
11 506
مشترکین
+824 ساعت
+1957 روز
+1 15030 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Elaa rakkoo keenyatu Hin dhalatiin Guddanne Afaan qabnaaf Dubbanne! Gadnaqtuu Duwwaaa taane Waa baruuf Hin dhamaane! Kana rakkinichatu🤭🤭
نمایش همه...
👍 3
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐀𝐑𝐌𝐀𝐀𝐍 𝐆𝐀𝐃𝐈𝐈 𝐈𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀!!
𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐜𝐡𝐢 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦) 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐈𝐧𝐣𝐢𝐢𝐥 (𝐖𝐨𝐧𝐠𝐞𝐞𝐥𝐚) 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐟 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞𝐟 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?
نمایش همه...
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐝 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐢𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐈𝐛𝐫𝐚𝐚𝐡𝐢𝐦 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
𝐍𝐚𝐛𝐢 𝐌𝐮𝐮𝐬𝐚𝐚 (𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦)
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
نمایش همه...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Photo unavailableShow in Telegram
#Abjuu.... Abjuu dhaabbataa ta'e qabdaa laata? Abjuu keetiif hangam aarsaa kafaluuf murteessitee jirta? Jireenyi mul'ata hin qabne jireenya duwwaadha isa waa keessa hin jirre! Eeyyeeni mula'ata qabaadhu! Isa yeroofi haalan hin jijjiiramne. 🤜🤛🤜🤛🤜🤛🤜🤛 @HUMNA_JABAA @HUMNA_JABAA @HUMNA_JABAA @HUMNA_JABAA
نمایش همه...
👍 2
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
MemeFi telegramaan Verify ta'era, booda gaabbuu irra warri hin eegalle eegalaa. Linkii ittiin eegaltan https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_a25618c736
نمایش همه...
Yeroo jalqabaatiif akka Addunyaatti Taaksiin qilleensarra balali’u Sa’uud Arabiyaatti eebbifameera. Mootummaan Sa’uudii Muslimoota Sirna Hajjii raawwataniif haala mijeessuuf Taaksii humna ifaatiin socho’u,kan oofinsa namaatiin malee balali’u guyyaa har’aa eebbiftee oolte. “Taaksiin balali’u” meeshaa geejjibaa isa nageenya qabu, amanamaa fi mijaawaa kan ta’ee fi iddoowwan (Akka Arafaa,Mina,Muzdalifaa,Al-Mash’aral Haram…) jidduu deddeebisuu fi namoota sirna Hajjiitiif dhufan dirree Xayyaaraa irraa fuutee hoteela kan geessituu dha. Akkasuma bal*aa tasaa dhaqqabuuf, meeshaalee yaalaa geejjibsiisuu fi akkasumas meeshaalee karaa xiyyaara geejjibsiisuun tajaajiloota hedduu kennuudhaan adda ta’a. Haala kanaan addunyaa irratti “taaksii qilleensaa” isa jalqabaa ta’ee galmaa’eera. https://t.me/Imaluuf/ https://t.me/sabry_islamic_media